ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Obsii obbolesaa koo atii rabbii kan jalalaa dhugaa sif kenitu sif kenaa rabbii❤❤❤❤❤❤❤
Isheen daldaaltuu jaalalaati. Waan facaafatte haammatti. Siif rabbi jira
Dhugaa jalalaa dhugaa argachuunii hin cimaa Jabbadhuu kanii waqayoo sifii keenuu hin dhabduutii Yeeroo tokko Tokkoo kanii baleesuu dubbartiidhaa dhiriilee hundii garii mitii yaa rabbi 😭😭😭😭😭😭😭😭
Namnni kaayyoo qabu nama akka isaa argatee hinbeeku yoo akka carraa ta'e malee! obboleessa koo Ati cubbuu hingoone rabbi kan ishee caaltu siif haa kennu
Ajaa'ibaa durba bara kana maaltuu maracha yaa rabbii koo nutii araramii ati
Dhugaa waaqayyoo nuuf yaa dhisuu malee maal Jenna maqa durbaa hundaa baleesiti sarreen tuni
Maaf maratuu garuu
Silayuu faiyadaa barbachaa dhuftee isheen
Dhugaa dubbachuuf namichi nama jabadha garuu intalii rakkoo fayyadha isaa jallatee namumma isaa miti
Uuuuffeeee baayyee namaa ti dhagamaa 😭😭😭😭😭obboleecha kenyaa Ati waqaayyoo iraa hin dhabiduu Hoji ishi hin kenaafi
yomiyuu nameni jalalaa dhuuga namaa jalatuu murasaa qofatuu melikaya mesikenaa 😢😢 dhugaa Kani rabii jedhee ta'aa 😢
Wolah Namni kun nama garii dha Raabbii hiree sif ha basuu uuuuuufffffiiii
Homma mitii sif waaqayyoo Jira waaqayyoo sif haa latuu carraan kee harka rabbii keessa jira
Rabbiin obsaa sii haa kenuu qalii
Obbolessa koo hardha miidhamtee miidhama kee himatte .....boru guyyaa biraat inni miidhe boruusaarratti qormaata ka'eera. Jabaadhu Isheetu deeme malee kaayyoon kee kaleessaa si biraa hin deemne; ammas fuuldura kee jira, fuulduratti tarkaanfadhu.
Uuuffff rabbii akkuma hojii isii haa kannuuf 💔😭😭
Yaa rabbii bara malii keessaa jiraa malii naman yeroo ammaa kan fayyidaa qofaaf walii barbadaa waqaa sodaa dhisee
Lakkii in dhibbamtii ta'uu hin oluu intalii abdii in kutattii garuu Sirriti Itti yaadi malee jabaadhu hojii keeti Waaqayyoon Sii haa gargaruu
Dhugaa rabbii wallaggaa keessati qabeenya haa malateessu kana jedhuu hin jiruu anilee wallaggaatin dhaladheen guddaadhe waan akkas hin jiruu garuu jarii kunii hattootadha baga rabbiin irraa siin fageese obboleesa koo kan sii jaalatuu siif haa keenu rabbiin kee
Kuni dhugaa bayyee namatii hullifataa obbolesaa kenyaa sifii laphee jabaa siyyakenu micoo seta natuu Milla jalaa bahee laphee dhifamaa wayyoo kakenufii atii jabadhuu
Hojii sexanaa tee walligalitee kesaanii boresee tahuu malla atii waqayee kadhuu isaraa homadhabiduu
Rabbi obsaa sifi haa kenuu
UUuuuuuuufffffffiiiiiiiYaa Rabbii kiyyaaRabbiin obsaa sifi haa kenu Sanyii koo
Well came 💖
Ashirii
Jajabadhuu jajabee koo Rabbiin yadda kee galiman sifi haa gahuu
Bagaa itti dhiste kun silaa martuudha malee dhiraa ruktii🤣🙆♀️🙆♀️🙆♀️
😭😭😭😭😭jabadhuu obsii😭❤❤❤❤❤
Obbooleesa keenyaa waaqàyyoo Ga.aleEbbbifamee sii haa kun hoamati osaba fi haakeeun gooftaani kani sifi kee namumaa male iti yaadoo qabati Ebbifamii
Jabadhu Too
wayiiii,,,,jalaalii bara kana akam akam jira😭
Otoon sii ta,ee naan ajjessaa dhugaa fayya basuu
Ufffffff ufffffffff bay,ee nama gaddssii dhugaa
Araa shamaran Kenyaa maal taa jiruu 😢homaa mitii bro
Wayoo miskinaa wayii 😢😢😢💔💔
Amshir obbolessa koo waaqayyoo kan Akka garakee sif haakennuuIshiin garuu ni gabbitii dhukkubsaattee jirttii ishiin lafarraa ishii haafudhuu
Biyyee haa nyatuu isaanii uuufff misakanaa koo amishar hirena qodaa rabatii
Seennaa kiyyaan walii fakkaataa😢😢
Itti hin yaadin bonaa
Ayii durbaa walgaa
Annimmo utuun hime kana caalaa nama boossisa garuu akkan miidhameekana rabbi guddan ni'arga
Amshirii Rabinii Sif haa Mijesuu Rakkoo Tee
Woyii shamaranii Garii❌
Abashiriih habii womaa mitii anii garuu kan naa dhibee yeroo ishin bibilan odesituu enyun wolin odesitaa jetee gafatuu?? Rabin tan isii calatuu rabin sif haa hiruu ishii duraa dhiyanaa ketii mitii abashiriih
Obsii
Ajaaiba !!!!!
