Akkaataa Hacaaluun itti dhahame video kunooti | shira bilxiginnaa kana laalaa

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 1 ธ.ค. 2024

ความคิดเห็น • 1K

  • @RehimaR-g6m
    @RehimaR-g6m 4 หลายเดือนก่อน +14

    Dhugaa keetii intalaa santuu rukkiteekaa 😢😢😢😢 ayyii jaarii itti yadannii rukutaanii 😢jiruufi jirenyii isanii haa rukutamuu.

  • @lizamohammed1911
    @lizamohammed1911 3 ปีที่แล้ว +22

    dhuga keti hintaluma sanitu bira tayee galafateee😭😭😭😭😭

  • @shewwake2058
    @shewwake2058 3 ปีที่แล้ว +9

    Dhugadha kuun namuma biiraa jiiruu nuuf qooradha intaalumaa saan kaan ajeese waan hunduma ishitu bekaa dhugaan in qaalati maalee hin ciituu dhugaa haccee baahu nuuf baahu waarii hidhaman nuuf baahan intaalumaa sana kaan nyaate uuuuuf guubaanee yoo hin daagatamuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @natantesfu27
    @natantesfu27 3 ปีที่แล้ว +1

    rabi umurii sif haa kenu ummaani oromoo ni beeka akkaata hacaaluun itti du'e atti imoo hunduma isaa lafa goote jirata

    • @KiyaarulIslaam
      @KiyaarulIslaam 5 หลายเดือนก่อน

      Oromoon dinaaf fira adda baafadha nama walin deemtan filadha

  • @tsehayregassa6853
    @tsehayregassa6853 3 ปีที่แล้ว +13

    እውነትን ነው ግን ምን ያደርጋል ዋና ተጠርጣዋ ተለቃ ሌሎች በገንዘብ የተገዙት ሳይገሉ ገድለናል ብለው ተሰሩ ይህ ሁሉ የገንዘብ እና የፖላቲካ ጨዋታ። ነው ፈጣሪ የወንድማችንን ነብስ ይማርልን ሀቁንም ያውጣልን፣

    • @siilingizaacho9579
      @siilingizaacho9579 3 ปีที่แล้ว +1

      Dhugaa keeti 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @DebelaDinkisa
    @DebelaDinkisa 4 วันที่ผ่านมา +1

    Obboleessakoo dhugaa dubbachuuf ani baay'een si dinqisiifadha Durayyuu gaaffii nutti ta'ee ture amma garuu waan ati jette kun waan dhugaadha hedduu Galatoomi

  • @tringoalim1316
    @tringoalim1316 4 ปีที่แล้ว +7

    Dhugaa accee waqqayyoo yaa bekkuu yeroo accen rukkutamuu kan argee waqqaa tokkichaf nama issaa rukkutee sanii kanafu dhugaa accee waqqayyoo yaa basuu mala jenna wan biraa uuuuuuuuuffffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @Misaraajaboo
      @Misaraajaboo 4 หลายเดือนก่อน

      Dhugaa ketii walahii 😢😢😢😢

  • @alimaaitah4538
    @alimaaitah4538 5 หลายเดือนก่อน +3

    Wlh dhugaa keti My biro kiya Ara dhugaan haca inshallah bahufii dhiyate jira inshallah Umata Kenya amatii qabiidhaniitii haqiini hacce aka bahuffi duaii godha 😢😢😢😢😢😢

  • @halimakadir7881
    @halimakadir7881 4 ปีที่แล้ว +9

    Bakkeetti mitii siluma bitamtee dhufteefi makiinaa keessatti beekamaadha

  • @AbdikarimBillow
    @AbdikarimBillow 17 วันที่ผ่านมา

    ayyii nama isaa biraa taetii rukute iboo rabin nama sulee isaa haa rakutuu❤❤❤❤❤

  • @DawitMiresa-zi1nt
    @DawitMiresa-zi1nt 11 หลายเดือนก่อน +6

    😢😢😢😢 absolutely true idea

    • @Nazife-j6d
      @Nazife-j6d 2 หลายเดือนก่อน

      😢😢😢😢

  • @WakoBonaya-z5n
    @WakoBonaya-z5n หลายเดือนก่อน +1

    Yoo silaa dhugaan jiraatte akkanatti laalamu turee intalaa sanaaasi guyyuma sana ajjeesu turaan

