Siif ha dhisuu oboltii koo Karra heduun sagalee haga midhasan lalaban mee waa addan ha bafnuu oso Argine sumiin mana kenyaa seniin rabbiin ko naf ga.a yoo farafadhee
Dawweekoo jabaadhu ilmoo dhiiraa! Wangeelas aartiis warra hin beeknetu waan hin beekne dubbata. Ati ammayyuu ayyaanaan toluma isa si jaallate Jaallachuukee itti fufi. Sin jaalladha!
shilingi itti hin baafne aarsaaf korbeesa hin qale fayyeeman faayyuu tiyya odeecha harmeeto oromiyaa keechatti yoon dhaladhe iyyu ani lammii ke tauun ko na booncha power ful song god bless you bro
@ANDUHALEM GOSAA OFFICIAL waaqni oromoo qobaatti jiramo? Ahaa Isa yero irreechaa malkaatti sagadanidha? Silaayyu kan isa akkasiti faarfannan kuno. Waqniko garu Waqa kan Israa'elidha. Isa manni isaaf Bulchinsi isaa Kabaja qabu. 1Qor 14: 40
Kan Waaqayyo na beeku ani hanga har'aatti homaa suusii (araada) hin qabu garuu faarfannaa kana guyyaatti yoo xiqqaate yeroo 3-4'n dhaggeeffadha. Waaqayyo si haa eebbisu. It is all about excelling in and revealing the Gospel.
Good spiritual and cultural mix . This proves it is okay to perform religious practices by using cultural identity . Good job ,singer! God bless you Asse for your determination ,too.
Duguugamanii maasiirraa hambaa hin dhabani bushaayeen isaaniiyyuu eebba dheeda, Haraamnin hin hurreessu mooraa ati keessa jirtu quurruun man'ee joobiraan diigu............................ Lammii waaqarraa ta'uukootu na boonsa God bless you Deva
Really Love it....What a performance Waaqayyo si haa eebbisu Deva koo😍😍 Ayyaana kana inni si keessa kaa'e Waaqayyo haa ulfaatu.😍❤ Faarfannaa ergaa ajaa'ibaa qabu, walaloo fi yeedaloo ajaa'ibaa, muuziqaa haala ajaa'ibaan qindaa'e (Raajaa Diingataa waraabbii viidiyoo fi filannaa bakkaa baay'ee miidhagaa .....
I can’t imagine how gods help you Dave!!and your strength, and also super talent, big amazing, I saw how grace is help you in this one again ☝️ stay in blessed
Amazing anointing and talent Dave! Don't give your ears to pessimists! Get focused on your objectives and keep up the good works! Don't try to respond to critics that come your way!
A true talent and a gift from above; I love it! May God truely bless you with abundance of wisdom and skills, like this lovely song. Asee, kana nuuf dhiyeessuu keef Waaqayyo si haa eebbisu!
😄 wow haala Aja'ibaa tiin ojjeetame .kana bareechinee beksiissu nura jira .
