ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Rabbin siyaa qajelchuu jirenyii Adunyaa Gababdudhaa 🤲
Abo Habtamu keenya ati dhugumaan Oromoo oromummaa fi tokkummaa Oromiyaatiif Rabbi siin nuuf Kenneedha.Long life to you❤❤
Dhifama Amanta kee Waqafannaa Ta'uu beknee Kadoo garuu maqa Kadijaa Jijiradhuu bulloo tiyyaa Kadijaan maqaa guddaa Hadha mana Rasulaa kennaa Saw ❤maqa isiitii atii. Caaltuu Badhatuu laalisee magartuu fa'aa bay'ee maqan Oromo kadijaan maqa Muslimatii lubbu jijiradhu.
Inannillahi wainaillehi raji, uun maqaa kadijja jedhu sanaa offiraa jijjirri aboo aboo balaan rabbii siraa haa jiratuu ☝️
Dhugaa keetii anis akkas jedhaa Rabbiin isii haa qajelchee 😢😢😢😢😢😢
Nama abaaruun cubuudha rabbi si haa qajeelchu jedhi maalee
Arbsuuni hinbarbachisu gorsa malee
Maaliif waan gowwaa Jetta ?
Wow! Amazing interview with one of the greatest Oromo artist Kadijja Hajjii ❤️ 💚 ❤️ We love you and huge rest for you! 🖤❤️🤍
akka isheen si waliin hojattuuf haala mijeessiif dandeetti gazexessummaa qabdi jeneraal
Qali.sabontu.oromo.sirbike.baye.lape.nama.baye.cabsa.aye.jaladha❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Ok akkam nagaya jirtuu baayyee ittiin booharre jabaadhaa fayyaa ta'aa
Much love qaalii teenna. Baay'ee natti tolta dhugaa!❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
Gatii dhabi boo sheeyxaana qulqulluu Habtamu hardha tana jinnii zaahira baatuu fidde intala Safuu hin qabne wollaah Kadiijaa osoo hin taane maqaa kee kan siin wal-fakkaatu .....tti jijjiiradhuuuuuuuuuuuu
Ati eennuun of Seeta? Gowwaa
Astofurullah Astofurullah Astofurullah Rabbiin sii ha qajechuu sharii . Godhuu
Ofuma eebbisi
Maqaan kadiijaa kun sirraa guddatee qayyaradhuu
Qashtii keenya jecha warra jibba sagaduuf bakka hin laatiin. Hedduu si jaallanna❤
Wayyoo Imimmaan Kadijjaa arguun nama miidha. Dubartii Jabduu Cimtuu akkas itti duulanii Siqiqsuun gadhummaadha. Kaddoo gootittii koo hundumtuu hin darba. Jabduu sabaa jabaadhu waan barbaachisu hundan sifaana jirra.
Inaillalah wainaaleyka raji'uun sammmuu xiqqoo rakkoodha kadja haarumaan sii tufadhee
#1 woman artist ❤
Very interesting discussion. Thank you, guys!
Haftaamuu Akkaam nagayaa fayaa qabdaa jjiinnii nataana. Esaa finde tu
Atuu ganaa duuta intalaa 🤨😁😁😁🤗
Kadiija Hajjii Ambaasaddara Aadaati(Arssiiti).isaan ummatatti baate beekamte,Garuu Akkaataan Uffannaa/act ishee Ammaa bayyee boooooooo😢😢ooooooooring😢😢 dhugaa rabbii.maloo rabbii jedhii uffata Arsii isa durii uffadhu Tirriin nutti kootu please! Isatuu isheerraa bareedaa.dhiifama!
Hayyee jabduu teenya si jaallanna jabaadhu!❤❤❤❤
Dubartii jabduudha atti jabadhuu ammas
Gaariidha Habte
ሀብትሽ እልፍነሽ Qanno fii Halloo Dawwee, Shabe Sheeko 2ffaa waan Nu Afeertefi Galatoomi !❤️👏👏👏
Jabadhuu kaduu tenaa Amashirii
Jeneral arra maaltu sibira taa'aa jira sheeyxaana moo nama? Moo maraattudhaa?
