Yeroo Jaalalaa

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 15 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 657

  • @megerssawakuma4157
    @megerssawakuma4157 ปีที่แล้ว +7

    obboleessakoo nama jaba ati balleessaa tokkoyyuu hin qabdu, jabaadhu, qorumsi nama bilcheessa, abdii guddaa qabda wanti ati gochuu qabdu, mucaakee sana jecha gaa'ila godhadhu, jaalala abbaa akka isheen argattu godhi, of biratti fudhadhuu guddisi.

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞❤

  • @wobioro9662
    @wobioro9662 ปีที่แล้ว +21

    Oboleesaa kiyaa inniisi kakuma kee ilmoo kiyaa irraa addanii bayee boyya jiraa 😥😥abshir annii biyaa arabatii osoo maa Jalalaani wolii jiranuu ilmoo dhiraa naraa argatee bodaa dimaa kiyasii hadhaa isatii naraa galfatee kunoo isasi dhaBee dimaa kiyasi dhabee gubataa jiradhaa inii demee hadhaa manaa biraa fudhee jiraa anni dalgataa dimaa kiyaa gudifataa jiraa namni midhee wanii hujii ofii hin arggataa attisii Jalalaa jalqabii isnisi hetumtee attisi fudhii garuu akkaa fetesi Tatuu ilmoo tee hin dagati anii inii fudhuu naa gadisfnee Dimaa kiyaa obbolesaa malee hafuu naa gadisise😥😥😥😥😥♥️ mucaa kiyaa bayee namaa jajabadha namaa dhaltee batii 8 lukku demedhaa yoo rabi jedhi isatuu Mataa kiyaa olii naa qabba anisi gafaa Tokkoo mountain wolii arggu kiyaa hin oluu ♥️💚♥️💚♥️jabdhuu oromoo

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo

    • @saraa-zy1vc
      @saraa-zy1vc ปีที่แล้ว

      Abshir ufuuu yaa alh😥😥😥

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 ปีที่แล้ว

      Itii bilbilii da.imaa ke si ha Argisisuu vidiyoo ni

    • @robidasayida5014
      @robidasayida5014 ปีที่แล้ว

      😢😢😢😢

    • @GameeTube-v1r
      @GameeTube-v1r 6 หลายเดือนก่อน

      ani sena kee dhagahen jiiraa saudi kesati sah

  • @waqayyoosodachuuogummaatti7908
    @waqayyoosodachuuogummaatti7908 ปีที่แล้ว +26

    Dhugumaa obblesaa bayyee namaa gadidisisaa waaqayyoo siif namaa akka laaphee Keeti siif haa yadduu uuuuffi maaloo Yaa sharamanii baraa kana dhirraa hin bo'achisana cubbadhaa dhugaa kabajaa qabachuu qaba hermate boodee yeroo biyyaa bate Ulfaata namaa kana jijjartu Lamaanuu dhirraa waaqayyoo sodadhaa adaraa keesani 💔💔💔😭😭😭

  • @ayaathiopia9214
    @ayaathiopia9214 ปีที่แล้ว +3

    Jabaadhu ati namaa baay'ee cimaa fi sodaa waaqa qabuudha hadhaa manas Kan akka yaada gara keetii waqayyoo siif haa laatu bagaa waqayyoo lubbu kees sii oolchee nama waan darbee sani dubbatu bagaa sii taasise jabaadhu dhugumaa ati nama jaalalatti

  • @Antikoo_Oromoo
    @Antikoo_Oromoo ปีที่แล้ว +2

    Mooneet bilbila Biranuu naf keni anis haadha fi abbaa hin qabu dhugaa namni kun hedduu gara na nyaate ani ijoollee dhira midhaman yeroon argu hedduu gaddaa ibbolessa dhira 1 qofan qaba ani 😭😭😭😭 imimaan dhira ishes hin milkessu