  • @KingWakuma
    @KingWakuma 19 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤dhugaakee jette gootakoo dhugaan harkakeerratti haa baatu ammayyu

  • @sumayaalovelove9959
    @sumayaalovelove9959 4 ปีที่แล้ว +11

    Sirriidhaa intalattima santu rukkute😭😭

  • @dhalootaqubee6853
    @dhalootaqubee6853 3 ปีที่แล้ว

    Yaada sirriidha kun dubbii ifa jirtu itti yaadamee isheedhuma bira teessutu nyaate100%

  • @dinkotesfa2956
    @dinkotesfa2956 4 ปีที่แล้ว +6

    Absolutely true. That is how every friend of him thought it to be. Ethiopian govt has a role the killing. Zat is why they are disinforming the community. But Oromo knows this fact

  • @mahaalenezi5324
    @mahaalenezi5324 15 วันที่ผ่านมา

    Inshaa allah dhugaan imaa baati yoo rabbiin jedhee inshaa allaah

  • @abduseqeerroopwore8369
    @abduseqeerroopwore8369 4 ปีที่แล้ว +4

    dhugaa ketti leenca koo 💯💯💯😭😭😭😭😭😭😭😭😭✅💯✅✅✅✅👍

  • @AmbroRaya-p3j
    @AmbroRaya-p3j 3 วันที่ผ่านมา

    Dhugaadha isuma wajjiin nyaate dhugeetu nyaate biyyee hanyaatu uuuuuu yaa haceko😢😢😢😭😭😭😭😭

  • @moromamoroma5439
    @moromamoroma5439 4 ปีที่แล้ว +9

    Dhuugaa. Kee. Saayii. Koo

  • @ShukreyyahHajji
    @ShukreyyahHajji 13 วันที่ผ่านมา

    😂😂😂😂mee waayyee haaccaalu immaa😂dhiissaa gara naa gubbaate

  • @ofiijiraadhugallaa6470
    @ofiijiraadhugallaa6470 3 ปีที่แล้ว +4

    Intaala sani isa nyaate 😭😭😭😭😭😭

    • @biran7535
      @biran7535 3 ปีที่แล้ว +2

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭👈

  • @asmam-x4t
    @asmam-x4t 8 วันที่ผ่านมา

    Hacee koo Gadheetuu Nyaatee maal goonaree dhugaa Akkuma Atii jettuu sanaa😢😢😢

  • @kedtech
    @kedtech 4 ปีที่แล้ว +3

    wow waan sirritti dubbatte

  • @TemamAdal-tj9wm
    @TemamAdal-tj9wm 4 หลายเดือนก่อน

    Anii akka kiyyati gochaa yeroo saan
    Rawatamef kaan sobaa hin tanee naama achii kessati argamudhaa
    Kanaf dhugaan dhukatte gaftokoo bahuun hin oluu.

  • @sifanaakenaa729
    @sifanaakenaa729 4 ปีที่แล้ว +7

    Dhugaa ketii kuni waqayyoo dhugaa isaa yaa barbaduu haceee 😭😭😭😭

  • @Sabboontu-t4v
    @Sabboontu-t4v 3 หลายเดือนก่อน

    😢Hacee dhugaa ke rabbi haa basuu wani gonu wolale hacee fi hirbaa dhanee

  • @SsSs-ds8ld
    @SsSs-ds8ld 4 ปีที่แล้ว +4

    dhugaa keetii ✅✅✅✅😭😭😭😭😭😭😭

  • @محمداحمدمحمد-ش2ظ
    @محمداحمدمحمد-ش2ظ 22 วันที่ผ่านมา

    😂😂maalltu sicinqaara duebqa girrisa yutobi itti gudifachufii😊

  • @sarafita3301
    @sarafita3301 4 ปีที่แล้ว +3

    ትክክል ላምሮት ነች የገደለችው

  • @burtukanbyranuunegese8636
    @burtukanbyranuunegese8636 2 หลายเดือนก่อน

    Intaluma Isa bira jirtuttu rukkutee rabbi cubbuu nuhaa baasuu dhiiga isaan lafa hin gattin rabbi 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏

  • @ganniyyee2086
    @ganniyyee2086 4 ปีที่แล้ว +3

    Dhuga keessanii 😭 😭 😭
    Namittima santu ajjeessee

  • @blisumaabdela560
    @blisumaabdela560 11 หลายเดือนก่อน +2

    Dhugaa keti❤

  • @lizamohammed1911
    @lizamohammed1911 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuufff dhuga ketiiii hinataluma sani 😭😭😭💔💔💔💔🥺🥺🥺🥺 plz ishumati nuf xiyefadhaa uuuu 😭😭

