Badaa Saree jazbaa dullomuu didee dafte osoo dullomte yoo saan akkati hin bokiiftu waanii silaa dhiraa of seete waantii akka dhiraati of laaltii hin saalfatu
Ana wa na aja'ibe warri komentirati arabsitan kun hundu dhuguma amanta kesanin cimtani jirtu isin fakefate of shashafane garati bada yada guyya jum'a masjida dema achi debitu hojin kef arabni ke hin bekamne manna ishi iti cite ifa of baste tana waya
Qulademufi Wan rabin hin Jalne muslima hin Jaltu.kenafu hamanti Ke jijirte ana muslima Miti jete kijibde kera hamnit Waqfata demte rabin iday fis akenu
Kadoo tiyya baayyeen si jaalanna akkum jette ati dubartii jabduu qormaata hedduun sirritti bilchaatteedha .jabaadhu abdii hin kutatim❤❤❤❤❤.
Gama aartiitiin baayyee siin boonneerra
Garuu maallaqaaf jettee amantaa kee hin jijjiirin❤
Wwwwwwwwooooo dhugaa eduu namaa bonsaa galatomii saboontuu Arsii. Bonii Adaketiin bonsii Adakee sabontuu oromoo nijiiradhuu Amalee. Falmatafii falmatuukee rabii sifii yagudiisuu jabadhuu
Khadija atii dhuguma dubbarti Jabidhudha Jabadhuuu
Ati ijjolee kee adaa oromoo yoo barsistes bareeda garuu amanta kee kaani hin qabsisin si'uu rabbi sa haa qajjelchu
Ijoollee oromo Maliif Nama kabbajjuu Walaltanii ....malii wan barbadee yoo gotee issiin maltuu dhiibee Hagaa Arasi....???
Atii Jabadhuu Namii Nama Wan jedhuu hin dhabbuu sanyii ofii
Kadija😍😍😍😍😍
Enyuu addunyaa tunii irraa jiratuu boruu biraa demta malqaa hadhaa siti fakkate tana😊😊😊😊 duloma jirtaa kara rabbii debiyi
Dhugadhaa Allahamdulillahii rabilalamiiiiin amantin kenaa nuf hin nuf ta'eraa Hin yadin atuman bayii iyii amantii kelee jijiradhaa
Kadiyee jabdhuu sii wolii jiraa lubbuu tiyaa
Oromoon namoota gurguddoo kabajamoo ta,'an qabdi .Baayyee nugammachiisa .Jabaadhaa.
Kan Kadija dhissa issinu rabbii rahamatta issini haa godhu falla amantti jirtani astogifrillah
Gffgg Gfxd dhugaa
Good job. Continue 👍👍👍👍👍
Atii malifii rabbii jiraa jetaa qaraa amatii rabbii iraa hin jijiramnee malifii maqaa rabbii dhoftaa namni rabiin dhadatuu womaa hin dhibuu atii garuu rabiin adaa bateeta
Nan.dibbadha.jette.fullake.addure.fakkessite.dibbachu.hin.bektu.utu.dhiste.wayya.ture
Kadoo baayee si jalannaa jabadhuu Abshirrr oddu namatifi bakka hin kenin😍😍
Ishee daraa fulati dibatufi alkolii hidhii dibatu dhisii
Anii kanaan jedhuu amntiin kamuu sirbaa kan eyaamuu hin jiru garuu isiin warrii muslimaa harbnii kunii isiinif fashinaa moo amntaa keechantuu eyaama hojii ishiti kan gaaftaamu isheedha isiin bar yoo arbsiitan kan cubuu ishee hundaa garaa keessanti fiduu
وسك
Kkkkkk
Anille Akkasi yaanni kiyya. gaafa duute kan gaafatu rabbi ykn waqayyodha kanafuu nama maaltu gahe??
