ASEGID ABEBE "JIRRA AMMALLEE" NEW AFAAN OROMO MUSIC VIDEO

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 25 ก.ย. 2020
  • เพลง

ความคิดเห็น • 691

  • @nbnaol
    @nbnaol 3 ปีที่แล้ว +100

    Thank you, Assekoo! You really made us cry until the end. May God give us all the strength to wait upon the Lord. We expect more Afaan Oromoo songs from you Asse. eebbifammi!!

  • @susufifitube2907
    @susufifitube2907 3 ปีที่แล้ว +4

    Ebbifamaa ijolle waqayyo boyaatuma dedebise dhaggafata jira b.garaa nama cabsa.

  • @habtamueticha59
    @habtamueticha59 3 ปีที่แล้ว +3

    Faarsaa dibata addaa qabuudha. kana boodas akkasuma fuulla Gooftaa turiitii waan gara Waaqayyoo qabbaneessuu fi ijoollee Gooftaa eebbisu nuu fidii kottu. Maatii koo waliin hedduu si jaallanna. Ayyaanni Gooftaa Yesuus Siif haa baay'atu.

  • @yamrotdaniel2061
    @yamrotdaniel2061 3 ปีที่แล้ว +67

    ወንድሜ አሰግድ ጌታ ይባርክህ! ቋንቋውን ባልችለውም ዝማረውን ደጋግሜ ነበር የሰማሁት "JIRRA AMMALLEE" ውስጤን አረሰረሰው! መንፈስ ያለበት መዝሙር ነው!

    • @asegidabebeofficial1244
      @asegidabebeofficial1244  3 ปีที่แล้ว +5

      Ameeeen tebareki

    • @user-un3nl4zi9v
      @user-un3nl4zi9v 3 ปีที่แล้ว +1

      አቤት ዝማሬ እንድ ነዉ ኮ በጌታ የቋንቋ ባላበት እየሱስ። ነዉ አልቅም ግንእባዬ ይመጣል የአባቴ ልጅ ቢሩክህ ነህ ተባረክ። በፀጋ ተበሪከናል ወድ ስጦታዬ ነህ በእየሱስም ዘመን የተባረኬ ይሁኝ። በመስቀሉ ሥሪ ይለቀ ዘመን። እወዳቸዋለሁ ከልቤ 3። ናቹ

    • @tsigiagama3617
      @tsigiagama3617 3 ปีที่แล้ว

      Ameen Ebbifama/ Teberake

  • @booni7034
    @booni7034 3 ปีที่แล้ว +6

    👉 ......Dhabachun egachun hulfinaa waaqayon qabbachun jabbinaa fullii issaa yomiyuu dansadhaa kan borrufi ummaan ke bekkadha ......
    👉dhugaa dhugaa waaqayo sin ya ebbisuu nuf jiradhuu ebifamii dachaa🙏🙏
    farfana dhagefadhee quuffu dhadhabedhaa hagaa yonatii🙄❤❤❤❤❤ .........
    🥰🥰🥰👍🙏kan birran si egnaa !!!

  • @bultumfite2732
    @bultumfite2732 3 ปีที่แล้ว +42

    Haala ulfaataadhaaf dukkana abdii kutannaa kana keesatti sagalee jajjabinaa nuuf qabattee dhufte kanaaf waaqayyo dachaa siin haa eebisu.