Habtish Thank you really I enjoyed it
Aboo jiradhuu sobantu oromo jabadhuu❤❤❤❤❤🎉
Long live Artist Kadijja Hajjii ❤️ 💚 ❤️
Bilaashuma qullaa marattee ree birrii kasiihinkafalle hiiiiiiii😭👌🙄
Kadijaa galaatomi
Daaimtiko gudeedamtee duute jedhika sila maal goonaa miti oromoon yeroo duuu waayee nama odeessu ati jabaadhu.oromoon garuu gandumma keessa ni baha jstte hin eegin.
Rabbini si ha qajechuu😢😢
Kijiibduu tunii 😊😊😊 Oromo taatee sanuu arsiidha ofii jetii
Kkkkk😂😂😂amanti ergaa jijiraate oromummalee jijiradhu kaa sakaraana maqaa jijiradhu yaa tigistuu😎
Ani muuslimaa sisiha turee kanafuu kadijaa atii maqaa kee kadijaa irraa jijiradhuu kadijaani maqaa dubbariitii kabbajamituu dha oromuummaa keetif sini jalaladha sini kabbajaa garuu maqaa kee kadijaa yeroo jedhamuu baay'ee gaddaa wly maqaani keefi atii Wal hin fakkatanuu 😭😭😭😭
Hin booyinaa😂 baqqa mirga iseeti
Intaaloo muslim miti Bar
Maqaa feete yoo qabaatte maaltu si gaye?
Wowwww nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤
Atfurlyii rabii kartii si hadebisaa inlilyii winl ilrjuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
❤ I’m proud of you
Jabduu namaa kadijaa tenyaa king gold 🥇
Yaa goofta koo sireensi akkam jiraa 😂😂😂😂hin dulomtuyyi ani sirbaa kan yeroo ani dhalaadhu dura jiraa
Mekap dha 😂 (irraa dibaa)
Tuning oroomodhaa jjiin rabbiiin sii habaalesuu
Wawuuuuu wawuu jabaduu kanna chaala egaa jiraa ❤❤❤
Subhanallaah rabbiin si haa qaceelchu
You are the best sabboontuu keenya!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Namni akkata guddata demuni haala amaa akkata hundanu guddata fi yaada isaa isa ijoluma irra gara nama guddati jijirama jenani kadija ati duba debite akka ijole daaimati sanu akka dhirati rifensa murata sorry yero uffata adaa arsi uffate adaa oromo fi adaa arsi agarsiftu akka baredu rabbi sii haa qajelchu😢😢
Kadiijaan Aadaa Arsii cabsiteerti oromoon safuu Eegata garuu ishee rifeensa ol dhaadee waan maal oromoo maal jetee haasofti
Oromoon aadaadha qabaabarAtihortee eenyuutimee?Ahiiiiiiiiii !!!!!Yaagantuu!!!! ati rabbiikheet ganteebar!
Cimtuu keenya! eebbifami!
Oromoon bayyeen hardhas gowwummaa baay’etu irraa mul’ata. Intala maqaa isii laaltanii “maqaa jijjiiri! Astagrullah!” Jettanii haqqisaa ooltu. Teetiyyuu hin beektu! Warri Baayyeen biyya alaa teettanii orma adda addaa waliin jiraataa ilma saba keessanii abaartan, arrabsitan. Hangam takka gadhummaa keessan mul’isa! Wanni rabbii siif rabbi qofa malee waan ofii amantu huumnaan namaratti hin fe’in! Ani Baale/Arsi Muslima garuu saba kiyya ni jaaladha ni kabaja, islaama ta’ee kristiaana ta’ee Waaqeffattaa ta’ee, kan amantaa hin qabne ta’ee! Hangam takka gowwummaa fi gadhummaa teessan qofa lallabdan. What a shame!
Namitti tana matan sirri hin jiru 😁😁
Rabii si hadhibuu shamuxaa😊😊😊
Wanii ofiii kadoo koo italaa biiyaa koo❤❤❤❤
Habte Please Gargaaraa Adaanechitti Himaafi
Atillee Kelly Rowland Oromooti ofitti amanamuummaan kee namatti tolaa jabadhuu hawwii fi abjuu kee jiradhuu namnii dandii ofii amanuun qofa namatti murteessa ilaalcha nama biroo hin kabajuu ofi ta'uun waan hundaa caalaa ani interview kanaan ciminaa kee daraan sii argee kormee kelly teenya!