Atti malitti bekkta waa'ee Amntaa Muslima Gaddii Caalisii👎👎👎👎
Dhugaakee jeete gafaadhume wanat isaan nama arabsaanif ??? Safuudha abbookoo
Garu eriga gar kirisitan uffun kee hin ole ortodox ta,,'U dide esa karan siirin kan Rabii walin sii qunemisisu 😘😘
Arga ke maqa arsi nyate amanata ke balesite amata ke hin benu badi asi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kadijjaa tiyya obboleettii tiyya heddun si jaaladha, sin kabajas. Sirboota kees hedduun jaaladha
Rabbiin si haa qajeelchu jechuufi muluma jallinnati deemta Asfoofurullaah
Uuuuuuyyy hintaloo tanaa simaa jibbaa fungaa funyaani jalaadesaa warree dullaattii shaallee bagaa Sihi air.e husan amano allahamdulilaa jettaa Maali beytaa allahamdulilaa dallaattii funyaan rachaa 😀😀😀😀😳😳😳😛😛😛😛😛😛😱😱😱😱😱😱
Wly namni kadijaa arabsitan of kabajaa tesanuu betan nama arabsuf demtan
Dhiisaa rabbitu gaafata yaa oboleeyaan musliimaa rabbii sabrii isiiniif hakeennu bayyee namatii dhagama garuu homaa gochuu hin dandesnyuu rabbi nuu haaqajeelchu jennaa bakuma jitaanuti duai godha jedha
Yaa kadiijaa hajjii uf galaafatte shxaanni sitti tapate maqaa abbaa ketii nyaatte rabbi si haadebisu karaa haqaatti waan boru biraa tartuuf sitti fakkesse ifaakeessaa gara dukkanaa seene yoo duraan qajeelluma rabbi si dabarse rabbi si haadebisu dukkana kufrii irraa gara ifaa islaamummaatti yk dafee rabbi mala sitti haadhahu
Dhugaadha rakkoolee heddutu jira baga asiin si gahee
Dur akkan bareedda amma garuu nama ariita fikkinnarra
osoo diibata fuulaa kana dhiiste jiratte ni bareeda turte p/s hedduun keessaan akka biyyoota bira akkaata fuula keessaan wajjiin waan deemu waan hin beeyneef kaa isiin caal'iistani diibaatan kun akkan isiniirra gokkiisa
Kkkkkk yaa rabbi na gargaari jedhee
Dhugaadha Rabbiin sirraa dhimma qabu Muuziqaa haraamarratti si gargaaree asiin si gahe.
Garuu #boru maaltu akka si eeggatu #boruma argita☝
Kadijaa tenyaa jabadhuu
Badi asi ani dura si jaladhaa ama garuu ijaa sarettin si hin ilaluu ittallaa atti rabbin nama hin bennee rabbin maqa hin dhayyin
Shalle arag kee simma na jibisis rabbin rabbi...bekkat
yaa kadija jedhani walahi rabbii sihaa qacelchu ati itala musilma tatee akkan ta'uu kee ofuma ketifu osso ofi betee ofi sii yachissa yaa allah
Kadijja Gota Oromo, si jalena♥️
Wasakaa atti sare birif jete amanta kee jijirtu jazba 🙊🙊🙊🙊🙊🙉🙉🙈🙈🙈🙈🙊🙊🙊😭
Khadija Khaled nama hin arabsina amnti ishetif kan gafatamu ishidha wa isin gafatamtanif oso amntı qabate durayu hin sirbtu
Wow bontuu teenyaa abban feedhee wan barbdee haa oddesuu atti dubaa Hin debini💖👌💕
Bayyi maratu malltu maqa rabbi wama akka ke bakke gilinndisa qabiri sodata namni rabbin beku ya hayawan
#Rabbiin eessatti beekta?Rabbilleen sin beeku. maqaa #Arsii fi maqaa #Muslimaa balleessite saree wayii siifin gadda yaa intala duniyaaf jiraattu👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎
Dhugaa
Horiidha ati
kkkkkk
Atuman kan yeroo isin sirbituu ilalte Aja'iba qabda
