Ani yeroo ykn guyyaa jalqaba natti dhufuu dhukkubbi hamma keessan ola 😢biyyaatti garuu wan akkasii yo na dhukkubbee iyyuu hamma kana natti hin cimmuu kanaaf sababa hojiittimo malif akkaa ta'ee nan gaalee pls mal gochuu akkaan qabuu natti himmi dr kenyaa
Anii bayyeen rakkadhee dr ji’aa ji’aa jiduutii guyyaa lamaa qofaa badaa ji’aa ammaa ji’aa boqonaa hin qabuu yeroo bayyee mana yalaa nan demaa garuu yeroo herumtee hin sirraa nan jedhuu qorichaa naf kenuu garuu furumutaa hin arganee natis hin bayyataa mee mal yaa godhuu😭😭😭😭😭😭😭😢😢
Ana duraan ji'aa 3 nati dhufa ammaa garuu ergaa mana yaalaa demee qorichaa yoon liqimsee male nati hin dhufu please na himi Dr rakkoo hormoniti ha jedhee dr asitii 😢😢😢
D.r .anii yeroo bayyee yeroo jarsa kiyya walla gahee nagahanii battii batii argaa garuu yeroo jarsa irra fagadhee hin hafa mala woyya amma badan argee batii 3. Kiyyaa mee naf dubadhuu kan 2.ani gara tarasana dehee mee naa dhukkuba mala naf woyyaa
ana dhufuu doctor dhugaa guuda gaalatomaa rako kanan keesa tokon ani argaa jiraa ijoolee mana maadami jirtaan hundii keesan waaqayoo raako keesan sinifaa saalphisuu wan yaadan hundaa waqaayo gaalman sinifaa gaa,u asumaan like naa tuqa maatis naaf taa,a❤🎉🎉🎉
××❤××¹111❤😂🎂❤
Ameeen Ameeen
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Dhugaadha Dr ji'a okto kana dhiiphiina keessan turee dafeet dhufe dafees hin deemne hundaafu eebbifami 🙏 🙏 🙏 ❤❤
Koo normalidha Alhamdulillah thank you Dr Big Respect for you ❤❤❤❤❤❤
Ani yeroo ykn guyyaa jalqaba natti dhufuu dhukkubbi hamma keessan ola 😢biyyaatti garuu wan akkasii yo na dhukkubbee iyyuu hamma kana natti hin cimmuu kanaaf sababa hojiittimo malif akkaa ta'ee nan gaalee pls mal gochuu akkaan qabuu natti himmi dr kenyaa
Anis erga biyyaa orma dhefe heddu naa dhukkubu yero bayyee mana yale demmi
Please doctor answer this girl question 🙏 me also like her
Galatoomi Dr ❤❤❤
Nuf jiradhuu Dr keenya
Guddaa nuf galatomi Dr kenyaa ❤❤❤
Nuuf Jiraadhu doktora keenyaa😢❤
Doktor Kenyaa Nuuf jiradhaa dhugaa barumsaa Gudadhaa Nuuf Jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuufi jiradhuu doktora kenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaaha dhuftaan Dr keenyaa galatooma ❤❤❤❤
Gallatoomi Dr.. Keenya❤
Dhugaa nuuf haa jiraatani
@@faarffannaaafaanoromoo908 gaaffin kee siif deebi'e kuno🙄
@@warqineshgammachu2136 Dhugaa maal dubbattaa Baay'ee cinqamneerram😭
Ayyee galtoomii Dr Naanfiii waanii bayyee sirraa baranee
wle come doktora 💖
Nuuf.jiraadhu.doktora.keenyaa❤❤❤❤❤
Bekakenyaa nufiijiradha❤❤❤
Bagaa nagani dhuftee qalii namaa ❤
Dr kenyaa nuf jiraadhuu sijalaanaa ❤❤❤❤❤❤ galatomii
Shukuraan Drkenaa
Anaa dhufuu bagaa Nagan dhuftee dr lenyaa
Galtomii Dr 🥰🥰🙏
Dhugaa galatoma dr waan ani kessa jiruu akka waan argitaniti naaf hubachuu kessanif gudda galatoma ❤
❤❤❤
Galatommii Dr kun gaafii fii rakkoo koo turee😢😢😢
Galatoomii Dr kenyaa
Uuufff dhugaa ketii ciqamnee
❤❤❤❤❤❤baay ee namati tolaa barsisnikee waan baay ee irraa baradheraa galatomii dorktor Nafii❤❤❤❤
❤ Dr gudaa galatimi tanks my Dr ❤
Thank you doktor❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Galatomii garu ani hoga nati dhufu hedu nara hin dhagalhuu malif akasi❤🎉
Guddaa Galatooma Dokter .