  • @KoKo-ox6wi
    @KoKo-ox6wi 3 ปีที่แล้ว +2

    Yihen mezmur sisemaw lik eenen yemiyaweragn yakil new yetesemagn lene new meliktu hulu tebarek wendme zemenk yibarek stegaw be etef yibzalik🙏😇🙏🙏

  • @tesfayegezahegn9652
    @tesfayegezahegn9652 ปีที่แล้ว +4

    ኦሮምኛ አልሰማም ነገር ግን መዝሙሩ የእግዚአብሄር መንፈስ አለው ውስጤ በእግዚአብሄር ላይ ትልቅ እምነት እንዲኖረኝ ያደርገኛል ዘመንህ የተባረከ ነው

  • @asterburaka3150
    @asterburaka3150 3 ปีที่แล้ว +7

    UUUUUUUUUUFFFFFFFEE NATI TOLEERA WAAQAYYOO ISIIN HA EEBBISUUU

  • @ratolesa196
    @ratolesa196 3 ปีที่แล้ว +7

    “Jiraa Ammallee harkisaa nu hin ganee...” 😭😭😭 Goftan nama hin dagaatu furmataan ni dhufaa🙌🙌

  • @ebadiriba
    @ebadiriba 3 ปีที่แล้ว +65

    Maal faarfannaan hin quufamne akkasi....Amazing ✋😍😍😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @fenetfidanu1346
      @fenetfidanu1346 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤬🤬🤬🤬🤬🤬🥰😍🤬😭😭😭😭😭

    • @Kiyaksirika
      @Kiyaksirika 3 ปีที่แล้ว

      🥲💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝🥲

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 3 ปีที่แล้ว +9

    Huuufff Harmee to oromia 😭😭😭🙏🙏🙏waqayyoo Boyichaa kenyaaf debii siraa eganaa Ebifamaa Ayyannii waqayyoo isinif yaa dabalamu Ebifamii

  • @seenaa7402
    @seenaa7402 3 ปีที่แล้ว +7

    Ebbifammii dachaan
    God bless you
    Tebarek

  • @diboratameru3213
    @diboratameru3213 3 ปีที่แล้ว +12

    Singer አሰግድ ጌታ ይባርክህ moreeeeeee! ቋንቋውን ባልችለውም mzmurun gn ደጋግሜ.......................ሰማሁት alselchwem "JIRRA AMMALLEE" bless you!!!! I don't know .......But I feel like God presence yabzalh.!!!!!

  • @kellemwkake
    @kellemwkake 3 ปีที่แล้ว +8

    Ebbifama dhugudha dhagafatame hin qufamu jirraa Ammallee

  • @lalisatesfaye6710
    @lalisatesfaye6710 3 ปีที่แล้ว +7

    ከተለቀቀበት መስከረም ጀምሮ እስከ ዛሬ ሳዳምጥ እንዴት እንደሚፅናና, ዳግም ካለሁበት እንዴት እንደምበረታ, አቦ በቃ ምን ልበልህ ጌታ ዘመንህን ያለምለምልኝ ብቻ ነው ማለት የሚችለው

  • @saved6476
    @saved6476 3 ปีที่แล้ว +7

    Faarfannaa ajaa'ibaati. Gooftaan isin haa eebbisu

  • @mezgebuayenew6672
    @mezgebuayenew6672 3 ปีที่แล้ว

    Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe Ase! waaqayyo bara,Tajaajilaa fi maatii kee haa eebbisu.

  • @tibeyejimmatube
    @tibeyejimmatube 3 ปีที่แล้ว +1

    ebbiifamii ammallee jira karaan ce'uumsa ammallee

  • @selamawitdale2462
    @selamawitdale2462 3 ปีที่แล้ว +2

    Wow Waaqayyoo sii haa ebbisuu

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 ปีที่แล้ว +1

    Ammmen ebbifamaa dachaa uuuuuiiiuuuuuuufffiiiiii eyee jiraa amma malee Abbaa dhugaa fi ammam yesusi 😢😢😢😭😭😭😭❤️💟

  • @yonasdesalegn7706
    @yonasdesalegn7706 3 ปีที่แล้ว +12

    I literally cried in office looking at that mom in the video! Waaqayyo Gooftaan isa bari'e fakkaatee ifa dhufe nu duraa dukkaneessu nurraa haa kaasu!

