Farrakoo fuute carraa narra buute, Qoodakoo duutee erbee narraa fuutee....Guutuu na goote!!! ........Waaqayyookoo dibata kee nama kanaaf baay'ateef sin galateeffadha!!! Eebba Waaqaaf lafaan badhaadhi DEEVOO, I love u so much!!!🥰
Daawwit Girma duraan dursa waaqayyo inni dibata faarfannaa kana sidibe haajejamu! Faarfannaa isa gaafa Eebba Albuma Eebbaa Adimasu irratti faarfattee sun jireenyan kaleessa keessa darbe ibsa. Ajaa'iba!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
WAAQAYYOO guddaa si haa eebbisu !!! Dibanni isaa bara kee hundaatti si wajjin haa jiraatu!!! Inni hojii gaarii siin jalqabee ufii ISAA tiksee hamma umurii guutuutti si haa gaggeessu!!!
I love this so much. GOD bless you, Dave! Shanbaaqqoo ishin amanaree? Dacheen hirkoo kiyya hin taatuu. Namini cubbun dhiifameef.....Yesuusee SUUSEE ....... Ani baay'een faarfannaa ketin keessi koo ebbifama,dhagefadhee hin qufu.Hanga dhummati waaqayyo si ha dhabu, ebbifami.....
Ohh ma gudness maal yeedaloon akkan miidhagu wowww leenca maccaa ani hordofaa yasuusillee ta'uu baadhuus faarfannaan kun kan ajaaibaati tnx
Yoo si ta'e Leenca ija barbadaa, Weedduun fi geerarsi irraa tolu, iddo bu'ee abboota keenya, onneen kee gaara Tanzaaniyaa ol darbu, si malee maaltu Faarse Mootummaa Rabbii fi Garaa isaas ciibse?! Dawwit Mootiin har'ayyuu seenaa qaba. Bara isaa Israel Bilisa bahe, seenaan isaas cimaadha. Har'as Dawwit keenya si'i! Sirraa waan addaa eeguu itti fufuna!
hamtuun si hin argin. Waaqayyo Abbaan keenya siif fi saba kee Haa eebbisu!
Galatoomi!
Kotuu matii nafa thii a qalii 💓💓
❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifami
Kiilolee sagalee kee
Walaloo kee toora qabatee deemu
Mata-duree faarfannaa kee hamma yoonaatti hin geeddaramne Yesuus irraa WOW👌
WOW DEVA ati kennaa keenya.🥰🙏🥰
suusee natti ta'ee maqaan kee yesuuseeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee kooo!!! Amen
God bless you dave!
Yesuuseeeee suusee koooooooooooooo
Guutuu na goote!! Good job Dave!!
Hooqubaa Films and Gutu Bikila I admire your work!
❤
Malo mati naf time hadhoko k
Anaan wanti na dhibu jechuumakeeti.
Waaqayyoo dachaa si haa eebbisu.
Bara kee guutuu jechi si harkaa hin dhabamiin.
Farra ko fuute carraa narra buutee
Qooda ko duute erbee narraa fuutee
Guutuu na gootee*2
Eebbifami Deeva!
Farrakoo fuute carraa narra buute,
Qoodakoo duutee erbee narraa fuutee....Guutuu na goote!!!
........Waaqayyookoo dibata kee nama kanaaf baay'ateef sin galateeffadha!!!