Galtomii Dr kenya❤❤❤
Bayeegallaatoomaa Dr kenyaa
Heduu galatoma Dr waan heduu yadoo nuti tate waati kuni
Galatomi
Alhamdulillah kiyaa bulti 30 hinii dabarasuu hinii haqisuu ❤❤ اللة ءمدلء
Naga akkmi ❤
Dhugadhaa keenyaa 3 Dareeb dhufaa turee Garuu Amaa mana yalla ergaa Demee yero isaa eggatee dhufaa jiraa kanafii ijoolee akkasii yoo jirtaan Batalla garaa mana yaalla Demma yaalama
Mana yalaa malee qorichii hin jiruu
Qooricha siif kenaame
Maal siif kenani mee nati himi hin deema
Galatomii dhugaa doctor umuriikee nuf haa dhereessuuuuuu
Galatoomii jaba kiyya
Dr galatom
Galatomaa doctor kenya
Nuuf jiradhuu barisisa keenyaaa
Anii bayyeen rakkadhee dr ji’aa ji’aa jiduutii guyyaa lamaa qofaa badaa ji’aa ammaa ji’aa boqonaa hin qabuu yeroo bayyee mana yalaa nan demaa garuu yeroo herumtee hin sirraa nan jedhuu qorichaa naf kenuu garuu furumutaa hin arganee natis hin bayyataa mee mal yaa godhuu😭😭😭😭😭😭😭😢😢
Dr Nuuf jiraadhu galatoomii
Thank you dr
Galatoomi Dr ko
DR animoo yoo naatii dhuufuf guyaa maarasnii haafuu humnaa ol saamuu naa ciqaa arii naatii busaa namaa nagaa naatii dubaatus nan arabsaa argaa namaa naa jibisisaa inii akkasihoo raakoo maalitii
Gaalatomaa dr
Galtomi Dr
Galatomi dr
Haboo kiloo 70 miti 50 iyyuu galuu dadhabnera Galatomii Abaa cabsaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤
Galatomii docter
Baga nagan jiratan yaa Dr kenyaa nufi jiradha kan anii gafadhu lagun ko jia,a saagal dodaa nafi debee yero sanii milii ko ditaye ture
Galatomii doctor ❤❤❤❤❤❤
Wollahi baayye si galateeffanna❤❤
😢😢😢 anis ji.aa saditi nati dhufa😭😭💔💔
Abasharr 😢
Anis akkuma keeti lubbuu abshiir
Ghugaa galatumii ❤❤❤❤
Galaatoma Dr
GAlatoomi der ❤
Dr Nafii
Marsaan Laguu koo yeroo dhufuu ni Kantaara ykn ciciite bahaa
Rakoo malii tii kunii ?
Galatomii drkenyaa
Nuf jiradhuu nanaakoo
Galatooma doctor nuuf jiradha
Dhugaa bayee galatomi
Uuffiii doctor maloo Ani bayyee rakkisee jiraa osoo ji'aa hin gutini dhufaa yeroo dhufee immoo bayyee Nani dhukkubaa ani qorichaa yoo hin fudhanee ta'uu hin danda'uu kanafi irraa calaatii Kani nan yadesuu qorichaa fudhachuu bay'iisaa qorichaa Mataa ykn pandolii kana fudhaa mee midhaa qaba please doctor keenyaa deebii isaa nati himaa 😢😢😢😢🤲
Duraa nagaya nati dhufa Dr ammaa garuu midhama jira samuu koo na dhukuba jira😢😢
Dr Aniti garuu guyyaa ,28-30 naati garuu bayyee naa dhagala maali garuu
Dr.nafyad hadara waqayyoo gaffi kana naf deebisi yeeron nyata nyaadhee booda sa'ati 1 ykn 2 booda innin nyaadhe afaniti ol dhufa hooqisa(balaqama)oso hin taane afanuma naa guuta inin nyaadhu ol dhufetu waggota naati lakoofsisa jira kun garachadha laata dr
Nufii jiraarradhu
Laaguu wolii qabatee mataa nama dhukubuu hoo dr
Naagaan waqayyon sifi yaa tahu dr ,// maaloo anii imoo jia,a tokko tokko in dhufa gaaruu dhagaloni hin jiru baayyeetii xiqoo xiqoo takka bichaa naati dhufa isayuu guuyya 3 qofa akka abjuu iti maalii kuni maarasa laaguu miti maaloo maalii furamani isa😢😢😢
❤❤❤❤❤❤
Thank you so much Dort 🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️❤❤❤❤
😘😘😘😍😍😍😍
🙏🙏🙏🙏🙏
Dr kan dhufee namara turu kan namatii bayyatuf furmanii malii
Dr yeroo bayyee matn koo na dhukubaa dawn sa malii please DR😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuuuufffff anilee dhukubi Mata dadabe😢
Dr malo maloo lakoofsaaa keessan naa bareessa
Dr hoosiftuun tokko turti ji"a meeqaan booda deebi"ee dhufudanda"aa???????
