Anoo kabee kan gaafan as irraati argu fi gaafa inni moo hojii kan dalagu argu na Rajee Qeerroo bareeda Qeerroo jabeessa nama waan ofitti quqamuu ta'u isaan baree baga keenya taatee Qaxaaleekoo❤❤ kuni hunduu ba'aa Oromoo bachaa jiruudha😭😭😭
Kabben dhugaa dubbachuu nama dandetti cimaa qabuudha maalo obn midiyaan boqollo sun addaan nu jalaa kutee asirrati dhuuf dhiyyessa diraama hiree kan kumaan barraye sana
Garaam garamiii reee dubiin naatu duraaf laleee mee namiin kaabee kabitiii jalatanii like godhaa
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
diraamaan kabbitoo baay'ee kan namatti toluu fi dhugaa hawwasa keessa jiru dha baay'ee nama boonsa jabaadha
Meee Warii akkaa kiyaaa kabitoo jallatanuu lakii tuqaaa
good
ok
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
bagaa nagaan dhuftaan warii kabee wan hundaaf namati toltuu dhugaa jabaadha ijoolee like godhafi jajabesaa
Wayoo.Kabee jabadhuu.ergaa.gudaa.qabaa
ergaa guddaa fi barumsa guddaa qaba jabaadha... keessumaa seenaa ummaata keenyaa naannoo finfinnee, akkaata inni itti qe'ee isaa irraa godaanee rakkachaa jiru ifaattii waan lafa kahudha. akka yaadati immoo wantin jechuu barabaadu; kutaa kutaa isaa xumuraa irratti wanti ittin xumuramuu waan qalbii nama harkisuu fi maltu taha laata jedhame calmaattii miraa nama raraasuu osoo tahe gariidha.
Ayii kabbee! Dandeettii akkanaa Osoo qabduu, Dhoksitee taa,aa turtee durayyuu!
Akkaa waan guddaa hojjettu abdiin qaba.
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Mee warrii keessaattuu namichaa isaa taksii waamu kan isin boochise akka koo like xuqaa 😭😭😭
Wayyoo kabbee Koo dhugaatuu imimaantuu ija nagutee ayiii caraa oromoo dhugaatuu hojatee
the true story of Oromo in the surrounding of Finfinnee. Well done Kabada
Anoo kabee kan gaafan as irraati argu fi gaafa inni moo hojii kan dalagu argu na Rajee Qeerroo bareeda Qeerroo jabeessa nama waan ofitti quqamuu ta'u isaan baree baga keenya taatee Qaxaaleekoo❤❤ kuni hunduu ba'aa Oromoo bachaa jiruudha😭😭😭
Amma yaa kabbe kabitti eessuma dhaqee kee laftti baga nagahaan dhuftan kaa 💜💜💜💜💜💚💚💚💚💚💚😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Wayi Obbo Kabbee Kabbitoo,hojiin kee namatti tola(Quuqqaa Oromoon Finfinnee Irraa qabu)kallattii nutti hima!!Galatoomi,Rabbi Naafxanyaa irraa si haa eegu malee!!!
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Wow kabbito heedduu si jalaanaaaaa hojiin keessaan gaariidha jabbadha 😍😍😍😍😍😍
Oh bayy'ee nama tola,isinnitti gamanera! Ammas sirritti jabbadhuu kaa dhigaa! Horomaa sirritti firfii nu godhatu🤠🤠🤠🤠🤠
Bagaa nagaan nuuf dhuftan FIB 🤝♥️🌳💓
Ayii diraman kun kan ajaa'ibati dhugaadhuma jirtu dubbaata isuma oromoon koo lafaa isaarra buqa'ee idoo bultii illee dhabee abshir kabbito😥😥♥️🌳💔yoon bitadhe nyaachu dadhabee ilaaluu hin danda'uu uuuuufff oromoo koo 😥😭😭
Har'aa commati dhan ani tokkoffadha 🙏♥️🌳♥️
Kootta mee ijoolee oromoo koo like Sher godha FIB kana hojii gaarii hojjecha jiru 🙏💓🌳💕
Lookee oromiyaa eessa jiraattaa?