Beki maatii nafi ta'i qaalii
Beki Dubbate hin Dhiisin Share Godhii Hadara Gooftaa😍🙏
Farsaan Kee na ebbisera dawit
Aanii Amaanitinkoo Muslimaa Garuu Ammantaa,Hundaa,Namaatuu Bayyeen Kabajaa Faaruu Kaanaa Bayyee Jaladheeraa Naatii toleera Jabadhuu Dawit Keennaa ❤❤❤💚💚❤❤
Rabbiin sii ha lafisuu oboltii Anata kee jaldhuu jabesiii jedha ijolee musilama muziqa bartan farfanalee jalii qabdan jabdhuuf jecha jirata 😏
Siif ha dhisuu oboltii koo Karra heduun sagalee haga midhasan lalaban mee waa addan ha bafnuu oso Argine sumiin mana kenyaa seniin rabbiin ko naf ga.a yoo farafadhee
Sume Koo maati naf ta.ii
Nuuutiis toleeraa
Eebifaamii Eebifamii🎉🎉❤❤
Uuuuuuuuuffffffeeeeeeee ebifaamii dawe mucaa kaakuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤📖📖📖✅✅✅✅📢📢📢🎸🎸📣📣📯📯🎹🎹🥁🥁🎻🎻🎧💯🎧🎧💯🎵🎵🎵💯💯💯🎸🎸🎸📖📖🎤🎤🎤✅✅✅✅✅🌹🌹🌹🌹📯
Waaqayyo isin haa eebbisu Dave koo Bonney koo Raajaa koo Hojii baayyee bareedaa akkas aadaa keenyaan kiristoos isa eenyummaa keenya wajjin nu jaallatee waan jajattaniif galatoomaa….🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿 ammayyuu Yesuusiin mullisuu kessan itti fufaa…waan waaqayyo keessa keessan kaahe kamiyyu nuuf qoodaa Isin Jaallanna 🥰🙏🏿 Asee atis galatoomi…
Eba mati naf tayi sanyi ko
Kun faarfannaa miti sirba
Drmojtmt
@@bekeleterefe3150😢😢😅🎉❤
Waw jabaa namaa jabadhuu qaxalekkoo
Farfannaa bara kanaa walisaa wallallee farfannaaf sirba tauu isaa adda baasuun nu rakkisaa farfannaan maqaaan sillaseen keessa hin jirre atleast al takkaa hin waamamne farfaannaa jechuuf ni ulfaata waaqayyoo nu haa gargaaru farfattoota keenyas haa gargaaru maleessaa!!
waaqayyoo gooftaan ubana siifa hadabaluu dhuga jetee
Duudhaa hafuuraa wallaaludha malee wanti farafannaa sirba fakkaatu nama faarfachiisu hin jiru hafuurri waaqayyoo sooreessaa!
Hoo Dhugaadha yeroo 5, dhaggeeffadheen jira garuu quufuu hin dandeenyee ❤
6fa dabali dhagefadhuka Kansa jachun kan Kee jachudhami😁😁😁🤪😆
😮 bbb
Waaqayyo sihaa eebbisu
Abeet simboo fi Ayaana waqayyoo sirra bareedduu dhugaa Jechoota ittin si ebisanitu namaa harka bada jabbadhuu Ebbiffama mucaa waqayyoo. Simboo sirra jiru kana Ammayyuu waaqni itti sif haa dabaluu Ebbiffami❤❤❤❤❤
namaa jabaadha ati
Dawweekoo jabaadhu ilmoo dhiiraa! Wangeelas aartiis warra hin beeknetu waan hin beekne dubbata. Ati ammayyuu ayyaanaan toluma isa si jaallate Jaallachuukee itti fufi. Sin jaalladha!
Garii ta etuu farafanaa Baraa Kenya sirbati jijiramee waqayoo garidhaa wanii hudafuu ebifamaa☝️😭
"narra labanii, furrisaan warri na dhabanii , Warri Sanyii biyyaa wal qallabanii, ati naa falmannan na dhabaniii! "Gurmuu jechaaf wedduu ergaa guddaa qabu! Ammayyuu eebbifami
Jechoota naa ifu didanii na rakkisaan naaf ibsite galatoomi
shilingi itti hin baafne aarsaaf korbeesa hin qale fayyeeman faayyuu tiyya odeecha harmeeto oromiyaa keechatti yoon dhaladhe iyyu ani lammii ke tauun ko na booncha power ful song god bless you bro
እሄን የመሰላ ደስ የምል መዝሙር እንዳልረደ ቋንቋ ባለመቻሌ በጣም ተሰመኝ God bless you Brother amazing song!!!!
Bilaasha na jaallatte waa narraa hin fudhanne
yaamtee natti latte wangeela ትርጉሙ እንድሁ በነፃ ወደድከኝ ምንም ከእኔ ሳትወስድ ጠርተሄኝ ወንጌል ስጠሄኝ:: ድንቅ መዝሙር ነው ጌታ ይባርካቸው😍❤️👍
@@danielp813 ❤❤❤❤
Waw waqqayyoo saa haa ebbisuu baraa jireenya kee baay'ee abiddii namaa keenya turii hafii manaa isaa keessaa ayyaanna kanarraa caaluu siif haa dabaaluu .
