ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Guutuusa Bakka Tokkotti Haala Na Gaafattaniin Irra Deebiidha!Like fi Share Gochuun Group facebook whatsup, imo beektanirratti Na DeeggaraAnaa Dhufu!
eshi gamko kalesa nurka hafte dhiotan ole😢😢😢
ana hadhfu
Abshiir issiin waajjiin jiirraa
eshi
Gamachis Jabadhu Galatomii
Yaa oromoo koo hojiin mucaa kanaa bayee waan namatii toluu akkasumasi hojii sammuu namaa banuu waan ta.eefii mee like sher godhuun biraa haa dhabnuu You Tube ilmaanii oromoo bayee gadii bu.aa osoo afaanii amaraatiin hojataa ta.ee guyyaatii like meqaa argatee akkaa oluu ni bektaan isiin hunduu kanafii afaanii kenyaa kanaa haa gudisnuu gameee koo osoo danda.amee like 1000 sii godhaa yeroo tokkoo garuu malii godhaa hin danda.amuu bilbilaa lamaa qofaa qabaa lachinuu like sii godhaa yeroo bayee nu jiradhuu game koo akkanumatii ittii fufii sii wojii jiraaa 😥
Maarachu naaf wayyaa⁉️Mee maal narraa feetaWaan onnee keef ta'uuMee maaluma jedheeAn sirraa dharraa ba'uu♥️Jaalala keen waadameeniiHalkaan boqonnaa dhabaaGaafan waa'ee kee yaaduuOnneenkoo dhiigu jalqabaa♥️Waanan jaalala keef ta'eeJechuma akkamiitu ibsaaMee maaluma dubbadhenOnnee jaalalaa kee cibsaa😭Suuraan kee halkaan dhufeeOnnee kootti waraana labsaaYaaduunsaan jaalala keetii silaaBaataa sammuu kootii cabsaa🤦♂️Ammaan yoon maal godheenJaalaluma kee kana gadhiisaaYoomumaan akka namaa aniiBoqodhee halkaan nagaa ciisaa‼😭Guyyaa hojii keessa ooleenGalgala ciiseen si yaadaaAkka nama dhukkubsateenSireerra dugdaan galeen aadaa!Qalbii na keessaa fuuteeQullaa koo na dhaabdeeKoorichaa tokko malee"Xaxxarabii" na yaabdee‼Ergan jaalala keen qabameAniis murtii koon wallaaleeWaanan godhu dhadhabeenDhaabbadheen si ilaalee🙋♀️~Yoo jaalala koo hubatteefMaaf onneekoo eelchitaaDubbannaa arraba keetiinAfaan tokkon na qajeelchitaa🤷♂️Kanuma waan cimaa gooteeMaqaa Waaqaa sagal dhooftaaOnnee koo banee siif laannaanHundumaa itti naqxee hooftaa🙅♂️Akkuma nama dhugaa qabuuDubbannaa sobaa falfaltaaYoon dhugaa koo sitti himeeCubbuukoo ni kaffaltaa..!🙆♂️Egaa ati fedhiin giddiin Sin taasiisu Yeero diimukraasii feetu Naa jaaladhu 🥰Nagahas hin daagane Akkam nagaha keetii Jiirufii jiireenyii Faayyan mal fakkaatti⁉️Deebii kankee egaa waan Atii naan jeettu Yoo waan bira dhabdees Nagaha naa gaafadhu ⁉️😭Gaalatoma!!!!#like and #conantin Yaaada keessan ibsaadha ‼‼‼Please please oromo #TH-cam ilmaan oromo hundaa issaa jaajjabeessaa dhamsaa kootii gaalatoma issiin jaaladha!!!!!♥️♥️♥️#like, #conantin fi akkasuma #link Facebook keessaan irraatti gaadii furuun biiraa dhabbadha numatu waaliif gaaddiisaa ‼‼‼‼‼‼‼‼👈💪
💕
Dhugaakeedhaa gaalaatoommiii
Dhugaa kettii
Imimmani qabachuu dadhabee dhugaa se,e
Galatomii atiis
😭😭😭😭😭😍😍😍😍wallahi uufffff imimaan kiyyaa qabachuu dadhabee bakka isiin itti dutte sanifi bakka obboletin isaa algaa hadha isii gubbati gudedamte saniti gammee kennaa gallatomi jabbadhuu dalagaan kee bayyee namati tolaa