  • @samiritube-e9n
    @samiritube-e9n 5 หลายเดือนก่อน

    Atu of egii mee inuu torbee dhugaaa dubateti ajjefamee 😢😢😢😢😢😢😢😢 rabbii si haa eguu dhugaa hacee rabbii haa basuu

  • @LidiyaTakeley
    @LidiyaTakeley 20 วันที่ผ่านมา

    Intaalumaa sanaa nuu gafaadhaa warrii dhugaaf jiraatan

  • @berisobungule7045
    @berisobungule7045 4 ปีที่แล้ว +1

    yaa ummata keenya lubbuun namaa taphaa miti lubbuu nama goota kanaa kan baasee rabbiidha garuu namni sababa ta'a malee rabbiin caala namni waan tokkollee beeku hin jiru kanaaf rabbii dhugaa kana haa baasuu du'a'ii cimsaa insha'allaa kun zulmiidhaa.

  • @NuradinKamal-k8f
    @NuradinKamal-k8f หลายเดือนก่อน

    Intalatiitu rukutee wajii hacee ko ❤❤❤😂😢😂😂😂😂😂😂😂

  • @halimakadir7881
    @halimakadir7881 4 ปีที่แล้ว

    Obboleesso 100%100tti shakkii takka malee bitamtuudhumatu sareen isa nyaatte makiinuma keessatti

  • @LidiyaTakeley
    @LidiyaTakeley 20 วันที่ผ่านมา

    Ayiii hacee sareetuu sii nyaatee saree dhaltuu maddaa baraa baraa nutii taateem hacee koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @HawwiiHawwll-d3h
    @HawwiiHawwll-d3h 15 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa keet, maloo hacekoo si nyaate si biraa Tessae😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @SIMBOOOromoo-h6f
    @SIMBOOOromoo-h6f 4 หลายเดือนก่อน

    Namni hacee nyaatee dachee isaa hin batiin alaa manni isaa haa dukkaana'uu jireenya gammachuu rabbiin isaa hin argisisin

  • @meelbaa3801
    @meelbaa3801 5 หลายเดือนก่อน

    dhugaa keeti bro koo,,, ishuma isa bira jirtutu isa nyaate

  • @Ah1Ah-om2nd
    @Ah1Ah-om2nd 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa keeti broth..namuum biraa jirutu galafatee .hacaluu..

  • @rebumamuleta7079
    @rebumamuleta7079 4 ปีที่แล้ว

    yaanni kee sirriidha.ani gaaffiin qaba.1ffaa onneen gara bitaamoo gara mirgaatti argamti?2ffaa namni calqaba hacaaluu iddo inni itti rukutamee gahe konkolaata keessa moo lafatti argee?

    • @abaabaalee8569
      @abaabaalee8569 4 ปีที่แล้ว

      Dhugaa dha Rabbi haa muldhisuu dhiiga Goota Oromoo .

    • @SamsungA14-j2w
      @SamsungA14-j2w หลายเดือนก่อน

      Dhugumaa yaanii kee sirriidha intalumaatu rukkutee dhugaa haccee waaqayyoo nuuf haa basuuu😢😢

  • @JibrilJibril-d7r
    @JibrilJibril-d7r 4 หลายเดือนก่อน

    Abboo ati fayya argadhu dhuga.atti qorattee jirta kan biraa osoo hin taane hintalatimatu nyaate leenca oramoo biyyeen nahaa nyaatu acee

  • @oromiyaa3258
    @oromiyaa3258 3 ปีที่แล้ว

    Dhuga keti hacaluu 😭😭😭😭😭😭akamatii duee me akamii gonuu yogaa senaa isaa yogaa dhagenye garaa nugubatee 😭😭😭😭🤦‍♀️🤦‍♀️hacaluu

  • @shimelistbizuye9152
    @shimelistbizuye9152 4 ปีที่แล้ว

    Akkuma ati jette sana ta’e namni shuguxii itti dhukaase sun yeroo meeshaa gadi baase alaammatu Haacaaluun waan arguuf harka isaa lamaan ol kaasse ija isaarraa ittiin of ittisee akka hin rukunneef dubbachuun isaa hin oolu kanaaf bakki amma rukutame sun banaa ta’aa jechuudha