  • @ooyiruumedia4133
    @ooyiruumedia4133 3 ปีที่แล้ว +11

    Dhaabachuun egachun ulfina.
    Waaqayyon qabachuun jabinaa.

  • @dashu777
    @dashu777 3 ปีที่แล้ว +43

    Listening and crying! From Atlanta!

  • @gudetaaboye9325
    @gudetaaboye9325 3 ปีที่แล้ว +6

    Ameen Ammas inni jira bantii isaa irra kan wanta hundaa arguu danda'u. Waaqayyoon isiin yaa eebbisu.

  • @fenetbeautifulmindautismaw7413
    @fenetbeautifulmindautismaw7413 3 ปีที่แล้ว +11

    መስማት ያለብኝን ግዚያዊ መልክት ነው የዘመርከው :: አሜን እግዚአብሔር አለ የምናልፍበት ሁኔታ ባይመስልም ..
    እግዚአብሔር ዘመንህን ይባርከው

  • @abex5_
    @abex5_ 3 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyo bara jireenya kee siif yaa eebbisu asee eebbifamaa namaa barri jireenya kee yaa eebbifamu

  • @dinkeneshmamo6543
    @dinkeneshmamo6543 3 ปีที่แล้ว +10

    ጌታ ዘመንክን ይባርክ ዝማሬውን አዳምጬ ተባረኩኝ። እዉነት ነው እግዚአብሔር ን የሚጠባበቁ ኃይላቸው ይታደሳል

  • @bulibeyene8761
    @bulibeyene8761 3 ปีที่แล้ว +6

    Wow asee yigermal tebarekliny

  • @qaliijb9202
    @qaliijb9202 3 ปีที่แล้ว +2

    Farsaa kanaa sagalee marartotin keessa kotii ba'uu didee senaa kodhaa nat fakate waqayoo baraf jirenyaa kee yaa ebisuu ebifami namaa waqayoo 😭😭😭😭😭🙇‍♀️🙇‍♀️

  • @winolit92
    @winolit92 3 ปีที่แล้ว +6

    Jirra ammallee cimnee dhaabbannee
    Jedhaa faarsaa harkisaa nun ganne
    Asse😍😍yadikoo😍gutisha😍
    And the woman acting on the video 😍
    May God bless you all💞💞

  • @tafariitulluu6424
    @tafariitulluu6424 3 ปีที่แล้ว +2

    eebbifami haadhookoo waaqumti sihaa eebbisu

  • @elu9423
    @elu9423 3 ปีที่แล้ว +5

    Uuuuuuuuuuuu Abakooooo ati jirta sabakee bohaa jiruf 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @urgefufa2908
      @urgefufa2908 3 ปีที่แล้ว +1

      Ameeeèeeeeen Ameeeeeeeeeeeen Eebbiffami Baayee Namatti Tola

  • @martaafg6952
    @martaafg6952 3 ปีที่แล้ว +1

    Ammeen Ammeen ebbifamas akkatii farsaa kanaa jaladhee uuuffff guyyatii yeroo 3 fi 4 oliin dhageefadhaa uuuffffee
    Jiraa Ammalee cimanee dhabanee jedhaa farsaa harkisaa nu ganee😢🙏🙏

  • @adanedinsa4215
    @adanedinsa4215 3 ปีที่แล้ว +5

    Woow waaqayyo abbaan koo bara baraan saa eebbisu faarfataa Asegid Abebe. waaqayyo si wajjiin jira jabaadhu nama waaqayyoo!!!!

  • @leliseyeshitla9987
    @leliseyeshitla9987 3 ปีที่แล้ว +2

    Eebbifamii Waaqayyoon sii haa eebbisuu.

  • @eliliiprince6456
    @eliliiprince6456 3 ปีที่แล้ว +5

    woow Asee ተባርክ ጌታ ይባርክህ። እግዚአብሔር በ ሁሉም ቋንቋ ይመለካል ክብር ለ ስሙ ይሁን።
    ምርጥ ዜማ እና ግጥም፣ ምርጥ video Eveen the way you express in Dramatic way is so Amazing.ጌታ ፀጋውን ያብዛልህ እንወድሃለን🙏.

