Galatoomi Dr gaaffattota gaaffi kanaa keessa ani ishe tokko! Sirritti ifa Nuuf gochu keetti baay’ee gammadera Ulfatunni kiyya kg 45 dha Yaannis baay’ee na hubeera hagan danda’e of tiksuf nan yaala Inshallaa ulfaadhu fayyaa hin dhibin umuri Nuuf dheradhu ❤️
Pilis Anii biyaa ormaa erga dhufee xuri lagu hin argine yado kesa galetini Jira matani naa dhukuba waye sanumaa yada Mali nafi himmee Dr gudaa is jalana jabadhu amalee🙏🙏💖💓😍🥰
Dr. hedduu galatoomii anuu yeroon jalqabaf laguu argee sana booda ji'aa 11 f addaan citee hafee ani dhiiraan wal argee hin beekuu sana booda mana yaalaa deemnaan jijirama hormooniitin jedhamee
Dr glt ani utu marsa laagu natii hin dhufin jihaa sadii gaahe jiraa garu mana yaala deme ilalame dhigni kee qulqulu dha homaa hin qabdu jedhani baaye of saadadhe anii gaaru
Dr jijigarahi waga 5 nis rafe beku mana yala jijiga hunda deme furmata dhabe me sibiran dhufe yalama bilbilanis si dubisun fadhe dhibamenjira furmatan nagargara dr nafyadi
Dr ani yerro marra garra ko kesa na dhukuba garru wanuma na dukubu wolli wolale in birra mi kalle ko yerro hundda na dhukuba na gubba mana yalla yo demu homa qabdu na jedhani furiman malli nafi debis
Ani qorichaa kaaminu hin fayyadamuu isport hin hojjedhuu hirinaa qaamas hin qabu kilo koo 80 ani garu furdoo miti garu immo heedii kiyyaa ji,a 2 haga 3 booda natti dhufaa🙄
Dhugaa jetaan Dr Ani qorichaa Hamma jetanis hin fudhanee garuu ji'a 6 otton dhufin turee bay'ee naa dhukubee naayadeesee bay'ee bay'ee dhiphachan turee yeroo sanaa biyya hambas Adisin dhufee Nyaatas hin nyadhuu hiribnis Nan qabuu marsaan laguun koo dhufuu dhisun isamoo daaraan Akkaan iribaa dhabuu godhee dhukkubi nati dhagamuu ibsuun ni ulfataa bodee waqayyoo kadhadhee ji'a6 boode dhufee uuuuuffff yaa dhiphinasaa
Ara Malo doktor gafin qaba malooo
Galatoomaa Ogessa Fayyaa🙏
Thank you Dr🙏
An Wagga 18_19 Gidduutti Argee Marsaa L
Rakko Qaba moo Boodaa( Dhala, Ijoolee, Mucaa)
Godhachuuf?
Fkn Ulfaatin Qaamaa Meeqa Hamma Meqaatti Sirridha?
Umuuri Waliin Waal Madala Yoo Jenne Meeqa Hamma Meqaatti?
An Waggan Koo 22-24 Gidduudha.
Ulfaatin koo 40-42
Rakkoo Malitti?
moo Sirridha.
Kan Jiruu Biyyaa Habbaa😢
Sababa Hojiin Baa'yaatuf ulfaatin Hiraachu Danda'aa moo?
An Hojii Yeroo Dheeraa Hojeedha😢
Hiriiba Sa'a 5,6 Rafa Saba Hojiif😢
Akka Naaf Debiifatan Abdii Waan Qabuuf Galatoomaa jedhaa Hamma sanatti🙏😍
Amshir ni darbaa
Maatii naaf ta'i hadaraa kottu tiruu kooooo
@@awwalnaasirtube3508 jiradhuu doriteri
Bagaa nagaa dhufatee atti baay'ee galatomii dr keenyaa nu jiradhuu jabadhuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ayantukoo maatii naaf tahimee
Galatoomi Dr gaaffattota gaaffi kanaa keessa ani ishe tokko! Sirritti ifa Nuuf gochu keetti baay’ee gammadera Ulfatunni kiyya kg 45 dha Yaannis baay’ee na hubeera hagan danda’e of tiksuf nan yaala Inshallaa ulfaadhu fayyaa hin dhibin umuri Nuuf dheradhu ❤️
Nuf jiraadhu, Dr oguma caala sif haa dabalu waaqayyon, barumsa gaarii
Yaa Rabbi hirkoo Nuu Ta'i☝
Yo marsan Laguu hafee Mal gochuun akaa Nuf siraau Nuf ibsii 🙏🙏🙏
Ulfii oso qoorichaa faayyadamani ummamuu ni dandaa'amo?