Rabbii sii haa qajelchu😭😭😭😭😭😭
Sobdee bosiim mudidhaa😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅
Qaqee show dhifamaa Naf godhi gafii siraa qaba. Gafiin kiyaa asi jetii . yero biya alaa jirtuu dudadubeen ketiinhacee argina biyati galtee maf dhiftee 😢😢😢
Habtee jabaadhu yeroo mara dhugaaf wabii dhaabbadhu Madaa danuu qabna
kadija tenya bashasha nam bayee si jalna qalii to ❤❤❤
Atii duraa ufii ketii. Qajelli
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤wwww kadijaa tenaa ufii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqeffannaa Amanata oromo ganamati dhugaa jette baga oromo ❤❤❤❤❤
Wow jabbadu kenyaa jabaadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Artist Jabduu teena tanaaf Addee Adanech Ababe badhassaa manaa (Kondonominiyeemii) gummachuuf qabdii ❤💚❤️
Yooyaa ❤ harkaa funee qanqee show akaami Nagoya ❤❤❤
Kaddoon akkanatti shaaaaaaaa nama gooti....❤❤❤❤
Hauzubillahi mallikuni martuun kunii😢😢😢😢
Kadijjaa! Jabduu keenyaa rabbi siin haaeebbiisu!
Habtee kenyaa bayyee sijjalanaa bayyee sikabajnaa qali kenyaa nufii jiradhuu atii jabaa namaa
Habtish jabaadhu ati qaalii oromooti. Warri jaalalli paartii siyaasaatiin jaameetu si qeeqa. Ati kan oromooti.
Maalo of stress manta kee sirefadhu
Bagaa anii waaqeffattu jette maqaas jijjiradhuu akkas siif woyyaa
Kaduu Teenna jabduu teennaa!!! Osoo Kan falfaluu falfaluu ka horu horaa jabaadhuu!! Sareen dutteef Gaalli deemsa isaa hin dhiisu!!
Rabbin sehaqejelichu
Ppppppppp yoonaa Thank You fi very good Male ingiliziin biraa hin jirtuu Cittoo
Jiradhuu habibittii qashittii tennaa
Lahawli wala quwaata illaa billahi rabbii adunyaa fi Akkiralee nuun hongeessin Itaala Hajiiti maqaan kadijaa Amantiin kafiraa Hasbii Allah rabbiin si ha qajeelchuu Obboleeyaan qur'ana rabbi ha baraanu wallah obboleeti tiyaa waa beeka jeeta male beekumsara ZEROODHA wallah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Sheexan maqaa kadijaa haajii jedhuu sana lafaa kahii ibiliis 🤪🤪🤪🤪🙄🙄🙄🙄🙄
Namnii Muslim tahee dhaltee akkamtii akka dhirratti matta ol dhabdee uuuuuuuuuuuuuuuu nama gadisistaa Rabbii si haa qajjellchuu maqaakee jijiradhuu
😂😂😂😂😂 maraatuu
Rabiin sii haa qachelachu walyii amataa qayaretii
Mee jijirate waqefatudha
Bagaa fayyiiitee ❤❤❤❤❤❤
Hadhafi afaani banii hagaa boruu azibini afanii sii basisufii😮😮😮
Akkam jirti tun😮
Maal kun shexana😂😂😳😳
Haftamu obbo eebatiin wol naqunamsisi
Waan sirra gaye baayyisee nama gaddisiisa. Warri sirratti dabee itt gaafatamuu qabu. Ammallee waan siif malu tauu qaba.
Haay ganduma😢😢 dhuga gandumaan esumaanu nuhin gesu😢
Oromttit intalaa Abbaa Gadaa Jebaadhuu jiraadhu❤
Kolifi ishee maa namati tolaa😂❤❤
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉Waawooo❤
Ufanii eshee bayye bareda ❤❤❤❤
Rabin si Haa Qajechuu namitii rabinkase
Dubartii Jabduudha, jiraadhu bara 1000 Kado
Kun akka waan sheyxaani kabalee maalif iyyiti 🙃Sanuu waaqeefanaa ergaa taatee maqaa kanallee eidt godhi 🙃
Yoo kijibdulee akamiti iraha tolataa uuuuufii. Akatii hin kijibini gana. Qbarin sii egati yaa kadijaa
Odeesitu 😂😂😂
Habtamu har’aa sheeyxanna zahiraa ollibahe deemu essa gaddii fiddee kuuni dhallaa moooooo dhiiiiiiiira
😂😂😂kkkkkk
Sheyxana intala towbadhu Habtamu jabadhu
Duraanuu muslim miti ishee waaqeefaattuudha
Qixxee isiituu hin geettu cal jedhi
Shallee wosaka hudduu woraanamuu deemta Ati nama miti wollaay hudduu teetuu hin dhiqattu salami ajooyuu xiraa hudduu tee dhiqadhu
waan qabaniin gabaa bahu!!! jettere
Maali aabbee namni haraama akkakee kun.maa akkana nama abaaarta,abaaramaa wayii.