  • @ELMEDIA21
    @ELMEDIA21 10 หลายเดือนก่อน +1

    የእግዚአብሔርን ምህረት እንድናስብ ያደረገ መዝሙር ነው።
    Waaqayyo si haa eebbisu!

  • @hanchalubiru7881
    @hanchalubiru7881 3 ปีที่แล้ว +3

    Guddaa eebbifami Faarfataa Aseggid Abbabaa. Saba keenya jajjabeessite, kabajaa fi jaalalli ati nuuf qabdu ni mul'ata ni argina. Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Ameen

  • @wisdomtube2597
    @wisdomtube2597 3 ปีที่แล้ว +11

    Eebbifamaa ijoollee Waaqayyoo . “Jirra Ammallee “ can’t stop listening ayyannisaa dachaa dachaan siif haabaayisu

  • @metidesalegn9583
    @metidesalegn9583 3 ปีที่แล้ว +1

    Get blessed all of you!!!!!!!!!!!!! Farfannaa humnaa qabu fi hafuuratti bari kee haa eebbiffamu

  • @firajk6874
    @firajk6874 3 ปีที่แล้ว +13

    jirra ammallee Harki isaa nu hin gaane... bless u all

  • @metisolomon3466
    @metisolomon3466 3 ปีที่แล้ว +2

    Weyyoo waaqayyoo isin haa ebbisu baayyee namatti tola ergaa guday qaba👏👏👏❤❤

  • @gelalchakejela2228
    @gelalchakejela2228 3 ปีที่แล้ว +3

    Farsaa bayyee nama #eebbisu dha. #Asee💖 Ayyaanaan eebbifama kana caalaa. Namoonni Hundi farsaa kana miidhagsuu keessatti Ga'ee keessan baatan.

  • @LetaKefena
    @LetaKefena 3 ปีที่แล้ว +4

    Waaqayyo isin haa eebbisu, faarfannaa hedduu nama eebbisudha.

  • @jesussalvation3044
    @jesussalvation3044 3 ปีที่แล้ว

    Maqaa Yesuusiin Eebbifamii Mucaa Waaqayyoo Eeyyeen jira Ammaallee Karaan cee'umsaa Hallelujah hallelujah hallelujah Eebbifamii

  • @sheyi9107
    @sheyi9107 2 ปีที่แล้ว +3

    The woman is very talented! Praise God.

  • @alexoasori2797
    @alexoasori2797 3 ปีที่แล้ว +11

    አስየ ጌታ አብስተዉ ይባርክ፤ በጣም የሚባረክ ልብን የምነካ መዝሙር ነው። Isa na hudhaa ture imimmaankoon itti obbaafadhe😍😍

  • @merryligaba4890
    @merryligaba4890 3 ปีที่แล้ว +6

    Uuuuuuuffff Ameeeeeen Ameeeeeen ebifamii dhugumaam hin barr'aa gaftokko

  • @werkineshhailemelekot64
    @werkineshhailemelekot64 3 ปีที่แล้ว +3

    ውንድም አሰግድ ውሌም መዝሙሮችክ ከቅንብር ጋር ውስጥ ስር ስር ያረጋል ያስለቅሳል በጣም ነው ምወደው ስንት ብሰማው አልጠግብም 💞💞💞💞💞💞

  • @solomonbekele258
    @solomonbekele258 3 ปีที่แล้ว +1

    ani quufuu hin dandeenye Aseekoo eebbifami maleee dachaa*100!!