Duubarttiin kanaaf gargaarsaa ogeesaa barbacissaa.Wa'ee dhibbee samuu
Bayyee bareeda
UuUuuuuuuuf yaa shamaran toko toko hojjii kessan sinif ha kennu
Isheen durayuu qarshii male muca hin jallanee sababini isas isheen nama biri namara nyachuu waan barteef waqayoo gai.la ishee haa diguu yoo nama lammafati jalatee itti hiremutee
Why?
Uuuuuuuffffii yaa rabbii maal kun
Kana argee nan fuudhan anaf abjuudha nagatti yaa bulti godhatin ilman horu
Lakii dhugaa waqaayyoo akkasii hin jedhii kaan kee inuma jiraa
Nama gadisisaa dhugaa
😢
wayyi obbollesa koo muddano kenyaa nat fakkata bayyeen gadda dhugaa 😭
ajaa'iibaa dhalaa hatuu faayidaaf namaa jallattuu
💞💞💞💞💞💞💞🔥🔥🔥🔥🔥🔥🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍
😢😢
Namnii kun Dhugumaa namaa yadaa qabuudha waqayyoo sii haa milkesuu
Ati itti herumii me muca miskinaa kanaa
Yeroo hunda dhufeetan midhamakoo himadha anis namnis akka barumsa narra argate of eegii abdin qaba garuu lakkofsa bilbila kasdan hin arganne jimmarrayyi lakkofsa keessan naaf erga
😢😢😢😢😢
Welcome
Aster t
😭💔
Kkkkkkkkkkkk
Abaramtu
Uuuuuuufffff
😭😭😭😭😭😭
Hirin qodaa rabii jechun kee dhugadhaa jajabadhuu garuu abdii kutan
Uuuuuuuffffffff bayee namatii dhagamaa
tana hidhanii garafuudha
Miskinaa namchii kun durasa duubartin biri jaalatuu bultifi in tatuu dhuga icci
Aja'ibaa kunis
Xinfiin hin dhooftuu
ati rakkinaa guddaa qabdaa wallaggi bultii dha hin tahaan yoo bultii yeroo gabaabaa / short term / jedhan san malee tiidarii dha hin tahanii isaan namni wallaggaa maqaa dhahatee tokkoyyuu
Qarshii siraa barbadee isheen dhisii dhugaa
Kkkkkkkkkkkkkkķkkkkkkkkkk
8331 YJ tii
Kkkkkk😂😂🤪ba'aa gudaa naraa bu'ee🤣🤣🤣🤣
Mali atii rabini hin sodatu
Mooniye me Akamiti si argachu danda.a maqa efbi ke naf ladhu malo
Fb qabii monet jedhi Gali
Dhiisa siif Rabba jiraa jabadhu kayyook galaman gii
Kunis hin jiraa
Kunis jira safuuuuuu
😭😭😭😭
😭😭😭😭😭
😢😢😢😢
Obsii obbolesaa koo atii rabbii kan jalalaa dhugaa sif kenitu sif kenaa rabbii❤❤❤❤❤❤❤
Isheen daldaaltuu jaalalaati. Waan facaafatte haammatti. Siif rabbi jira
Dhugaa jalalaa dhugaa argachuunii hin cimaa Jabbadhuu kanii waqayoo sifii keenuu hin dhabduutii Yeeroo tokko Tokkoo kanii baleesuu dubbartiidhaa dhiriilee hundii garii mitii yaa rabbi 😭😭😭😭😭😭😭😭
Namnni kaayyoo qabu nama akka isaa argatee hinbeeku yoo akka carraa ta'e malee! obboleessa koo Ati cubbuu hingoone rabbi kan ishee caaltu siif haa kennu
Ajaa'ibaa durba bara kana maaltuu maracha yaa rabbii koo nutii araramii ati
Dhugaa waaqayyoo nuuf yaa dhisuu malee maal Jenna maqa durbaa hundaa baleesiti sarreen tuni
Maaf maratuu garuu
Silayuu faiyadaa barbachaa dhuftee isheen
Dhugaa dubbachuuf namichi nama jabadha garuu intalii rakkoo fayyadha isaa jallatee namumma isaa miti
Uuuuffeeee baayyee namaa ti dhagamaa 😭😭😭😭😭obboleecha kenyaa Ati waqaayyoo iraa hin dhabiduu Hoji ishi hin kenaafi
yomiyuu nameni jalalaa dhuuga namaa jalatuu murasaa qofatuu melikaya mesikenaa 😢😢 dhugaa Kani rabii jedhee ta'aa 😢
Wolah Namni kun nama garii dha Raabbii hiree sif ha basuu uuuuuufffffiiii
Homma mitii sif waaqayyoo Jira waaqayyoo sif haa latuu carraan kee harka rabbii keessa jira
Rabbiin obsaa sii haa kenuu qalii
Obbolessa koo hardha miidhamtee miidhama kee himatte .....boru guyyaa biraat inni miidhe boruusaarratti qormaata ka'eera. Jabaadhu Isheetu deeme malee kaayyoon kee kaleessaa si biraa hin deemne; ammas fuuldura kee jira, fuulduratti tarkaanfadhu.
