Dr ani yeroo dubartii bira demmu laphee koo bayye na rifataa, na sodachisaa hanga bira gahuti erga bira gahe booda daqiiqaa 15-30 erga ture nar bada rifaatuu kiyya, yeroo rifaatuu kiyya kuni nati dhagahamu fedhii waan jedhamu kessa kiyya dhabamaa gonkummaa ni bada kuni sababa mali dha rifaatuu kan akkamitti dhisuu danda’a
Dr heduu Galatoomi yeeroo sagantaa biraa qabatee dhuftu qaama saala dhiraa kan cabe akamiti fayuu danda a imoo kan lalafu kan hin Jajabanne akamiti aka Jabaatu godhuun Dandahama???? Kana irra nuuf ibsi
Kan dafee dhaangalsuuf malii fuurmani isaa nuti himaa mee Dr maaloo hin rakkanee Inni daabalaata namoonni tokko tokkoo killee fi damma, loommi, sprity faa diibudhaan ni guddata jedhuu kun hangaam dhugaa dha
Dr jabaadhu gaaffi sparmii yeroo baayye dhangalaasun miidha maal qaba??o mee like like godha
Maaliigodhaa
View jalqabaa laaluu kottii gammaaden jiraa warrii anaa bodan dhuftan comment kana like godha
👍👍
Xuyne
@@mammeeoro6314 sanyii mattii nafii tayyii
@@astershaawaabiyaakoooromiy4639 mattii nafii tayyii sanyii
@@Sefaachannel24 Ok
Dr galatoomi barnoonni qaanii hin qabu ergaa baay'ee gaaridha jabaadhu👍💪❤️❤️❤️
Maatii naaf ta'ii
,
🙉🙉🙊🙊😁😁
@@abdurazak6478 maati naaf tai
@@waadaatube3214 maati nafi tai mee sanyii
Jabadhuu Dr ijolee like nafi godhaa ❤️❤️
Kottuu mattii nafii tayyii
Maati naaf ta'ii sanyiiko
😮
Dr jiraa jirtuu naga jirtaani fayyaa kessani jiruufi jireenyi kessani badhadhaa waa isiin gaafachuufii
Yaa rabbii rakkane Kunis nii jira Mali fayyida isaa guddate xiqqate 💔🙏
😂😂😂😂🤣🤣
@@haawwiioromo6368 achi kottu mee fb gubba
@@kookettii1938 Tolee maqa fb kee kaanumaa
Ijolee oromoo maaloo maatii naaf tahaa pleas sin jaaladha
Dalagaa irraatti baay'ee cimaadha
Dr meeshaan dhiiraa Kan dafee dhangasu hoo maali qorichi isaa
Doctor gaaffiinkoo namni akkamitti fedhii harkaan ofirraa hir'isuu qaba?
Galatomii Dr bayee gariidhaa Akumatii itti fufaa kunii dhugadhaa wanumaa rabii umedhaa salfii hin qabuu
Siti xiqate
Dr sirraa baranneraa garuu fedhii humna ol akkamittin qanasuuf galii godhama
Dr . Haala kamii yeroo dheeraaf akka nuuf turuu qorichi fayyadamuu qabnuu maal fayi?
Macaafni Qulqulluun namni qaama ISAATTI taakkuu tokko dabaluun fi hirrisuu hin dandahuu jedha.Soba Dr. Kun
Dhiirota koo Rabbiin hunda guute isniif haa kenuu amen jedhaa😂
Dr ati nuuf galatoomi furmaata waa hunda❤🙏
Ameen
Ameen😛guda qaba
😁😉😉😉
th-cam.com/video/DdFyPVHrRRk/w-d-xo.html
😅
wanta umaan kenne akkamitti itti dabalaa?quba harkaa,miilaa,ciqilee,qama saalaa,funyaan ,ija,hundayyuu itti dabalachuu hin dandeenyu.
Dr sportii gochuu malee dawaa ykn qoricha isaa nuuf hin himne mee live biraa irratti as deebi'i
Wonni ifa naafin taane qorichi ni jiramo hin jiru guddisaa dhugaadha?
Matii nafi ta'aa me qoma ko
Dr maali ini yeroo fincan finca'u namaa gurba Kun malii? Ini 2ffan yeroo finca'ee deebi'i dhumarrati waan dhigaa fakkatu finca'a Mali Kun?