  • @adamuhambisa7525
    @adamuhambisa7525 3 ปีที่แล้ว +1

    waaqayyoo abbaan inni ayyyaana kana siiif kennne amma bara baraatti ssif haa ibsuuuuuuuu galatoomiii

  • @yesasofa4174
    @yesasofa4174 3 ปีที่แล้ว +5

    ከቃላት በላይ ነው እዉነት ጌታ ይባርክህ አስዬ
    ክብሩን እርሱ ጌታ ይዉሰድ

  • @firstlast2269
    @firstlast2269 3 ปีที่แล้ว +4

    Uuuuuuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭 jirraa ammalee harkiisa nun gannee 😢😢😢❤💚❤ebbifamii

  • @amirarizk5397
    @amirarizk5397 2 ปีที่แล้ว +3

    Senaa hadhaa koo naati kaasee jirenyaa koo utubee 😭😭😭😭😭Abaan koo saa ebbisuu

  • @firstlast2269
    @firstlast2269 3 ปีที่แล้ว +7

    Maloo farfannaa kanaa qufuu dadhabee guyyaatii yeroo meqaan irraa deebi'ee dhagefaadhaa garuu dafee dafeen yaade ittii deebi'ee dhagefaadhaa uuuuuuffff '😭😭😭😭😭imimaan kootiniin dhagefaadhaam malii ergaa guddaa of keessaa qaba farruun kee asee koo '😢😢😢haalaa ammaa keessaa jiruu kanaatii atii immoo sagaalee jajabinaa qabaate nuf dhuufuu keetiif ammalee ayyaannii kun dachaa siif haa dabaalamuu 🙏🙏huundumtii keessaan nuf ebbifamaa nuf jiraadhaa ❤💚❤

    • @alexjambi4489
      @alexjambi4489 3 ปีที่แล้ว +1

      Ayyani waaqayoo sif haa baayyatu ebbifamii.

  • @amanuelberhanu5375
    @amanuelberhanu5375 3 ปีที่แล้ว +5

    Wooowww faaruu midhagaa........eebbifamaa hundi keessanuu👏👏👏

  • @yoditgaromsa9373
    @yoditgaromsa9373 3 ปีที่แล้ว +1

    getayee abezeto abezeto abezeto yebarekeh tebarekelegn

  • @gezeshegmichael3899
    @gezeshegmichael3899 3 ปีที่แล้ว +6

    ኡፍፍፍፍ ወንድሜ አሰግድ ጌታ ይባርክህ!! ይህን መዝሙር ቁጭ ብዬ መስማት አልቻልኩም፡፡ የእግዚአብሔር መንፈስ ውስጤን በኃይል ሲያነቃቃው ይታወቀኝ ነበር፡፡ በጣም ውስጤን አረሰረሰው፡፡ ጌታ ይባርክህ እባክህን እንዲዚህ ዓይነት መንፈስን የሚያነቃቁ ዓይናችንን ወደ ጌታ እንድናነሳ የሚያደርጉ መዝሙሮች ያስፈልጉናል፡፡ በጌታ በርታ ተባረክ፡፡ Jirra Ammalle ….

  • @user-tx1of2pk8p
    @user-tx1of2pk8p 3 ปีที่แล้ว +3

    ትርጉሙ ባይገባኝም ብቻ ልብን የሚ ነካ መዝሙር መሆኑ ያስታውቃል ተባረኪ አሴ

  • @galanecaalaa8181
    @galanecaalaa8181 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen ameen ameeen🙏🙏 Eebifa gooftaan dacha si haa eebbisuu nama kakuu♥️♥️

  • @sifanasifuuu690
    @sifanasifuuu690 3 ปีที่แล้ว +2

    Ani farrsaa baraa kana bahee kesaa farsaa kana qufuu dadhabee!! jechoni isaa tokko toko ergaa gutuu qabaa dhugaa bayee farsaa addatii goftichi ayyana isaa oli sifi ya dabalu💖😍

  • @GamadaGudinajitbme
    @GamadaGudinajitbme 2 ปีที่แล้ว +1

    Ayyaann ISAA dachaan sitti haa dabalamu. Waaqayyo Hafuura ISAA bara dhumaatti dhaloota hundumaa irratti ni dhangalaasa jedhamee inni raajichaan dubbatame raawwachaa jira

  • @zer_yihun
    @zer_yihun 3 ปีที่แล้ว +25

    I don't know Affan Oromo language but I couldn't stop listening to this song. Stay blessed!