Deem asii saree wayiidha. Artii keessatti hirmaattef Islamummaa ishii kan sarbu hin jiru. Akkumaan afaan kee hin banin. Of dagattee maal abbaa kee godhuufi?? Kanuma Oromoon mogole wal buusu malee wal jabeessuu hin beektu. Abaramtuu wayiidhaa
Lakkii Rabbii si.uume sodaadhu dhiiraafi dubartilleen akka sirba hin sirbine sirbi dhoorgamaadhaadhiiraafii dubartilleen
Amantiin Keenya Nama Arrabsuu Hin Eeyyamu Kanaafuu Yoo Isiniif Danda'ame Rabbi Si Haa Qajeelchu Jedhaanii
Yaa kadiija waahee Amantaa irraa waan hin beeynef hin laaqin afaan kee qabadhuu yaa kadiijaa Rabbii dhabamarraa si.uume sodaadhuu sirba kana dhiisii gara Rabbiitti deebi.i Amantaa islaamummaa hordofii dubbiin ibidda jahannam akka asiratti utaaltu kanaa mitii hin salphattaatii
Rabbiin sodaadhu toowbaa deebi.i diniyaan dhumtuudhaa hin salphattaa ibidda jahannam gubaa isaa hin dandeettu
Areb Beshir
dommiiddoomi ofii baddee dubarti musilemi baalleessuu heeddaa ufummaa mukaa dhahii nu dadhaabi maqaa rabbii guddate hin dhahii rabbiin dubartin dhokatu jedhee malee battee haa iyyituu hin jenne subbaani allaa dubartin dhiraati ijaa baabafti muuxxii aa.uzuubbiilahii
duranii sirbaa kenii toko tokoo ni jaldhaa amaa sirbaa ketifi Silee argaa kee fedhuu Fokatuu dunyafi jechaa ofi amntaa kee jijirtee benxee gobee 😷😷👈
Ati osso manaa shalee keessaan
Hojjatee siraa bareeddaa
Salamii Xawawallee mukaa nyadhu Sharamuxadhaa
Kadijan jechun rabi birtii maqaa jaltamdha maqaa hamas gahuu siraa kahani rabin anin hin jalnee ojetaa wayii maqakee jijirdhuu sirbii
yaa umataa kenyaa namaa arbsuu dhisaa mee isnii kopaa ofii demtii dalaga ofii batee kanfi qabrii jetani qaxani namaa walin demuu heduu jiraa sijamri mee namaa arbasu oso tane gorsuu fi barsisu yalaa mamani namaa arbasuu gowaa ykn namaa samuu xiqaxa jechudha
Kadoo galatoomi💜💜💜💜❤️❤️❤️💙💙💙💙💙
Rabbin yoo qajelumsa siif hedde sii haa qajelchu yoo didee dhabama sii haa godhuu najisaa malaqaaf jechaa amta gurguratee amantan waay malaqati jijirama walaltuu wahii
duraa ni bareeda ammaa garuu jijjiraamate rabbii sii haa qajeelechu
Kadiji Hajii durii bayyee baredii amaa garuu 😎
Kadijaa jabdhu homaa mitii hotii hudaa hin yadni gara namaa hin arsnaa yaboo
Badaa Saree jazbaa dullomuu didee dafte osoo dullomte yoo saan akkati hin bokiiftu waanii silaa dhiraa of seete waantii akka dhiraati of laaltii hin saalfatu
Saree maqaa Abaa ketii.balesitee Faraa woyii bayee naa jibisise
maqaa hajii balesite dhugaa rabbiin is haa qajelchuu
Wonderful and energetic lady
Ijoolle namaa arrebsiit siin dhukubaa moo mirga ishetii berii
Sirbbii kadijaa baayy'ee namati tollaa duraan
Amaa dhagefatun baayy'ee mataa nama tuqaa
Yoo Rakkatee sabaa ishee qariqarisaa fachutuu caallamoo amanitii kee ofi gaadi dhisutuu caallaa
Nami kadija hin bekinee hin jiruu yaa maqaa barbadee
Lakk bukii ofi midiyaa rrattii nu maxanisitee naa qarqaraa yoo jetee maaltuu baadaa mee!!!!