Chake Yoo sitti Tole maatii Naaf Ta'i Haadhookoo 😙
"Harmeeto OROMIYAA keechatti yoon dhaladhe iyyu
Ani lammii ke ta'uunkoo na booncha"
Amazing work from every direction
God Bless you all!
Matii nafi ta'i qaalii koo
@ANDUHALEM GOSAA OFFICIAL waaqni oromoo qobaatti jiramo? Ahaa Isa yero irreechaa malkaatti sagadanidha? Silaayyu kan isa akkasiti faarfannan kuno. Waqniko garu Waqa kan Israa'elidha. Isa manni isaaf Bulchinsi isaa Kabaja qabu. 1Qor 14: 40
@ANDUHALEM GOSAA OFFICIAL Waaqayyo waaqa uumama hundaati.
Warra kristos ilma isaatti amananif ammo Abbaadhas. Kanaafuu maqaa abbaa keenyaa hin xureessinu
Sirbaan.
♥️♥️♥️♥️♥️
@@maartaafirdiisaa6410
Isiraa'el waaqa qofaatti qabdimoo?
Your argument defeats itself 😂
Waayyoo faarfanna kan yero hundumaa dhagefadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maqaa yesusi barii dhumaas nutii dhuftee shimalaa malee wangellii ergaa namatii galee tureraaa yaa abbaa😭😭😭
Ati boraatii isaa fayyadmta fakkaata wangeela manaa kanaaf sii galuu dide faarsaan kun. FAYYINA KEENYAAF SHILINGII TOKKOLLE ITTI HIN BAAFNE YESUUSTU XUMURE
wow wow wow respect bro
❤❤❤❤❤❤❤❤
waawoo! amazing qalloo yesuus! nuu boonsitee Abbe....
sirba fakkaateyyuu eenyuuf akka sirbamuu fi maaliif akka sirbamu beekamaa waan ta'eef gatiin isaa guddaadha. #DAVE jabaa namaa #God bless you!!!!
Ulfaadhu!
Guddaa Galatoomi!
Jechoonni ati fayyadamte, Walaloo, Yeedaloo fi Shibshabaan(😅) kee hunduu ajaa'iba 101%❤️💚❤️
Matii nafi ta'i qaalii
Inni ati ormoota gidduutti cabsitee dhugaa baate, innoo waa'eekee samiirratti dhugaa siif baheera, eebbifami❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo daran si haa eebbisu! baayyeen jaalladhe! Ittiinis eebbifame! Special spiritual song!
Matii nafi ta'i qaalii koo
Eebifami
Garuu farfanna Kee sirreefadhuu isaa dhuuftii ❣❣❣❣❣❣❣❣
I am from Pakistan, I love Oromo song. May Allah Bless you.
Lamisha budapestitti si beeka @lemi Tekalign long time no see
Lemi utuu jedhu mooo 😂
@@sirbofikiru6976 nan qabame 🤦♂️ 😂
Dhugaa dubbachuuf hojii dinqisiisaadha! Baga karaa Wakjira Tube dhuftemmoo!
Darbii mootummaasaatti faarsi aabbee!
የኔ ውዶች ስወዳች ኑርልን አሁን እየመጡ ያሉት ወጣቶች በጣም ደስ ይላሉ ፈጣሪ ያብዛቹ
D so o
Nuf Jiradhuu lecaa koo❤❤❤🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✊️
"Harmee Tiyyaa Oromiyaa kessatti...Lammii kee tauni naa boonsa..." What an excellent examplary Beautiful Oromo song with amazing messages. Jabadhuu jabadhaa Oromoo tiyyaa ❤️ 💚 ❤️
🎵🎵
Ju8uuùuui00⁰0hhu9p9
Ebifamii ❤❤❤❤
I am huge fun of your talent Dave. God bless you! Keep up the good work! Thank you for producing this amazing work @WakjiraTube.