  • @saboontuuoromoo9280
    @saboontuuoromoo9280 3 ปีที่แล้ว

    kan nyateee haceee intalumaaa saniii rabii isheee yaaa nyatuuuu dhugaaan hin qalatiii maleeeee hin cituuuu waqayooo eganaaa waan godhuuu silaaa basuuu didanii dhugaaa isaaa

  • @Fate-r3l
    @Fate-r3l 4 หลายเดือนก่อน

    Dhugaadha broo rabbii dhugaa isaa haa muldhisuu😢😢😢😢😢

  • @queenoforomo2951
    @queenoforomo2951 4 ปีที่แล้ว +1

    Wlh dhalumatu ajese haace koo wlh intala haacaalu ajeste tana Rabin isi ajese nu hagarsisu nuti oromon dhiga haacaalu ni khafala💪💪💪💪💪

  • @AbadirMOHAMED-n9f
    @AbadirMOHAMED-n9f 16 วันที่ผ่านมา

    Mashaa Allaa umrii anuuf dheeradhu Atumanu

  • @SITAMurmu-yt1ol
    @SITAMurmu-yt1ol 4 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa ketii bro haqaa isaa rabbin nuu haa basuu

  • @sinaweyatube452
    @sinaweyatube452 4 ปีที่แล้ว +1

    Haacaaluun qaama waa'ee isaa duraanuu beekuu fi ajjeechaaf jedhee duraanuu sobee itti michoomeen ajjeefame. Sanuu nama inni hin shakkinneeni, caalaatti hiriyaa fakkaatee kan itti dhiyaatee fi ergama fudhatee kandhufe ta'a.

    • @TolosaRaji
      @TolosaRaji 2 หลายเดือนก่อน

      Haacaaluun kanii ajjesee namummaa isaa wajjiin nyaatee dhuguu warumaa kessaa bekesaa inatalitumaa ishituu gabinaa wajjin ta,ee mittii

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 13 วันที่ผ่านมา

    Ayii dhugaa jetee sif gale dubbin wayyoo ishetu galafate😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Alya-h7x
    @Alya-h7x 14 วันที่ผ่านมา

    Dhugaadha wlh intaluma santu ajjeese hacee qaalii uuuufffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @motimekonnen366
    @motimekonnen366 4 ปีที่แล้ว

    Dhugaan kan ajjeesee fii kan du'ee harkaa jirti anis garuu Intalattiidhuma Laamroot sanaan shakkee.

  • @nafnat8884
    @nafnat8884 2 ปีที่แล้ว +1

    Rabbi haa Ariguu uuuuuuffffff yomii akka madda isaa fayinuu hin beeku

  • @lizamohammed1911
    @lizamohammed1911 3 ปีที่แล้ว

    Intali sun bixigina kesa motuman Erigee nyachisee hin erigamitee Rabin dhuga isa nuf ha basu ln'shaallaah

  • @MeftuhaAbrahimJane
    @MeftuhaAbrahimJane หลายเดือนก่อน

    Jiruuf hirenyi intala sana Akkaas jena haa rarawuu malee

  • @sportsport5862
    @sportsport5862 4 ปีที่แล้ว +2

    U are great dhugaadha kun jiraadhu

  • @hundaolfikadu7214
    @hundaolfikadu7214 4 หลายเดือนก่อน

    silas dhugaan galgala galti , waaqayyoo waan hundaafuu argeera

  • @faxeesabboontuujimmaasudan758
    @faxeesabboontuujimmaasudan758 4 ปีที่แล้ว

    Kanuma dhugaan jirtuu nutuu beknaa mal gona ya humna dhabuu ijoolee durba sadi akkaa isheen abbaa malee gudatuu godhee abiyi angoo dherefachuuf inni ijoolee durba sadi qabaa insha.alhaa yeroo gababaa kessati irraa hadu.uu 😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏

  • @KennaaKoo-tu3iy
    @KennaaKoo-tu3iy 3 หลายเดือนก่อน

    Ergasu hati manaa hacaluu ni bekti jechudha kaa sababisa akka odefanon jirutti galgala dubartin kuun manaa hacaluu akka demtte akkasuma konkolata hacalutin akka eshii gegesee dhaga,a turerra ergaa manaa hacalutti simanan ta,efi hati mana hacaluu akkamitti dubrtitti sana wallaltii?