Rabbi sii haa qajeelchuu
jabaadhu hintala oromoo
amantaa kee namni sidaangessu hin jiru
kasigaafatu tabbi waan himtu situbeeka
Shakkala Afaani shaaqaa dullaachaa mataa kulfii 🎅💇👳👳👳👅👅😛
Argaa Kee Lafarra Kadijaa Hajii Sharmuxa Penxe
Jabadhu❤❤❤
Yaa qaalii nama intalla biyyaa kiyyaa jabbadhuu sii jaalanna
Kadiija Haajji hedduun gadda 😭😭😭ati amaniti kee gadi dhiifte duraan hedduu si jaaladha waan ofii amma si jibbeera 😭😭😭😢😢😢
Kkkkkkkkk jalateti mitii kan jijiratee
@@tygestg5487 ara jaliin isitti Muslimummaan osoo duute fayya argate santu isiif Caalaa yeroo amma Islaamummaaf booji'amaa ilmii Muslimaa
Atii musulimamo malifi aratee akatii gaaruu sanyitoo
Matii najala dhuukubee jechatii jiritiiyuu dhuugumamoo
Kadijaa bareeddu too jajjaabadhu sijaalannaa
Be honest she have incredible voice she deserve more
💯💯💯💯💯💯💯✋✋✋✋👈
Tish muziqa ke fudhi badi intala jiruf jirenyi erka bade kadijja ati sirba keyu miti amanti ke iyu walalate rabbin ati latike hajijiru akka amantake jijirtetti rabbin malitti betta kan rabbin naf kenne jetta amantike kan rabbin ittin siyume jijiratte maqa abba ke ballesi te badi aduniya kanara
Kadijaa Mecap Kee HIn Fokiisaaaa
Acauo
Nufi jiradhuu qashtiyeee
Malittii🤭 bettaa wayyee rabbii rabbii maqaa hinnii dhayinnii rabinii sii haa qajelchuuuu
rabii saa qajelchuu oboliti kiyya dunyaaf jete ofii hin gurgurin garaa rabiiti dabiyii mucaa
Goota lafa beekne waraanaaf!!! Ummataafis lafaafi lafeetii ciqileedha ummataaf dursinee ni falmannaa haqa keenyaa!!!ijaarsi goototaatii.qindominnii gadaameessanis icciitiin laaliimee #goota hayyoota beekne Mootummaaf laftis #diina
IIjoollee Wly Isiin Warii Comment Baresitaan Kolfaan Nuufixaan 😃😃😃😃😃😃
dhiifama wajjin dubartoota artirra kan duubbatti hanbisu artistootni bebbeekkamoon shamarran duuba dhufan jajjabeessu odoo hin taane nagaa afaanutu gaafachuun isinitti ulfaata tolee
Maaloo isini warri muslimaa amantaa namaa dahoo hin godhaatinaa amaanta kiristaana sirbaa jedhaa ofii kabajaa cubbuu ishee ofumaa batatee deemtii maaltuu isinii galchee
Rabbin siihaa qajetchuu
Yoo malaqaa dhabidee naa gafadhuu saudiraa
Nafuu kennii
Kadija.hajji.maqa.qof.tatee.haramuu.namati.birridh.jete.amantikeejijjirte.dalansaun.rabbi.siiraahaahijirtuu.martuu.hatitesaa.maratudhaaisnihunduu👎👎👎👎👎👎👎🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀👾👾👾👾☻☻
Nan badee dukkana keessaa maal fuutuu duriyoota nana
Kadijjaa maaloo osoo ani guyyaa tokkoo sii hin dhugaatin najalaa dolloomte jirtaa
Wanaa barbadee haa tatuu mirgaa isheetii wareni nama cabsitani isinimoo ebyuutuu isni argee Amanitini kani lubuu dulani kani huuduu jedhuu miti 👈kadijaa bareduu I Love you
Akaamiti guyaa dhalateeti?