Ameen Ameen
Z
@@miraatkebebemiraatkebebe2471 ⁰the ĺĺ
@@miraatkebebemiraatkebebe2471 aap
@@miraatkebebemiraatkebebe2471 1q
Hundda dura nagan sinif ya bayyatu ebbifama jechaa naas ofkalcha
Yero waqeffanu ulfina kenya mulifnna mo kan yesusii sila sagalen waqayyoo dhironni ulfina waqayyoo yero mulisan akka rifensii haguggamu hin eyyamuu akka rifenssi dheratus hin eyyamu inni dhira sera dubariti of jijire ishin durbba sera dhiratti of gedartte waqessa warri biyya lafa ykn warri wae waqayyoo hin beknne mal nurra baraa durba rifenssa duwwa surref uffata gababa rifensa gababsu ykn muru safu malome warumtti stidotu birrif jettani wan ulfina waqayyoo nargisifnne nojjatina siyasnni fi amanttin wal irra qodaa qabanii oromiya amarra jedhe yom qode waqayyoo hundumaf ilmmasa kenne yihudi ykn giriki jenne inni arra garuu afani fi lammin wal qoduu alban jalotaf sobdota gola moti fi amantati ol kafama jira wan bayye dubadhu garuu jecha gababan xummuru fedha
Kiristanuman mali ykn barttun mali amalli barttu irra egamu ho malii nammni hardha wan facase bor hammata tajajila kee duritti debii maloo sababa nuti ulfina kenya muldhisa oluf garan waqayyoo nuti gadde yommu lolammnu waqayyoo tti gungumnna essa fi mal akka gonu sila beknnu mee dhisa waqffanna kenyaa duritti yaa debinu yero imimanin gara jalala oggumma obssan tokkuman jilbban waqayyoon barbadacha turre sanatti of yaa debifnnu ebbifama shalom
Qubee barreessu bari dura erbee
Ameeeeen Ameeeeeen ebbifamii nama waaqaa🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏
Kotuu maatii naf ta'i dinqitu kenyaa
Abbaa shilingiii
Walkeessa hin laaqiin
I am not Protestant, but I am addicted to this spiritual song. Jabaa namaa jabaadhu!
same here
Me to if it where music ,it would have more view..keep it man do good work
Welloo jechotaa ijoo ufin ka 'ee dubatudhaa dave Amazing wow supar star
Anii musilma wly garuu jechaa atii itii fayadamitee bayee ajaibifadhera ❤💚❤
GOD bless you , keep it up bro ,WAKJIRA TUBE, BONNEY WAKJIRA u r blessed brothers
Baareddukoo kotuu maatii nafi ta'i
Farfaannaan kee baay'ee bareeda Ebbiifamii jabaadhuu garuu afaan waliin hin makiin
Fkn Kibiriin ,kan jedhuu bufaata irraatii.✍️
Akkaasumaa : Widdiidhaa innii jedhuus.✍️
I real enjoy this music + the way the singer act with full confidence. I love it. Bright future a head for Dawit. Thank you
Ogummaa itti walalichi qaacceffamee fi wal simsiisni shubbisaa akka aannaniif bassoo walittii nam'ee nama hagabuu bule sooruuti. Nama qabbaneessa. Aartii Ogeessa akkasii feeti. Buli ibboo jedhu warri lixaa!
Wooooow!
waaqayyo si haa eebbisu!
I can't stop listening!