Eebba Waaqaaf lafaan badhaadhi DEEVOO, I love u so much!!!🥰
Uuufffayiii ebifamii jabaa mucaa kaakuu
uuuuuuiiiiiiiii yeedalooof akaakuu jechootaa yaa'ee hin dhumnekaa Amayyuu haa dabalu ibboo sirratti !!!!❤❤❤❤❤
Dave hojii bareedaadhan deebitee nuu dhufte eebbifami qaxaleekoo ❤
Kotuu matii nafa thii a qalii 💞💞
Uuuuuuuuffffff Ulfaadhuu Yesuuse koo, waaqayyoo waaqaraa Isiin haa Ebbisuu, Ebbifaamaa Barii fi jireenyii keessaan haa ebbifamuu, Ebbifaamaa 🙇🙇🙇🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉♥️♥️♥️🎉🎉🎉
Wow Wow Ebbifamaa keenyaa Ebbifamii Ammayyuu kanumaa caalaa hubanaanfii oggummaan Ayyannii Dachaa Dachaa siif haa dabalamuu❤❤❤❤
Suusee❤❤❤ egarmal nurilign
tebarik Dev❤
woow baayyee bareedaa fi kan yeedaloo fi walaloon isaa gurraa namattii mi'aawuu .......GOD BLESS YOU🍎🍎🍎
Eenyu abbasheeti faarfannaa kana ceepha'u kan barbaadu
Perfect 🥰 dhugaa
Eenyu iyyu hin ceepha'uu 🙅🙅
Davo Waaqayyo barake haa eebbisu
Dhuga dubbachuuf ati nama jabaa
Amantisaatif nama iddoo gudda qabudha
Afaan Oromoo nama guddisaa jiruu keessa 1ffadha
Kanaafu baayye jabaadhu ammalle
Leencakoo Waaqayyo barake haa ebbisu
Gooftani Barafi Jirenya kee guutuu si haa Eebbisu Eebbifami❤❤❤
Waaqayyoo inni sii gargare haa ulfaatu ❤❤❤❤❤
Waaqayyoo gooftaa maccaa guddaa sii haa Eebbisuu Eebbifami ❤❤
Baayyee natti toleera Waaqayyo si haa eebbisu.
Faarfannaankee waa'e'uma masihiiti.
Ergamni keenyas kanuma malee waayee rakkina keenya miti.
Wow faarfannaa yeedaloonii fi walaloon isaa akkasuma illee waraabbiin suur-sagalee isaa fi jechootni isaa baayyee namatti toludha eebbifami dave🥰
Kotuu matii nafa thii a qalii 💞💓
Wowoo Dev namni cubbuun dhifameefi hi bekkuu enyuu jedhee akka si wamuu yesuusee❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
Malo mati naf time hadhoko
Eebbifami Dawwee nama aadaa fi safuu sabasaa gidduu galeessa godhatee, Gooftaa Tajaajilu, SUUUUUUUUSEEEEEEEEKO YEEEEESUUUUUS...........
Eebbiifamii! Walaloo mi'awaa,yeedaloo dhageettiif tolu,sagalee kiilolee.Ergaa qabeessa weedduu!!
Dave you are the great singer
may God bless you
video quality 100%
lyrics 100%
sound 100%
just full!
Malo mati naf time hadhoko
wow amazing thing I love you so much my brother
Wawooo sii haa ebisuuu deve gootaa wangeela
❤❤❤ jabadhuu ati jabaadha
Wowow Wowow ebifamii hadhokoo Ayanii waqayoo dachaa sifaa bayatuuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow ebbiffamii obblessa koo ❤🙏
Waaqayyoo Sii Ha Eebbisuu Jabaa Nama Nu Jiraadhu Deviyee ❤❤❤❤😍😍👍👍💪💪
Namni Cubbuun Dhiifameef Hin Beeku Eenyu Jedhee Akka Si Waamu!
Suuseeeee!
Daawwit Girma duraan dursa waaqayyo inni dibata faarfannaa kana sidibe haajejamu! Faarfannaa isa gaafa Eebba Albuma Eebbaa Adimasu irratti faarfattee sun jireenyan kaleessa keessa darbe ibsa. Ajaa'iba!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Amen Amen Amen Amen Amen Ebbifami mucaa kakuu uuuuuuffffffffyyyyyyyyyeeee waqayo haa Ebbifamu Yesuusii goftaadha Haalluuyyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Siif sagade
Nyaata hongee bara beelaa
Burqaan dheebuuf si habbuuqu
Silaa ilkeen na haleela, nan eela!