Diqaala ati sabboonuma isituu si gube shalumaa ishi essaati argite gowwaa isiin sanyii gotaati
Rabbin siyaa qajelchuu jirenyii Adunyaa Gababdudhaa 🤲
Abo Habtamu keenya ati dhugumaan Oromoo oromummaa fi tokkummaa Oromiyaatiif Rabbi siin nuuf Kenneedha.
Long life to you❤❤
Dhifama Amanta kee Waqafannaa Ta'uu beknee Kadoo garuu maqa Kadijaa Jijiradhuu bulloo tiyyaa Kadijaan maqaa guddaa Hadha mana Rasulaa kennaa Saw ❤maqa isiitii atii. Caaltuu Badhatuu laalisee magartuu fa'aa bay'ee maqan Oromo kadijaan maqa Muslimatii lubbu jijiradhu.
Inannillahi wainaillehi raji, uun maqaa kadijja jedhu sanaa offiraa jijjirri aboo aboo balaan rabbii siraa haa jiratuu ☝️
Dhugaa keetii anis akkas jedhaa Rabbiin isii haa qajelchee 😢😢😢😢😢😢
Nama abaaruun cubuudha rabbi si haa qajeelchu jedhi maalee
Arbsuuni hinbarbachisu gorsa malee
Maaliif waan gowwaa Jetta ?
Wow! Amazing interview with one of the greatest Oromo artist Kadijja Hajjii ❤️ 💚 ❤️ We love you and huge rest for you! 🖤❤️🤍
akka isheen si waliin hojattuuf haala mijeessiif dandeetti gazexessummaa qabdi jeneraal
Qali.sabontu.oromo.sirbike.baye.lape.nama.baye.cabsa.aye.jaladha❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Ok akkam nagaya jirtuu baayyee ittiin booharre jabaadhaa fayyaa ta'aa
Much love qaalii teenna. Baay'ee natti tolta dhugaa!❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
Gatii dhabi boo sheeyxaana qulqulluu Habtamu hardha tana jinnii zaahira baatuu fidde intala Safuu hin qabne wollaah Kadiijaa osoo hin taane maqaa kee kan siin wal-fakkaatu .....tti jijjiiradhuuuuuuuuuuuu
Ati eennuun of Seeta? Gowwaa
Astofurullah Astofurullah Astofurullah
Rabbiin sii ha qajechuu sharii . Godhuu
Ofuma eebbisi
Maqaan kadiijaa kun sirraa guddatee qayyaradhuu
Qashtii keenya jecha warra jibba sagaduuf bakka hin laatiin. Hedduu si jaallanna❤
Wayyoo Imimmaan Kadijjaa arguun nama miidha. Dubartii Jabduu Cimtuu akkas itti duulanii Siqiqsuun gadhummaadha.
Kaddoo gootittii koo hundumtuu hin darba. Jabduu sabaa jabaadhu waan barbaachisu hundan sifaana jirra.
Inaillalah wainaaleyka raji'uun sammmuu xiqqoo rakkoodha kadja haarumaan sii tufadhee
#1 woman artist ❤
Very interesting discussion. Thank you, guys!
Haftaamuu Akkaam nagayaa fayaa qabdaa jjiinnii nataana. Esaa finde tu
Atuu ganaa duuta intalaa 🤨😁😁😁🤗
Kadiija Hajjii Ambaasaddara Aadaati(Arssiiti).isaan ummatatti baate beekamte,Garuu Akkaataan Uffannaa/act ishee Ammaa bayyee boooooooo😢😢ooooooooring😢😢 dhugaa rabbii.maloo rabbii jedhii uffata Arsii isa durii uffadhu Tirriin nutti kootu please! Isatuu isheerraa bareedaa.dhiifama!
Hayyee jabduu teenya si jaallanna jabaadhu!❤❤❤❤
Dubartii jabduudha atti jabadhuu ammas
Gaariidha Habte
ሀብትሽ እልፍነሽ Qanno fii Halloo Dawwee, Shabe Sheeko 2ffaa waan Nu Afeertefi Galatoomi !❤️👏👏👏
Jabadhuu kaduu tenaa Amashirii
Jeneral arra maaltu sibira taa'aa jira sheeyxaana moo nama? Moo maraattudhaa?