Dhugaa barumsaa baredaadha barumsaa kana ittii nuu fufaa D/r keenyaa nuuf jiradha isiin jaallana ♥️❤♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Dokotorii please nafii hin xurii lagu uraga nara demu ama batii lama fixe sabami isa maalii?
Galatoomi Dr kenya nuuf jiraadhu
Dr baayy,ee eebbifamaa,karaa keessan barumsa eeduun hargadhe🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa waqayyoo gooftani saa ebbissuu Dr baay'ee dhiphachaa jiraa anuu marsani laguu naa dhufuu didee isumaraa ka.ee na dhukubee 😢
Dr akkami nagahaa jirtaani galtooma ❤️❤️👍
Pilis Anii biyaa ormaa erga dhufee xuri lagu hin argine yado kesa galetini Jira matani naa dhukuba waye sanumaa yada Mali nafi himmee Dr gudaa is jalana jabadhu amalee🙏🙏💖💓😍🥰
Pilisi anii horomini anani sabaaba maalifiti dhufaa
Ati tan aka tiyati anis argee bekuu wagaa sadii
@@sumayaaisha9354
Wagaa 3 gutumoo😢
@@anoud_998ggasososoo5 waga lamatii ofira basee biya dhufeni biyaa ormatii
Galatoomii Dr gafii qabaa maloo nafii debisii magaa malii daa midaa inii namaranii guu malii nafii debisii Dr adaraa 🥰🥰🙏🙏🙏
Matii naaf tahimee lubbuu
Guddaa galtoomii Dr you're very much
Wel come Dr keenaa
Anayuu marsa laguu ji.aa laman nati dhufaa duran ji.aa toko toko nati dhufa ama turu jalqabee yaa raabi nuu lafisii inshaallah
Aswrwb
Kesan naa dubisi meer
Dr naaf yafyad comment kanaa naaf debisii rabii jedhii Ani qorichaa dhalaa dhoguu kan harkaa kessaa godhataan guyyaan isaa dhumee yoo dafaanii basuu bataan rakkoo qabaa bodaa yoo ilmoo godhachuu fedhee rakkoo fidaa please naaf debisii waggaa 2 ergaa guyyaan isaa dhumee namiti biraa hojedhuu mana yalaa naa gesuu didee marsaa laguu kotii waggaa 4oliif hin arginee qamni koos heduu Dabalee hangaa kiloo 50 rakkoo naratii fidaa lataa bodaati naaf debisii Dr naaf yafyad please 👏👏
uuuffff jiruu biyyaa namaa Rabbii furmataa siif laatuu
@@saaadaaturaa5881 AMEEN ebifamii wan ofii
Galatomii. Dr. Maloo Aniimoo. Marsa lagu kanaratii batii 2 fii 3 kanatiin argaa. Yoo dhufemoo dafee hin baduu. Rakadhe. Maliifimee
Gallaatomaa Dr Nafyad jabaadhaa raabbiii isni haa jalaatuu 💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
Gudda galatomi Dr Kenya nuuf jiradha 🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Ana fa'a Nat dhufu dide wlh bayen yada tureyu galatima Dr Kenya💔💕💓💕💓💓
Anaa dhufuu Dr kenyaa nuuf jiradha heddu takka sii jalanaa 💞💞💞💞
Gaalatomaa Dr keenyaa barnotaa guddaa nuf keennatin🙏umrii deeraa sini hawwan
Matii naaf tahimee lubbuu
dr jabaadhaaa gooftaan isiin haa gargaaru
Galatom dr yaddaa baayyee garidhaa
wonti akkan na qunme heddu dhiphaadha ture akkasuma yeguu mana yallaa dhaquu Wage fi dhigiin kiyyaa bayye gadi Bu'ee
Wonti akkasi namaa qunamani manaa yallaa dhaqun garidhaa
Dr nafiyd nuf.jiradhuu aboo
Baruumsa Gaariidha galatoomaa Dr 🙏🙏🙏
Galatoomaa Dr gaafi qaba 1. yeroo marsaa laguu jeeqamu sanatti wol qunnamtii saalaa yoo raawwatan carraan ulfaawuu dubartootaa jiraa? 2.dubartiin takka deettee ji'a jaha osoo hin gahin osoo harmaa hoosiftu maal irraa ka'ee marsaan laguu itti dhufuu danda'a?
Dhugaa barumsa gaaridha nuuf jiraadhu Dr keenya❤❤❤❤❤❤
Maati naf ta.ii💗❣️
@DAWA TUBE tole
Tole
@@ayush5952 tole sif haa jedhuu rabbii kee
@@alamitube1875 link share naf godhi asuman
Yaa Rabbii nuubaasi maseenuma hamaatudha Love baby💘
Dr serious gaafi kana naaf deebisi
Godaannisa yeroo xiqoo balleessuuf mana yaalaati Qoricha argachu nin danda,a!
