Gingilchaa 4ffaa: Biyyi Abbaan bareeddi!

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 12 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 234

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 2 หลายเดือนก่อน +2

    Excellent Habtish....!!!

  • @user-Amiko-76
    @user-Amiko-76 2 หลายเดือนก่อน +4

    Jabaadhu galata qabda ❤Ati gara kuteessa nama ati.waan baayyetu sirraa baratama.

  • @AyanaaJiraata
    @AyanaaJiraata 2 หลายเดือนก่อน +3

    Jabadhu habteshe bayyee namti tola

  • @AfendiUsmaeal
    @AfendiUsmaeal หลายเดือนก่อน

    Habtee bayye galatomu motummaa kenya akkanumatti nuf jajjabeysi

  • @lemmafeyyessa5351
    @lemmafeyyessa5351 2 หลายเดือนก่อน

    Good job Habtish!

  • @danielp813
    @danielp813 2 หลายเดือนก่อน

    Well spoken, God bless you Habitish ❤❤. Abbani Biya lovely words. Habitish I admire you for appreciating those done great deeds. Bravo ❤❤❤❤

  • @BurtukaanzawudeZa_burtukaan
    @BurtukaanzawudeZa_burtukaan 2 หลายเดือนก่อน +2

    Kkkkkkkk ummataa sammuu dudaa Kan yoomuma of baruu garuu dhisaa jalalatani miti infaatuu asii godha waan hin argamnee dhisii hin bonii 👌👌👌👌👌👌👌👌😂😂😂😂

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 2 หลายเดือนก่อน +2

    dhugaa jiiruu kanumaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍

  • @Dawitgirma-hf4gv
    @Dawitgirma-hf4gv หลายเดือนก่อน

    Abtee guddaa galatoomii jabaadhu ❤❤❤❤❤❤

  • @PetrosBeyene-i6c
    @PetrosBeyene-i6c 2 หลายเดือนก่อน

    God bless you Habtamu. You want and dream better Life of all.

  • @AhmedYahyaa22
    @AhmedYahyaa22 2 หลายเดือนก่อน +2

    jabaadhu jabaa keenya hojiin kee bu'aa qaba nuuf jiraadhu ilma sabaa

  • @davidsolomon116
    @davidsolomon116 2 หลายเดือนก่อน

    Habtish, keep on exposing the lairs. Don't listen to the haters. We'll done bro

  • @TashaleTolera
    @TashaleTolera 2 หลายเดือนก่อน

    ሀብተሙ ለሙ ላሚ ኬትፍ ቁቀምቴ ዱበቴ ወቀዮ ኡሙሪኬ አዴረቱ አት ጀግነ ስንጀለደ ቁቤ ወንን እንበረኔፍ ድፈማ❤❤❤❤❤❤❤

  • @TashaleTolera
    @TashaleTolera 2 หลายเดือนก่อน

    ጀግነዬ ብዬሃለሁ ከዱሮም እወደሃለሁ❤❤❤❤❤❤

  • @debrituhalelo8383
    @debrituhalelo8383 2 หลายเดือนก่อน

    Long live Abichu and Addu!!

  • @Kombolchatube2022
    @Kombolchatube2022 2 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Dhugaa keetii jaalatamaa qaalii koo

  • @PetrosBeyene-i6c
    @PetrosBeyene-i6c 2 หลายเดือนก่อน +1

    God bless all who works hard to ease and better of the life of poor PEOPLE. God bless Oromia and its people. May the people of Oromia seek love and forgiveness instead of revenge as the lord Jesus forgave us all. Peace of God to East Africa.

  • @alemayehujenbare4502
    @alemayehujenbare4502 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa qabatamaa dha! Jabaadhu Habtish

  • @IsayasGy
    @IsayasGy 2 หลายเดือนก่อน +1

    dhugaa jette habtee koo jabaadhu

  • @kenaskids4126
    @kenaskids4126 2 หลายเดือนก่อน

    Habitsh God bless you

  • @tenagnemegersa4698
    @tenagnemegersa4698 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhu haabte ofiis hin gatiin jarri salphaa miti raajii baati ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ambaa7247
    @ambaa7247 2 หลายเดือนก่อน

    Afaan koo haa cituu jeneral🎉🎉🎉🎉🤛🤛🤛🤛🤛🤛🤛🤛 itti naqi

  • @ahimedbiluu8899
    @ahimedbiluu8899 2 หลายเดือนก่อน

    Habtish gingilchaan kee suusii nutti ta'e Torbannitti yeroo 3 nuuf godhi Jabaa keenya ❤❤❤