  • @MuktarGirma-y4j
    @MuktarGirma-y4j 6 หลายเดือนก่อน

    Yaaliin kee baay'ee gaariidha.Yoo duutes homaa gurbaa.Haacaaluunu harka hin kennattu silaa.

  • @abdannee781
    @abdannee781 4 หลายเดือนก่อน

    😢😢😢😢😢😢😢😢Uuuffffeeee haadhookoo tiruukoo nagaan Boqodhu maal jennaree,?? Haacee koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Akkuma Video haasa'aa jiruu ta'a.Ayii Lubbuu kee ha maaruu Haacee koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @MeseretMeseret-j5j
    @MeseretMeseret-j5j 4 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuuuuuuuuuu dhugaadha maloooo Yaa waqayyoo basii ati gumasaa

  • @ashenafinigusse5334
    @ashenafinigusse5334 3 ปีที่แล้ว

    Yes!correct your mind!our hero is hache!hache is our generation

  • @للفلفف-ر3ز
    @للفلفف-ر3ز 5 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa isaa rabini haa basuu ❤❤😢😢

  • @Naibo_ahmed
    @Naibo_ahmed 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugadha gaaru itala ishe gegefate sanatu rukkute

  • @DawitTujuba
    @DawitTujuba หลายเดือนก่อน

    Rabbii gumaa Hacee haa baasuu malee kan gumaa Hacee baasuu hin jiruu kan Hacee hajjeese diina miti fira orma miti oromooma

  • @sabontuoromoo3320
    @sabontuoromoo3320 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaa keetii uuuuffii 😭😭😭😭😭😭😭😭hacee koo bolaa kee dadhinii haa gutuu

  • @PplOo-bk6pn
    @PplOo-bk6pn หลายเดือนก่อน

    Hy Hy acee Koo gumaa kee waqaayoo nuuf yaa barabaduu dhigii Kee jigee baduu 😂😂 acaluu hundeedsaa gotaa gotaa caluu 😂😂 acee Koo seenaa sii yadataa bariin 😂😂 😂😂🔥🔥lubbuu takiitti qalii oromoof latee 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @DhugumaBarecha
    @DhugumaBarecha 5 หลายเดือนก่อน

    Intaali isa wajiin jirtu polisini sirritti qorate haqa jiru baasu qaba. Maalee akkasumaati caalsani ilaalun rakkoo hama fidu dandaa'a.

  • @KkkHhh-l4d
    @KkkHhh-l4d 4 หลายเดือนก่อน

    Shakki bira hin qabu an akka kotti dhugan jirtu kanum natfakkatti😢

  • @Ayantu-kf1zh
    @Ayantu-kf1zh 5 หลายเดือนก่อน

    Intalumaa sana NAMI beekuu maliifi dhibee ajeeffamu qabdi itaalumaa danati ajeesse dhugaa

  • @warqekuma
    @warqekuma 4 วันที่ผ่านมา

    dhugaakedhaa qalii rabii gumasaa abasuu dhugaa awaluumalee dhugaa dubaachuu ibetuu itiyopiya dhugaa awaluu malee kunii sobaa adii sobanii

  • @Fuzeah-mv4es
    @Fuzeah-mv4es 2 หลายเดือนก่อน

    Dhuga rabbumatu bekka hudafu kan du,aa irra ollu hin jiru garu halla inni itti du,ettu nu rifase male duti mana kenyaa wara isa ajese rabbin guma nuf ha basuu😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Faayatube91
    @Faayatube91 5 หลายเดือนก่อน

    shakki tokko malee lamrot kamaltu kurute rabbii ishee haa dhahu

  • @oromoo6460
    @oromoo6460 3 ปีที่แล้ว

    Dhuugaa keetii saanyii koo 😭😭😭😭☝☝😭😭☝☝😭☝😭😭☝😭☝😭😭😭😭☝😭☝☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭😭😭☝☝😭😭☝☝😭☝😭😭☝☝😭😭😭😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭☝😭

  • @jemalsheka-jz6zc
    @jemalsheka-jz6zc 4 หลายเดือนก่อน

    Hommaa gochuu miti rabbii qofa haa baasuu

  • @jaawweelove1716
    @jaawweelove1716 3 ปีที่แล้ว

    Wolah siridha mucatima sani rukutee uuuffffii raabbii dhiga isa haa basu🤲🤲🤲🤲

  • @qabsogudeta4816
    @qabsogudeta4816 4 ปีที่แล้ว

    akkaata ati ittii qopheessite baayyee bareedadha.dhugaama ishee lafa kessee.kanaafuu bilxiginnaan akkaa ajjeesisee mirkanaa'aadha.

