Wow Barnoonni kee Baay'ee Namatti tola Kana jedhee ibsuu hin danda'u garuu barnoota Social Science ta'an kan akka B.Management, Business, F.Accounting, Macro E, Statics fa'aa osoo baarsiifte Maal ta'a
Wayine erga mid fudhanne argu kootti Nan gadda🙆🙆🙆🙆 baayye namatti tola dhugaa Isa hafeefis isin eegna maaloo nuu daddafa final nutti dhiyaateraa✍️✍️✍️ Bahir dar irra.thanks
Abshiir sanyiiko, waliif jirra. Jabaadhaa, commentn keessan na onnachiisa. Share waliif godhaa. Kan hafes akka gaariittan hojjedha, ani Bahir Dar University illee barsiiseera
Baayye guidance si galateeffadha.garu nuti baayye miidhama jirra.maalif yoo jette psychology qofa A fidun bicha gaha miti .maalif subject birootis nuuf hin hojjene rabbumaaf jettani .yoo muxaanno hin qabne instructor biro hin jiru kan akka keeti maaliif rafa me oso nuti miidhama jirru.nuti amma dbu irrahi finally guyya 4ti akkamitti maths fi physics. Geograph fa qoramna afaan orma nuuf hin galu yoo dandesse akka nu gargantuan.galatooma.jabaadhu waliin jirra.
Oboleeyyan field amma egaalte takkaa nu cinqite iyyafadha nu hojjadhaa warri amaranya hin beyne bayyee cinqamaa jirraa University 2 qofa keessaa jira debre markos fi Walloo University
barnoonni cimaadha an homaa hin danda'u afaaniis hin beekuu amaariffa hin dhaga'u jedhanii dubbachuun hafee afaan saba guddaan barnoonni itti fufe abbayyaa qaalii keenyaa ogeessaa fi beekaa oromoo
Share it pls#
Thank you so much our legend!!!!
akkami ngh jirta professor Kenya baayye bayyee galatoomii yoo dandesse inclusive yoo nuf hoojate barbana kamafuu nu gargarii
It's good having such kind of person who is thoughtful about his people. Thanks a million for your good intentions working
Please thank you for your help
Ok l got that place you are the only great teacher for students. We are with you. don't afraid continue 🙏
Bonanza we proud by you please thank you for your good work. WE LOVE YOU ❤
Best lecturer
Guddaa galatooma nuuf jiraadha waaqayyoo bara keessaan yaa eebbisu. Nu biraa hin hafinaa.❤
Umrii dheeraa nuuf jiraadhaa. Baay'ee sin galateeffana
Your teaching is attractive continue
thank you so much for sharing your great knowledge my teacher
@Bona Tsegaye You welcome bro🙏❤🙏, and don't forget to share it please
You are our teacher . Thank you
Thank you our lecture!
i can't thank u enough professor. You help me alot🥰🥰. I'm fresh student at HU
Barsiisa jabaa akka keeti irraa barachuun ko guddaa natti toleera galatoomi si jallannaa❤
I am appreciate you from Haramaya University ❤💚♥️ oh my Allah help My brother lecture bonanza
nuuf jiraadhu barsiisaa koo thenk you somach
Share nuuf godhaa.
Baayyee galatoomaa hayyuu keenya ilmi isin caalu isinirraan haa dhalatu thank you more
Psychology isinumaaf jirra.
As ga'eera! Baay'ee galatoomaa barsiisaa keenyaa Waaqayyo isin haa eebbisu!!!!!!!!
thanks my professor
❤❤
Many thanks dear, pls share it
Wow Barnoonni kee Baay'ee Namatti tola
Kana jedhee ibsuu hin danda'u garuu barnoota Social Science ta'an kan akka B.Management, Business, F.Accounting, Macro E, Statics fa'aa osoo baarsiifte Maal ta'a
hojiin kuni bayyee gaaridha jabaadhuu itti fufi sifaana jirra
as ga'ee bira darbeera hojii keessan jaalladheera dhugumaaan isin beekaa dacheen Oromiyaa Itoopiyaa badhaastedha.