  • @keennaatafsayee7026
    @keennaatafsayee7026 ปีที่แล้ว +13

    Yeroo jalalaa kanaa bayyee ordofaa takkaa annii akkaa sennaa mucaa kanaa garaa naa nyatee hin jiruu dhugaa bayyee namaa gadisisaa uuuuuuufffff muuuu dubartii ottoo nuu umamuu banee jiranee akkakee waqayoo sifaa basuu hadhokoo garaa ishii ugumuu yoo ofii ishii yadduu batee dhalaa ishii hin yadoftuu kunii namnii jirenyaa biyyaa ormaa baree namaa hin midhuu biyaa alaa namaa samuu qabuu barumsaa bayee qabaa obsaa lee namaa kenaa garaa lafumalee namaa keennaa

    • @ammeekoo
      @ammeekoo ปีที่แล้ว

      Subscribe naf godhii qeshxii

  • @bareduuintallaaholotaa
    @bareduuintallaaholotaa ปีที่แล้ว +11

    Maloo lakk isaa naaf kenaa ani waggaa sagal wadaa isaa egee jalaachaa osumaan jiruu hiriyaa tiyyaa fudhee🥹🥹 ergaasii ani ilmaa dhiraa amanee jalaachuun nati ulfatee😭😭😭

    • @امجميل-د4ث
      @امجميل-د4ث ปีที่แล้ว +1

      Uuuuuuuuf senaa kiyaaf kee tokkoo ta'ee obsaa nuuf haa kenuu malee

    • @سمية-ف2خ
      @سمية-ف2خ ปีที่แล้ว

      Uuuuufff Obsii Miskinaa tiyaa

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo

    • @Shimekiya
      @Shimekiya ปีที่แล้ว

      Atis ni argattaa obsi.

  • @HaadhaIrbuu
    @HaadhaIrbuu ปีที่แล้ว +7

    Ayyii Anaan Haadhoo koo Edaa Shamarran qofa Jaalalaan miidhamaa naati Fakkattaa Kan Dhiirotaa keenyas jira 😢 Abshir Homa mitii

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว +1

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii

  • @sisaywwow8757
    @sisaywwow8757 ปีที่แล้ว

    Uuffff WAAQAYYOO dhifamaa isheef yaa godhu. Namumaa jaalallaan nama midhuf wayyoo dhugaa. Namni jaalallaa dhugaatti qosee qabachuu walalee ofumaaf midhamaa nama akkasittii debisee jaalattuu hin arggaattu qaamni lachu kanaf jenan omma miiti laphee qulqulluu qabanaan yomiyyuu ni milkoofta omma miiti bagaa WAAQNI lubbuu kee olche dhugaa rabbii.
    Garrummaafi omma miiti tun nama miiti jaalallaa bekktuu.
    Osoo nama tatee ilmoo ishee sanaf jeete jireenya kana qabesuu qabdi turee sila garuu hubaana dhabdee dhugaa.
    Omma miiti kee kan tatee kan lafee kee irraa argamtee WAAQNI siif yaa keenu kan dubartii nama miite dubartumaa nama fayyissaa jaaladhu dhugaa kan maata isheetti olitti sii jaalattuf sii yaadu argattaa nama dhugaafi jaalallaa bekku waan tatef abdii kee WAAQA kee irraa godhi. Warii durbaa dhiraa midhina isaan sina midhan dhugaa dhiraa bochisun ulfaatadha.

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme3153 ปีที่แล้ว +2

    maalii ta,aa namin tokkoo namumaa tokkoo amaname yoo jiratee uuffii bayyee nama gaddisisaa dhugaa waqaa waqayyooni obsaa sii yaa kenuu obboolessaa koo 🙏🙏🙏🙏

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii 😍🥰

  • @lagesaguluma2412
    @lagesaguluma2412 ปีที่แล้ว +1

    Baay'ee gaaridha.ilmi dhira obsadha.baarumsa gaari dabarsitee
    Dogoggori kee konkkolata keessati argitee jalachuu keeti.kaan ama fudhee Kun duranuu jalatee ishiif ta'u danda'a.kaanaf yaadda jijirter Demeter
    Kaan biro yeero fudhatani amalaa waali qayabachuun gotcha akkana nama olchaa.atii waqayoon si milkeesaa.ishin amoo gatii ishiif ni argati.jabadhu.hirmi bafadhuf

  • @oromiaisthebigofcountry5678
    @oromiaisthebigofcountry5678 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo ilmo keetifis sifis naga siif haa kennu. Homa hin yaadiin kormekoo
    Ati goota jaalalati.
    Waaqni sii waajjin haa ta'u.