  • @GuyyoAbdii
    @GuyyoAbdii 4 หลายเดือนก่อน +1

    Debin kee sirridha Ani gafiin qaba hacen Ergaa rukutamee booda rasasni keessatti hafee gira moo iddo birattin bahe jiraa sana booda akka koti yada ykn debii nin ladha

    • @GuyyoAbdii
      @GuyyoAbdii 4 หลายเดือนก่อน

      Yaada koo naf debisi kaa dafiti lenca kena

  • @rdwtruth5165
    @rdwtruth5165 4 ปีที่แล้ว

    waaqayyoon inni hundumaa beeku/argu haa murteessuu.

    • @فاكياسراج
      @فاكياسراج 4 ปีที่แล้ว

      😥😥😥😥😥😥😭😭😭😭😭

  • @gudetahika8391
    @gudetahika8391 หลายเดือนก่อน

    Yaaliin dhugaa baasuuf taasisaa jirtu nama amansiisa. Itti fufi!😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @halimaabdela5274
    @halimaabdela5274 4 หลายเดือนก่อน

    Namittima santu ajjeesse baalan tasa isitti haa buutu wly 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @AlmazAlme-o8r
    @AlmazAlme-o8r 4 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa ketii waqayyoo dhugaa isaa haa basuu 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @SumayaSumaya-m8j
    @SumayaSumaya-m8j 15 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa isaa rabii haa basuu Biyen itii haa salaphatuu 😢😢😢

  • @مومنهابراهيم-ف7س
    @مومنهابراهيم-ف7س ปีที่แล้ว

    Jechiikesirridhaa Rabin dhuugaaisahabbaassuu inshaallaa qaalii oromo haccaalluu garanugubani uuuuuuufiii

  • @IbsituuShariif
    @IbsituuShariif 3 หลายเดือนก่อน +1

    Dhugaa naa gaale namtichii kun eenyu kan kaana ruukutee beey

  • @KhalidHassan-f2q
    @KhalidHassan-f2q 11 หลายเดือนก่อน

    Yoo akkas ta'e tishartiin maaf hin uramne maaf irraa ba'e akka obboleessi isaa ibsutti ?

  • @JamalKadiri-f3v
    @JamalKadiri-f3v 2 หลายเดือนก่อน

    Lamaroti kamaal tuu rukutee guyyaani tokko hin dhufaa dhini isa hin hafuu hin baaya

  • @jemalsheka-jz6zc
    @jemalsheka-jz6zc 4 หลายเดือนก่อน

    Qaammnni ajjeessee maaliif dhugaa seeraan Baasuu dhabbamee Kun akka fe'eeti haa du'uu maaliif ajjeessaan

  • @masityman
    @masityman 4 หลายเดือนก่อน

    Nutii isaa dhaahame haccaluma arguuf maalee accion maa nuu godhaa enyuu isaa dhahee

  • @AshenafiAdere
    @AshenafiAdere 5 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyoo dhugaa isaa haa barbaduu inni yeroo sana guutumattii kan argee isaa.

  • @LoB-n4h
    @LoB-n4h 3 หลายเดือนก่อน

    Yaa rabbi dhugaa hacee keenyaa baasi😢😢😢😢

  • @صاللاىب
    @صاللاىب 4 ปีที่แล้ว

    Kallattiidhaan kan ati jette sirriidha. Ani kanan jedhu sa'atii acaaluun rukutamu sanatti namni acaaluu bira ture sunuyyuu 1.maaf iyyuufi dide 2. iddoo inni itti rukutame akkamitti himuu dide.3 qorannoon reeffa acaaluu maaf saffise 4 .qondaaltonni mootummaa Awwaalcha Haacaluu irratti maaf argamuu sodaatan fi kan kana fakkaatan fa'an

  • @FormeLove-u4e
    @FormeLove-u4e 4 หลายเดือนก่อน

    Rabbiin dhugaa hace haa baasu inshaa Allah

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 4 หลายเดือนก่อน

    Isheen isaa ajeftees hinumaa dutii 😢😢😢😢ayii haceekoo 🥺💔😭😭😭😭😭😭😭