Dhiifama gaafachuu fi dhiifama gochuun balbala nagaa banachuu fi mallattoo guddummaatti! Daree kabajaami nama koo ati dhalootaaf fakkeenya!❤👌 Barnoota fi kaayyoo keetiis milkaa'i🙏
Waqayyoo si ha milkessu obbolessako dhugaa baraa kanaa kechatti namani akka ke hin jiruu kan ishi caltu sif ha latu goftan abba Seras akka tatau goftan si ha garagaruu annu Al tokko tokko ta.e yon lalee haraa yeroo kana barumsaa ko itti xumuri hadhaa seraa ta.i ta.i na godha dhugaa baraa haqni iddo badee malaamaltuma iddo qabatee kecha jiraa wan ta.ef
Dhiifama gaafachuu fi dhiifama gochuun balbala nagaa banachuu fi mallattoo guddummaatti! Daree kabajaami nama koo ati dhalootaaf fakkeenya!❤👌
Barnoota fi kaayyoo keetiis milkaa'i🙏
Hi madami
Matii nafii tatii maloo sanyii
Senaa kee garaa namaa nyatusii xumuumrii kee namtti tolaa galtomi rabiin bakkaa yadee sii haa gahuu jabadhuu obolesoo
Galatoomi bro koo rabbiin yaadaaf muraadekee siifa guutuu
Keessattuu ofittiamanamummaa, dandeettii, yaada bilchaataa fi haalli dubbii kee shakkii tokko malee ati gara fuulduraatti hayyuu siyaasaa akka taatu tilmaamuun salphaadha.
Bravo 👏
Haaluma kanaan itti fufi.
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💐💐💔
Dhirooni samuu domaa mucaa kana irra barumsaa baraadha❤❤❤❤
Seenaa Aja'ibsiisuu yaa jaalala Waaqayyo kan hiree siif haa laatu
Mattii naaf ta.iimee 💞💕💚💚💐💐💝
WOW Eebifamii gudaa isaa waqayyoo ful dura ke ha tolchuu. Nuf jiradhuu atis monetti kenyaa.
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝❤️❤️
Ani ka jedhu yero jalala kana irratti shamarri hin hirmattu mo jechun ko shamarri midhamte hin jirtu yero hundaa dhiraa qofatu midhaa himataa
Harkii caalu shammarnituu irraa bayyee midhaamuu hin hasa'uun malee hadhoo koo
Yeroo itti aanutti waan ajaa'ibaa isiniif fidee dhufa
Utumaa midhamtuu calistee malee midhamuu dhabdee mitii.
Qani wayiitu nura baay'ata nu Shamaran irra malee kitba tokko kan ta'u seena guda kan qabu meqatu jira 😣🥺
Muca damma Atti Haasofnnike Heduu Nama Barsiisan Darbii Jiraadhu Rabbin Kan Waan Hundaan Guutu Taate Siif Hakennu ❤❤❤
Rabbiin sii haa gargaruu yaddaa murada kee sii haa gutuu obboolleessa koo qallii ❤❤❤❤
Attii nama gaariidha bro baga naga baate ❤️✅️jaabbadhu barumsa keeti irraatii❤️💪
Abbaa seeraa jabaa mirga namummaatif falmu taatee yeroo tokko as gubbatti ni dhiyaata...🍷
Mattii naaf ta.iimee 💔💐💐💝❣️
Dhugaa nama hayyuudha mucaan kun ammayyuu fayyaan si irraa hin fagaatiin jabaadhu nama guddaa ta'i
kuni dhiira dhugaa mootii jaalalaa 🥰
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓💓
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Jabbadhu qaxalekoo kesumesitu jalala Wan bayye irra barachajira. Galatomi
Dhiraa mootii jalaalaa obsaaf sabarii dabarsee barnoota kef kayoo kee ittii fufii ati yomiyuu abba jalala dhugaatii ❤❤❤❤❤
Dhugaa Nama waaqqayyoo Ebbiseedha Kunii Waqqayoo waan gaarii siif haa Filuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
hayyii ya jallalaa Rabbii si ha milkkessu jabadhu amalle ishini durruma akka ta.e hin tanee barru qabda woni hundu carra malle hin ta.u
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💝💝💝💝💝❣️💝
Garuu sireefamtotaa seraa fichee rabii dhugaa kessan yaa barbaduu warii yakkaa hojjatanilee homaa mitii namonii fayyan alseruman hidhaaman hoo ayyi yaa daraje naggassa anilee sifaan hidhamen turee bar namati tolaa.senichii
Wow mucaa kuni akkam namaati tola dhugaa!! Intaalii mucaa kana ofi basite sitti hafeni. Ijoollee shammaranimo dhira isini jaalatufi Yoomillee iddoo kena isa isini jaalatu isini wayyati. Atimo Garaa dhiffama qabachuke baayyee hubbana beekumsa qabachuke ibsan, Iddoo kan butuu waaqni sifi haa kenu galatoomi.