Kabbittoo jechan ittiin si ibisu hin qabuu garaa nageesse Waaqini Oromoo sibira haa goruu nuu jiraadhu jabaadhu.
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Kaabbitoo Bakka Abbaa Lataa akka nuuf buutu Abdii sirraa qabna ,Birbirsaa atis Baay'ee Di dinqisiifanna
Ittii fufaa••••••••• Diraamani kunii senaa dhugatii waniii oromon ta'ee
Jaabadhaa Ummanii oromoo Like gochuu hin dagatinaa
Uuuuuuuuuffffff yaa oromoo koo ana nyatuu otoo qabnuu rakataa tanee biyya kenyaa irrati kessumaa tanee
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
kabbitoo si jallaanna nu jiraadhu ❤️💚❤️
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
@@kushnationtube6505 tole kottuka
Ijolen Oromiyyaaf orommmoo
Bichaa.tatee like godhii
Ergaa guddaa.qabaa
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Kabee best wow baa'yee namati tolaa dhugaa keep going 🥰
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Kabee jabadhuu lencaa oromoo waani gaarii hojachaa jirtaa bayyee namaa tolaa haalumaa kanan hitti fufii
Kabe betam betam yamrali woow kebeni mitilu estii❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwww kabbitoo fayaa nuuf ta.i collee nanaa
Jabaadhu kabbee! Hojii bonsaa hojjeecha jirta!
Kabitoo koo bagaa nagayani dhufatni 🙏😁😁😁😁😁😀
Jabadhuu Sanyii hojiin bareddaa kunii Itti furii
Kaabee kabitoo bayee namatii tolaa jabadhuu
Danii fayisa
Kabbitoo jiradhuu tolee
Dhugaa Umata kenyaa Tulamaa senaan isaan garaa nama nyataa
Kabbitoo, Dubbiinke hunduu dhama mi,aawaa qabdi. jabaadhu
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Bay.ee galatoomii kobitooo iti fufaa💞💞💞💞💞💞💞
Jabaadha waan gaarii hojjachaa jirtuu
Nafi tatee kabee koo jabadhuu itti fufii
Omg I have no idea 😭😭😭😭
Ayii kan kenyaa kanaa dhugaa kabee hesteren dirama kanaa gafaa kesaa galanii yadan namaa bosisaa jabadhaa qosan kesanis bayee nama boharsaa lamiwan koo
Bagaa nagaan dhuftaan itti fufaa
Jabadhaa halumaa kananii itii fufaa eragaa bayee qabaa
Kabee ko bayye si jalladha jabadhuu
Waan hajahonati oromon kenya waan dabarsedha
dhugaa diraman kun ergaa gudaa qabaa jabadhaa wali gudasaa
Jajabadhaa oromoo koo ergaa guddaa of keessaa qabaa halummaa kanan itti fufaa 👍 👍 💪 💪 💪 💖 💖 💖
Kabbitoo hojin kee barumsaa guddaa qaba jabadhu 👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ergaa ufi keessa qaba qomoo ko oromo ko haa rakadhu ani😭😭😭😭
FIB nuf jajabadhaa midiiyaan oromon qabduu kan buharttii FIB qofadhaa
This is the first in its content! Thank You Kabitto!!!
Baa'yee bareda gaaruu Ji'a Afaan oromooti baaressaa
Bagaa nagaayaan nuf dhuftee kabbitti
wawawa Bayye Bayyee baredadhaa!
Sennaa dhûgãã tii! KABE.
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Jabadhu kabada no:1
ergaa.gudaaqaba.jabadh👍👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏💓
Ergaa guuddaa qaba jabadhaa
Kuni homa jiru dhugaa rabbi
Amaa ya kabee kabiti wow baay,ee namati tola
Naa dhamdhamsisii ja'iin
Anaa Haa Nyaatu! Hedduu namatti dhagaa'ama dhugaa Waaqaati!