Galtoomaa Dr anii barumsaa keessaan karaa hundaan naan hordofaa !! ☺️
Maatii naaf ta'ii
@@waadaatube3214 matii nafi ta'aa me
Dr Durgumaan durbaa takkaa ijaan lalanii arguu hin dandamaa maliin durgumaa akkaa tatee bekuu dandenyaa anii durmumaakoo jiratefii dhisesaa hin bekkuu sababisaa dhagalaa dhigaa hin agaree sanafii durbumaan jedhanii esadhaa jedhee damukoo dhiphataa wattaan yadadhuu kessaa da ummaa kottii dhigii bareduun takkaa dhagalaa uu isaa nii yadadhaa lafumaa ka.eettoo ofumaa sattii dhagala ee anii durmumadhaa jedhetoo hin yanee tasumaa sababiin qalbefadhemoo dhigichii bayyee baredaa malidhaa dhigii akkanaa jedheen garamamee ofumaa kottii dhiraa harkatii hin banee durmumaan kiyyaa bayyeen gadaa amayyuu nii shakkaa jiramoo hin jiruu garaa kuttachuu dhadhabee dr nafimii wakkanaa
yoo mirkaneessiste hin wayyuu?
Thank you Dr abba cabsaa
Dr gababumattii kan guddisuu danda,uu malii mee naaf ibsa isaan durattii waan gaarii nuuf fidaanituu Galatooma ❤❤❤❤
❤❤❤
Oro maatii Naaf ta'aamee Namni Oro taate qofti🎉❤
Me qallii ko waana riifeessah nama raahha. balleessuu naafa himmii mee ❤dhii famah,wallii ،🙏
Dr baay,e isiniti haajame lakfsa bilbila keesani naaf erga
Thank you Dr
Galatoomi Dr 🙏🙏
Dr keenyaa waan gaarii hojajaa jirtaa akanummatii ittii fufii
Thank you doctor I love you so much ❤❤❤❤❤
Thanks alot Dok!
Waan bay'ee irraa hubachaa jira doctor jabadhaa ❤❤❤issin jalanaa
Galatoomaa dr barumsa keessaan hordofaa jira
Ulfaadhaa Dr. Hiriyoonni asjalaa gamakoo kottaa walaloo hordofaa
Hi
Thank you Dr🥰
Tnku Dr Nafyad
Baga nagaan dhuftan doctor.
th-cam.com/video/DdFyPVHrRRk/w-d-xo.html
Gaaltomii Dr satii wojin faydamanii wolii himu hin dagatinii
Well come Dr nafyad
Dr keenya umurii nuuf dheeradhu. Jabaa namaa
Kotuu me atis mati naf ta'iilammii too
Abbaa cabsa keenyaa xiqqaate guddatesa yaa rabbii muuzii fiddeem ardha 🙆🙆🙆😁😁😁😁😁😁😁
Sirii godhe bar
Thank you Docter ❤❤❤🫶🫶🫶🫶
Dr wanii ammaa barbaduu dhifamaa wajiin dhukubaa goggaa barilee jedhamtuu tanaa akkamittin of irraa ittisaa...garuu dhifamaa
Dr ani yeroo dubartii bira demmu laphee koo bayye na rifataa, na sodachisaa hanga bira gahuti erga bira gahe booda daqiiqaa 15-30 erga ture nar bada rifaatuu kiyya, yeroo rifaatuu kiyya kuni nati dhagahamu fedhii waan jedhamu kessa kiyya dhabamaa gonkummaa ni bada kuni sababa mali dha rifaatuu kan akkamitti dhisuu danda’a
Maatii naaf ta'imee qeerroo koo
Thank very much Dr
Dr nagaan sif haata'uu gaafa wal qunnamti saala goonu akkamittin utu ispeermi itti hin dhangalisin tursisu dandeenya? Jechun wal qunnamti saala yeroo dheeradhaf akkamit geeggessun danda'am?
Dr. Muza nuti argisista 😊😏nuf jirachu galatomi Dr kenya ❤
Matii nafi ta'aa me baredu too
Akka waan keenya siti argisiisu feetaa😀😒
💏
Tank you dr
Normal issa hangami dheerata Dr
Welcome dr
Thank you a bunch doctor❤
Dr Durbumaan akkamittiin akkaa debiyyuu gochuu dandenyaa
Dr Qaqqabuudhaani moo Akkam jechuudha ?
