Gingilchaa: Warra Jaarraa 16ffaatti Nu Deebisuu Barbaadan Dhaggeeffachuu hin Qabnu
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 14 พ.ย. 2024
- Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
Jabeessi itti himi Habtee keenya! Qaxalee Namaa!!!
Kkkkk❤️❤️❤️
Jaarakanaf furmaanii....!!!! Tokkumaa Tokkumaa Tokkumaa Tokkumaa yaa ellmaan oromoo Tokkumaa.....!!!!
Gingilchaan suusii natti taheera habtee kiyya umriii dheeraa siif hawwa fayyaa wajjiin❤❤❤
Anilee Akasii❤
Dhugaa dubbachuuf hojii ati hojjettu kana salphifnee ilaaluun in taatu. Warra kaleessa nu cabsaa turan har'a hiree sana dhabanii oromootti cilee dibuuf yaalan dura dhaabbachuun waan guddaadha. Jabaadhu boor seenaan haqaan seenaa kee in kaaftii!
Oso amarii dubatee Yona qataa like gotanii ya Oro ko nama akasii jajabesaa gudisaa malee
Nufii jiradhuu dhuga dhugaa jirtuu dubataa
Habtish gota keenya nuu jabaadhu
Rabbi si wajjin haata'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Itti muddi habtish👏
kkkkk gingilchaa jabessuun dirqama kenyaa tahu bareen jira
HABTAMU LAMUU WAEE KEE IBSUUF JECHOTTA NAHANQATAA LONG LIVE
Hafe koo jabadhuu ❤❤❤❤jabadhuu
Jabadhuu Qaxalee koo mangistii kiya.bayyeen si jalladhaa habtee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Afaan oromoti jalaa hikii ok
Habtaamuu keenyaa qaroo qara lamaa nuuf bulii🙏🙏 nuuf turi❤
Bagaa itti cabstee habte keenyaa
Hero❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qanqee show jabessa bira dhabadha umaan Arsii ilove you haftamu my king
Haftee koo nuuf jiraadhu 🥰
❤❤❤❤Jaabadhuu Hbtee Atii Waaqayyo Siiya Gargarru Kan Akka Keetimoo Waaqayyo Nufii,Akasu Tokumma Jalalla Nama,Labisuu❤❤❤❤❤❤❤
ሐብትሽ እግዚአብሔር አምላክ ይባርክህ ።
እነዚህ የድንጋይ ዘመን የደናቁርት ግሳት ደጋሚዎች የመንደር ሥብሥብ እግዚአብሔር አምላክ ትናጋቸውን የሚዘጋበት ጊዜ እሩቅ አይደለም ።
Oromoo hidumaa gotaa waqayyoo nufuu kenee nuu malii gonaa ❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu haabtee hojii bareeda
Arraa namni kenyaa like godha 😢
Habtee I appreciate you
Habtamu lamu fi warri Qanqqe show gaggesitan dhiifama wajjin Afaan Amaratin maalif hin hojjane yero tokko tokko maalif sete Jarri of ha dhageyfatani akkasumas sabaa -sablamonni biroti kan amriffa dhagan wan jarri hasawu ummata oromo xiqqeysa ulan kana jala ha baru ha hubatu kijiba tahu isa plc plc kometi ko dubbisi yo danddese yaada ko kana hujiti jijjiri galatomi
Akkasitti itti himuudha falli jiru galatoomi Habtee Keenyaa!!!!
ይመችህ ብሮ
🎉🎉🎉🎉🎉🎉 thank you very much.