  • @yakobesheteofficialchannel9968
    @yakobesheteofficialchannel9968 3 ปีที่แล้ว +5

    Ase waqayyo sii haa ebbisu farfanna bayee garii dha

  • @AmanuelChala
    @AmanuelChala 3 ปีที่แล้ว +5

    Jira Ammallee!!!!! Haa dhagahu diinni👉. Eebbifamaa

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 3 ปีที่แล้ว

    Uuuufffffeee,jirraa Ammalleee Ameen Ameen Ameen eebbifama dachaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin dhaloota eebbiifameedha isiin jabaadha,kana burqaan farfannaa kan dhaloota dheebu baasuu isiin keessa haa burquu 🙏🙏🙏🤲🤲🤲🖕👍

  • @jaleneabera5811
    @jaleneabera5811 3 ปีที่แล้ว +9

    Listening with Tears 😭😭😭😭😭may God bless you

  • @EthioOromoChristianmedia123.
    @EthioOromoChristianmedia123. 3 ปีที่แล้ว +2

    Ase koo bless U🙌

  • @haramayauniversity3889
    @haramayauniversity3889 3 ปีที่แล้ว +4

    Wow bayyee namatti tola Eebbifami

  • @gihaofficial5337
    @gihaofficial5337 3 ปีที่แล้ว +4

    Wow Asye Gooftaan si haa Eebbisu Kanuma caala nuuf eebbifami

  • @MagiDasta
    @MagiDasta 3 ปีที่แล้ว +6

    Eebbifami, ergaa guddaadha!!

  • @welega2624
    @welega2624 3 ปีที่แล้ว +3

    Uuuufff jira ammaa ilee Ameen Ameen Ameen eebifami dachaa ayaanii isa siif ha dabalamuu

  • @eldumg3133
    @eldumg3133 3 ปีที่แล้ว +3

    Jira ammallee bar karaan cee'umsaa jedhaa abbaan kee eenyuutu isa dursaa😭😭🙏🙏🙏❤❤Love this song it is so heart-touching...bless you all🙏

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen ameen jira ammalle karaan ce.umsa halleluyyaaaaaaaa

  • @jittubulbula1982
    @jittubulbula1982 3 ปีที่แล้ว +3

    Uffffffff jirraa ammallee bar karaan ce'uumsa jedha Abbaan kee
    Jiraaaaaaaaaaaaaaaa amaalleeeeeeeeeeeee

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuufffeeee waaqayyo guddaa baraaf jireenyakeessan ha.eebbisu

  • @Diriba_Fufa
    @Diriba_Fufa 3 ปีที่แล้ว +4

    Amazing Song! Eebbifami Aseekoo! Baayyeen si jaalladha!

  • @asasg-vi2hn
    @asasg-vi2hn 3 ปีที่แล้ว +4

    From sudan🇸🇩
    Ilove oromia ❤️❤️🇪🇹

  • @calebhaile7837
    @calebhaile7837 3 ปีที่แล้ว +4

    Im in trauma but when u hear these song really im try to see what God promised for me. So thanks bro. BROTHER FROM BELGIUM

    • @florencek7694
      @florencek7694 3 ปีที่แล้ว

      It shall be well just wait on God he will come and make everything work. I pray for God to give you the strength to keep waiting on Him for our God is mighty and you will overcome🙏🙏

  • @bontuumeta4391
    @bontuumeta4391 3 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami baayyee baayyee ergaa guddaa of kessaa qaba waqayyo ayyanasaa siif haa biyyisu

  • @rahelkefeni5549
    @rahelkefeni5549 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen jirra ammallee,dachaa ayyaanni siniif haa dabalamu!

