Wayii......miskiin...baay'ee garaa nama nyaatti....anaanii...! Akkasitti hin boosisiin Ibsu. Jabaa'aa Jajjabeewwan keenya. Jireenyi biya ormaa hadhooftullee tattaaffin keessan baa'ee namatti tola lammiiko. Gorsa xiqqoo ishee Obseef, waan si mudateef gara waaqakee kadhachuun cimnakeeti; garuu daftee harka hin kenniin, "hin dandahu" hin jedhiin; waanti hin dandahamne hin jru. Big Love & respect from Delhi.
Obse/Ibsu please keep moving we happy we really enjoyed your prank me always admiring you baye gammandde am from Kenya orma mungu akupeni maisha marefu na akuepushe na hasidi na afya njema Aslamu Alkmu 😍
Kkkkk ana kan na ajabie warra comment jalat bohu kana 😃 jarri maridhan hojatuu obsen ni bektii fakessuf akka wan bossu tati malee osoo bekuu batte 1ffaaa mana ishee kessatt akkamitti foxa rifensatt ufatte demti mana kessa jirti sila? 2ffaa yeroo inni itti bilbiluu kana camera fundura qofaa tessee akamitti bosiii bakka bira tasuma kate hin dhaqxuu? Hundafuuu jabadhaa ...
Mashallah obse bareduko wan gari dhagefatta shek anuwar 😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏uuuuuffe obse miskun wly rabbumatti iayyatti😭😭😭ibsu haram aleyik ya bulgu wly si arbsuf jedhen dhise imimansi gara sin gubu😭😭😭😭😭😭
Warronni nu jalatan Video keenya like comments godha galatoma
Prank Ara'a hedduu obse arse jira dhifamale gafadhe jira isinle dhifama isin gafadha video kenya Facebook Irraatti akka post gonne kabajan isin gaafana
@Ibsuobse isin wora biyya eesaati plz🙏 gaafii kiya naa deebisaa plz🙏
Jabaadha hedduu isiin jalaana Oromoo tiyyaa please asuumman maati naaf ta'aa anaafis
@@maxamedwardi8099 keeniyaa nati fakkatee iddoo isan jiraa sis koo 😘 moo iddoo dhaloota isaani barbadee?
@@firiolshawaa7230 idoo dhaloota isanitiin barbada👍
@@maxamedwardi8099 ibsaa harar obseen immoo boranaa akkan deebii isaa hordoftotaaf deebisa hordofeeti sistu
Mee namni akaa kiyaa obse fi ibsuu jalatuu lik tuqii 👌
😘😘
Sanyi mati naaf tahi
@@umabdallah2910 jabadhuu hujii garii ira.jirta
@@dubaix5836 galatomi 😍🤗👐
@@dubaix5836 kotuu mati naf tahiti
Ani pirankii kesan miti obsee wan garii dhagefatii shekaa Anuwar mashaa Allah ♥️💯✅
@Suraphel Diriba kotuu mati naf tahiti
Wan hundaa caalaa kan na gammachuu obse shehk Anawaar dhageefatuu wly yaa Mashaa Allaah 🤲❤💚❤
Aboo miskintitii bochistee jirta bayyeen isin jaaladha from Djibouti 🇩🇯
Yaa ummata Muhammad sallu ala nabiyya sallallaahu aleyhi wasallam ❤❤
Salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii salaalahuu aleyii woo salamii
Sallallaa alley wasallam sallallaa alley wasallam sallallaa alley wasallam
Wayii......miskiin...baay'ee garaa nama nyaatti....anaanii...! Akkasitti hin boosisiin Ibsu. Jabaa'aa Jajjabeewwan keenya. Jireenyi biya ormaa hadhooftullee tattaaffin keessan baa'ee namatti tola lammiiko. Gorsa xiqqoo ishee Obseef, waan si mudateef gara waaqakee kadhachuun cimnakeeti; garuu daftee harka hin kenniin, "hin dandahu" hin jedhiin; waanti hin dandahamne hin jru. Big Love & respect from Delhi.