Bonanza wisdom sabni keenya afaan qofaan nuti beektota qabna jedha Kun garuu arraba qofaan ture. Hardha garuu , dirree barnoota dabalatee hayyuun akka Kee hayyummaasa hojiin Saba lsatti argisisuu eegale kana qabaachuun baay'ee baay'ee ana qofa osoo hin taane, barattoota oromoo hundaaf gammachuu guddaadha. akka kanatti dhaloota osoo barumsa jaallatu garuu sababa afaaniif barnoota jibbe akka koo barumsa jaallachiste waan barsisaa jiruuf galatomi.ammas boqonna hunda qopheessite akka nuuf gadhiistu kabajan sin gaafadha.hayyuun hayyummaasa Saba isaaf haa hiruun dhaamsa kooti
Sanyiin akka keetii haa baayyatu
Thank you our professor keep it up helping us love ❤
Baayee baayee nuuf galatoomi!!! Baayee nu gargaarte dhugaa.
Guddaa galatoomi barsiisaa koo
😊😊
Baayee gaaridha jabaadhaa. Instructer.
Baayyee baayyee galatoomi my brother waan guddaa takka godhaa jirta jabaadhu
Bonza Bonza father of psychology . Please chapter Eleve about social skills.
PROFESSOR BAAY'EE SIN JAALADHEERA!
Anivesaw jeginaw
keep itup
Thank you so mach for sharing your great knowledge my teacher❤❤❤❤❤ i appreciated you
Guddaa eebifamaa❤
Barsiisni keessan baayyee nuttii toleera boqonnaa 5 fi 6 ille gaaffii duukaa otoo nuu dhiyyeesitanii DDU irra😍❤😍
Ulfaadhaa, irrattin hojjechaa jira, waan gaarii as baasa amma, isin immoo share godhaa
msha allah haala gaariin nu ibsuuti jirtta galllatoomi
Galatoomi Abdi
Guddaa galatoomaa!!!!!
Teacher, i will to say to you great thanks my pr
Nuf jiraadhaa ❤❤❤❤👍👍👍
as gahe hubadherra galatomaa.
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa 🙏🙏🙏🙏
Dhugaa hedduu takka galatoomi Professer barsiisaa kiyya duraanii ammallee beekumsi siif haa dabalamu.
Sanyii ofii, kabajami, share share naa godhaa🙏❤🙏
Thank you.
jabaadhu goota keenya.
Wayine erga mid fudhanne argu kootti Nan gadda🙆🙆🙆🙆 baayye namatti tola dhugaa Isa hafeefis isin eegna maaloo nuu daddafa final nutti dhiyaateraa✍️✍️✍️ Bahir dar irra.thanks
Abshiir sanyiiko, waliif jirra. Jabaadhaa, commentn keessan na onnachiisa. Share waliif godhaa. Kan hafes akka gaariittan hojjedha, ani Bahir Dar University illee barsiiseera
🙏🙏🙏🙏🙏 galatoomaaa
Ulfaadhaa, share, like comment akka namoonni godhan hodhaa
❤❤❤❤❤❤❤❤ bayyee gaaridha ❤❤
Thank you My teacher
God bless you
Thank you
thanks very mch
Dhiifaamaa Namaati toltuu nuu jabaadhaa lammii koo isiin jaalaana
Naaf jiraadhaaa qaaliwwan keenyaa. Share godha, subscribe with bell🔔 gochuu hindagatinaa 🙏❤🙏
Baay'ee Galaatoma!
baayyee natti tolta. galatoomi guddaa.