Waan kee duwwaatu nan quuqu
Just wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Faarfannaa ani dhaggeeffadhee hin quufne garuu(seexanni seexana) maaloo faarfannaa akkasii hin quufamne sirra barbaanna
Ameeen eebbifamii ayyaanni gooftaa sif baaya'tu
Kotuu matii nafa thii a qalii 💓💞
Wowowowowo congratulations dawetiko❤❤❤❤
Wow ebbifaamii nuuf Jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤ Yesus KOO Suusii koo❤❤❤❤❤
wow! may God bless you DV.
eebbifami aboo
baay'ee namati tola, Jabaadhaa hundi kessanuu. 😍🥰😍💗💖💗
Eebbifami!
#Namni cubbuun dhiifameef hin beeku
eenyuun jedhee akka si waamu#
Ebbifammii Dawiit Girmaa yesusee
Yesuusee SUUSEE! Eebbifami Dave!
Dev jechaan itti dubbadhe si ibsu dhabus waaqayyo Kenna kana sirra ka'ee haa ulfaatu Akka namuummaatti Haftee Haace sin jedhu la ❤❤❤❤❤❤❤
Wow waaqayyoo ayyaanaa saa dachaa dachaa sif haa baay.iisuu tirru koo jabaadhu oddu namaf bakka hin keniin silayuu namnii kenyaa inafa hin dhabu ati jabaadhu dawe ko🥰♥️♥️♥️
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ❤❤❤
Isaa yeroo hudumaa yadanaan Waqayyoo koo
Waw dhaggeeffadheen quufuu dadhabe ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤wow eebbifamii malo!!faarfannaa addatti!!
Ameeeen. Ebifama ebifama ebifama. Dacha.dacha.Dacha.dacha ❤❤
is so amazing and marvelous song may God bless you dave.
isaa xeebduun xeebduu miti seexaaniiyyuu mucaa kana qeequufi akka itti qeeqxuu Waaqayyoon oguumaasaa waan gaafatuudha osoo heeyamaameefi
Qimamii koo.Ati jabduu namaati
Eebbifami, Sanyii Dastaa Hinsarmuu. Kan jechoonni dilbii!
I love to worship with true worshipers of God Jesus Christ like this couples. God bless you
With my warm respect Yesuusee (SUUSEE)
Horoboon cabee jignaan aannanii
Yookaan adurreen dhugde taananii
Dhadhaa hindibadhu (×2)
Kakuu fayyinaa hinqabu taanaanii
Ilma Rabbii yoon sigane anii
Fayyaa hin argadhuu (×2)
Yesuusee SUUSEE
Jedheetan masoo si moggaase
SUUSEE maqaakee Yesuusii
SUUSEE Natti taatee ati suusii
SUUSEE Argaan sibarbaadaa
Yesuusee ammaa, amma siaraadaa
Yoo daanon nyaatte sanyiikoo,
Maalan qoteeto facaasaa
Moofaa abaarsadha hojiinkoo
Siin ala maalan fiduuf ofdhamaasaa?
Naaf dubbiikeeti utubaankoo
Kanqiinqaniin tasa hin'nyaannee
Seeraan ala dhagaadha hojiinkoo
Ayyaanakoo namni sitti amane banne
Akkasumaanii ee...
Ijikiyya imimmaanii eh...
Nanboo'a taa'ee eh...
Maddi kiyya haxa'ee eh eh
Golgaa Mudaakoo oo...
Yesuus waan hunduma koo oh..
Naaf si dhugaankoo oo...
Fuula abbaatti ragaa koo oo oo...