Uumuuf qasamaan billaah bayyee Sammuu Naa dhukkubsee mucaatti argamuu baatee wallahii Lammaffaa Asoosama dhaggeeffachuu akkasumas dubbisuu dhiisuuf ofirratti murteesseen turee.Mucaan Abdiisa jedhanis bayyee naa Aarsee Namni maallaqaa qofaan namaa gargaaruu danda'amoo?Qarshii dhabduus Abshir jettee jajabeesuu Barnoota kee utuu barattuu waantii gochuu dandeessuu Ammasii hin qabuKeessumaa warrii dhiiraa yeroo boqonnaa kee waan tokkoo humna kee utuu qusatiin hojjii osoo hin tuffatiin ishee gammachiisuu nii dandeessaa turtee 😭Garuu ammaa kuni barnoota cimaadha yaa obboloota koo keessumaa warraa dhiiraaf Gaafa duraa Akkamitti akka namaa Amansiistanii garuu Ofitti Amanamummaa hin qabdaan hedduun keessan 👌Fedhiin keenyaa kaayyoo keenyaa mo'uu hin qabuu Galatoomi Gammee 🙏
😭😭😭😭😭😭😭
Dhuga ketti bar anu samutu na ona.e uuuffff bohen fixadhe bar
Ufeee baay'een gadee waqa hin ulfataa 😭😭😭😭😭
Wowow wel come oromiya 24 ooso hin dhageftin like godhe Malo ijoole dhukuba korona kun baye nu sodachisera waqayyo nagadha maati keenyati nu debbisu male 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhuga rabbi takka waanuma dhaggefatamu kheessa hu takkaa akkaa khanati waan nagamachisu dhageeffadhe hin beekhu heddu hedduu galatomi gamme
Wwwoooww bayyee baredaa bagaa Gammadee Abdii Talilee gudaa galatomiYaa jaallalaa dhugaa Hammaa fedhee Rakkoo gudaa keessaa Dabaniin dhugaa jiruu garateeWaniin bayyee iraa bardheeKuniin Rajii dhumaa congratulations 🎊
Dhugaa jabaadhu Rabbiini siihagaragruu
Gammee bagaa nagaa dhuftee jabadhuu sii wajinii jiraa
Dhuga rabbii seena godaannisa akkas gara nama nyaatu dhaggeeffadhe hinbeeku barumsas naaf ta'a jedhen yaada rakkon akkana akka isin hinmudanne rabbin isinif kadha. By by na gaddiisise 😭
Woyyee dhugaa jalqabaa bayyee boyee Abdisatisii bayyee Gadee Dhumaa isaa garuu bayyee gammadee uuuuuuufffffff galataa kee yaa waaqaa😭😭😭😭😭😭🙏 talilee marartuu namaa Abdiisaaniis atisii garuu jabaa namaatiin Maloo yaa dhirotaa akkasii wolii gochuu irraa jalalaa qabatanii hiyyummanii wojjini jirachuu filadhaa 😭😭😭😭😔😔😔 haraa malee borii kee malii akka tatuu malii isa itti bektaa atii😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dhugaaa baayy'ee garaa namaa dhukubsaa haa tu'u garuu barumsaa heduu ofi kesaa qabaa Gamee jabadhuu atifi gudaa nufi galatomi seanaa heduu nudhagefachisa jirtaaa
Imiimman qabachun dadhabee utuu addan hin kutiin dhaggeffadhee garuu onneen kiyyaa namadooftee yeroo isheen dhuftuu garuu gammachuu akkan ta un dhabee galatoomii gammee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawuu gamee attii namaa addaatti akkaataan attii itti qophii kana dhiyyeessitu namaa hin nufisiisuu dhaggeeffadhuu dhaggeeffadhuu namaa godha jabaadhuu
Maatii naaf ta'aa ijoolee oromoo
Gammee.seenaa.ati.nufi.dabbasituu.akkaa.namaa.bunaa.dhugganitti.namati.tolaa.jabadhuu.umurii.dheeraa
😂🤣bunaa kkk🤣🤣🤣🤣😂🤣🤣😂
Uuuuffff senaa bayye gara nama nyaatudha😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Like dhan si degaree galatomii bayyees iraa baradhe
Waantaa bayyee namaa barsisudhaa barresitonnii asososama kanatifii gammee atiis sagaleettii jijjirte nuf dhiyesiyef ulfadhuu galatomii.