Dave fakkeenyummaa guddaa nuuf taatee, waaqayyoo ayyaanasaa isa daangaa hin qabne sirratti haa ambisuu
anillee akkumakee shilingii hin kanfalleem talan adaanamee!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Stay blessed Dave 🔥🔥🎧
Matii nafi ta'i qaalii ormokoo
👌 👌 👌 Faarsaa ajaa'ibaati bar! Eebbii Gooftaa ammalle sirratti haa dabalu Dave. Ulfaadhaa hojii kana keessatti kan gumaachitan martuu👏👏
Yoo sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Haadhookoo 😙
Waawwuu deva is amazing God bless u you keep it your grace and talent
Elsukoo kotuu maatii nafi ta'i
Sini waaqayyoo si haa Eebbisuu oboleessa keenyaa 🙏🙏obolooni kuni sirbaa jetani immoo jechota afaani isatii ba, u dhaghaa hubadhasi male akkata sosochii isaa hin ilalina 🥰🥰waaqayyoo Goftaani macaa dargagoota akkana kuma kumatama haa kasuu worraa isa gofafi jiratani 📚📚📖📖
Jabadhu cimii gooftaa kana akkuma faraafate jireenyaa ketinisi jiraadhuu🥰
Wow I couldn't stop listening to this such a wonderful song, Yeesoon si haa eebbisu abboo!!!
Kan Waaqayyo na beeku ani hanga har'aatti homaa suusii (araada) hin qabu garuu faarfannaa kana guyyaatti yoo xiqqaate yeroo 3-4'n dhaggeeffadha.
Waaqayyo si haa eebbisu.
It is all about excelling in and revealing the Gospel.
Good spiritual and cultural mix . This proves it is okay to perform religious practices by using cultural identity .
Good job ,singer!
God bless you Asse for your determination ,too.
Faarfannaa Ayyaanaan guutame kun.
Warri Phiiph jettan mee callisaa Adaraa😇
Shaalom!Saba Waaqayyoo,kan Dibata battan,kan masiinqoo fi kiraaran farfattan,kan wangeela nyaattan ,kan sortanii fi sorramtan!
Guyyaa lamaan dura Farfannaa Mata dureen isaa,”SHILINGII ITTI HIN BAAFNE” jedhu Farfataa Dawwit Girmaatin kara TH-cam Wakjira Tube jedhuun gad lakkifamee ture.Ijaa fi gurraa heddutu farfannaa kana ilaalee dhaggeeffate.
Haa ta’u malee Farfannaa kana keessaatti maxxantuu dhumaa (-Chaa)jedhu farfataan kun irra deddeebin fayyadameera.Namoonni muraasni farfannaa kana dhaga’uun dhabuun haga Hiika Afaanitti deemaniiru sababa ...(Chaa)tiif.Waggaa dheeradhaaf tajaajila hiika afaanii naannoo Wallaggaa(-ssaa) fi shawaa(-chaa) gidduutti kenneera.Kanaafu jechoota farfannaa kana keessaatti chaadhan xummuraman akka armaan gadiitti siniif ifa godhuuf yaaleera.
Shawaa Wallaggaa
•Yoon sagadee............yoon siif qomma’e
•Kibirii keetiif................kabaja keetif
•Teechoo......................Teessoo
•Korbeecha....................Korbeessa
•Odoo......................osoo
•Unadhee(Habbuqadhee)......Dhugee
•waa lafaa tana........Waan lafaa kana
•Daaraa Botoroo(Maqaa Mukaadha)
•Mucha Doomaa.......Harma Duudaa
•minaan.....................Midhaan
•Duguugamanii.............Guutummatti du’uu
•Busha’ee.......................Re’ee
•Agabuu.................Beela
•Boochaa............Boonsaa
•Walawwaluu.........Faarsuu
•Bashannaqa........Boonuu
•Qallabuu........Nyaachisuu
•Ooda.........Abjuu
•Widdii......Gatii mi’awaa
•Keechaa..................Keessaa
•Tikee...................Eegduu,Tiksee
•Gumaachee..........Gumeessee
•Boochaa.............Boonsaa
•Odeechaa.............Odeessaa
•Jinfuu................Maraa
•Diqqaa..........xiqqaa
•Qaalii.................waadaa
•Bilaasha...............Tola
•Koodee...................Fira (Antee)
•Kichuu xobbee..........Kan hin bilchannee
•Eechan.................Eessan
Kanneen hafan jechoota waloo kan fayyadameedha
Galatooma 🙏🙏🙏
Wòow ebbifami
U are also amazing guy!