Thanks...so much
Baay'een sinitti gammadee nuf jiraadha itti nu fufaa akkasittii
Tole guddaa Eebbifami. Isin qabeenya keenya dha. Share nuuf godhaa🙏❤
@@bonanzawisdom2025 muuziqaan kee baay'ee waan namatti toludha dhugaa qoricha mukaatiiti yes yes yes yes
Share share
Bay'ee nuf galatomaa Bekaa kenyaa issa hafes itti nuf dabbala addara fayinalii ga'ee
Tole tole
Dansaadha. Continue more.......
Walumaan🙏❤🙏
Share share it pls
Thanks so very much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee nati toltee jabadhu
Me too♥️♥️♥️
Galatoomi sanyiiko, share naaf godhi
thank u teacher
Ulfaadhu Gammeekk, ❤🙏, pls keep sharing
Nageenyi badhaadha akkam jirta nagaadha aboo sit haa tolu jechun barbaada bayye nati toleetin jira baruumsi kee kanumaan itti nuu fuufi jechuun barbaada bayye kabajamii baayyeen si jaaladha dhuunfaa kiyyan jechuudha keep it up
Sanyii ofii naaf jiraadhu, akka ati na jaallattu anilkee hedduun si jaalladha, share share naaf godhaa, waliif dhamaanaa🙏❤🙏
qaaliwwankoo eebbifamaa. dhugaadha guddaadhuman barnoota keetti gammadaa jira . maaloo turtee turtee gad indhiisin. danuu keessaa kankeetu sammuu nama hawwataatii dafii dafii gad nuuf dhiisi .ana qofa miti danuutu itti fayyadamaa jiraa. unit 5 nuuf qopheessi gaaffii wajjin.lammiikoo .bonanza wisdom youtube thanks .
Kabajami, share godhi❤
Baayye guidance si galateeffadha.garu nuti baayye miidhama jirra.maalif yoo jette psychology qofa A fidun bicha gaha miti .maalif subject birootis nuuf hin hojjene rabbumaaf jettani .yoo muxaanno hin qabne instructor biro hin jiru kan akka keeti maaliif rafa me oso nuti miidhama jirru.nuti amma dbu irrahi finally guyya 4ti akkamitti maths fi physics. Geograph fa qoramna afaan orma nuuf hin galu yoo dandesse akka nu gargantuan.galatooma.jabaadhu waliin jirra.
Egaa tokkummaadhssn barsiisota biroo wajjin akka hojjennu haafachaan jira, anillee xiqqoo biiziidha, hunda hojjechuuf, Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
baay'ee galatoomi.si jaalannaa nuuf jiraadhu.chpter 3 fi 4 gaafilee utuu nuuf dhiyeesite.guddaa guddaa galatoomi.AMU irraa.
Surely, I will. Guddaa galatoomi lammiiko. Share godhi. Gaaffilee iftaan kaasee nan dhiheessa.
baayyee si jaallanna galatoom from debre markos u.
galatomaa sinuu baayy'ee tokko
Galatoomi
As gaheera guddaa galatoomaa
as gaheera
thankyou
Part 2 hin qabu
Oboleeyyan field amma egaalte takkaa nu cinqite iyyafadha nu hojjadhaa warri amaranya hin beyne bayyee cinqamaa jirraa University 2 qofa keessaa jira debre markos fi Walloo University
Than you very much
Garuu chapter 2'n maaliif hin jiru?
Module irra hinfayyadaman Barsiisonni baayyeen kanaafi
Abbaa Psychology jedhamtuu
Chapter 3 kanaa fi kan hafan gaaffiilee baasaatii you tube irra nuuf oolchaa faayinaaliif nu fayyada baayyee galatoomaa barsiisaa oromoota maraa isin jaallanna!!!
Tenk
Sidhaagefachaa jiraa
Kan Hafanis Itti Nuf Fufi Hedduu Galatomi
Bor na eegaa🙏❤🙏
sin eega jirra gaaffillee chapter 4 kessa bahanin test of godhuf
Memory moo motivation?
guddaa galatoom leenca keenna nuuf jiraadhu
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Thanks
Nuuf jiraadhu sanyii Kenya,,,!!!