Dhugaa Dubbachuuf wanttaa bayyeen sirraa baradhee jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagani dhuftee Gamee oromiyaa 24
Ani seenaa midaa kana irraattii dhageefadhu kessaa Akkaa seenaa kana takkaa hin Agare ❤❤❤❤🎉Ajibbaa seenaa jaalala .
Takkas rifataa takkas ariifataa takkas noo'a takkas araa rifataa hamman dhaggeeffadhee fixutti obsan dhabe cumurattatti haruu waan nama gammachiisudha naayye galatoomii jiraadhu
Uuuuuuffffffffff baayyee garaa namaa raasaa maalo
Anaa dhufuu Oromia 24😍galatomii irraa nu debi'uu ketiif nuf jiradhuu sanyii ofii 🙏🌹🌹👏👏👍👍🕊🕊🕊💓💓👌
♥️💪🤲☝️👍
Uuuuuuuufffffff dhugaa dhumnii isaa bayyee nama gammaachiisaa osoo hundii akkas ta'ee maal qaba!!!❤❤❤❤❤❤
Asosama heddu nama gaddisisudha kan na gammachise garu talilen lubbuun jirachu ishedha oromia 24 bayy'ee gallatomi nuuf dabarsukeef
Wow baay'ee gammade dhumaa irratti duraa wayyee mucayyoo sana baay'ee garaa koo na nyatee bohee uuuuufffff ama garuu baay'een gammade ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Senaa bayee nama gadidisufii namaa barasisuu Obsa bayee 😢😢😢😢😢
Jabadhu si walin jira
Wayyoo jalqaba baa'yeen gaddee utuu xumurri isaa akkana tahuu baate gammee koo guddaa galatoomi 🙏🙏❤❤❤❤
Uuuuuffffff maloo bayy'een gadde Garu dhuma irratti immo nama gammachisa.yaa jaalala dhugaGamme atis gudda galatomi
Waaw thanks very much!
Wow gidutii bayee gadee dhugumaa dutee se ee dhimaa iratii garuu eduu gamadee ❤❤❤❤wow otoo dhironii undumatuu akanaa ta ee malii qabayuu lataa😢,✅💯🖤❤️❤️❤️❤️
Uuuufffffffeeeee Maloo jalaala dhugaa akkasi❤❤❤❤❤namati tola
Seenaa godannisaa bay'ee garaa namaa nyatuu yero 3 iraa debi'ee ageefadhee heduu garaa namaa gadisisaa jabadhuu itti fufii kanaa nu iyeesu kefii galatomii
Uuuufffi sena akana bayye gara nama nyata 😭😭😭
Gamee koo nuuf jiradhuu yaa qomoo koo TH-cam kanaraa namnii akkaa ketii dhagefadhuu jaladhu hin jiruu Leeccaa ko 👍🥰
Uuuuffffffff bayee gamadera wallahi uuuuuffffff alhamdulillah
Jabadhu gamee jalalii isaanii yeero jalqabatiif namatii tolla garuu bodeen isaa heeduu naa bochiisee😭
Maali seenan hanga kana nama suukanessu aja'iba hanga dhumaa dhaggeeffadhe ida kunis jira subehan allah
Uuuffff dhuma irratti baayyee gammade😢😢😢 Ulfaadhu gammee❤❤
Seenaa dhugaati kunii like godhaa galaatooma huddii kessaanu
Uuuuuuuuuffffffff senaa bayyee namaa gaddisisuu waayyyyooo
Aniii durraa 1-13 laleee bayyeeen ittii arees dhuma irratiis ittiin gammadee guddaa galatomii Gammee ❤💕🌺🌻🌹🌸
Galatoomii galatoomii galata guddaa qabddaa seenaan kun baayye barsiisaa fo bashannansiiaaadha nuuf jiraadhu beekumsaaf daddetti qabddu rabbi itti siif haadabalu ebbifami sagaleen keelle baayye bareeda nuuf jiraadhu
Jabaadhu qaxaalee koo ❤👈
Nama bayyee yaadudha atii ❤❤❤namati tola
Dhuga Rabi Baye baye Gada gudas baye gamachu gudas Natihume senankun dhuga wandute sehen bayetokon gade
Aster Sanyii Taddee Biruuu Seenaa bayyee garaa nama nyaatu Uuuuuuffffff 🌂
Bayyee dasii nama jedhaa Galatomaa gamee kenyaa dhumin isaa nama gammachisaa
UUffffff wow bayee namtolaa dhumniisaa dhugaa 👍👍👍👍👍👍
Baay'ee nuuf galatoomaa isin faana jirra
Well come game bayyee namati tola galatomi jabadhu
Baga nagaan dhufte Game
Dhugaa rabii imimaan naraa gadii jigee gamee uuf yaa rabii
Uuuuuuuuuuufffffff bayyee garaa namaa nyataa
Welcome Oromiya 24 😘🙋♀️🙋♀️
Subscribe piless 💞
Jalaqabarati nama gadisisa dumarati garu nama gamacisa❤❤❤😢😢😢
Ayyiii namaa gadisisaa nama Gamachisaa
Bayyee namatti Tola
Bagga nagaa dhufte 😍😍😍😍😍😍😍sii jallanaa bayyee
wwwww baay'ee baruumsaa Guddaa nuuf kenitee itri nuuf fuufi guddaa galaatoomi🥰🥰
dhugaawantianiittigammade jiradhutaliletidhugaaRabbi
Uuuuffffiiii dhuga sena gara nama nyatudha 😢❤
waaaaawuuuuuu heedu naati tolaam dhugaa......