Ebifamii Ayanii Isaa Sif Yadabalamu Akaa Hubatan wan tasistef
Wow eebifam dhugaa badee badu namni isa qabu Ase attis eebifam
Amazing talent and grace Dave!! God bless you keep up the nice work.
garidha garu kan sirba moo farfana jete baste farfanan maqa waqa hin qabne farfana jechun hin uilfata
Artistik, Intertaining and full of messege
Matii nafi ta'i qaalii koo
Dhugaan haa mo'u. Baga waaqayyo sigargaare Daawwit Girmaa..waan guddaa hedduu ni hojjata ka'umsikee kun kanaaf ragaadha. Baayyee nama gammachiisa. waaqayyo haa eebbifamu
What a song! great expression and amazing video !may God bless you more!
Duguugamanii maasiirraa hambaa hin dhabani bushaayeen isaaniiyyuu eebba dheeda, Haraamnin hin hurreessu mooraa ati keessa jirtu quurruun man'ee joobiraan diigu............................ Lammii waaqarraa ta'uukootu na boonsa
God bless you Deva
6:37 min is my favorite reaction 😍 stay blessed
Mee too bro.pls sub🙂
me too
I knowww mine too😁
Waaqayyoo si haa eebbisu Devo!
Ayyaanni sirri jiru dachaan siif haa dabalamu!
Baayyeen itti eebbifame
Really Love it....What a performance
Waaqayyo si haa eebbisu Deva koo😍😍
Ayyaana kana inni si keessa kaa'e Waaqayyo haa ulfaatu.😍❤
Faarfannaa ergaa ajaa'ibaa qabu, walaloo fi yeedaloo ajaa'ibaa, muuziqaa haala ajaa'ibaan qindaa'e (Raajaa Diingataa waraabbii viidiyoo fi filannaa bakkaa baay'ee miidhagaa .....
Biyyaa lafaarraa maaltuu aadaa nu goodhee gaaruuu 😭😭😭😭
😢😢😢😢
I dont speak oromifa or anything but this track just passed the vibe check
We don't vibe check spritual songs brother
Mucaa Bayyee Ebbiffammaa dha dhugaa❤
GOD bless you Dave!!!!!
Uuuuuuuuuuufffee Amen Amen Amen ebbiifamii qaxalee mucaa waqaayyoo 🙏📖❤💚❤🥰
Waqayyoo baraa fi jireenyaa kee hundumaa haa ebbiisuu ebbiifam mucaa kakuu dachaa dachaan ebbiifamii 💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏
This gospel songs Lyrics and video production is outstanding and unbelievable production. God bless you❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️
Unexpected
Uuuuufffffffeeeeeee wowo god bless you amezeng talent ebbifamii ebbifama kooooo anu sitansun lubbun jiradhe wadu walawalu uuuuu yesu dhugaa kisrtos haa ufaatu isaamale essan kun hundii ta,a ebbifama
What an extraordinary performance!. Beyond spiritual blessing I accompained via this song, I have also managed to learn vocabularies.
jabaadhu qaxalee koo
Ameen Yoo sitti Tole maatii Naaf Ta'i Haadhookoo 😙
You have got amazing talent and anointed grace, keep up the good work. May God bless you abundantly, young man
Liyuu
Wows liuuu hsaw dhdua akd fmayfjc
wow Dawit Baayyee natti tole.waaqayyo Ayyaana isaa dachaa siif yaa baay'isu.akkasitti Aadaa ofiitiin waqayyoon faarsuun hedduu nama gammachiisa jabaadhu sin jaaladha!!!
