ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ajjeechaan sukkaneessaa Darraatti raawwatame hojii Abiy Ahmad ta'uun shakkii hin qabu. Waggaa tokko dura Abiy Ahmad aktivistii Oromoo waajjira isaa keessatti waamee "Diinota koo qaama isaanii gara jabummaan cicciree nan ajjeesa" jedheen ture. Aktiivistiin kun erga biyyaa bahee booda gaaffii fi deebii afaan Oromootiin kenneen kana dubbateera. Abiy Ahmad ajjeechaa kana humnoota Faanootti komachuuf karoora baafachuun, Batee Orggeesaa akka ajjeesan ajaja kenne ture. Batee Orggeesaa rasaasa 11n gara jabummaadhaan ajjeefame. Namoonni ijaan argan loltoonni mootummaa Batee Orggeesaa jiipiin fudhatanii deeman arganii turan. Oduun kun duraan waan miliqeef, seenaan "Fanoo isa ajjeese" jedhu gadhiisuun waan ulfaateef, dhiisanii deeman.
Why does a country have a prime minister? If he does not take care of his people, how shameful is the Ethiopian prime minister?
Ajeechan umataa kenyaraa hadhabatuu 😢😢😢😢😢
Shanee shanee jetan bakka shaniti issin ha kutuu ppp fi fanodha kan ummata kenya nyata jiruu
Sobaa nudhisa haadaraa Umataa fii birmadhaa haadaraa Waaqaayyoo ❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️🔥💔❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤☝️
❤🎉
Eelamee Obbo Hiiylu kaleessa Gooftaani kee"Faanon goota Amaaraaf Itiyoophiyaati yoo barbachiisa ta'e amma Jijjigat ni boobasina" jedhe ture. Mee dhuga nuti himi isiin huminaa Faano Oromiyaa keessaa qulqullesuu qabdu? Yoo hin qabdan ta'e akka Oromon ofii irra dhoowwuu itti hima. Utuu jaarmayaa Oromo wajjiin nageenyaa busuu dandeesani faanon Oromo kabaji ture. Garruu hubanaf angoo jaalachuu keessan biyya nageenyaa dhoowatee.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❣️❣️❣️❣️❣️🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭☝️
ሀይሉ አዱኛ እመኑኝ ዋጋ ትከፍላላችሁ