  • @HawwiiBilissummaa
    @HawwiiBilissummaa 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa jeete Abtamu❤❤❤❤❤❤❤ 11:29 🤙🤙🤙

  • @HannitaHannitahannita-ob4pk
    @HannitaHannitahannita-ob4pk 22 วันที่ผ่านมา

    Jabadhuu❤❤

  • @zinayejillo6908
    @zinayejillo6908 2 หลายเดือนก่อน

    Thanks iti fufii❤

  • @MisganuBeshada
    @MisganuBeshada 2 หลายเดือนก่อน

    Adaanech waaqayyo si haa Eebbisu.❤❤❤❤❤

  • @abdulhalimjabal-b9t
    @abdulhalimjabal-b9t 2 หลายเดือนก่อน

    Abdo jabal nan jdhamaa jimmaa irraa jabadhuu obolessa koo waaq siihaa gargaaruu yoomuu diinni rafee hin buluu.

  • @MuktarJemal.1997
    @MuktarJemal.1997 2 หลายเดือนก่อน

    hhhhhhhhh
    Dhugaa baayyee 1 natti tolte ati ani bara ati biyya alaa teessee Ummata gingilchitus 😂 ture
    Ammas 😂 jira deebitee yoo faarsitu
    Garuu dhugaa dubbachuuf sirrii goote
    Thanks 😊

  • @ZelalemAshetu-h6e
    @ZelalemAshetu-h6e 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhuu reefuu nama jaba taa'aa jirta. Namni jaban iyya girrisaaf gurra hin Kennu. Fkn Abichuu

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 2 หลายเดือนก่อน

    Thank you for evidence based analysis of the novel initiative of corridor development by the government in Addis. Keep it up!!!

  • @batteo9045
    @batteo9045 2 หลายเดือนก่อน

    Thank you ❤️

  • @beliyudaba5169
    @beliyudaba5169 2 หลายเดือนก่อน

    Jabadhu nujeradhu !

  • @BiiftuuOromoo-v7v
    @BiiftuuOromoo-v7v 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaadha yaadda ati kastte jabaa keenya❤❤❤

  • @amireem3806
    @amireem3806 2 หลายเดือนก่อน

    Long live habtish🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Ber-o-u6w
    @Ber-o-u6w 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhaa nu jedhiin....ammayyuu baayyee hafa...google map yoo ilaallu bakki baayyeen ni hafa...

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 2 หลายเดือนก่อน

    Maalumaaf caraccaramti laata jarri kun 😂😂😂😂
    Abbaan qe'ee akkanatti qe'ee isaatti bareeda ❤❤❤❤ nuuf jiraadhaa

  • @WXY7007
    @WXY7007 2 หลายเดือนก่อน

    LONG LIVE QANQEE SHOW HABTAMU!!!

  • @AsiaAbdulmajeed
    @AsiaAbdulmajeed 2 หลายเดือนก่อน

    Gingilchii abbasa😂😂❤❤❤

  • @firaolobsa4078
    @firaolobsa4078 2 หลายเดือนก่อน

    Habtee hojii gaariidha jabaadhuu

  • @GedaTube
    @GedaTube 2 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤Habtee Koo Bagaa Nagaan nuuf Dhufte❤❤❤

  • @vftygyyi4799
    @vftygyyi4799 2 หลายเดือนก่อน +2

    ጀግና ❤የአባ❤ ገዳ❤ልጆች

    • @QaxaleeKeenya-l3y
      @QaxaleeKeenya-l3y 2 หลายเดือนก่อน

      Manni siif kennameera moo habashaaf gammada?

  • @BerhanuDesisa
    @BerhanuDesisa 2 หลายเดือนก่อน

    waan dhugaa jiru dubbatte guddaa galatoomi jabaadhu kana caalaa

  • @fakuradiinmuyadiin3548
    @fakuradiinmuyadiin3548 2 หลายเดือนก่อน

    gurba jiraadhu isaanowwan kijiboonni wanni gaarin hin tahufi isaanowwan gaari tana hojjatan atiin dhugaa tana addesitu hinfarfamtu galatasanille hinbarbaaddu ittti jabaadhu galatoomi

  • @muheaman3816
    @muheaman3816 2 หลายเดือนก่อน

    dhugaa keeti Habtamuu❤❤❤❤❤

  • @tilahunlema-l1c
    @tilahunlema-l1c 2 หลายเดือนก่อน

    Nuuf jiraadhu Habtish!!!