  • @Gelila67
    @Gelila67 ปีที่แล้ว +5

    የኔ ውድ ወንድም ፍጣሪ ለአንተ የምሆን ይሰጣል አታስብ አፍቃሪ ሰው ሁልም ይጎዳል መጥፎ ሰው ለይ ይወድቃል በፍቅር የተጎዳ ልብ መቼም አይጠጋንም ፍጣሪ አፍቃሪ ሴት ይስጥህ ከባድ ነው መካደት ያማል አይዞህ መልካምነት ለራስ ነው አንተ መልካም ሰው ነህ በርታ

    • @frindhus
      @frindhus ปีที่แล้ว

      ❤❤❤❤

  • @BilkileTakale
    @BilkileTakale 3 หลายเดือนก่อน

    Namni jaalala sifi qabne baga sira adda base Waaqayyoo wan godhe fi qaba kan ijafi si ammane sifi qabera obsi obsaan anaan goromsa dhuga jedhani hadhookoo

  • @TsgeAbebe
    @TsgeAbebe 5 วันที่ผ่านมา

    Jalalaa kee biritii jirjirte ati moo isii wahe ishii ❤

  • @ababachoro
    @ababachoro ปีที่แล้ว

    Baga waqayyo lubbuu kee olchee .dhisii wa'ee isheef offi dhiphisuu gatii hojii ishee waqayyo ishee hin dhorkatu.ilmoo kee rabbii bakka jirutti waalin siifi yaa ta'u bakka guddaan siifi yaa gahuu waqayyo

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤

    • @ababachoro
      @ababachoro ปีที่แล้ว

      @@amanaaQuruu6491 atis maatii naaf ta'ii

  • @BuzeMamo-hv7uq
    @BuzeMamo-hv7uq 2 หลายเดือนก่อน

    Obbolleesaa koo qalii jabaa onee sibilaa Waaqayyo waan yadda kee siif haa guutu
    Namaa jaalalaa hin beekneef olmaa atii olteef hin beeknee gaatii isaa ofi argataa jabadhuu

  • @galaneb2340
    @galaneb2340 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuufffeee🤭🤭🤭🤦‍♂️🤦‍♂️😲😲😢😢😢😢😢😢😢😢, Rabin lape, kee, cabbee, waqayo, ha, fayesu

  • @singerbiraanedhaaba857
    @singerbiraanedhaaba857 ปีที่แล้ว

    Waayii jiirenyaa biiyaa laafaa laakii yaa dubaartoota keenyaa hin gaafiinaa humaa kesaan ofiiraatii soodaadhaa ☝ ☝☝☝☝

  • @senamidekesa2738
    @senamidekesa2738 ปีที่แล้ว +1

    Wayi miskinaķo anaani hin boyin obbolessakoo uuuuff maalo warri durbaa obbolesaa kenya warra dhiiraa hin boochisinaa jaalalaan

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 ปีที่แล้ว +1

    Humaa mitii ati kayoof karooraa keetii jabadhuu waqayoo nama akka ke dhugaan si jallatuu waqayoo sif kennaa isheetinimoo cubuun ke ni rakisaa waan si mitee demteef Dubai ulfa tatee Debitee birii maqan biroosii xuumrteee kasartee debitee ammas tanan isaa Ammaa itii heruumtee fanas yeroof male waalin hin tuuranii maalif jenan mucaan Amma ishee waalin jirenyaa jalqabee kun hanga biriin ishee dhumuutii dhugaa sanuu isaa dura mucaa qabdii kessummaa namni duubarti biyaa arrabaa Abba mana qabduu jallatuu Kan malaqa barbadudhaa !!!!