Ulfaadhu, share nuuf goddhaammoo hadaraa.
barnoonni cimaadha
an homaa hin danda'u
afaaniis hin beekuu
amaariffa hin dhaga'u
jedhanii dubbachuun hafee
afaan saba guddaan
barnoonni itti fufe
abbayyaa qaalii keenyaa
ogeessaa fi beekaa oromoo
Ulfaadhu
Erga mid exam qorame booda post kee arguuttu na gaabisiise.Kana dura sin agarreen ture;maaloo,boqonaa 5,6,7,llee osoo silaa nuuf hojjatte baay'ee namatti tola.Nus si hordofnaa jala jalaa gad nuuf lakkisi.Final exam eegaluuf waan deemnuuf,pagen kun waan guddaa fuulduratti hojjata jennee abdanna.
Naaf jiraadhu, ati eessarraati? Chapteroota jiran hunda ittan fufa, waan xiqqoon eegaa jira, yoo baayyate guyyaa lama booda, 4 fi shan eegaa
Share gochuu illee hindagatinaa lammiiko
Barattonni hedduun 'presentation ' akkanaa kana argachuuf baay'ee rakkachaa turan,anis warra rakkachaa tute keessaa,isaan tokkoodha;ammayyuu akka carraan arge ,barattoota baay'eetti himee akka hordofanis ni goona jabaadhuu ati.
Barattonni hedduun 'presentation ' akkanaa kana argachuuf baay'ee rakkachaa turan,anis warra rakkachaa tute keessaa,isaan tokkoodha;ammayyuu akka carraan arge ,barattoota baay'eetti himee akka hordofanis ni goona jabaadhuu ati.
Naaf jiraadhaa
subjecte biratiis nuf hojjadhuu pr
Hedduu Galatomi
Naaf jiraadhu, share subscribe with bell notification gochuu hindagatinaa. 🙏🙏🙏
❤❤❤❤
Hedduu nattii toleera barsiisaa Koo galatoomaa, class keessaattii waal agarra
Ati barataa kiyya natti fakkaatta, naaf jiraadhu. ❤❤
Unit 6_7 nuu hojjeedha finalii tu nutti gaha jira
Motibation fi Personality dhaa?
namni hunduu barateef beeka jechuu hin dandeenyuu har.aas namooni baye.een ani baradeheera sadaarkan barnoota koos salphaa miti jedhuu gafa dubbaatan garuu nama hojiiti jijjire ani hin argiine hundu midiya irra ta.ee karaa biyyi ittin digaamtu ajaanda qopheese umaata burjajessa oola ani garuu dhugaa dubbachuuf wanaan jedhuu hin qabuu bay,ee natti toltee beeka jechuun akka keeti biyya kenyaa kan otuu beeka akka kee harka nuu busee waqni mal ta.aa jabaadhu goota goota dofuuma wajjin waraana wallitti banee misa.eela sammuu kessa jiruun barbadeese injifaate goota jabaadhu
Gammachuun keessan gammachuu kooti, milkaa'aa, mo'aa. Eebbifamaa🙏❤🙏
Jabaadhaa
Baayyee Gaariidha Abbe
Guddaa galatoomi, share godhaa🙏❤🙏
🙏♥♥♥
an asii gaheeraa
Barnoonni keessan haallaani namati tola galatooma haalumaa kana itti nufi fufa
asaa gahee
galtomii bayye
Gaariidha bakka tokkoti nuuf qindeesitee nuuf dhiyeesuu keetiif guddaa gltoma.
Guddaa galatoomi, atillee share gochuu hindagatin
Galatomi baay'ee gaaridha
Nuuf kabajama isin dhugaati qaroo qaruuf qaramtani
Kabajami lammiiko atillee, eessa irraati? Share gochuu hindagatinaa 🙏❤🙏
Annille diree dawwaman jiraa fireshi baran
Nu Toler galtom pro kenyaa