🤣🤣🤣🤣🤣
Mussiliminii sirriibii hin eyamamufi iraas hin bareduu kanafuu yerookee toobadhuttii deebii'ii yoo didee gaafaa qiyyamaa innuu sirraa siribaa dhegadhuu
woow kadija jabdhu si jalan 💚💚💚💚💚❤❤❤❤👍👍👍❤💚❤
Ani kaa jedhu warii sirbuu
Kuni Yeeroo kiliphii Iraati Lalani ni baaredaa gafa aka Caraa hasaya waayii iraati dhiyatu. Mekapifi Lisiqiyu dibatani hin bekani
Ani jedhuu yoo Mekup akkata itti dibaani hin beekane ofii irraa dhisii male Ashgulti ofii fakkeesani mee akka ormaa siraban morma nama jalisaa jedhani miti sii magani kadija
Madeena Madeena kkkkkkkkkk
Rabbi sihaa qaceelichuuuu arga keeeeeee
Koteduda ayebalem ye Amregna tenagarewoch betey arif neber tebab nesh
She is beautiful !
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭aka alikotiti nagadisifti wly
namni hindogogore hinjiru rabin sifadhisuu 😭😭
Ijolenii muslimaa yokanii asabdonii hiniii wixifatinaa mee gabii jedhaa malumatuu isinii gugubaa kesanuu hiniii bektanuu kanii kadijaa hasufuu tisisawanii wayii bakumaa maraa sentanii lakaftanii wanumaa isinii hiniii galchinwe😷😷😷
attii us titisaaa nyadhuuu
Waan hasooftu laaladhu jazbaa ijoolleen Muslima jettaa dhoqqee waa'ee isilamummaa eessaatti beekta dubbaatta najiisa
kaan akanaa kuun kaan malaqaan dedemuu baar amantaa Muslima hin bektuu afaan qabii
amalee kadijaan afaan issittin an Hin penxoynee jechaa jirtii garuu nuttii islamaa birattii muziqaa haramaa haa sif galuu
akka keysanii muziqaan hin cafaruuu
farshooo qufnee mataskanaa Hin dhaqnuuu
Ebbanne artiif jedhee kaa ijjoollee 4 Qabutilee herumee jettaa ? maal kaa ati kaa sigaafate hundanuu tolema jettaa jechuu.lakki ani ittii hin seenuu kun gorsa miti fallaa isaatti malee
Kkkkkkkkkkkkk
@@tigistabebe1592 an maqan ko samira jedhama.jabadhu he'd u namatiitola siinjaldhaone r
Argaa kee rabiin malitii betaa kufrii attii amntaa tee gurguratee ormuaa hadhaa farsituus gurguratuuf ofi dubaa hin jetuu uuuuufffe
Ana wa na aja'ibe warri komentirati arabsitan kun hundu dhuguma amanta kesanin cimtani jirtu isin fakefate of shashafane garati bada yada guyya jum'a masjida dema achi debitu hojin kef arabni ke hin bekamne manna ishi iti cite ifa of baste tana waya
Koyiiii wanii baribadee yaa hedsiftuu warii waree waree hasoftanii
Huseen Amannoon Adaa banaan akkanati marattee . Bagaa sii dhiisee . Sarmuuxa argaa kee.
karkara maalitti waani amantaa beetta Afaani banaa deemi dhoqqee maqaa islaamaa hin balleesini
Yaa kadijii rabbiin sii haa qajechu
Artiist huseen bagaa dhiftee tanaa sareee qushash
👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊 argaa Kee Abo
Arsii hin himatiin arsii albee lammaa nyatuu kufaraa
Qulademufi
Wan rabin hin
Jalne muslima hin
Jaltu.kenafu hamanti
Ke jijirte ana muslima
Miti jete kijibde kera hamnit
Waqfata demte rabin iday fis akenu
Jabdhuu attii kadijaa