Nuuf egaa ilaa qaxaalee kana ❤❤❤ jabadhuu jabbadu nama !! of egii rabiin wajiin essayyuu hin dhaqiin nama kamu hin amannin bari badu gadhitii kana kessatti waqa birrati abbatu of ega👌❤❤❤
Social achi 4 killo it doesn't belong blagru the best song l watch this song more than 100 times still watching long life Sona proud of my oromoo people
Jabaadhu soolan takele waan hedduu bareedaa hojjeete hojiikee kana hawasni oromoo bal’aa akkasumas saba fi sablammiin biyyittii hedduun hedduu ittin boharaa jiru kun tarkaanfii jabaa dha siif. Keesumaa hawasni oromoo simannaa fi jaalala jabaadhan si simatee jira. Fulduraafis hojiilee babbareedoo akkasii waan saba kana madaalan nuuf qabattee akka dhuftu shakkii hin qabnu. Gammee show dargaggeessa ol dhufaa kana nuuf affeeruu keef galanni kee guddaadha.
እኔ የደርጉ ዘመን ወታደር ነኝ ኢትዮጵያን በጣም ነው የምወዳት አባቴ ኦሮሞ እናቴ አማራ ናት። ኦሮምኛውን አባቴ እና እናቴ የሚያወሩት ምስጢር ቋንቋ ነበር ❤ጥሎብኝ ኦሮምኛ ባልሰማም ጭፈራው ቢቱ በጣም ነው ደስ የሚለው! አሪፍ ሙዚቃ ነው በርታ❤
Jabaadhaa❤❤❤❤❤
@@MussaaHuseen-w1p ባዬን ሲንጃለላ ጀባዱ! በኔ ዘመን በደርጉ ዘመን ሠራዊቱን የሚቀሰቅሱት በጣም ምርጥ ምርጥ ኦሮምኛ ብሄራዊ መዝሙሮች ነበሩት!!! ትዝ ከሚለኝ መካከል( አማሬሳ ሆ አማሬሳ ሆ አማሬሳ ሆ
ነመኛታ ጦሩ ነመኛታ ጦሩ ነመኛታ ጦሩ!!! ይህ መዝሙር እስታድዮሙ ሲዘመር የጦሩ ደጋፊ ወታደሩ ቁስለኛው ህዝቡ ደጋፊው ባጠቃላይ ስንጨፍር ስታዲዮሙ ሲነቃነቅ የሚፈርስ ይመስል ነበር።
Thanks
😂
❤❤❤❤❤
Jabaadhu qaxalee ilmaa Oromoon abdii qaba Artistoota Oromoorraa
Lovey guy, thank you so much for your lifting up our culture!
Garraa kessaa nudubatee bayee aj ibbaa.bayee galatomii❤❤❤❤👏👏💪💪
Sonaa ilma jaarsa mataa Guduruu❤
Sonaa qaxalee koo akka Hacee gaafa Adawatii warra iyyuu baratee iyyisise atis iyyisisaa jirta jabadhu.