Bagaa nagaan dhiftee Gammee kenyaa
Galatomii nujiradhuuu❤❤❤❤❤❤
Welcome game anadhufu ❤️❤️❤️👌🏼
Uuuuufffff dhugaa senaa baay'ee garra nama nyatuudhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
dhumnsa bayyee namatitola eebbifama gaalatoma
❤❤❤❤❤ dhugaa senaa gudan qaban garan hama nyatan
jabaadhu itti fufi hojii boonsaa hojjachaa jirtaa.
Uufffee Malo akmi😭😭😭😭😭😭😭😭💔GaraNamaNyataaGame Malo nufi jiradhu
Jabadhuu 🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞❤
Jabadhuu
Takka video dheeraa akkan caqase bekku akkan caqasuu kan na godhee muddanoo kan achii bodda abdii ofii kootii qabuu nati ulfate garuu namooni rakkoo akkansi Numa qunama garuu anii nama rakkinna akkan obsuu danda'u mitti bayyee gadde baranoota bayyeedhaan irra fudhee akkan obsaa horadhuu akka rakkinna kansi jiruu hunddumaaf carraa akka isaa kan rabbii nama qaqabsiisin hama danda'amee male San irraa kan hafee 😭😭😭😭😭😭Namni video kan qopheesse bayyee galatoomi obaleessa koo atuu seenaa akkan obsaa nu biraa gahuu keef haacaaluuf waanti na nasiisu jirra ykn hafee jedhee hin yane garuu arra 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Galatoomi Atille Guddaa
@@Oromia24 jabadhuu video ilalaa jiraa hin xumurre 2:06:48 irra caqase kansi caqasa jirra dhirachuu isaa mitti kan na dinqee akkasi qopheessu keetii fi seenaa akkan kan dhagahuu kootii bayyee sii hordaafan ture akkan cimee sii hordaafu tahuu kootii because jireenya irra siif gala ulfadhuu sanyii ofii seenaa koosu dabarsee himuuf qophuu kootii
Uuuuuuuf Uuuuuuuf kanum isini Aramate
Garaa namaa nyataa
Dhugaa rabii jajabesaa namaa kanaa 😢😢😢
Wow baay,ee nama gammachisaa
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuffffff dhugaa senaa garaa namaa nyattaa
Obbolessoo guddaa galatomi. Atti ga'e kee bahachaa jirata. kanaafiis galtoomi. sagaleen kee baay'ee mi'a. kanumaan itti fufii. Tarii immoo kitaabile dubbifaman scan godhamanii bifa pdfn osoo gadhifaman danda'am tanan kan irraa kan hafe ati nama jabaa dha. Galatoomi milkaa'is.