kan koo ji a Sara hn dabarisu dafe gala Dr baye galatom
Dr ana laguu kiyyaa yeroo hedduu ijaa tokkof waalaka naati dhufa ture mana yaalaa deeme rakkoo takka qabdu anan jedhan kinini waahii naaf keenan kinini san liqiilsee ergaa xumuree booda laguu naati dhufee
San boodale akkasumati ijaa 2 hanga 3 turaa turaa dhufa ammaa garuu ergaa dhufuu didee ijaa 4 gaahii jiraa
silki keechaani akkamiti argachuu dandenyaa????
Ana duraan ji'aa 3 nati dhufa ammaa garuu ergaa mana yaalaa demee qorichaa yoon liqimsee male nati hin dhufu please na himi Dr rakkoo hormoniti ha jedhee dr asitii 😢😢😢
Furmaanni isaa Waaqayyoo dha ☝️🤲 kadhadhu haadhoo koo
Galatoomaa doctor
Dr keenyaa Ana bayyee naa dhukubaa 😢😢Mali dawana is?
Dr marfee haraaa daimaa gusuuf yoo warandhe biyya alaa deme udaa sani natti dhufu dide malii
Dr anilleen gafii qabaa peereedin koo yeroo egee dhufaa garuu yeroo dhufee heduu mitii xiqoodhaa yoo baay'atee 2 guyyaa lamaa kofaa heduu xiqodhaa yeroo heduu dhukkubii natii dhagahamaa akkan peereedin rawadhee booda guyyaa 10 heduu nadhukubaa
Guddaa galatoomi
D.r .anii yeroo bayyee yeroo jarsa kiyya walla gahee nagahanii battii batii argaa garuu yeroo jarsa irra fagadhee hin hafa mala woyya amma badan argee batii 3. Kiyyaa mee naf dubadhuu kan 2.ani gara tarasana dehee mee naa dhukkuba mala naf woyyaa
malo lakkoofsa bilbila naafi ergaa?????
Dr yeroo isaa hin eegatu garuu akkamittin ufaa,uu danda,a
Dr ani laguun koo ji,a jahan dhufa furmaanni mali
Ani doctor bayyee nayadese torbee lama laman natdhufa maloo malirakkon isaa
Dhugga keti 🎉🎉❤❤❤
Galtomii😍♥️👍
Dr kiya waggaa lama gaye waan isi na galee maloo naf hima sababa ilmon ji'a 8 narraa baye obroshini na godhaniti
Gaalatoma♥️♥️♥️👍🙏🙏🤚🤚
Dr Ani rakko guddoo na mudaatera yeroo baayeef kinkin saati72 jedhu fayyadama turee ammaa garuu sodaa guddaa qaba jireenya gara fuldura tif
Ana duran ji.a ji.an argaa amma oso natti hin dhufiin ji.a 2gaheera uuuufffff 😢😢😢😢
Me to
Coommetti kessan hedduun qalbii nama cabsaa 😢😢😢
Uffffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢dhuguma keetii jeetee dotor ani yeeroo biyyaa maatii koo bira jiruu ji'a eggee dhufaa tuuree. Ammmaa gaaruu erggaa maatii koo irraa fagadhee biyyaa dubai jirachu egalee jiha 4 tuuree dhufaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢
Thank Dr
Dr laaguun Koo torbaan laman dhufa yeroo lamaffaafi goorsaa barbaada dr
Koo guyya28ti egate dhufa garu guyya lama ol hin turu dafe bada malif?