Heduu galatomaa dr nafyad wan bayee
Gafii natii ta.ee hundaa isaatifii debii argadhee heduu galatomaa 🙏🙏🙏🙏
Dr nafyad Bayer sigaalateefadhaa Gary maltuu marsaa lagu Guyana Lama tasiisaa
Dr galatomi guda woni Kuni yado kesa nuu galchera👌🥰😍
Dr bayyee galtoma gafii bicu wayin qaba namnii ulfa basee hamamtii laguu argaa
Dr. hedduu galatoomii anuu yeroon jalqabaf laguu argee sana booda ji'aa 11 f addaan citee hafee ani dhiiraan wal argee hin beekuu sana booda mana yaalaa deemnaan jijirama hormooniitin jedhamee
Ergasii siti dhufemoo lubbuu ananis akkas jedhanii😢😭
Koo baatii hedduu turee jiraa akkami godhaa Dr
😘💕 maati naf ta.ii mee
Galatoma Dr nuf jiradha
Dr nuuf jiraadhuu barumsaa gaaridha
Kanii nayadesee dhalaa. Yoon dhabee maliin godhaa sababa kananii. Dr
Baga dhuftee Anayu kuno batii lamaa gutee nati dhufnne
Gaffin nama gafuu dhabe sattii kanattii yadaru kesuma koo tii dubate galatomi doktor
Dr glt ani utu marsa laagu natii hin dhufin jihaa sadii gaahe jiraa garu mana yaala deme ilalame dhigni kee qulqulu dha homaa hin qabdu jedhani baaye of saadadhe anii gaaru
Doctor galatoomii Anaa ergaa naati dhuufuu dhiisee ji'aa 2 olli🥺😥😥😥😥😥
Bayee galatoomii basisa kenyaa
Galtommi dr
Ani gaffi qabaa marsaa laguu yeroo bayee jii.ootaa lama faa egaa deebiaa maalii inni furmaan
Dr nuf jiradhu si jaalana ittii nufif sin jennaa garuu yadaa gabaaban qabaaa akkaa yaada kotiti fayyaa irraatti liven alii tokkoo mafi hin gonee
Ani areedan biqilche
Marsaan laguus in hafe. Yaa doctor mee maal wayya?
Galtimii dr gafiiii qaba aka naa debiftuu abdii .qaba yeroo heduu dhiynii yoo natiii dhufeee naraa hin baduu yoo hakima dhaqee qirichaa fudhee .malee yeroo egatlee hin dhufuu maloo naa debisiii
Thank you so much❤🇪🇹👍
Dr marfe ji.a sadi waranadhe aba mana Koo wajin Rafe ulfi umamu dada.a
Gudaa galatomii qophii fayaa kenyaa👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Dr nuf galtomaa waa heduu siraa bartaa jiraa
Maloo Dok.biyyaa obaan jiraa ipilaantii fayyamaa amaa wagaa1teraa.Osoo basee rakkoo qaba?
Baga ngyaan nuuf dhuftee Dr🥰
Badhaatu tiyyaa matii naaf tahimee
Dr jijigarahi waga 5 nis rafe beku mana yala jijiga hunda deme furmata dhabe me sibiran dhufe yalama bilbilanis si dubisun fadhe dhibamenjira furmatan nagargara dr nafyadi
Galatomi dr
Maloo isaa nama dhukubu hoo garan akkamin nama dhisaa😭
Uuuuf 😭😭😭😭
Matii naaf tahimee lubbuu
Dr ani mana akima dhaqee ramoo garaa qabadaa nanii jedhanii furmani isa malii
Welcome Dr Keenyaa qaalii
Kani koo marsa laguu koo torbaani sadi sadiin natii dhufaa rakkini isaa maalidha docter
Galatomi Dori wani bayee nufi qodani 👍
Matii naaf tahimee lubbuu
Ani dr lahunko hafee bayeen yadati galen jiraa kininii fudhadhen turee garuu natii dhufuu dide hama bayeen dhiphadhen jiraa 😥😥
Dr nafyad bayyee Galatomi mee qoricha Irbaa naaf guyyaa dalaga olle halkaa ammo irbin naa qabu heddu mataa naa dhukkubaa dawaa irbaa naaf himi😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mashallaah wly waani bayee siraa baranee galatoomii 🎉🎉
Doctor galatomi diben dhan gala adin namara dhagalau mali furmanisa
Wantaa akka zetii barbare qaraa fooni waluma galatii Wantata vitamin qabu hin nyatini naa jedhanii kanafii furmani Malii
Dr heddu galatooma
Baga naga dhufaa Dr kenyan💕💕💕💕💕💕💞👍
Dr galatoma mee yoo hafe akamitii
Akmitii sii raaha mee nuf himi thank you
Gaaltomii Dr Naafydaa getuu
Yaa Dr/..🌹galtoomi🌹
Galatoomaa Fr keeny...