Namaa Gaddisisaa
Senaa baay'ee garaa nama nyaatu dhugaa baay'ee gadde 😭😭😭😭
Uuuuuff sensation bayye gara nama nyaatudha
Gamee keenyaa sagaleekee Godaannisa kana Akka calaatii mi'inyuu godheem😍😍😍
Dhugaa ketii❤🤣🤣🤣
Uuuuuuu talillee bagumaa jiraate seenaa garaa nama nyaatu garuu dhumni isaa bareeda galata waqa
Wel come gamishaa kenyaa
Wlc Gamee❤❤❤❤
Dhugaa game sin ajabisiffadhaa jabadhu
Uuuuuuf hojji maadamii ko dhisee seenaa kanaa dhaagefaata turee osso dhumaa isaa gaari ta.uu isa dhagahuu badhee anumitilee akkuma Abdisaa sana ta.a jedheen shakka keessi kiyaa heddu gaade bodasi nini gaamadee
Wayoo 💜
Welcome to Gammee
Wawwwwwwo dhuugaa keetii jabau
Well come gamee keenyaa baga nagan nufi dhufatee Anni haa dhuffuu!!!! Ani kutaa 1irraa jalaqabee hangaa kutaa 12 dawadhee
uuuuufffff senaa bay'ee garaa namaa nyaatuu 😭😭😭😭💔
Gaammee koo baayyeen booyee ture dhumarrarti garuu gammadeera
Rabbi dhabamaa siyaa godhu gurbaa nana😥😥 mal gara jabumman akkasi subanallah
Uuuuuuffffff senaa bayee garaa namaa balesaa 😭😭😭😭
Guutuusa Bakka Tokkotti Haala Na Gaafattaniin Irra Deebiidha!
Like fi Share Gochuun Group facebook whatsup, imo beektanirratti Na Deeggara
Anaa Dhufu!
eshi gamko kalesa nurka hafte dhiotan ole😢😢😢
ana hadhfu
Abshiir issiin waajjiin jiirraa
eshi
Gamachis Jabadhu Galatomii
Yaa oromoo koo hojiin mucaa kanaa bayee waan namatii toluu akkasumasi hojii sammuu namaa banuu waan ta.eefii mee like sher godhuun biraa haa dhabnuu You Tube ilmaanii oromoo bayee gadii bu.aa osoo afaanii amaraatiin hojataa ta.ee guyyaatii like meqaa argatee akkaa oluu ni bektaan isiin hunduu kanafii afaanii kenyaa kanaa haa gudisnuu gameee koo osoo danda.amee like 1000 sii godhaa yeroo tokkoo garuu malii godhaa hin danda.amuu bilbilaa lamaa qofaa qabaa lachinuu like sii godhaa yeroo bayee nu jiradhuu game koo akkanumatii ittii fufii sii wojii jiraaa 😥
Maarachu naaf wayyaa⁉️
Mee maal narraa feeta
Waan onnee keef ta'uu
Mee maaluma jedhee
An sirraa dharraa ba'uu♥️
Jaalala keen waadameenii
Halkaan boqonnaa dhabaa
Gaafan waa'ee kee yaaduu
Onneenkoo dhiigu jalqabaa♥️
Waanan jaalala keef ta'ee
Jechuma akkamiitu ibsaa
Mee maaluma dubbadhen
Onnee jaalalaa kee cibsaa😭
Suuraan kee halkaan dhufee
Onnee kootti waraana labsaa
Yaaduunsaan jaalala keetii silaa
Baataa sammuu kootii cabsaa🤦♂️
Ammaan yoon maal godheen
Jaalaluma kee kana gadhiisaa
Yoomumaan akka namaa anii
Boqodhee halkaan nagaa ciisaa‼😭
Guyyaa hojii keessa ooleen
Galgala ciiseen si yaadaa
Akka nama dhukkubsateen
Sireerra dugdaan galeen aadaa!
Qalbii na keessaa fuutee
Qullaa koo na dhaabdee
Koorichaa tokko malee
"Xaxxarabii" na yaabdee‼
Ergan jaalala keen qabame
Aniis murtii koon wallaalee
Waanan godhu dhadhabeen
Dhaabbadheen si ilaalee🙋♀️
~
Yoo jaalala koo hubatteef
Maaf onneekoo eelchitaa
Dubbannaa arraba keetiin
Afaan tokkon na qajeelchitaa🤷♂️
Kanuma waan cimaa gootee
Maqaa Waaqaa sagal dhooftaa
Onnee koo banee siif laannaan
Hundumaa itti naqxee hooftaa🙅♂️
Akkuma nama dhugaa qabuu
Dubbannaa sobaa falfaltaa
Yoon dhugaa koo sitti himee
Cubbuukoo ni kaffaltaa..!🙆♂️
Egaa ati fedhiin giddiin
Sin taasiisu
Yeero diimukraasii feetu
Naa jaaladhu 🥰
Nagahas hin daagane
Akkam nagaha keetii
Jiirufii jiireenyii
Faayyan mal fakkaatti⁉️
Deebii kankee egaa waan
Atii naan jeettu
Yoo waan bira dhabdees
Nagaha naa gaafadhu ⁉️😭
Gaalatoma!!!!