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Wow.ittii.fufii.baayee.namati.tolaa.yaada.guddaa.ofi.keessaa.qabaa⚘🌱
Kabiti kenyaa nuf jiradhuu jabaa koo
jabbadhaa bay ee namaatitolaa
woooooooooooooooooooow baay'ee namatti tola
Diraamaa ajaa'ibaati, jabaadha
Wwwwwww barumsaa bayee iraa arganee jabadhaa lamii too💕💕💞💞💞💞💕💕💞💞💞💞💕💕💞💞💞❤️❤️💞👍👍👍👍👍
Kabben dhugaa dubbachuu nama dandetti cimaa qabuudha maalo obn midiyaan boqollo sun addaan nu jalaa kutee asirrati dhuuf dhiyyessa diraama hiree kan kumaan barraye sana
Kkkkkkk namati tola jabadha kolfakolfan du'e ani walayi
Maloo Maloo kabbitoo jalalii sii naa qabee
Diramichii egaa guddas qaba akkataan worabii isas bayye baredaa.
Kabee bayye sijaladhaa sii argachuuf yada turee kara sii argadhuun barbadaa
Matille woliif taana
Yoo dandetee lakofsa kankee naaf ergii kabbe sidubisuu barbadaa 🤳
Kabee kabito 😆😆jaabadha👏👏👍
Baayyee tokko namatti tola. Galatoomaa itti haa fufuu.
Yaada: Loogoon FIB otoo diqqoo diqqaatee ni wayya natti fakkaata. Yeroo itti haanuuf itti herregaa.
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Wow jabadhaa bayyee namattii tola oromokoo
Jabadhaa bayyeesa namatitola tolee kabbee ittii fufaa 👌👌👌👌
Aboo Jaalee hedduu dandeessa itti fufi ... Danda'uu keetif shakkii hin qabu garuu... haalan deeggaramuu qaba
Wowwwwww namatii tolaa dhugaa jabadhuuu
Jabadhaa bayye baredda
Seenaa dhugaa kuuni filmmi malii ta.ee karraan bushofttuu guuttani namaa malee multaa namaani suunsi lammi too kaani barbachaa hin qabbene malli gonna uuuuufff meqaan gubbani rabbin dhugaa isaani yaabasuu😭😭😭😭😭😭
Bayyee garidha kabito keep up
Hhhhhh kabbeetoo 😍😍😍 jabaadhaa!
Diraaman kee bareeda garuu yeroo hundaa garam garam baayisiin
Ergaa barsiisoo hedduu qaba itti fufaa. Waaqnis rakkoo oromoo mudate tana nurraa haa furu
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
kabbitoo kolfaan naa ajjeefte. nama daandeeti addaa qabudha Abbaa lataa natii fakkaata.
wow! jabaadhaa baayyee namatti tola
Wowowowowowowowowowowowow bayee namatii tolaa jabadaa ijolee keenyaa keenyaa 💚💚🌳🌳💚💚💯💯💯💯💚💚💚💚💚💚💚💚✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🤩🤩🤩
Kabee is the best jabaadhu kabiti 💜💜💜✌️
😃😃😃😃😃❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤ bay eee nama tti toltu jabadhaa
Kkkkkkhhhh woyoo kabetoo baayee namatti tolaa itti fufaa 😁😁
diraamaa baay'ee namatti toluudha
Baay, eee garaa namaa boressaa😭
Wowwwwww bayyee namati toluu jabadhaa ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚💚👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪
kkkk waan ajaaibaati
WOW galtoma erga baayee qaba dhugaa ♥️♥️♥️♥️♥️🐅🐅🐅🐅🐅🤙🤙🤙🤙
We need more same this pls keep it up 💔😭🙏
Dhugaa kuni hunduu carraa ilmaan oromoo keessa jiraa
Jabessii bayyee namati tollaa
Darartu Nagash Jabadhu
Hhhhhhhhhhhh wallahi diraama ajaibati ergaa off kessa qaba garuu page kana haa guddisnu plesse jajjabessu qabna yaailmaan oromoo qulquullu share subs godhafii 👌👌👌👌😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Aàplbll
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
Woowwww jabbaadha
Kabitoo kolfaa naa ajestee
the best episode which have good message for these ...
JALAATAMITOOTA hordofitoota FIB tv page kiyyas maalo subscribe naa goodha
namni Kabbioo jaalatan
woyoo Gara koo jabadhaa Qomoo koo itti fufaa. kkkkk