Siif sagadee, sumaaf sagadee
Utuu ati naan duune lubbuun koo bade
Siif sagadee, sumaaf sagadee
Utuu ati naan duune lubbuun koo bade
Maalan qaba sila an qofakootii
Naaf gadbuute rarraate fannootti
Kun falakootii ×2
Farrakoo fuute, Carraa narra buutee
Qoodakoo duute erbee narra fuutee
Guutuu nagootee ×2
Nyaata hongee bara beela
Burqaan dheebuuf si habbuuquu
Śilaa ilkee nahaleela naneela!
Waankee duwwaatu nanquuquu
Soonsi sobaa nahiddaaree?
Yoo ati golgaa kiyya taatee
Duulli du'aa nakisaare masiikoo
Erga ati qoodakoo duutee
Ittifakkeessu jal'oota akkeessuu
Natti kiyyeessu foon kiyya madeessuu
Faana fageessuu ×2
Biyya gandeessu bar-keessa bakkeessuu
Korma sangeessu bajjiikoo borqeessuu
Ofiif nagarbeessuu ×2
Shambooqqoosheen amanaaree?
Dacheen hirkoo kiyya hintaatuu
Maasiin hingirdaada haramaa ree?
Waangalabaa gumbii hinguuttuu
Hadhabashee HURRUM gootee
Maasiin horee irra garmaamuu
Namni cubbuun dhiifameefi hinbeekuu
Eenyu jedhee akka siwaamuu
Yesuusee SUUSEE
Jedheetan masoo si moggaase
SUUSEE maqaakee Yesuusii
SUUSEE Natti taatee ati suusii
SUUSEE Argaan sibarbaadaa
Yesuusee ammaa, amma siaraadaa
SUUSEE ×6
Malo mati naf time hadhoko
@@obsaadugna3364 th-cam.com/video/EGjkq8TU3ZI/w-d-xo.html
@@obsaadugna3364 wawwwwwwwwwwww
@@obsaadugna3364 jabadhu
Ebbifamii Daawwee
Waqayyoo Barakee Haa Ebbisu
WAAQAYYOO guddaa si haa eebbisu !!! Dibanni isaa bara kee hundaatti si wajjin haa jiraatu!!! Inni hojii gaarii siin jalqabee ufii ISAA tiksee hamma umurii guutuutti si haa gaggeessu!!!
Ebifamii Ebifamii qaxalee mucaa kaku 🎉🎉
wowww🎉 Ameeeennn YESUS Susee☦️🕊️✍️🎸🎻🎧🎄🍇📚🍇🎸🎻👑👏👏👏👏👏👏
Ashuuuu Dach Eebbifama
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼💖💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝🎂🎂🎂🎂🎂🎂💐💐💐✅✅✅✅💝🤗🤗🤗🤗☝️☝️☝️☝️☝️☝️
What a song! 🎉🎉🎉 Gooftaan dabalee daddabalee si haa eebbisu Dawit. Namin jaalala Yesuusiin qabameef namin akka cubbuun isaa dhiifameef amanu boo'ee hin fixatu, waan jedhee ittiin isa waamus hin beeku dhugaadha. Abaayyatu ayyaanni kun!
Well come Nama Waaqayyo Eebbifami Eebbifamii dachaan Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen
Dev..... waaqayyo inni abbaa kennaa kanaa haa galatoomu, siin immoo hamma dhumaatti jabeessee sihaa dhaabu.
Bless you Devo 🥰
Gurra lamaanuun dhaggeeffadheen quufuu dadhabe. Akka koo kan jaallattan #LIKE!
Malo mati naf time
Siif ta'eera. Atoo taateettaa?
Namni cubbuun dhiifameefi hin beeku eenyuu jedhee akka siwaamu!!!!!
Bayye bareeda Deevoko!! please it up!!