#like and #conantin
Yaaada keessan ibsaadha ‼‼‼
Please please oromo #TH-cam ilmaan oromo hundaa issaa jaajjabeessaa dhamsaa kootii gaalatoma issiin jaaladha!!!!!♥️♥️♥️
#like, #conantin fi akkasuma #link Facebook keessaan irraatti gaadii furuun biiraa dhabbadha numatu waaliif gaaddiisaa ‼‼‼‼‼‼‼‼👈💪
💕
Dhugaakeedhaa gaalaatoommiii
Dhugaa kettii
Imimmani qabachuu dadhabee dhugaa se,e
Galatomii atiis
😭😭😭😭😭😍😍😍😍wallahi uufffff imimaan kiyyaa qabachuu dadhabee bakka isiin itti dutte sanifi bakka obboletin isaa algaa hadha isii gubbati gudedamte saniti gammee kennaa gallatomi jabbadhuu dalagaan kee bayyee namati tolaa
Uumuuf qasamaan billaah bayyee Sammuu Naa dhukkubsee mucaatti argamuu baatee wallahii Lammaffaa Asoosama dhaggeeffachuu akkasumas dubbisuu dhiisuuf ofirratti murteesseen turee.
Mucaan Abdiisa jedhanis bayyee naa Aarsee
Namni maallaqaa qofaan namaa gargaaruu danda'amoo?
Qarshii dhabduus Abshir jettee jajabeesuu
Barnoota kee utuu barattuu waantii gochuu dandeessuu Ammasii hin qabu
Keessumaa warrii dhiiraa yeroo boqonnaa kee waan tokkoo humna kee utuu qusatiin hojjii osoo hin tuffatiin ishee gammachiisuu nii dandeessaa turtee 😭
Garuu ammaa kuni barnoota cimaadha yaa obboloota koo keessumaa warraa dhiiraaf Gaafa duraa Akkamitti akka namaa Amansiistanii garuu Ofitti Amanamummaa hin qabdaan hedduun keessan 👌
Fedhiin keenyaa kaayyoo keenyaa mo'uu hin qabuu Galatoomi Gammee 🙏
😭😭😭😭😭😭😭
Dhuga ketti bar anu samutu na ona.e uuuffff bohen fixadhe bar
Ufeee baay'een gadee waqa hin ulfataa 😭😭😭😭😭
Wowow wel come oromiya 24 ooso hin dhageftin like godhe Malo ijoole dhukuba korona kun baye nu sodachisera waqayyo nagadha maati keenyati nu debbisu male 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhuga rabbi takka waanuma dhaggefatamu kheessa hu takkaa akkaa khanati waan nagamachisu dhageeffadhe hin beekhu heddu hedduu galatomi gamme
Wwwoooww bayyee baredaa bagaa
Gammadee Abdii
Talilee gudaa galatomi
Yaa jaallalaa dhugaa
Hammaa fedhee Rakkoo gudaa keessaa
Dabaniin dhugaa jiruu garatee
Waniin bayyee iraa bardhee
Kuniin Rajii dhumaa congratulations 🎊
Dhugaa jabaadhu
Rabbiini siihagaragruu
Gammee bagaa nagaa dhuftee jabadhuu sii wajinii jiraa
Dhuga rabbii seena godaannisa akkas gara nama nyaatu dhaggeeffadhe hinbeeku barumsas naaf ta'a jedhen yaada rakkon akkana akka isin hinmudanne rabbin isinif kadha. By by na gaddiisise 😭