Nuuf jiraadhu sonaa Takkalaa Rabbiin sii haa eegu jabaadhuu💪💪💪💪💪💪
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ወደነዋል በርታ ወንድሜ ዘመንህይባረክ ፈጣሪ ከክፉ ይጠብቅህ ተባረክልኝ እጅግ ✋ወደነዋል 🎉🎉🎉🎉🎉🎉አሪፍ ነው እኔ የፊንፊኔ ልጅ ነኝ በጣም ደጋፊህ ነኝ በርታ በርታ በርታ ወንድሜ እላለሁኝ
Nuuf egaa ilaa qaxaalee kana ❤❤❤ jabadhuu jabbadu nama !! of egii rabiin wajiin essayyuu hin dhaqiin nama kamu hin amannin bari badu gadhitii kana kessatti waqa birrati abbatu of ega👌❤❤❤
Mata guduru gudisa jarsa
Sirriidha
Wwoooow bayee garii jabadhu itti fufii qaxalee oromiyaa sanyii leencaa❤❤❤❤❤❤❤
Ufii ergii kanii namaa ergu rabbuma rabbinii sii hatisu walhii kanii oromoo kunii hin ulafata rabbiin sii bira haa jirtu ❤❤❤❤ijaa oromoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Wwooww bayee garii jabadhu itti fufii qaxalee oromiyaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Yaa waaraa bolee bagaa nagaa dhuftani sanyii leencaa❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Horii Bulii Deebani Aabba Sonaa Takilee❤❤
Good job thank you❤❤❤
Jabaadhuu kormee sanyii taaddasaa birruu ilma oromodhaa❤❤❤❤
Bekamtiii😅😅😅 yesus kirstos dhufuf jira qalbii jijiradhu welisa welstun motuma waqayoo hin dhaltu calaa bultume irraa baradhuu❤❤❤
iyuusus nama malee waaqa miti
Jabadhuu waaqayyoo hirkoo Isaa siif haa ta'u
Jagnaa oromoo nuuf jiradhuu qaalii kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤
Wawoo Gamee thank you❤❤
Really I am happy my generation is from this lovely people ( OrOmiya )
rabii sii ha eguu gota oromo ko💝💝♥️♥️♥️♥️❤❤❤❤💘💘👌👌
Dhugaa atii hedduu nama jabadhaa nuu jiradhuu Sona takkale ilee heddu nuu bonsee Magalaa Finfinnee hedduu oromoo oromoo jechisisee
Baga itti cabsite lenca nama🎉❤
Gammadaa show hedduu si hirdofas si jaalladhas asumaan naaf barii❤
Sonaa bayyee bayyeee SI jallannaa lamman kessanuu nuf jiraadha🖤🖤🖤❤️❤️❤️🤍🤍🤍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰 😍😍😍👌
Sona koodiyee jabadhu dhugaa waaqayyoo Siya eguu 🤟🥰💪🦁
Woww ♥️ ❤️ 💚 ♥️ ❤️
ol adeemaa keenya jabaadhu ! Ergaan Walookeetii humnii muuziqaakeetiifi package hojii sana keessaatti mul'ate hundi bareedadha including your facial expression 😊 ammas nuuf koottu!
Dhugaa rabbi atii lecaa
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉nuf jiraadha
Nuuf jiradhuu qaxalee kenyaa❤❤❤❤❤
Nuuf jabadhuu jajabadhuu hedduu sirraa eynaa
Ya wrraa Booleè❤❤❤❤❤❤✅️✅️✅️✅️✅️💪💪💪💪💪💯💯💯💯✅️💯💯✅️💪💪💪💪💯✅️💕💕💕🙏💪💪💪💯✅️
❤❤❤❤❤jaabadhuu jaabaa keenyaa❤❤❤❤❤
Wow beredhaa koo jebadhuu 🌲🌲🌲
❤❤❤❤❤❤❤ sabona kenya jabadhu
❤❤❤❤❤❤❤dhugaa jabakenya oromon nuf egaa❤❤❤
Nuuf jiraadhu leencako dhugaa
❤
Baye bareda jabadhu sanyi lenenca❤
Oromia Love ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baay'ee Gaariidha jabadhu Lenca Oromoo ✅✅✅🙏🙏🙏👌
Sonaa jabadhuu sanyii nama
Wow ❤❤🎉🎉
Jabadhuu bayyee bareedaa yaada gariidhaa kana asoftuu Jabadhuu sonjadhaa❤❤❤❤❤❤
Baayyee galatoomi garaa keenya keessaa nudubate sona takale
Wow sona
Wwwwww raabin ijaa dinaa siraa haa qaabuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
rabbi siwajjiin haajiraatu aamiiiiiiin jedhi
Wow my hero❤❤❤❤❤
Wooow baayyee natti tolee siiq achii