Dr.mucaa biyyakoo barnoota kenniteef galatoomi.ilma biyyaa jabaadhu!
dr qama kiyya mudhii gadii nah hoosisa maliirraa nah hoqsiisa?
Dr Amma waqti namaaf kennerratti dabalachuun ni danda'ama?wan fedheefu isin nu jiraadha
Jabadhuu Dr
Wantoonni hamma tuffee xiqqqeessan hoo jiruu Dr?
Dr lakofsa keergi bayee rakaadha jira
Muuzicha ittiin nuuf ibsite sana garuu eenyutu nyaate?
Qamani salaa baye'ee xiqqaa fi kan furdinaa isaa xiqqaa ?
Dr eessatti argamta?
Thanks doctor
Thank you doctoor
yeroo walqunnamtii saalaa akkamiin sanyiiin akka hin dhangalaane goona dr
Dr 🙏ko dherradha Akmin furdissa
Qalla dherra qaba dubrtotara midha wayii fida😛
Kkkkkkkkkkk kolfaani mucuqi barana 🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkkkkk wayii ya ijolle kenyaa
😁😁😁😁😁
Haqaa ja ka🙄😶
Dr wanii Misha kasaa jirtuu akanumatii itii nu fufaa jeneraa
Nama ttii Tollaa jabbadhuu akkanumati ittii fufii
Dr akkam
Thank you docter.
Keenna ta'uu ketii heddun gamada nuuf jiradhu Dr💖💖💖
th-cam.com/video/DdFyPVHrRRk/w-d-xo.html
Kiya 13 .10💪🙄
@@zeenuudiinjamaal3261 ketii🙄🙄🙄
@@rahimaarahima5000 Eee kotu walbara kara fb kiya 😊
Sijaladha
Dr.gaafii isinin irraa gaafii qaba?
Baga naga dhuftee Dr
Maatii naaf ta'i bareedduu koo
Dr kiyyaa wly senti meraa kudhaa 15.6 gababadha mo dheradha jedhama
Thanks DR for all explanation !!!!
4:45 😂
Dr. Gaaffii qaba akkamin isin gaafachu danda'aa?
Thank you dr
Your idea is very important for me
Dursaa kan Kee irrattii yaalii godhii nuu agaarsisii boo?
Akkam dr naafyad yeroo rafuu abjudha naan hasawaa furmani isaa maalidha eessaa akka dhifuu osoo bekkee natti tola
Aboo sobdee jirtaa doktora malimitii rabumaa ñama gudisaa hin sobin jamaa ñama
Dhiroo malumaa rabbi nuu argisisaa ijooleen dhiraa kun maa waa waal argisisuu jaalatuu
Matii nafi ta'aa me baredu too
Ok ani immo baay'eeman fedha jiraam Dr kun dhugumaa????
Soft nuf matansu dandessa?
Thankyou doctor
Dr kenyaa nafiyad ittii fufaa Nuf Galaatomi
Matii nafi ta'aa me
thank you ❤❤❤
Doctor nafayad maloo wa'ee omeg3 nafi hojadhuu fudheen na dhukkubbee malifi akka ta'ee hin beekuu😢😢
Thanks.dr
Galatoomaa Dr
Thank doctor
Yaada gaariidha Dr
Barnoota gaarii sirra arganne Dr galatomi
Galatoomi dr
Dr heduu Galatoomi yeeroo sagantaa biraa qabatee dhuftu qaama saala dhiraa kan cabe akamiti fayuu danda a imoo kan lalafu kan hin Jajabanne akamiti aka Jabaatu godhuun Dandahama???? Kana irra nuuf ibsi
dr akumaa jedhmuu qammni salaa koo oduu daqiqaa 2 hin gutinn dhagalaa maali godhuu maaloo
Thank you my doctor
Kan dafee dhaangalsuuf malii fuurmani isaa nuti himaa mee Dr maaloo hin rakkanee
Inni daabalaata namoonni tokko tokkoo killee fi damma, loommi, sprity faa diibudhaan ni guddata jedhuu kun hangaam dhugaa dha
Thank you doctor
Kotuu me atis mati naf ta'uu
@@MameTb maati nafi tai mee sanyii koo
Ok Dr.
Waw thank you doctor
Ok guddisuun ni danda'aama
Garuu rakkoo hin qabuu doctor 🎉
Thanks doctor!!
Dukiye kootu maatii naaf ta,i keenna too
Dr kiyya Dheerinna 27cm 7 inch