    • @mdamin9092
      @mdamin9092 ปีที่แล้ว

      Good

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo 😍🥰

    • @mdamin9092
      @mdamin9092 ปีที่แล้ว

      @@sifaantube wol ha barruu naaf ati

  • @mulugemechuu
    @mulugemechuu ปีที่แล้ว

    Malo yaa dumartota kenyaa malif dhirota mituu, senee gara nama nyataaa, waqayyoo nama akka laphee keti siif yaa kenuu, oma miti siiif rabbi ni kennaa ,

  • @Obsii365
    @Obsii365 ปีที่แล้ว

    Uuufffeee baay'ee nama gadisisaa dhugaa 😭😭😭😭😭 Waaqayyoo obsaa siif haa kennuu hadhoo koo jabaadhu mucaa biyyaa koo 😒😍

  • @jamiilamuhammad9753
    @jamiilamuhammad9753 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufffii Abshirii obbolessa koo Rabbiin atin ishii Calatuu si haa kenuu waan garaa Namaa Nyatii wolahii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ABDTubeABDTube
    @ABDTubeABDTube ปีที่แล้ว

    Woraa Abiyyaa Alaa jiraaniif halaa mijasaa anu mudaano gudaan qabaa namoni isiin hordofaan bayeen kaan biyyaa alaa jiraatani kara itti isin qunamanii banaa godhaa

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko o

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 ปีที่แล้ว

    Waqqayoo bagaa sii baasee wayiiiiiiiii dubartii waqqayoo Abaaree waqqayoo namatii hin qabiin 🙏🤲🥺

  • @رانيمحمد-خ5ق
    @رانيمحمد-خ5ق ปีที่แล้ว +1

    Rabbii kaa isii calatuu sifi haa kenuu wotti hunduu keyrimafii Abshirii

  • @sinbodej
    @sinbodej ปีที่แล้ว

    Seenan kee bay'ee gaara nama nyaata garuu isheen hiree kee waan hin tanef namni hunduu tokko miti kanaf atis nama sii jalattu walin jireenya kee egali rabbii obsa siif yaa kennu please warri shammaran jalalee fi ta'e abba mana keessanif amanamaa amanamuuman ofummaf wan ta'ef

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii

  • @gadisemamo4909
    @gadisemamo4909 ปีที่แล้ว

    Wayyoo hadhoo kenyaa bagaa waqayyooo du'aa sii olchee sif waqayyooo kennaa qabaa jabadhuu waqayyooo hojishii ni kenafii dhissii sitti gaftee hin milkoftuu ta'ii ilalii malif jenan kanumaa sif safartee sanan dachaa galfatii
    Atii waqayyooo kadhadhuu sif kenaa waqayyooo jabadhuu

  • @georgettesaber1
    @georgettesaber1 ปีที่แล้ว

    obolesa nana bohe dhagefadhe waqani kan sifi qode hin dhabadu💜🖤👍

  • @derartumesgabu4888
    @derartumesgabu4888 ปีที่แล้ว +7

    Uuuff garaa nama nyaata amshir yeroo hunda namni dhugaan nama jallattu hin milkaa'u waqaayyoo kan sif ta'uu sif haa kennuu ishinis sila si miitef gaati argateti gatin nama hunda waqaayyoo harka 💔🖤😭😭

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 ปีที่แล้ว

      Mattii naaf ta.iimee 💔💔💔💞💞💚💚💖

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii 🥰

  • @TsgeAbebe
    @TsgeAbebe 5 วันที่ผ่านมา

    Namni fayya qabu jabadhaa fayya keetii dhamani male hunduu qormataa qabna obsineti male lubbuu jabadhuu

  • @TsgeAbebe
    @TsgeAbebe 5 วันที่ผ่านมา

    Namnf jete ofi hin Jesi dhugaa waqqaa ❤

  • @DaseeOlifeen
    @DaseeOlifeen 2 หลายเดือนก่อน

    Maloo yaa shamari kenyaa akkasi hin ta'anaa maloo bakka katani yadadhaa rabi obsa sif haa jenuu sif