Asaan keessani baayye gaariidha❤❤❤❤
Gamme atis nuuf jiradhu sii jalannaa
Jabaadhu si jaalanna❤❤❤❤❤
Gotakoooo miss you baaay. Eeeee si jallana. Dhuga mucca ollakoooo
Waraa bolee baay'ee isin jalanaa ❤❤❤❤
Qabenyaa oromotii atii jabadhuu❤❤🎉🎉🎉.gamme yeroo itti anuu mootii robalee afeerii mee....mucaa cimadhaa sirbotaa bayye hojatee.garuu umanii bayyen beekuu please afeerii 🙏
Sonaa takkala yaa warra bolee
Dhugaa sin jaladha Qashxii koo ❤❤❤❤❤❤❤
Jabbadhuu
www hedduu namtii toltaa jabadhuu❤❤❤❤
Wle come Gammad fi sona warra Boolee ❤🌻❤
Mashaa Allah 🥰🥰
Lubbuukkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
ያራዳ ልጅ የምር ወድጄሀለዉ ወራቤ ሸገር ዝፈንልን
Very good
waw nu bonsite sona nufjiradhu nufgudadhu itifufi haluma kanan
Jabadhuu qaxalee ilimaaijaraa hafii
Rabbii sii haa eggu keessa keenya dubbate
Wwwwwwooooooo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow ❤ qophii hawiin egaa ture
Jabba keenyaa thank you very much ❤❤❤❤❤❤❤❤
Techelalek Afan Oromo esemalehu werbole ❤❤
Social achi 4 killo it doesn't belong blagru the best song l watch this song more than 100 times still watching long life Sona proud of my oromoo people
Warra boolee jirtuu🤝
Lenchaa Oromoo 🦁🦁🦁Sonaa Koo ”Protect him at all costs”✊🏽✊🏽✊🏽
Jabadhuu Lencaa Oromoota soona ilmaa hayyuu nuuf jiraadhuu gaa.
Wowoowww Gammadaa kenyaa jabaa kenyaa bayyee siin jallannaa gaaruu Sabonnaa Tafaraaa nuu fidii maaloo maaloo❤❤❤❤
So amazing song really I love it
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Worra Boole nuuf jiradhu leenca nama.
Jabaadhu soolan takele waan hedduu bareedaa hojjeete hojiikee kana hawasni oromoo bal’aa akkasumas saba fi sablammiin biyyittii hedduun hedduu ittin boharaa jiru kun tarkaanfii jabaa dha siif. Keesumaa hawasni oromoo simannaa fi jaalala jabaadhan si simatee jira. Fulduraafis hojiilee babbareedoo akkasii waan saba kana madaalan nuuf qabattee akka dhuftu shakkii hin qabnu.
Gammee show dargaggeessa ol dhufaa kana nuuf affeeruu keef galanni kee guddaadha.
Jabadhuu bro
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Gammee baay'ee si jaalanna jabaadhu. Nuuf jiraadhu. Hojii ati hojjettu Saba bal'aa kanaaf hiika guddaa qaba!
Jabaadhu Aartii Oromoo guddisuuf gahee isaa baheera
gotta kooo jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee bareda Jaabadhuuuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Congratulations ❤❤❤❤❤ jaba oromo
Dhugaa bayyee namattii tolaa❤❤❤❤❤❤❤
Qaalii sabaa bagaa nuf jiraatte❤❤❤❤❤❤❤
Baayye Jaalanne baga gammaddne sii jallanna❤🎉 Galatooma Gammada koo
Sii jalanna jabaa oromoo qalii sabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sobaa.takalee.hayee..baredaa.sanyii.ko.nu.jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadha mucaan kun! Adaraa artistii qaxalee kana deeggeraa kunuunsaa!!!!
❤❤❤❤❤❤
Jabadhu Akka Gadhota Hintain
Bayyee si jaalanii dhugaa❤❤💚💚❤️❤️💚💚❤️❤️💚💚
Sirraa bareedeera son
Warraboole sia 100 ol laale quufu dadhabe😂😂😂❤❤❤❤
true our brothers Oromiya from hadiya❤❤❤
Jabadhu gurba bayyee gaarriidha iti jabadhu
Jabadhuu waqayoo siyaa eguu ❤
Baay'ee baareda.
Keep it up 💪
Wow amazing sonaa ajaaiba