Mattii naaf ta.iimee 💝💝❤️💝❣️💚💕💯💯💟💟
Dhugaa Dubachuuf Atti Nama Addatti Obbolesa Kiyaa Qali Ebbifami Dhugaa ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo sihaa ebbisu sif waaqayyoo waan garii sif qopheessi jabaadhu
jabaa sagalee rasaasaa
ogeessa dubbii beeku
namni akkakee kaayyoo qabu
tisiisarraa damma hin eegu
dhugaa cimaa namaati ati.
jabaadhu waan yaaddettis milkaai
Bashaa namaa gotaa Jalalaa abbaa haqaa bagaa rabi sii basee amasii amasii akkaa jirenyaa keeti fi barnotaa ketee milkoftuu abdii qabaa💚♥️💚♥️💚♥️💪💪💪💝💝💝
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💐💚
Baga nagaan baatee atii hiree kee hin dhaabduu obolesoo dhifaamnii imoo gudumaadha namaa cimaadha ati wa'een jaalalaa siif gaaleera 😍 kan wa'een jaalalaa isaaif hin gaalee wa'een dhifamaa isaanif hin gaalee baayyeetu jiraa😔
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕💐💐💐💐💞💝💝
rabbii kaayyoo kee bakkan sif haa ga'u
Jabaadhu jabaa namattii ati dhugaa waqaayyo
Dubiin isaan nama barumsa tate kanaf namoonnii irraa barachuu dha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️💝💝💐💐
Woowoow qaxallee koo jabaadhuu waaqayyoo hiree kees sif Haa laatu barumsaa keerrattis si Haa gargaruu 🙏🙏🙏
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
Mattii naaf ta.iimee 💝💝❣️
❤❤❤❤❤Jabbadhu bro jalalii bayyee cimaa barnotaa keetii cimii waqayoo Kani kee kan tatee sifii haa kennuu jirenyi hireedhaa
Wowo❤ kana lakofsaa isa naf ergaa 😊😅😂❤❤❤❤❤
koottu fudhu lakkoofsa isaa
Mashaalla rabbiin umri sii haa dherresuu obboolleessa koo🥰🥰🥰🥰
Wwwww❤ kutanoon kee nabonsee. Dhugaa jabadhuu ❤ jabaa ta.uu muladhuu. Bagaa waqayoo siihikee idhan namaa yeroo dhumafii manii idhaa qorasumaa dhiiratii jedhamaa barefamnii namaa siiresaa kesaa mitii daree ansii idhamee argeraa❤❤❤
❤❤❤ magala midhaga 👍👍👍 Rabbin sii ha milkessu
Daree bagaa jiratee mucaa biyko😭😭
Wwwwwwoooooo
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️💝💐💔
Ufffu dhugaa n. ama jalala tii namni kun❤❤❤❤❤
Wowowowwww daree bayyee nama ttii toltaa jabbadhuu kayyokeettii ciimii ammas
Mattii naaf ta.iimee 💐💐💐💞💔
💞🙏
Namaa Dhifamaa. Ta.ii amasii jabadhuu kankakee. Rabii sifii akenuu nama madaa jalalaa itti fayiituu❤❤❤
Rabbiin sii haa milkeessuu obolesa koo qallii ❤❤❤❤❤❤jabadhuu kayoo kee rabbiin galamaan sii haa gahuu❤❤
Dhugaa nama garidha Lapee dhifamaa qaba waqayyoo si haa ebbisuu wani cara kee hin dhabudu jabadhu 🥰🥰❤❤👍👍
Yaadagaridha itifuf
Wooow Hubataa nama ebifaami jabbaadhu ishii🥰🥰🥰
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞❤
Wwww❤❤❤❤ gayilaa garii sifi yaa latuu waaqayyoo beka koo Ebifaami
Sidhabde dhugaa bareedaa kiyya jabaadhu goota jaalalaa
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭😭
Namuma jaalala namaa keessa seenee diiguu barbaadu
Rabbi jireenya isaanii haa diigu,
Ati garuu nama cimaa dha goota jabaadhu
Baga waqayyo sii baase mana siressa kessa 🥺🥺🥺🥺🥺🥺
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞💞💚❣️💔
Jabadhu waqayo sif kennaa
Dhugaa bayyee nama kofalchisaas nama maraarasii kkkkkkķk
Ati nama guddadhaa jabadhuu yaani ke bay.ee bareddaaa galatoomii jabadhuu karooraa keetiii 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💕💚💚💚
Gaafii shammaarranii irraatti deebii Kenna baayyee nama gaddissuu yeroo hundaa ijoollee dubbaratti kan IJA nama bu,uu sababaa jalaalattin akkasumaas ilaalcha hawaasni isaani qabu baayyee salphaadha walumaagatti waa,we jalaalaa fageessani yaadu Dhabi ni jiraa deebee koo qubsaa ta,u yoo Bates mooneet itti dabalii
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💐❤️❤️💕
Sennaa jalalaa qabaa essaa isadhaa yaa namaa kanaa jiruu biyaa oromaa jiraaa😢😢😢😢😢😢