  • @DechasDaily
    @DechasDaily 2 หลายเดือนก่อน +1

    Abbichuun Waggaa 1000 Nuuf Haa jiraatu.❤❤
    Habtaamuu kiyya Baay'ee Galatoomi.❤❤
    Haaluma Kanaan itti nuuf fufi🎉🎉

  • @Hawai-h3w
    @Hawai-h3w 2 หลายเดือนก่อน

    Atii garuu wa,e siyasaa male waqayyoo hin irafanee garuu

  • @BuushMingiste
    @BuushMingiste 2 หลายเดือนก่อน

    ይመች አቦ

  • @MilkiiGalatii-z7m
    @MilkiiGalatii-z7m 2 หลายเดือนก่อน

    Haftee naa gingilchime naa aferitii

  • @MobileShop-lr2ti
    @MobileShop-lr2ti 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugadh ❤❤❤

  • @BichakaGeleti
    @BichakaGeleti 2 หลายเดือนก่อน

    Jabadhuu habtamukoo

  • @SabonaMarara
    @SabonaMarara 2 หลายเดือนก่อน +6

    great job haptish✔✔

  • @AmadanurAbdo
    @AmadanurAbdo 2 หลายเดือนก่อน

    Mana fincaani kan jara barsiise, Kophee keewwaachu kan barsiisee fi nyaata mi'eeffaatani nyaachu kan jara barsiisee Abbaa Jifaari.

  • @MoataGudeta
    @MoataGudeta 2 หลายเดือนก่อน

    Hojii gaariidha Haptee koo jabaadhu dhugaa dubbachuun ofiif qofa utuu hin taane dhala ofiifu eebba

  • @AhmedYahyaa22
    @AhmedYahyaa22 2 หลายเดือนก่อน

    hattuuf gantuudhaaf yeroon ammaa kun hintaatu fakkaatti😂😂 abbichuu waggaa 1000 haa bulchu
    jaalalan❤❤

  • @jomama151
    @jomama151 2 หลายเดือนก่อน

    Galatoomi habte sirritti ibsitetta ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Ulfaa5
    @Ulfaa5 2 หลายเดือนก่อน

    Haftee waan sirri Akkanaa sirraa barnaanna!

  • @demetura5227
    @demetura5227 2 หลายเดือนก่อน

    Galatomaa kebajametu kentibaa Kenya

  • @MustefaketeboBonsoo
    @MustefaketeboBonsoo 2 หลายเดือนก่อน

    Habtee keenyaa akkanati dhugaadha

  • @MillionMerd
    @MillionMerd 2 หลายเดือนก่อน

    በርታ ❤❤❤

  • @oromia583
    @oromia583 2 หลายเดือนก่อน

    Kanaaf Galata guddaa qaba ❤

  • @Tariq-br1xm
    @Tariq-br1xm 2 หลายเดือนก่อน

    Jabbadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AlemiNegasa
    @AlemiNegasa 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhuu ❤🎉

  • @Mohamed-dd3gm
    @Mohamed-dd3gm 2 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤dhugaa keeti waqayoon sii haa ebbisuu

    • @BontuJimma-p8h
      @BontuJimma-p8h 2 หลายเดือนก่อน +1

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @DinoSiraj
    @DinoSiraj 2 หลายเดือนก่อน

    Gaaashee gingilchaa 🎉🎉😂😂

  • @AmiinAbdulahid
    @AmiinAbdulahid 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhuu sanyii

  • @TsegayeSaketa-q2y
    @TsegayeSaketa-q2y 2 หลายเดือนก่อน

    Haasaa Akka kana mi'ahu maalo Amaariffa ittimaki :Mulluuniyyu makaatu mi'aawa !!

  • @Fiker-r4c
    @Fiker-r4c 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhu ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @JannatTesfaye
    @JannatTesfaye 2 หลายเดือนก่อน +1

    Jabadhu habtish jaba kenya si jalana ❤❤❤❤

    • @QaxaleeKeenya-l3y
      @QaxaleeKeenya-l3y 2 หลายเดือนก่อน

      Afaan Oromoon barreessuu bari dura

    • @JannatTesfaye
      @JannatTesfaye 2 หลายเดือนก่อน

      @@QaxaleeKeenya-l3y 😄😄😄

  • @Gaari-w4r
    @Gaari-w4r 2 หลายเดือนก่อน

    Dhuga dubaachuuf motummaan
    Dilaa kana hojachaa jiraa galta qaba
    Gudinaa biyya kenyaa fii motumma kenyaa kana qabni Aala fii kessa maqa hunda itti baasanii bala giza jadhanin huma taka inni numa gudisaa biyya jaltus jibituus ❤❤gubadhaa

  • @RoobaaIbraahim
    @RoobaaIbraahim 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaan jiru kanuma❤