Seenaa Chanalii #Nan_Tube Kan Liinkii Gadiitiin jiru Tuqiiti subscribe Naa Haadhookoo Bayyee Jaallatta.. 😘👇
th-cam.com/channels/X-Iy6GEP3WGFtUTCIGajNw.html
I can’t imagine how gods help you Dave!!and your strength, and also super talent, big amazing, I saw how grace is help you in this one again ☝️ stay in blessed
Ayyoo maatii nafi ta'i qaalii
Harmeekoo OROMIYAA keechatti yoon dhaladhe iyyu
Ani lammii ke ta'uunkoo na boonsaa" Eebbifamii !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
woooooow What amazing song! Devo you are our blessing.stay blessed abundantly.
Ebbifammi Dawwiti. Ayyannii waqayyoo bara baraan si walin haa ta'u!
Waqayyoo sii haa eebbisuu daweekoo farfannakee hundii isaa yuu baay'ee itti ebbiffameraa nama koo Bagaa nuu jirtèe
Yoo sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Haadhookoo 😙
Amazing anointing and talent Dave!
Don't give your ears to pessimists! Get focused on your objectives and keep up the good works! Don't try to respond to critics that come your way!
Utuu akka durii hoo silaa yoon Keyboard kana caalaaf bareechaa ture namni keenyaa tokko tokko
💟💟💟
Wwwww namatti tola dhugaa qaxalee keenyaa waaqni koo kana caalaa ayyaana isaa siif haa dabalamu dhugaa dhageeffaadheen quufuu dadhabdeem🙏❤
Yooo its amazing 🎶 music deva blessed
Matii nafi ta'i qaalii koo
Ameeeeen ameeeeeeen ebifamiii waqayyyoo kanumaraa ayanaa siif haa bayisuu darbii farafadhuu maqa iyesuusn
So amazing! God bless you!
Wowowww bayeedhuma ebifamii waqqyyoo dacha sii yaa ebisuu obolesaa koo hayaan kaan caluu siif haa kenuu hadhoo
Wow Dave, God bless you brother, you always provide for us an anointed and life changing songs, may God bless you more and more again❤❤❤❤
Ameen Ameen garuu, addan gaariidha, shuphisa warra waqaayyo hin amane fakkate, yoo isin danda'a farfana waqeeffana, Gab, yalaa, fashion nu yakee dhugaa, hubanati nu debisi waqaayyo
Wow MyGod blessyou all 😭🤲❤💪
Ayyannii waaqayyo ammayuu dachaa siif haa bayyatuu devkoo ati nama jabaa dhaa 🥰
woooowww... I can't stop listening this song
Dhugaa dha! Qe'een siif sagadu badee hin badu. Fayyina kootiif ani waa itti hin baasne yesuustu dhiiga isaan na oolfate male. Daawwee Gooftaan bara kee haa eebbisu! Imimmaaniin dhaggeeffachaa jira.
Yoo sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Haadhookoo 😙
A true talent and a gift from above; I love it!
May God truely bless you with abundance of wisdom and skills, like this lovely song.
Asee, kana nuuf dhiyeessuu keef Waaqayyo si haa eebbisu!
Dhugaa dubbachuuf Dave ati kennaa keenyaa nuuf jiraadhu Ayyaanni ammayyuu siif haa dabalamuu!!
Kuni jeekkaradha farfaannaa miti.
Kun faaruu moo sirbaadhaa garuu, iftiif dukkannii essattii wal argaa mucaa waqqayyoo, qabsoon tolaa hin dhuufnee garuu. Tolaa kan nuu jallattee yesuus Kristoos qofaadhaa. Adda baasii
Hana Chanalii #Nan_Tube Kan Liinkii Gadiitiin jiru Tuqiiti subscribe Naa Haadhookoo Bayyee Jaallatta.. 😘👇
th-cam.com/channels/X-Iy6GEP3WGFtUTCIGajNw.html
እሳት እሳትን ይወልዳል!!
Baay,ee baay,ee natti tole ammayyuu ogummaa fi ayyaana isaa siif haa dabalu waaqayyoonkoo
Wanti maqaan Iyesuus keessa hin jirre Kan iyyesuus miti. ❌ I'm not Understanding. ወዴት ነው ነገሩ?
ማንስ ያስረዳልኛል?🤔