Nuuf jiraadhu leenca koo❤❤❤❤
Habtamu lamuu dhugaa nama dhugaa iraatii hojatuu❤
Haftee thank you bro❤
Zareyyoota rabbiin jera hafixu
itti muddi haptishaa koo❤❤
Nuuf jiraadhu qacalee keenya. ❤
Habtee ati nama jabaa oromooti jabaadhuu itti himi gowwaa akkanaa kanatuu kanaan dura biyya bulchaa Ture Amma biyyi abbaa argattee jirti jadhiin jarattii
Your explanation is unique ❤
Dhugaa rabbii waan guddaa dalaga jirtaa haaluma kannaan ittii nuu fuuffii rabbii sii birraa haa jiraatuu
Baga jiraatte gingilchi
dhugaa kee jette haptee goota ko 💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤
Habtish dubbiin attii dubbataa jirtu waan Oromoon Hundi Xiyyeeffannoon Hordofuu Qabuudha
Habte jabaa nama❤
Galatoomi Habte🎉🎉🎉
Jabadhu habtamu
Dinqiidha Habtish.
Eenyumtuu gad bahee deebii hin kennineef ati garuu hamman hojii eegaluttan deebi isiniif kenna jette. Dhiisi hojii dhabdee mitii kunuu hojii cimaadha. Bagaa gahaa ishee itti himte.
Galata guddaa qabda.
Garuu of eeggadhu dhugaa rabbii garaa nu gubduu immoo duutanii jarattiin ajjeesuu malee mo'umsa yaadaa hin dandeessu.
Ittii himii warraa iyyuu kanaa 🎉
Thank you haftee ❤
GOD BLESS YOU HABTAMU!
Nuuf jiraadhu Habtekoo ❤
really really this is social media!!!
Thanks habtisha❤🎉❤
mee maaluman sif taha
abbaan kiyya yoo ati waan gaarii hojjatte ati leenca bar sin jedha
atis leenca keenya..............
Galatoomi Habtee jarii waan dabree waan dagannee seete
Keep moving Habitish excellent explanation. God bless you abundantly ❤️❤️👍
Bravo habtish 🫡 Yetaabbaatu itti himi akkasitti 👊
Jabadhuu lecccaa oromoo ❤❤❤❤❤❤❤👍👍
❤❤❤❤qanqe shew❤❤
Hojii Boonsaa hojaachaa jirta Habte koo
Dhugaadha dhugatti buli ilmi Dhugaa siif haa dhalatu
Abbaafi haadha ajeesanii ijoollee isaanii guddisuun maaliif barbaachise jm summiin jerahoo tokkumaa
Habtee wowwwww ❤❤
thank you Again Habtish
Hardhaa naa taatee ❤
Habtish waan gaarii dabarsaa jirta jabaadhu.
Baga keenne tatee❤❤❤ gingilcha
Habtee ko nuf jiraadhu❤❤
Jabaadhu
Good job ❤❤🎉🎉
Baggaa nuf jirte jabadhu
Naaf taate akkam ❤❤❤❤
ሐፍተሙ ኑርልኝ ለነዝ አስማርዎች ልክ ልካቸውን ስትነግረቸው በጣም ነው የምተስደስኝ
ከነፍጠኛ ልጆች የሚጠበቀው የለመዱት ስድብና ስም ማጥፋት ነው ፡፡
Dhugaa keeti bro
Jabesii Itii Himii Kaa Akka Kee Osuu Hedumaa Itii Dabalefii Galatomi Haaftee
Habtee jartiiiii
- Gandaan nuu qoodu barbaaduu sirritti himii
Galatoomaa.
Jabdhuu jabaa kenyaa
Moshoftee akkaa maalee afaan waar itti qaxaltee jabdhuu ati naf 🙏
Jabaadhu Habtamu Lamuu
Oromo koo❤❤❤❤❤
Jaabadhuu habtee kiiyya good job 👏 👍
well said Jeneral!
OROMOO woliingarafulduràatii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
You're write thanks.
Gingilchaa Kana baayyeen jaaladhe!
Galatoomi habtish
Yoomiyuu oromon yoo itiyopiya irra kopaatii baatee malee oromo xiiqeysuu itumaa fufuu ta,aan wlh ❤❤
gingilcha kenya dhugaa gingilch
Yaa Farsee bultoota nuti yeroo nafxanyaaf deebi beebifnu hin qabnu
Guyya pp nuu fiixa olla galgala shanee shimalistu maqaa WBO nuu saama diina gudda nu ajjesa jiruufi diina afaanin na arabsuu deebii akkami deebisa.