Uuuffff rabbii akkuma hojii isii haa kannuuf 💔😭😭
Yaa rabbii bara malii keessaa jiraa malii naman yeroo ammaa kan fayyidaa qofaaf walii barbadaa waqaa sodaa dhisee
Lakkii in dhibbamtii ta'uu hin oluu intalii abdii in kutattii garuu Sirriti Itti yaadi malee jabaadhu hojii keeti Waaqayyoon Sii haa gargaruu
Dhugaa rabbii wallaggaa keessati qabeenya haa malateessu kana jedhuu hin jiruu anilee wallaggaatin dhaladheen guddaadhe waan akkas hin jiruu garuu jarii kunii hattootadha baga rabbiin irraa siin fageese obboleesa koo kan sii jaalatuu siif haa keenu rabbiin kee
Kuni dhugaa bayyee namatii hullifataa obbolesaa kenyaa sifii laphee jabaa siyyakenu micoo seta natuu Milla jalaa bahee laphee dhifamaa wayyoo kakenufii atii jabadhuu
Hojii sexanaa tee walligalitee kesaanii boresee tahuu malla atii waqayee kadhuu isaraa homadhabiduu
Rabbi obsaa sifi haa kenuu
UUuuuuuuufffffffiiiiiii
Yaa Rabbii kiyyaa
Rabbiin obsaa sifi haa kenu Sanyii koo
Well came 💖
Ashirii
Jajabadhuu jajabee koo Rabbiin yadda kee galiman sifi haa gahuu
Bagaa itti dhiste kun silaa martuudha malee dhiraa ruktii🤣🙆♀️🙆♀️🙆♀️
😭😭😭😭😭jabadhuu obsii😭❤❤❤❤❤
Obbooleesa keenyaa waaqàyyoo Ga.aleEbbbifamee sii haa kun hoamati osaba fi haakeeun gooftaani kani sifi kee namumaa male iti yaadoo qabati Ebbifamii
Jabadhu Too
wayiiii,,,,jalaalii bara kana akam akam jira😭
Otoon sii ta,ee naan ajjessaa dhugaa fayya basuu
Ufffffff ufffffffff bay,ee nama gaddssii dhugaa
Araa shamaran Kenyaa maal taa jiruu 😢homaa mitii bro
Wayoo miskinaa wayii 😢😢😢💔💔
Amshir obbolessa koo waaqayyoo kan Akka garakee sif haakennuu
Ishiin garuu ni gabbitii dhukkubsaattee jirttii ishiin lafarraa ishii haafudhuu
Biyyee haa nyatuu isaanii uuufff misakanaa koo amishar hirena qodaa rabatii
Seennaa kiyyaan walii fakkaataa😢😢
Itti hin yaadin bonaa
Ayii durbaa walgaa
Annimmo utuun hime kana caalaa nama boossisa garuu akkan miidhameekana rabbi guddan ni'arga
Amshirii Rabinii Sif haa Mijesuu Rakkoo Tee
Woyii shamaranii Garii❌
Abashiriih habii womaa mitii anii garuu kan naa dhibee yeroo ishin bibilan odesituu enyun wolin odesitaa jetee gafatuu?? Rabin tan isii calatuu rabin sif haa hiruu ishii duraa dhiyanaa ketii mitii abashiriih
Obsii
Ajaaiba !!!!!
Duubarttiin kanaaf gargaarsaa ogeesaa barbacissaa.
Wa'ee dhibbee samuu