waww bayy'ee Namatii tollaa si rttii
Barnoota Fi kaayyo kettiiti milkaii❤️🙏
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️❤️💔💔💕💕💐💐💐
Atii namaa gariidhaa darajeko jabadhuu jaboko❤❤❤❤❤ baromsaa qabphii Garcia fidetaa congratulations 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Rabii ammas baharonotah ketin sih garagarii bakaa yaddee ga,ii
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞💚💚💯💯💟💝💝
Daree bagaa jiratee mucho biyaa koo😢😢
Ebifaamii
Dhugaa atti namaadhugaattii jabbadhu jabbaanamaa
Ayyi jalali akksi jalali dhuga jiraa lakka ani akka kanat jalala ijooluma qaba ture garu na ganne male
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️💔💞💞💚❤️
Sii haa miileesuu Raabiini oboleesaa koo jaabadhuu mashaalah ❤️❤️❤️❤️😍😍😍
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💔💝💐💐❣️
Waqayyoo si ha milkessu obbolessako dhugaa baraa kanaa kechatti namani akka ke hin jiruu kan ishi caltu sif ha latu goftan abba Seras akka tatau goftan si ha garagaruu annu Al tokko tokko ta.e yon lalee haraa yeroo kana barumsaa ko itti xumuri hadhaa seraa ta.i ta.i na godha dhugaa baraa haqni iddo badee malaamaltuma iddo qabatee kecha jiraa wan ta.ef
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💝💟💚💚
mucaan yoo hasa'u das jedha😅😅😅
Gurbichi kormee wayyiidha maaloo☺❤
Mucaan miskina waaqayyoo nama akka garaa kee siif haa kennu bro
Dhiiraa jalaalaa dhugaa bekkuu sin argee ani
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Mattii naaf ta.iimee 💯💯💟💟💚💚💝💝💯💯💯💯
Uuuuuuffff maalif namni nama waal jalatuu gargar fageesuu garuu😥😥 senaa kiyyaadham.
Galatomi jabadhu Obbolessa koo 🙏💖😘
🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍❤❤❤❤don't worry sanyii bagaa dhifaam gutteefii
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💐💝❣️
Ta isi jala si jalattu rabbi sif ha hiru
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
Dhiiraa atii dhugaa❤❤❤
Kkkk garaa na dhukube wly sammu namaa boharsisa yaa abba humna 😅
Wow tebareki
Mattii naaf ta.iimee 💔💕💕💕💕💚💚💚
Wow hubata namaa 😍
Mone bareddu to jabadhu
Mattii naaf ta.iimee 💟💟💞💞💔💔💕💯💯❤️❤️💟❤️❤️💕
Rabii kayoo kee Amiilkesuu kodee koo Abshiir dhugaa hin milkkoftaa ❤❤❤❤❤
wayee jallala ilalchise oromoo moo amaratuu najallata .memee gara chanalii kotii kotaa nagamachisa maqan chanalii kotii amiina stars🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭piles
Kkkkk
Wayi shawwa
Nama beeka Garaa dhifama qabu jabadhuu❤❤❤❤❤❤
Baayyee namatti tola yaannikee
Nama garidha atti waqayoo nama garri siit haa qabu
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚❣️❣️
Nuuf jiraadhaa❤❤❤
Atti namaa guddadhaa wan hunduma dhistee barumsakee xumurtee😍
Wow amazing 😍
Bayyee Naamti Toola❤
Jabadhuu qalii ko
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕❤️❤️❤️💐💐💝
Nama jalalaa dhugaa bekuu atii ❤️❤️
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💞💞💝
Jaalalaa dhugaa kan
ebbifamii dhugaa 🥰🥰🥰
Mattii naaf ta.iimee 💐💐💐💐💐💐
Ayyi jalala muka gubaa sii bulchee
Goboziidha😊❤😊🎉🎉
Mucaa kanaa bayyee natiii toleee gosh kanaa dhiraa jechun
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💚💚💚💕💕😂❣️❣️❣️💕💘💖💖💖💖
😮❤❤❤you’re jentel man ❤
👍👍❤️❤️❤️❤️❤️🤲🤲🙏🙏
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️❣️💐💐💝💔💔💔
🥰🥰🥰bro jabafhuu dhifamaa
Jabaadhuu qaalii namaa🥰🥰
Yadaa garii qabdaa dhuga Galatomii
Wwwww Jabadhuu Qalii👍Namaa
Mattii naaf ta.iimee 💐💐💐❣️❣️💝
Woow milkaa'i brooo
Masha Allah ❤❤❤
Moneti qashiti koo 🥰
Mattii naaf ta.iimee 💯💯💕💕💚💚💚
Dhugaa naaf taatee turte essan si arga? Onnee koo midhame wal jaabeesina turree
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚💝💝😂💯💯💯💚💚💕💕💞💞