  • @hannaethio-ck4ko
    @hannaethio-ck4ko ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuffffff
    Waaqayyoon isheef ha dhiisu
    Jabaadhu sanyii koo
    Waaqayyoon kan garaa ker siif haa keennu

  • @biqiltuambo783
    @biqiltuambo783 ปีที่แล้ว +1

    Ijolleen biya araba jiru kan hiriya biya kenyes otto hin kayini dhufne pls ijollee dhira hin midhinaa waqayoo hubanaa nuf haa kenu

  • @sirkananmahamad4297
    @sirkananmahamad4297 ปีที่แล้ว +13

    Uuuuufffiii yaa jirenyaa adunyaa😥😥 yaa dubrati rabbii keessan sodadha ilmaa dhira akkan hin godhina😭😭😭😭

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii 🥰🥰

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

    • @afinani
      @afinani 6 หลายเดือนก่อน

      Dhisii dhiraa hin amanamuu😅😅😅

  • @soniyaatube7476
    @soniyaatube7476 ปีที่แล้ว +1

    Abshir rabbii hojjii ishee
    Isheef haa keenuu dhugaa rabbii baay'ee namaa dhukkubsaa 😭😭😭😭

  • @Dinagdee
    @Dinagdee 17 วันที่ผ่านมา

    Durmaa hiriyaa Qabdii rakkinna keessa bahuuf sitti fayyaadamtee malee 😊

  • @nakaanddom243
    @nakaanddom243 ปีที่แล้ว

    Obbolessa ko baga rabbi lubbu ke hanbise ta isi caltu Rabbi sif ha hiru

  • @MeliyaaFeso
    @MeliyaaFeso 8 หลายเดือนก่อน

    Uuuufff wly waan gara namaa nyatuudha Abshiir obolesa koo ❤❤

  • @adisaadisa4923
    @adisaadisa4923 ปีที่แล้ว +11

    አንተ ጀግናና በርታ 👍♥️♥️

  • @askelamerga-tm9mm
    @askelamerga-tm9mm ปีที่แล้ว

    Uuuuf omaa miti waqayoo Kan siif yadee siif hakenuu☝️☝️☝️☝️☝️

  • @kuurrig1793
    @kuurrig1793 ปีที่แล้ว

    Dhugaa dubartiin tokoo akanani dhiraa hin jibituu sii tolchitee 🤸🤸🤸🤸goshii

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞

    • @kuurrig1793
      @kuurrig1793 ปีที่แล้ว

      @@amanaaQuruu6491 ok

  • @firiyeetube2656
    @firiyeetube2656 ปีที่แล้ว +4

    Jalalii Kara kardhumati haafaa

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 ปีที่แล้ว

      Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💚💖💖💖💔💔💞

  • @BontuBogale-y7m
    @BontuBogale-y7m หลายเดือนก่อน

    ommaa miit jabadhu nama olma jalala hin bekkene dha kun siff waqayoo mama hikka jalala bekku siif bassuu

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu hadhookoo waqayyoo gariidhaa! Siif kennaa namaa itti boqotuu kan jirenyaa garii wajjin jiratuu ! Atii of jabesii jajabadhuu!

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 ปีที่แล้ว +1

    Obbokessaa kiyyaa siif immoo Waaqayyoo siif jiraa jajjabaadhuu haadhoo koo💔💟💞🙏🙏🙏

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @habibhal2375
    @habibhal2375 ปีที่แล้ว +1

    Wayyoo himimaa qabachuu dadhaabee anii Dhugaa waaqayyoo homa miti waaqayyoo Laphee kee yaadee siif haa Latuu obbolleesaa koo 💔

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 ปีที่แล้ว +2

    Bayee nama gadisiisaa,isheef wayoo siif waqqayyoo jiraa obbolleessa koo kan garaa keetii siif haa kennuu😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa4299 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufffee Seenaa kuni kiyya nati fakkataa baayy'ee gadee dhugaa bara dhiirrii gaarii hin jiree kana akkas godhu gaarii miti. Anile akkumaa namaa baayy'ee miidhame