Bara wayyanne namni dubartii gudede wagga 15 itti murteefana amma waraana Mootummaatu dabare dhalaa takka gudeeda
Dargagessa jartii dulomte fi daiman wagga 5, dubarti lamaa bakka tokkoti ciifsee gudeeda aspaltii irra dhaabe osoo namni ilalu waraana dhalaa gudeedu. Biyya namni qawwe qabu hundii itti miskina saamu. Finfinne tete albaa'u bu'a hin qabu
Mee dhugama dhiira dhugama biyyi Mootummaa qabdii jette farsiita warruma irra dhalate badiyya deemi ilali mee gujii boorana,walloo, arsii kessaa deemi miskina qoote bula ilali wly namni bayee gala hin jiru😢😢😢😢😢
Biyyi seera takka hin qabdu intala hadhaa birati, jartiitu jarsaa biraati gudedama jira. Farru malee isin rakko kun isiiniti hin mul'atu saah..,,?
Qoote bulaan gibiran, baasi milishaa, busaa gonoofaf,rayyaa hirdhiisa biyyatif,Guyya guyyan bochisaa ollu
Inna lillah waa innaa aleeyhi rajaa'un 😢😢Rabbuman qabana haa buusu
❤❤habtee jabaadhu hojii gaaridha
❤❤❤Oromoof qabsaa'uun akkasitti diina Oromoo kaleessa,har'aafi boriitti dhugaa dubbii himuudha! Uumurii dheeradhu Habteekoo leenca Oromoo#it is right to tell the truth to those who think darkly===#በጨለማ ለሚያስቡ እውነትን መንገር ተገቢ ነው።
Habtamu weyane esirbet suri asweliqo chinkilat ena meqemwchawun abelashto yeleqeqew werada kefitegna ye Oromo tilacha yalebet luti new. Yata lemagn teragmo yihedal endilu yale aqmachew mekelakeyan nektew mekelakeya asado sigerfachew betesfa mequret sidib wust gebtewal banda hula.
Generali kegna jabadhu etti himi ❤🌹
❤❤❤❤❤❤❤❤❤haabtish🎉🎉🎉
Horii buli habtee kiyya natti tolte dhugaa eabbii fuuteef malee sistarii qashtii wayii qaba silaa isii siif kennee natti tola tureeyyuu😅 darbii nuuf jiraadhu leenca keenya❤
Haftee allah bless you when you place you life/ allah bless you when you life 🤲🤲🤲
JIRAADHUU OBBOLLEESSAA KOO. AFAAN ISAANII SAQXEE ITTI NAQXEE
Barnoota gaariidha Habtee. Garuu Wallaltota tana osoo barnoota akkas bareedu kennuufii dhabdee gaariidha. Wallaaluma ishee battattee qileetti haa duudduu ..... Barsiisuu dhabuun mataan isaa "qazqaazaa xoorinat" isheen baantu sanii.....
Gotootni Siko fi Mandoo mataa Oromiyaa, mataa Ethiopia ti.
Thanks Habtee🎉
Jara dhageffatumadhaba
Har'aa 🔥🔥 habbten oooyyyyaaa akkana sii beekna kino habte akkati sii beekna ❤❤❤❤❤
👏👏👏
Tankeu habtee🎉🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰
Namin Mo'amee Akkaa Marataa Hasahuu Kanafuu Habitekoo Wa'ee Namootaa Balaggootoo Kanaa Hin Hasaahiin. Jarii Kunii Namootaa Osoo Hin Ta'in Sexxaanaa fi Buddootaa Dhaa Nuraa Ifadhuu. Jeneralii Kenyaa Habitamuu Alamuu Bagaa Dhalatee. Sexxana Fi Budootaa Gingilichaa
Jaabadhuu gingilchaa oromon tokkummaa dha jabaachaauu qaba
Dhugaa keedha Haabtish❤❤❤
ነብስ የሆነ ፕሮግራም❤