Woyyee dhugaa jalqabaa bayyee boyee Abdisatisii bayyee Gadee Dhumaa isaa garuu bayyee gammadee uuuuuuufffffff galataa kee yaa waaqaa😭😭😭😭😭😭🙏 talilee marartuu namaa Abdiisaaniis atisii garuu jabaa namaatiin Maloo yaa dhirotaa akkasii wolii gochuu irraa jalalaa qabatanii hiyyummanii wojjini jirachuu filadhaa 😭😭😭😭😔😔😔 haraa malee borii kee malii akka tatuu malii isa itti bektaa atii😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dhugaaa baayy'ee garaa namaa dhukubsaa haa tu'u garuu barumsaa heduu ofi kesaa qabaa Gamee jabadhuu atifi gudaa nufi galatomi seanaa heduu nudhagefachisa jirtaaa
Imiimman qabachun dadhabee utuu addan hin kutiin dhaggeffadhee garuu onneen kiyyaa namadooftee yeroo isheen dhuftuu garuu gammachuu akkan ta un dhabee galatoomii gammee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawuu gamee attii namaa addaatti akkaataan attii itti qophii kana dhiyyeessitu namaa hin nufisiisuu dhaggeeffadhuu dhaggeeffadhuu namaa godha jabaadhuu
Maatii naaf ta'aa ijoolee oromoo
Gammee.seenaa.ati.nufi.dabbasituu.akkaa.namaa.bunaa.dhugganitti.namati.tolaa.jabadhuu.umurii.dheeraa
😂🤣bunaa kkk🤣🤣🤣🤣😂🤣🤣😂
Uuuuffff senaa bayye gara nama nyaatudha😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Like dhan si degaree galatomii bayyees iraa baradhe
Waantaa bayyee namaa barsisudhaa barresitonnii asososama kanatifii gammee atiis sagaleettii jijjirte nuf dhiyesiyef ulfadhuu galatomii.
Dhugaa Dubbachuuf wanttaa bayyeen sirraa baradhee jabadhuu
❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagani dhuftee Gamee oromiyaa 24
Ani seenaa midaa kana irraattii dhageefadhu kessaa Akkaa seenaa kana takkaa hin Agare ❤❤❤❤🎉Ajibbaa seenaa jaalala .
Takkas rifataa takkas ariifataa takkas noo'a takkas araa rifataa hamman dhaggeeffadhee fixutti obsan dhabe cumurattatti haruu waan nama gammachiisudha naayye galatoomii jiraadhu
Uuuuuuffffffffff baayyee garaa namaa raasaa maalo
Anaa dhufuu Oromia 24😍galatomii irraa nu debi'uu ketiif nuf jiradhuu sanyii ofii 🙏🌹🌹👏👏👍👍🕊🕊🕊💓💓👌
♥️💪🤲☝️👍
Uuuuuuuufffffff dhugaa dhumnii isaa bayyee nama gammaachiisaa osoo hundii akkas ta'ee maal qaba!!!❤❤❤❤❤❤
Asosama heddu nama gaddisisudha kan na gammachise garu talilen lubbuun jirachu ishedha oromia 24 bayy'ee gallatomi nuuf dabarsukeef
Wow baay'ee gammade dhumaa irratti duraa wayyee mucayyoo sana baay'ee garaa koo na nyatee bohee uuuuufffff ama garuu baay'een gammade ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Senaa bayee nama gadidisufii namaa barasisuu Obsa bayee 😢😢😢😢😢
Jabadhu si walin jira
Wayyoo jalqaba baa'yeen gaddee utuu xumurri isaa akkana tahuu baate gammee koo guddaa galatoomi 🙏🙏❤❤❤❤
Uuuuuffffff maloo bayy'een gadde
Garu dhuma irratti immo nama gammachisa.yaa jaalala dhuga
Gamme atis gudda galatomi
Waaw thanks very much!