  • @mdet4864
    @mdet4864 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞❤

  • @zenebechamdetsion7745
    @zenebechamdetsion7745 ปีที่แล้ว

    Yene wuda demon semir tewat leta yela ale ena berat❤❤❤❤

  • @sifaanesheetu7457
    @sifaanesheetu7457 ปีที่แล้ว

    waayyyooo yaa ilmaa namaaa bayeee namaa gadisiisaaa dhugaaaa rabiiii

  • @weynituwendemu8973
    @weynituwendemu8973 ปีที่แล้ว

    Dhugaa dha hiree kee miti kun garuu onee akanaa kana wayoo abshiri waqaayyo jiraa😢😢😢😢

  • @makiqasimmaki1531
    @makiqasimmaki1531 ปีที่แล้ว

    Rabbiin wani ofi jalatuu baka sifi ha busuu Abishiri wadaa isituu dhatee Ariga isii

  • @zinabsaa1325
    @zinabsaa1325 ปีที่แล้ว

    Ay rabbiin kan ise caltu sif hakenu
    Obalesako gara nama nyataa

  • @semalegirma1871
    @semalegirma1871 ปีที่แล้ว

    Shamaran yooo biyyaa aalaan demanii ruzin wan keessaa wal qoquuf niii jalalaa namaa nii iratiii barr

    • @saciathopia7125
      @saciathopia7125 ปีที่แล้ว +1

      Lakkii walitti nun qabinaa isheetu balageedhaa malee ani dhugaa rabbi kanin kuta 3 ffatii kaasee hamma10 tti wajjin baranne. Biyya arbatti Al 3 deebi'ee hamma yoonaa jalalumaan jiranna daa'imaa 2 godhannerraa galata rabbii

    • @semalegirma1871
      @semalegirma1871 ปีที่แล้ว +1

      @@saciathopia7125 ishoo kan akka kee kun dedebiyee yaa.dhalatuuu😁😁

  • @waletarafhael1097
    @waletarafhael1097 ปีที่แล้ว

    Ayii jalalaa kanii iyalanee kanii qoo richaa iqanee maloo waroo nii jalalaa namaa mitanii otoo jalalaa kesaa I galii nii itii yadaa jamaraa mee namaa imidhii naa jalalii Karabii tii ❤️❤️❤️😭😭😭❤️❤️❤️

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii 🥰

  • @muhalimshaw287
    @muhalimshaw287 ปีที่แล้ว

    Rabbii bulutii garii sii haa hirruu Amshir Homaa mitii

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 ปีที่แล้ว +6

    Qopheestu qophii yeeroo jalaala monet ❤️

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii 🥰

  • @sofiahuseen4589
    @sofiahuseen4589 ปีที่แล้ว

    Uffii wly sena baay'ee gaara nama nyatuu abshii waan rabbin sif qodee hin dhabduu rabbin obsaa sif ha kennu obbollessa kiyyaa😭😭😭😭

  • @PawulosragaGalu
    @PawulosragaGalu 10 หลายเดือนก่อน

    Maalgodhuree bireekoo jabaadhu waaqayyoo namaqaba guyyaasqaba jabaadhu hiriyaakoo

  • @dasiikiyyaa7578
    @dasiikiyyaa7578 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo obsa siif haa kennu mucaa ke immo waaqayyoo siif haa guddisu

  • @mazamaza4308
    @mazamaza4308 7 หลายเดือนก่อน

    Waqayyoo waan garaa keeti siif keenaa abshir

  • @sabboontuuwallagga5194
    @sabboontuuwallagga5194 ปีที่แล้ว

    Dhirii shawaa kun gottaa jalalaati warri shammarani garu of sirreessa

  • @HawiBekele-pd1ll
    @HawiBekele-pd1ll 7 หลายเดือนก่อน

    Waqaayyoo siif jira Biranuu homaa miti waqaayyoo nama Akka kee siif haa barbaaduu garuu dhiraas tahe dubaraa karumaa demtaniiti wal hin jaalatinaa