Ebbifami oddu nama hin dhagaahin ati wanni jetuuf bekkinanni orma maltuu galchee.ayyanni dachaa siif haa dabalaamu❤❤❤❤
God bless you
Wow waqayoo si haa eebifamu
Wwwwwoo Ebifamii jabaa mucaa ABBA Koo ❤❤❤❤❤ haadhoo Koo
WOW WOW WOW!!!!!!! THAT'S AMAZING 👏👏👏👏👏 AMEN AMEN AMEN 🙏 GOD BLESS YOU DAVE!!!
Kotuu matii nafa thii a qalii 💓💓
Ameeen Ameeen ameeen 🙏 waaqayyo si ha eebbisuuu eebbifamii ayyan sifi ha baayatuu ✋ dawikoo
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Eeebbiiffammaa Eeebbiiffammaa Eeebbiiffammaa Eebbiifamaa Eeebbiiffammaa Eeebbiiffammaa Eebbiifamaa Eeebbiiffammaa Eeebbiiffammaa Eebbiifamaa
Stay blessed!
Mataa dhiiraa!
Dav barriikee guutuu ebbifamaa maqaa yesuun jechoonni kuni si keessaa hin dhumiin jabaa keenyaa
guutuu naa goote ulfadhuu yesus
Ebbifamii dave
God bless you, my brother Amzing song 🎵 🙏
wow God bless You! Ama🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡
ጌታ ይባርክህ 🙏ለዘላለም የሚኖር ጌታ የሚመራን ጌታ ብቻ ነው።
Ameeennn uufffeee waqaayyoo sia eebbisuu ayyaanna isaa sif haa baayisuu❤️❤️❤️
what a blessed person you are, brother!!! ❤❤❤❤❤ eebbifami kana caalaa
Kotuu matii nafa thii a qalii 💞
Very blessing song with well structured poem , amazing voice quality and Melody. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😮😮😮😮😊😊😊u
Malo mati naf time hadhoko
Woowowowowowoowow biraaboaleki dawwiiyyeekooooo
Uuuuuuuuuuuffffffffeeeeeee ameeeeeen ameeeeeen ameeeeen ebifamii ebifamii dacha maqa yesusin kristosin ebaf ta'i mucaa kakuu
Wow amezing worship
Qaxalee baraa kee hundumaa Iyesuusn farsaa jiradhuu dhagefadhee hin qufuu farfaanaa kee❤❤❤❤❤❤
Dawee koo ebbiifamaa koo barii kee haa ebbiifamuu
I love this so much. GOD bless you, Dave! Shanbaaqqoo ishin amanaree? Dacheen hirkoo kiyya hin taatuu. Namini cubbun dhiifameef.....Yesuusee SUUSEE ....... Ani baay'een faarfannaa ketin keessi koo ebbifama,dhagefadhee hin qufu.Hanga dhummati waaqayyo si ha dhabu, ebbifami.....
Qaxalee mucaa waqayyoo Dachaa Dachaa Sii haa ebiisuu ebbiifamaa ❤️💚💚♥️♥️🥰🥰🥰🥰🥰🥰💓💓
WOW AMZING THANK YOU ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ameeeen Ameeeen Ebbifami dachaa sagalee Kee 😲☺️☺️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Shoboqqoosheen amanaree
Dacheen hirkoo kiyya hin taatu👌DVe gooftaan bara kee guutuu sihaa eebbisu eebbifama mucaa❤❤😍
Woooow nufi jiradhu qaxalee kenyaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
wow Anaaf iyuu yeesuus suusii kootii ammmeen ammeen waqayoo siiHa Eebbiisuu jabaa namaa NU Jiraadhuu Deviyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
faarfannaan bayyee namati tola garuu suuseen maalii
Dave Ebbiifamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii namni cubbuun dhiifameefi beekkuu Enyuu jeedhee akka sii wamuuu Amen❤❤❤❤
Malo mati naf time
Mucaa eebbifamaa mucaa Waaqayyoo
Well come!
Waqayoo barafii jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii dev❤❤❤❤❤
Wow Amazing ❤❤❤❤God bless you
Wow really I'm very jabaadhu jabaa namaa