Wow gidutii bayee gadee dhugumaa dutee se ee dhimaa iratii garuu eduu gamadee ❤❤❤❤wow otoo dhironii undumatuu akanaa ta ee malii qabayuu lataa😢,✅💯🖤❤️❤️❤️❤️
Uuuufffffffeeeee Maloo jalaala dhugaa akkasi❤❤❤❤❤namati tola
Seenaa godannisaa bay'ee garaa namaa nyatuu yero 3 iraa debi'ee ageefadhee heduu garaa namaa gadisisaa jabadhuu itti fufii kanaa nu iyeesu kefii galatomii
Uuuufffi sena akana bayye gara nama nyata 😭😭😭
Gamee koo nuuf jiradhuu yaa qomoo koo TH-cam kanaraa namnii akkaa ketii dhagefadhuu jaladhu hin jiruu Leeccaa ko 👍🥰
Uuuuffffffff bayee gamadera wallahi uuuuuffffff alhamdulillah
Jabadhu gamee jalalii isaanii yeero jalqabatiif namatii tolla garuu bodeen isaa heeduu naa bochiisee😭
Maali seenan hanga kana nama suukanessu aja'iba hanga dhumaa dhaggeeffadhe ida kunis jira subehan allah
Uuuffff dhuma irratti baayyee gammade😢😢😢 Ulfaadhu gammee❤❤
Seenaa dhugaati kunii like godhaa galaatooma huddii kessaanu
Uuuuuuuuuffffffff senaa bayyee namaa gaddisisuu waayyyyooo
Aniii durraa 1-13 laleee bayyeeen ittii arees dhuma irratiis ittiin gammadee guddaa galatomii Gammee ❤💕🌺🌻🌹🌸
Galatoomii galatoomii galata guddaa qabddaa seenaan kun baayye barsiisaa fo bashannansiiaaadha nuuf jiraadhu beekumsaaf daddetti qabddu rabbi itti siif haadabalu ebbifami sagaleen keelle baayye bareeda nuuf jiraadhu
Jabaadhu qaxaalee koo ❤👈
Nama bayyee yaadudha atii ❤❤❤namati tola
Dhuga Rabi Baye baye Gada gudas baye gamachu gudas Natihume senankun dhuga wandute sehen bayetokon gade
Aster Sanyii Taddee Biruuu
Seenaa bayyee garaa nama nyaatu Uuuuuuffffff 🌂
Bayyee dasii nama jedhaa Galatomaa gamee kenyaa dhumin isaa nama gammachisaa
UUffffff wow bayee namtolaa dhumniisaa dhugaa 👍👍👍👍👍👍
Baay'ee nuuf galatoomaa isin faana jirra
Well come game bayyee namati tola galatomi jabadhu
Baga nagaan dhufte Game
Dhugaa rabii imimaan naraa gadii jigee gamee uuf yaa rabii
Uuuuuuuuuuufffffff bayyee garaa namaa nyataa
Welcome Oromiya 24 😘🙋♀️🙋♀️
Subscribe piless 💞
Jalaqabarati nama gadisisa dumarati garu nama gamacisa❤❤❤😢😢😢
Ayyiii namaa gadisisaa nama Gamachisaa
Bayyee namatti Tola
Bagga nagaa dhufte 😍😍😍😍😍😍😍sii jallanaa bayyee
wwwww baay'ee baruumsaa Guddaa nuuf kenitee itri nuuf fuufi guddaa galaatoomi🥰🥰
dhugaa
wanti
ani
itti
gammade jiradhu
talileti
dhugaa
Rabbi
Uuuuffffiiii dhuga sena gara nama nyatudha 😢❤
waaaaawuuuuuu heedu naati tolaam dhugaa......
Bagaa nagaan dhiftee Gammee kenyaa
Galatomii nujiradhuuu❤❤❤❤❤❤
Welcome game anadhufu ❤️❤️❤️👌🏼
Uuuuufffff dhugaa senaa baay'ee garra nama nyatuudhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
dhumnsa bayyee namatitola eebbifama gaalatoma
❤❤❤❤❤ dhugaa senaa gudan qaban garan hama nyatan
jabaadhu itti fufi hojii boonsaa hojjachaa jirtaa.
Uufffee Malo akmi😭😭😭😭😭😭😭😭💔
Gara
Nama
Nyataa
Game Malo nufi jiradhu
Jabadhuu 🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞❤
Jabadhuu
Takka video dheeraa akkan caqase bekku akkan caqasuu kan na godhee muddanoo kan achii bodda abdii ofii kootii qabuu nati ulfate garuu namooni rakkoo akkansi Numa qunama garuu anii nama rakkinna akkan obsuu danda'u mitti bayyee gadde baranoota bayyeedhaan irra fudhee akkan obsaa horadhuu akka rakkinna kansi jiruu hunddumaaf carraa akka isaa kan rabbii nama qaqabsiisin hama danda'amee male San irraa kan hafee 😭😭😭😭😭😭
Namni video kan qopheesse bayyee galatoomi obaleessa koo atuu seenaa akkan obsaa nu biraa gahuu keef haacaaluuf waanti na nasiisu jirra ykn hafee jedhee hin yane garuu arra 😭😭😭😭😭😭😭😭😭