  • @belaineshaseffa6901
    @belaineshaseffa6901 ปีที่แล้ว

    Waqyyoon sif jira jajabaadhu

  • @xayibaxayiba1216
    @xayibaxayiba1216 ปีที่แล้ว

    Amshir oboleesa kiyyaa wolahi misikinaa yaa yaa rabbii

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo

  • @sisaayisisaayi4781
    @sisaayisisaayi4781 9 หลายเดือนก่อน

    Wayyoo bayyee namaa gadisisaa sifis waqaayoon jiraa homaa mitii😢😢😢

  • @SaraSara-me7uk
    @SaraSara-me7uk ปีที่แล้ว

    Jabadhu obbolesa koo homa miti waqayyoo si kisaa

  • @masaratmasarat7383
    @masaratmasarat7383 ปีที่แล้ว

    ወይግፊ ስልፊለት ሸዋደችኪ የሰረወን ይስጠት አቴ ከእግዚሐብሔር ታገኛሌ እሰ ግን ማጨረሸዎ አየሚርም አይዞ

  • @arsenalarsenal5349
    @arsenalarsenal5349 ปีที่แล้ว

    obboleessoo yaada ofan ajjeesa jettu sammuu kee keessaa baasi. ishees sammu kee keessaa baasi atoo bareedaa kanaadha kan ishee caaltu akka argattu shakkii takkallee hin qabu. dubarri kabaja shelee hin jaalatan broo ishee dhiisiitii dubara biroo jaaladhu.

  • @abdiiqasim3947
    @abdiiqasim3947 ปีที่แล้ว

    Rabbiin isiniif haa dhiisu yaa shamarran keenna

  • @obsee9140
    @obsee9140 ปีที่แล้ว +3

    Mucaa biyyaakoo Abshiri bro koo ❤️❤️❤️❤️

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo😍🥰

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko

  • @birtudiroohammasabdiijiraa8858
    @birtudiroohammasabdiijiraa8858 ปีที่แล้ว

    uuuuuuuufffffff maalif garuu jireenyii biyyaa lafaa kun obsii obbolesaakoo bayyee nama gadisisaa😥😥😥😥😥

  • @syphooroomiya7377
    @syphooroomiya7377 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyoo nama dhugaa sif hakkenu is ❤️❤️❤️❤️

    • @sifaantube
      @sifaantube ปีที่แล้ว

      Matii naf ta'ii sanyii koo

  • @tokkummanhumnaasabaakoo2045
    @tokkummanhumnaasabaakoo2045 ปีที่แล้ว

    Rabbiin jireenya isheeti ibiddaa haa qabuu dubartii gantuu

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 ปีที่แล้ว +1

    Dhugaadha Waqayyoo jalaallan waal faana nama tursuu Ameeen 💔💟🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 ปีที่แล้ว

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢onee kotuu nagadee dhugaa rabii waqaayyoo. Onnekee. Ajabesuu kodee koo murtesii kan ishee caluu rabii siifii kenaa

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii to ❤

  • @sanyiijawaar-w7e
    @sanyiijawaar-w7e ปีที่แล้ว

    Rabbii namaa gariin sii ha hiruu Amshiir

  • @saadaaoromooqellem73
    @saadaaoromooqellem73 ปีที่แล้ว +1

    Wallahi na boochise. 😭💔

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 ปีที่แล้ว

    Waqayo ishii dhaaf yaa dhisuu jabadhu obbolsa koo dhugaa gaaf tokko bati 😭😭😭😭😭❤️❤️😍💕💕💕💕

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞❤

  • @hanamulato701
    @hanamulato701 ปีที่แล้ว

    Brother oma miti hojii ishee waqayyoo ole bule gati ishee kenaf sif imoo waqayyoo nama garaa kee sif ha kenu onne kee mada ee kana si qorsuu bayyee garaa nama nyaata senaa kee oma miti tokko dhiraa rakko qaba tokko dhalatu rakko qaba adunyaa kun tokko miti maali godhuu miti jabadhu ati

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuufffffff maalii waanii akkasii mo yaa waqqayoo 🙏🤲🥺🥺🥺

  • @birtukantadese3085
    @birtukantadese3085 ปีที่แล้ว

    Anilee mudaano akkanan qaba garu akkamiti ibsadha?