She anawar dhagefatii obsen maashaallh ❤❤❤❤
Mashaa alhaa obsee misikin bochiftee ❤❤❤❤❤❤
Wallahi nan boohe wayiiii obsee anis ta akkanaa rabbi naaf ha kennu garuu piraankii jettanii dilii quuftan rabbiin siif hin dhiisin ibsaa
mashaa allah rabbin walif isin ha dhisu garuu piranki nama rifachisu hin walirrati hin dalagina ishii
Nama sijalatu wan akana irati hin dalagin ibsu huji kee garu halan bareda mashalla jabadhaa
Pole saana hiyo ni mapenzi Bila Julia Hakuna mapenzi😍
Obse tiyya pirank ta'uu osoobeeku siwaliin booye anis😭😭😭gara laafettii tiyya😢
Mati naaf tahi sanyi koo
@@umabdallah2910 tole atis koottuu
@@samiirabaaleeroobe5512 kotuu mati naf tahiti
@@alimatube9535 tole atis maatii koota'i
@@samiirabaaleeroobe5512 oke galtomi
An dhufuu obsee and Ibsuu bareeduwwan koo namni jalaatan like tuuqa asuumman matii naaf ta'aa qomoowwan kiyyaa
Maati siif ta'eejiraa atis koottu gamakoo sanyiitiyya
@@samiirabaaleeroobe5512 anis siif ta'een jira qashtii koo
@@samiirabaaleeroobe5512 mati nafi ta'i Sanyi ko
@@monetijalala6104 tole atis koottu gamakoo👍
@Biree Chanel siif ta'ee jira atis kootu maati kootitti dabaalami
Maashaalaah ibsuu obsee hedduu isin jaaladha yeroo dheeraaf isin hordofaa ture hanga isin waljaalattanis nibeeka garuu wantichi ulfaataa tahus prank kee keessaa inni dhugaa natti tole kana obseen immoo gara laafettiidha dhugaa jaalalli akkanaa yoroo kana hin argamu rabbi addaan isin hin baasin isin jaaladha
Wrttttt
Obse/Ibsu please keep moving we happy we really enjoyed your prank me always admiring you baye gammandde am from Kenya orma mungu akupeni maisha marefu na akuepushe na hasidi na afya njema Aslamu Alkmu 😍
Uuuuuu obse misikin dhuga ibsu arga kee🥰🥰🥰🤦🤦🤦🤦🤦🤦😅😅😅😅😅😅
Osumaan sin eguu dhuftanim maadami tiyyaa takkaa bunaa danfisii nan jetee qoyii hangaa bishaan daanfuu dawaadhaa 🤣💋❤ p/s garmaalee waal hin rifachisinaa qashtotaa keenyaa hedduu takkaa isin jaladhaa 💕 ijo like naf godhaa mee an miskinaa maadami tanaa 🤣
Uuff obise misikina koo
Matii naf ta'ii
@@hannaasafe1733 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
@@islaam5485 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗💕
🌹🌹🌹❤❤❤❤❤❤❤
Wayyo obse to garalafetti akka tiyya rabbi walif isin ha dhiisu heddu takkan isin jaaldha
Adara muc buskuta kan hinrifachisini ibsu heddu jaladha obse 😍😍😍
Woyii gurbattinanaa 😂🙄obsee osoo dhugayyee tayee salatee du ayii godhuu qabdaa mallee tetee boyyuun siraa egamuu hudafuu jalalaa tesan rabbii ijaa hamtuun isiniraa haqabuu💚💚
Maasha allah ❤️ lakini akkanti hin bochisin plizzzz 🙏🙏🙏🙏🥰 Akka male rifate
Ibsu walhi wabilahii an sitii aretin jiraa Mali brother sitii ha hafuu wani akana
prankn keessan hedduu namaa bohaarsas barumsaa qabas akkasumaas natti toltaan rabbiin woliif isin haa dhiisu babaareduu ijollee oromoo kiyyaa🥰
Umataa jalalaa akkatii naa marartanii dhugaa rabii ❤❤
Malo ibsu mafi bochistani obsee miskina tiyya wolahi Sii wojin boyee love you guys wolahi
Ibsuu arra garaa kiyyaa yuu na balleessite waaw
Dhugaa rabbi dubbachuf wolii galtanii soba keessan
Shakkine shakkii kkkkkkkk
Warri prank dalagu hunddi wal mariyataniiti bar😅😅😅
Ibsaa 👈🏿🤸♀️👈🏿🙆♂️👈🏿shafoo obsenii botee hojii kee nyadhuu👈🏿🙄🤸♀️👈🤣🤣🤣🤣
Kkkkk ana kan na ajabie warra comment jalat bohu kana 😃 jarri maridhan hojatuu obsen ni bektii fakessuf akka wan bossu tati malee osoo bekuu batte
1ffaaa mana ishee kessatt akkamitti foxa rifensatt ufatte demti mana kessa jirti sila?
2ffaa yeroo inni itti bilbiluu kana camera fundura qofaa tessee akamitti bosiii bakka bira tasuma kate hin dhaqxuu? Hundafuuu jabadhaa ...