  • @haramayauniversity3889
    @haramayauniversity3889 3 ปีที่แล้ว +6

    Ufff Aayyoon sun baayyee qalbii nama fuuti! I hope it's a true history

  • @almewako6613
    @almewako6613 3 ปีที่แล้ว +1

    Wowo baayyee ittin eebbifame amma iyyuu ayyaan goofticha dacha isinif yaa baayyaatuu eebbifama

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 ปีที่แล้ว

    Waw waqayoo baraf jirenyakee haa ebisuu ebifamii ,farfanaa bayee namati toluu dachaa ebifami🙏🙏🙏🤲🤲

  • @dubisatalkiye7712
    @dubisatalkiye7712 3 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoof galatni guddaan haa ta’u! Eebbifamaa martinuu!

  • @dychalka5140
    @dychalka5140 3 ปีที่แล้ว +2

    Amen Amen Amen Amen jiraa amaaleeee Gooftaan koo isiin haa eebisuuu. ❤❤

  • @lamisafkebedeofficial5177
    @lamisafkebedeofficial5177 3 ปีที่แล้ว +1

    Obbooleessaa koo waaqayyoo guddaa si haa eebbisu. yeroo sabni waaqayyoo guutuummaa biyyaatti abdii kutanna keessaa jirruu kanatti sagalee jajjabinaa hafuuraa qulqulluu bira waan nuuf fideef eebbifami, abbaan keennicha haa ulfatu. keessummaa saba keenyaaf ergaa yerooti

  • @gemechutilahun4613
    @gemechutilahun4613 3 ปีที่แล้ว +1

    😍😍😍😍😍 eebbifamii asekoo baay'ee nama qaabanessa

  • @jarsobadesobedaso2636
    @jarsobadesobedaso2636 3 ปีที่แล้ว

    thanks asegid god bless your future best afan oromo song so please continue with name of JESUS

  • @etefanoshabtemariam5353
    @etefanoshabtemariam5353 3 ปีที่แล้ว +4

    Wow blessed man wow wow wow ...

  • @regatunegeri3139
    @regatunegeri3139 3 ปีที่แล้ว +3

    Waaqayo baayyee si ha'eebbisu obboleessa ko! The song just told my story!!

  • @habtamueticha59
    @habtamueticha59 3 ปีที่แล้ว +5

    My telephone ring tone is " Jirra Ammallee"" Dha.

  • @yosfkdgmd7803
    @yosfkdgmd7803 3 ปีที่แล้ว +4

    Asee keenyaa eebbifami

  • @jesusislord288
    @jesusislord288 2 หลายเดือนก่อน

    በጣም ተወዳጅ መዝሙር ነው
    በሰማው ብሰማው አልጠግብ አልኩ ተባረክ ወንድሜ ❤❤❤

  • @gemechishunduma8938
    @gemechishunduma8938 3 ปีที่แล้ว +4

    WOOW Asse so Miracle song Isin haa eebbisuu

  • @obilove219
    @obilove219 3 ปีที่แล้ว +3

    jiraa amalee isaaf haa galattu. you are blessed

  • @danielajema1545
    @danielajema1545 3 ปีที่แล้ว

    love this song .. waqayoo dedebisee sii yaa ebbisuu! ittin ebbifameera

  • @bikiltuedosa3988
    @bikiltuedosa3988 3 ปีที่แล้ว +2

    Eebifami dhugaa 🙏🏾
    Eergaa gudda qaaba 👍🏽
    🎶Jirra ammalle cimnne dhabanne 🎶

  • @ayyantuushifaraa3149
    @ayyantuushifaraa3149 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuufffff 😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌👏👏Dhugaa farfanna otoo hin dhagahin hin oluu waaqayyo dacha dachan sina Eebbissu Eebbifami