Galatoomi dr gaffin qaba bilbila kee naf ergii dr plese
Abba Cabsaa bar ati leencumaa bar suura J/ Taaddasa of biraa qabdaa
Lilmee harka keessa godhatan san fudhataniin booda guyyaa meeqan bood a wal qunamtii raawwatu?
Well come 🙌
Abbaa cabsaa 🥰👍
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
Galatoomi dr garuu gaaffi qaba kanko ulfatiniko baayee olii ka,adha garuu kanko marsaa laguuko seerunani dhufaa
Guddaa Galatoomi doctor ❤️🙏
Dhageeffachuun
Barachuun rakkoodha jechama mallaszenawii
Kanaafuu kamtuu caalaa?
Yaannis waraanaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi medicine
Galatoma Dr,fkn duraani seraa utuu dhufuu ji,a Tokkoo irraa utuu hin dhufin hafe Sababin Isaa Mali Latta?
Qorichi Esa argachu dada
Hedduu yaaddoo nuutu tahee jiruu biyya amba uuuuuff waa hedduun nu miidhe
Gaaffiin Qaba Dr. yeroo dubartin tokkoo qusaannoo ji,a 3, 3n limo warannaattuu laguun irraa hin dhaabbatuu maalif kun garuu???
Dokotor barumsa baredaa galatomaa itti nuu fufaa, biyyaa nama jiraa qorano maltu jiraa jetteti kiyyaa kun sababuma tokkoo mallee hafaa xiqo dhipina yoo qabadhe mallee wan biraa hin qabu garuu ergaa dhufuu dhise jia 4 gahe.
Dt Malo ànuu bay.en dhiphadhaa luppi kayadhe laguu arguu Garu biyaa namati hojin wajin naa midhaa jedhe yada.aa mee Mali naf dhamtaa adara kee
Thanks doctor N❤💚❤
Anii 15. tiin argee. Egasii jijiramaa hin qabuu Akka dubartii. Marsaa ji.an argiituu argee hin bekuu. Batii 2 fii 3. Kanatiin argaa Ardhaa anii. Osoon mana godhefuu ulfa.ukolee hin bekuu yeroo sayuu jechudhaa amalee biya anbanii jiiraa
Karaa telgirami akamiti sii aregchu dada'a mee doctor
Galatoma bayee toko Dr
Akkam ngh nufi jiradhaa
Hii fkny limoo olkwadhe jiraa garuu yoo dursa ni dhufaa turaa garuu ama hin jiruu jiyaa 5 gutee malfii
Dr Guyya dhufee irra hanga yeroo debi'ee dhufutti ji'a 1fi bulii 17 turaa kan dedebi'uu hoo yeroo hundaa akkam?
Dr hubanoo gudda isiniraa arganeeraa samuu namaa bayaa kan boaarsuu
Dr ani yerro marra garra ko kesa na dhukuba garru wanuma na dukubu wolli wolale in birra mi kalle ko yerro hundda na dhukuba na gubba mana yalla yo demu homa qabdu na jedhani furiman malli nafi debis
Dr Nafyad ani wogga 3 gutu hin rafne maloo dawani hiriba jira .mataa akka hamma na dhukuba .
Doktor.umurii.nuf.dheradha❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Thank you dr, I want to know more about epilepsy.
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
السلام عليكم مع السلام
Asaalaahaamaa
,,,,,,, fakeenyaafi
Sigiigoo
Ani qorichaa kaaminu hin fayyadamuu isport hin hojjedhuu hirinaa qaamas hin qabu kilo koo 80 ani garu furdoo miti garu immo heedii kiyyaa ji,a 2 haga 3 booda natti dhufaa🙄
Anaa yeroo laguu natii dhufuu bayyee naa dhukkuba hangaa lubbuu too fudhu malee naa darariini yaa Rabbii jedhu naa gesisaa walhii furmataa issa natii himaa mee Rabbii jedha uuuuufff yaa Rabbii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 kamisii dema dhaqee dadhabee imimanuma kiyatii obsee 😭😭😭😭☝️☝️
Xaayiba maatii tahhii th-cam.com/video/sGVfoH2Mr04/w-d-xo.html
Namni akka ana rakatu hin jira edaa 😭😭😭😭😭😭
Lubu qorisaa isaa yoo bari badee sif ergaa anuu akkasuma naa dhukuba turee bodee gafa naa gamuu mana yaala deme qoricha naaf laatani bitadhee amma naan dhukubuu
Suura kasee sif ergaa ni bitata sadeliyadhaa
@@daraartuutube1469 anii mana yalla yero bayyee deemaa ture homa furmataa hin argane walhii eshii nafi himi mee galatoomi mareee too 😭😭
Dr Galatoma Galatoma 🙏🥰🥰
Gaafii qabaa ergaa harkaa keesaa bafee hin afaamoo