  • @Genetoro-hc2gq
    @Genetoro-hc2gq 2 หลายเดือนก่อน

    Atis jaabadhu haaftsh dhugaa rabbii baaye sii hordofaa

  • @MiigooYoutube430
    @MiigooYoutube430 2 หลายเดือนก่อน +1

    Afuuftu jabaadhu afuufi 😅😅😅

    • @MakiyaNasir
      @MakiyaNasir 2 หลายเดือนก่อน

      Ati oso isa gete namati lakawmata

    • @DagineshAsfawYadeta
      @DagineshAsfawYadeta 2 หลายเดือนก่อน

      Tortoraa dhiiraa

  • @Genetoro-hc2gq
    @Genetoro-hc2gq 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa rabbii umman qomce kuun saamun issan qulufidha

  • @TsegayeSaketa-q2y
    @TsegayeSaketa-q2y 2 หลายเดือนก่อน

    Fardaafi Dubarti Abbaatu Bareechata !!

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar 2 หลายเดือนก่อน

    Kkkkkk ani yeroo jalqabaf affan amarifa kee dhagefadha habtamu kena jabadhu 😅 32:48

  • @SinteTereJimilu
    @SinteTereJimilu 14 วันที่ผ่านมา

    Habte fayyaata'i

  • @iyasubirhanu9882
    @iyasubirhanu9882 2 หลายเดือนก่อน

    Ammas atoobis tera fi sabategn irratti haa hojjetamu algaa ale warri jedhan sun waan isaan itti nama waaman qaamaan deemaa ilaalaa maaloo

  • @AmirUmar-zt3vx
    @AmirUmar-zt3vx 2 หลายเดือนก่อน

    Qabbanaayimee haftaamuu😮😮

  • @SamiGoogle-wh8ez
    @SamiGoogle-wh8ez 2 หลายเดือนก่อน

    First comment ❤❤❤

  • @GammadaAbbabaa
    @GammadaAbbabaa 2 หลายเดือนก่อน

    Abtish new language sirraa egaa jiraa anii'' wangelaa lallabayii'

  • @ShumiAyano
    @ShumiAyano 2 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhu.

  • @gelayeeticha-wv9ed
    @gelayeeticha-wv9ed 2 หลายเดือนก่อน

    Welcome jabaadha Oromo koo

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 2 หลายเดือนก่อน

    Gingilfama jirta mal gingilchita😂😂😂

  • @Awoloro
    @Awoloro 2 หลายเดือนก่อน

    Afaan warri beekun obaasimee🤣🤣

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar 2 หลายเดือนก่อน

    Adanech barsiftuu koo qalii amas jijirma kana calee nuuf akka fiduu abdii irra qabnaa bedeni nama qubsu ele irra bekkama jedhu gaafa nuu barsiftus cimtuu dubartii fakkanyaa dhalotaf tatudhaa ❤

  • @MmMm-yz3us
    @MmMm-yz3us 2 หลายเดือนก่อน

    Achumaahuu jiraachuu hin qaban gondariifi goojjaam jiraachuu qaban

  • @samirahsam440
    @samirahsam440 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa keedhaa❤

  • @abdialiyi2565
    @abdialiyi2565 25 วันที่ผ่านมา

    Buufaa 🔈🔈🔈🔈🔈

  • @GeremaKetema
    @GeremaKetema 2 หลายเดือนก่อน

    Habtee❤❤❤

  • @adugnafetena618
    @adugnafetena618 2 หลายเดือนก่อน

    Hsbtisha jabaadhu

  • @beliyudaba5169
    @beliyudaba5169 2 หลายเดือนก่อน

    ጀና ኬኛ

  • @TDnews1215
    @TDnews1215 2 หลายเดือนก่อน

    jabaadhu!

  • @surafeldereje2378
    @surafeldereje2378 2 หลายเดือนก่อน

    Nice❤🎉

  • @urgessage2592
    @urgessage2592 2 หลายเดือนก่อน

    Habetaamu gaalatome🙏

  • @DinaaolAliyyii
    @DinaaolAliyyii 2 หลายเดือนก่อน

    Nuuf jiradhuu baga itti cabasitee

  • @WXY7007
    @WXY7007 2 หลายเดือนก่อน

    HABTAMU GALATOOMI !!!

  • @globalthinker7490
    @globalthinker7490 2 หลายเดือนก่อน

    Good

  • @QumbiiBoosee
    @QumbiiBoosee 2 หลายเดือนก่อน

    Shamaa, faarsituu pp! Wallagga keessaa gadhee suman arge.