Itti himii kuno yeroo hundaa fake prank hojjetu sobde bosii obsen 🤦🏽♀️fake prank mana immo ittuma osoo dhisani wayaa kuni prank hin jedhamu walala haa gowomsan malee waraa bekuu gowomsuu hin danda'an
Wllay heddu na rifachiftee obsen
Mashallah obse bareduko wan gari dhagefatta shek anuwar 😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏uuuuuffe obse miskun wly rabbumatti iayyatti😭😭😭ibsu haram aleyik ya bulgu wly si arbsuf jedhen dhise imimansi gara sin gubu😭😭😭😭😭😭
Masha Allah Tabarakaallh obse hedu naa gamachiste shek anawar dhagefata miskina wly 😭
Aswrwb sanyii mashallah welcome back
Mee maatii naaf ta'aa
Mati naaf tahi sany koo
@@umabdallah2910 siif ta'ee jira um abdallah
atis maatii naaf ta'i
As wr wb akkami ibsuu and obsee waliin hora waliin toltan masha allah
Mashaallah mashaallh obse tiyya wlh dawwa dhageefati
As wr br obse fi ibsuni jirtu nagya qabdu piranki kessani hedu nama buwarsa garru ibsuni wani obse bochisu hin hojatin hedu takka sii jallati masha allha walifi issin hadhisu wani namti tolu obseni sheeki anwari dhagefati amale niyaa tesani rabbin issni hagutu jajabadha issni jaha
Uufffff Yaaa rabbii wly Anuu bay'ee boohe😭😭😭😭😭😭😭😭😢
Obsee miskiina too😭😢
Mati naaf tahi sayi koo
Biyyee teessan hin kijbinaa ibsuun akkas obsetti garaa jabaatu 😉☺😋😋🤣🤣
Uuuuuuuuffff obsee koo ❤️sumaa faanan bohee😭😭 dhugaa argumaa piranki kana dhugaa rabbii dhiisa maaloo yaadoodha wal fixxaani anillee isin faanan bohaa dhugaa 😡😡😭😭😭😭
waahunda caalaa obseen shee Anwaar dhageeyfatti maashaallaah kanaatu nagammachiise❤❤❤jabaadhaa heedduuna boochisinaa malee
Kkkkkkkkkkkkk waayooo waayooo obse gara kafta akkam
As wr wb akamii nagaya wayiii obse miskina ya obse tiya ibsu hojii ke nadhu
Obsaa dhugaa dubachuf an wan heduu laale takka akka arran tanati hin bonyee gafaa filmaa Caltuu rabbiraa laalu tokko maalee hundafuu obseen nama rifachiftii rabbiin akka Jartii obsee tana naf haa kenuu wly walifis isiin haa dhisuu jaa baye baye heduu garaa nama nyatii obseen way badaa jalalaa tana uuuuuuuuufffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭 akka siti dheratuu nan bekka garuu hadara Comment tiyaa tana dubisi silaa nu bochiftee obsaa bro koo qali an kanin Comment tana si baresee Sa,udira sif baresee sin jalaadhaa bro ko
Dhuguma Anille film rabbirra akkasuma na boochisa
Ani guyya naai calamee dhugaa guyya jarsi kiyya qabamee naa jedhuu uuuuuuuuuufff😥😥🤕🤕
Ibsu har'a like hin tuquu
Mee maatii naaf ta'aa
Ibsu yokiin obse issan jarsaf jartii mo akkami silaa Masha Allah bless 🙏😃😃😃😃
Eeee jarsaa jartii wolii haa dhisuu ♥️♥️♥️♥️
💓💞💗🖤💯💯
Uuufffffiiiiiii miskinaa tiyyaa wlh ana naa boochiste wlh😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mati naaf taha sanyi koo
Bannaa bochisaiin obsee ibssuu essiin jalana mashaalaha rabbii walin umrrii essiin haa dherssuu
Uuuuuuufii obsee naa bo'ichisite😭 maloo bareedu koo hoji kee nyadhu ibsaa ❤❤❤❤
Tiruu koo maati naaf ta'ii
@@sifanorotube926 toolee hadho koo jabadhu ❤
@@ganetbaqallaa8514 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
Ibsa obsee isinii jalaldhaa Amshir sistuu too🥰🥰🥰
Uuuuuuuuuuyiii yaa Miskinaa KO Wolaahi Naa Bochiftee 😭😭😭😭😭
Matii nuf taha isiniif taherati qalii nama ❤❤❤❤ jabadhuu oro koo 🎉🎉❤❤❤kotaa
Biyoo nyadhuu ibsuu wly bayee gara nanyatee obeen😭😭
Maashaa allah waliin isn haa dhiisu
Allaaha kabaq ayaan kuleeyahay wll this is the best thing to have to do to