  • @sisaybogale1333
    @sisaybogale1333 ปีที่แล้ว

    Gubaan jaalala kun bakkuma mara jira baay'ee garaa nama nyaata

  • @ayelechadere3597
    @ayelechadere3597 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuufffff gaara nama nyataa dhugaa waqaa

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 ปีที่แล้ว

      Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💖💖💔💔💞

    • @obseegorba
      @obseegorba ปีที่แล้ว

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko o

  • @sisayicaalaa5343
    @sisayicaalaa5343 ปีที่แล้ว

    Dhugaa Baay'ee Nama gadisisaa waaqayoo Nama garaa kee sifii Akkenuu😭💝

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 ปีที่แล้ว

    Waqayoo Jabenyaa Siif Yaa Kenuu 😭😭😭😭😭Kan Rabii Siif Qodee Lafa Jiriti Jabadhuu

  • @margeeassefa4630
    @margeeassefa4630 ปีที่แล้ว

    obbollessaa koo mucaa kee ofii birati fuudhuu barasifadhuu ishee dalagaa ishee haa nyaatuuti

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💓❤

  • @aminafayiso5912
    @aminafayiso5912 ปีที่แล้ว

    Annii garaa biyyaa yoon galee keessaanni ta.uuf qophidhaa monetii ammaf Dubai iraa biyati arsii iraa
    Obbolleessa kenya Waqayyoo sii haa gargaru jajalli Waqayyoo keessaa hin jiree hiddaa godhatee hin dhabatu Waqayyoo irratii haa kadhanu durasaa 🤲🤲🤲🤲🙇🙇🙇🙇☝️☝️☝️☝️📖📖📖📖📖📖📖

  • @Tiyyaatubefamily5423
    @Tiyyaatubefamily5423 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuffffffffee akkam gara nama nyaata dhugaa baay'ee naati dhagahamee dubartii dhiiraatti garaa gara baay'atuu gaarii mitti keessaati bultii waali godhatanii ta’e moo egaa ofii jijjiruuf biyyaa baate abbaa nama keefi amanamaa tatee ofii jijjiirtee jiru kee sana akka har’a mucayyoo ofi gidduutti ilaala jaalala ho’aa itti fufuudhaa seenaa kooti tokko naati fakkaata 😭😭😭😭 obboleessa koo ati nama jabaadhaa kuni dura yeroo malee buddeena fi bishaan keessaani tokko mitti ammasi kan lafumaa jirtii hunduu kan ta'uu danda'u fedha Waaqayyotti osoo argee dubbisee nama kana 😭😭😭😭😭😭

  • @asetashoma8755
    @asetashoma8755 ปีที่แล้ว

    Shamaris bee bayyee midhamnee jiraa jalala irtii gn aka dubara kn midhame hin jiru

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤💞

  • @nasaphone3340
    @nasaphone3340 ปีที่แล้ว

    Uuff kani ishi caaltuu wqni sif haa kennuu kani mucaa kee wajjin sii jalaatu

  • @diribetilaye6045
    @diribetilaye6045 ปีที่แล้ว

    Faaxeewaan maamadoowanti taaphaacha jiraatan waaqayyoo sinnif yaa dhisuu

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤

  • @badiriyaabdalla3705
    @badiriyaabdalla3705 ปีที่แล้ว

    Rabbi caraa bareda sif haa kenu

  • @martabose410
    @martabose410 ปีที่แล้ว

    Ayezon obboolleesso ishiin gatii harka ishii ni argatii dhugaa uuuuuuuuufffffff seenan keenyaa walfakkata

  • @tadumola5368
    @tadumola5368 ปีที่แล้ว

    Seennaa laphee nama cabsa Abshir obbolesa waaqayyo nama akka kee sifa kennuu

  • @konjitlemamom1752
    @konjitlemamom1752 ปีที่แล้ว

    Anaa na dhiyesaa me 🥺🥺🥺