Sittii mufadheraa ibsuuu obsee miskinaa bochiftee dhugaa😭😭
Walyekm sallam worafamatulih wobarkatu Mashaallaa Mashaallaa rabbiin umurii kessaan nuf haa dheeressu bayyee issin jaladhaa jabadha
Obse gara laafetti koo wallahi baye gara nama nyatta ufffff ibsu lamata hin boochisin abbo
ወይ እነዚህን ጥዶቺስወዴቸዉ ዉላሂ ሁሌነዉ ቪዶዉእስኪያልቅ እማየዉ ኑሩልኚ አይለያቹሁ እወዳቹሀለሁ ❤👈
Wolhii hin bhee uuuuuuffff
Mashaa Allah ija namarra rabbiin isiin haa hanbisuu hadhaa mana garii akkana kana qabachuuf alhmdulilaa jahii umrii wajjiin isiin haa dherressuu tabarakalaa 🫶👌💯💝💖🙏
😭😭😭obsee misikinaa
Mashallha welcome byee nmtti tola garuu obsen niboche❤💚❤👌
As wr wb qaaliiwwan ko rabbi wojjin isin ha tursiisu ishenis sitti of gatte miskina tana prank akkana irratti hin dalagin ibsu maalo 😭😭😭😭😭😭
Wl wr wb akkmii nagaa kesanii❤❤❤❤❤❤❤❤
Ibsuu obsee welcom❤
Obsee miskina tiyya garalafetti tiyyaa na
Boochiste wly😭ibsu akkan hin rifachisin jartii kee😡
Mati naaf tanyi sanyikoo
Ayi miskkina walhi obsee tiyaa 🥺😭😭🥺🥺😭😭😭
Obsee you make me cry 😭😭ibsuu this is no good you make like my boyfriend 😭😭😭
Kotuu garaa mana kiyaa
@@islaam5485 kotuu mati naf tahiti
😭😭😭😭😭😭😭😭💔💯
Way obse miskina wlyh😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Welcome bagaa nagayan dhuftaani jabadhaa 😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤😚😚🌷😚❤❤❤❤❤❤😚😚🌷🌷
Mati naaf tahi sanyi
Wlh Rabbi sin dhiisu ibsuu
Kkkkkk huccuu ufadhuu jedhaan Camera itti banee kkkkkk
Hhhhhhhhh eeee dhuga
@@diboramucaiyesuswallaggaa7630 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
Haram aleyka ibsa wly oson akka pirank tahee bekuu narifachiftee obsen miskina tiya😍😍
😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔bayy'ee garaa nama nyata obse
Mati naaf tahi sanyi koo
Ibsu masala obse biraki ajaiba irati hojte😭👮♂️🤦♀️🙆♀️💯👈
Yoyaa😍
Sisitu koo maati naaf ta'ii
@@sifanorotube926 tolee qaashitii ♥️♥️♥️
@@haawwiioromo6368 mati nafi ta'i Sanyi ko maalloo 💗💗
Way bar waliin nu boochiftee yaa ibsuu waliin turaa horaa daraaraa nuuf jirraadhaa
Ws wr wb Well come ijolee qalii
Mashaaa allh mashaaa allh mashaaa allh mashaaa allh jabadha heduu nama toltanii
Mskinaa wallahii 😭😭
Mati naaf taha sanyi😊
Obasee koo oton pirki ta.uusa bekkuu bohee waqaa uuuuff misikin koo😢😢😢
Hi ibsuu camera ittii baanee akka aja'ibaattii biiraa deemee woyyii obsee miskinaa 😭 😭 😭 😭 😭
Ayii😭miskaina koo Obse❤❤❤
Kkkkkk siraa Dalage Haraa taka Waan akasii in argine das jedha
wayii obse miskinaa too
Well come 👍
Wahiii yaa Obse miskina tiyaa abshiir hojii biranki tan qaba
Wel come ibsuu and obse I love you isin jaladha
Kotuu matii naf ta'ii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤hedduu sijaaladha qaaliwwaan oromoo
Yaa Garaa Laftii too 😭😭😭😭 Haram Alleykii Wollaah
Bifttuu maatii naaf ta'i sanyii koo
😢😢😢😢😢😢😢😢😢 walif isin ha dhiisuu walahi Hasiidafi hisitii isinira ha😢 qabuuu walahi Rabin misikina walahi obsene😢
Ee bade dhira tana😭😭😭
Ooooooo sorry obseye wlh baleysiteey jirtaa ibsaa 😡😭😭😭😭😡
Missikkin ko obse muddanokanu namudate nayyadadhe uuuuuufffffffiiiiiii polisi biyya su,uudi Arabia 🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhuugaaa 😭😭😭😭
@@iftuutube7841 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕💕
Maloo ibsaa park Aksii dhisii obseeni misknaa wly 😭😭😭😭😭😭
Maaliif Sobdu?🤔🤔
Analee dhugaa natii hin fakkanee
Mashs Allah mawaidha dageyfachu jirti
Prank kessan hunda kessa wly kanatu naa bochisee
Uuuuuuuufff obsee wly garaa na nyatee