Habtish Thank you really I enjoyed it
Aboo jiradhuu sobantu oromo jabadhuu❤❤❤❤❤🎉
Long live Artist Kadijja Hajjii ❤️ 💚 ❤️
Bilaashuma qullaa marattee ree birrii kasiihinkafalle hiiiiiiii😭👌🙄
Kadijaa galaatomi
Daaimtiko gudeedamtee duute jedhika sila maal goonaa miti oromoon yeroo duuu waayee nama odeessu ati jabaadhu.oromoon garuu gandumma keessa ni baha jstte hin eegin.
Rabbini si ha qajechuu😢😢
Kijiibduu tunii 😊😊😊 Oromo taatee sanuu arsiidha ofii jetii
Kkkkk😂😂😂amanti ergaa jijiraate oromummalee jijiradhu kaa sakaraana maqaa jijiradhu yaa tigistuu😎
Ani muuslimaa sisiha turee kanafuu kadijaa atii maqaa kee kadijaa irraa jijiradhuu kadijaani maqaa dubbariitii kabbajamituu dha oromuummaa keetif sini jalaladha sini kabbajaa garuu maqaa kee kadijaa yeroo jedhamuu baay'ee gaddaa wly maqaani keefi atii Wal hin fakkatanuu 😭😭😭😭
Hin booyinaa😂 baqqa mirga iseeti
Intaaloo muslim miti Bar
Maqaa feete yoo qabaatte maaltu si gaye?
Wowwww nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤
Atfurlyii rabii kartii si hadebisaa inlilyii winl ilrjuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
❤ I’m proud of you
Jabduu namaa kadijaa tenyaa king gold 🥇
Yaa goofta koo sireensi akkam jiraa 😂😂😂😂hin dulomtuyyi ani sirbaa kan yeroo ani dhalaadhu dura jiraa
Mekap dha 😂 (irraa dibaa)
Tuning oroomodhaa jjiin rabbiiin sii habaalesuu
Wawuuuuu wawuu jabaduu kanna chaala egaa jiraa ❤❤❤
Subhanallaah rabbiin si haa qaceelchu
You are the best sabboontuu keenya!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Namni akkata guddata demuni haala amaa akkata hundanu guddata fi yaada isaa isa ijoluma irra gara nama guddati jijirama jenani kadija ati duba debite akka ijole daaimati sanu akka dhirati rifensa murata sorry yero uffata adaa arsi uffate adaa oromo fi adaa arsi agarsiftu akka baredu rabbi sii haa qajelchu😢😢
Kadiijaan Aadaa Arsii cabsiteerti oromoon safuu Eegata garuu ishee rifeensa ol dhaadee waan maal oromoo maal jetee haasofti
Oromoon aadaadha qabaabar
Atihortee eenyuutimee?
Ahiiiiiiiiii !!!!!
Yaagantuu!!!!
ati rabbiikheet ganteebar!
Cimtuu keenya! eebbifami!
Oromoon bayyeen hardhas gowwummaa baay’etu irraa mul’ata.
Intala maqaa isii laaltanii “maqaa jijjiiri! Astagrullah!” Jettanii haqqisaa ooltu. Teetiyyuu hin beektu! Warri Baayyeen biyya alaa teettanii orma adda addaa waliin jiraataa ilma saba keessanii abaartan, arrabsitan. Hangam takka gadhummaa keessan mul’isa!
Wanni rabbii siif rabbi qofa malee waan ofii amantu huumnaan namaratti hin fe’in! Ani Baale/Arsi Muslima garuu saba kiyya ni jaaladha ni kabaja, islaama ta’ee kristiaana ta’ee Waaqeffattaa ta’ee, kan amantaa hin qabne ta’ee!
Hangam takka gowwummaa fi gadhummaa teessan qofa lallabdan.
What a shame!
Namitti tana matan sirri hin jiru 😁😁
Rabii si hadhibuu shamuxaa😊😊😊
Wanii ofiii kadoo koo italaa biiyaa koo❤❤❤❤
Habte Please Gargaaraa Adaanechitti Himaafi
Atillee Kelly Rowland Oromooti ofitti amanamuummaan kee namatti tolaa jabadhuu hawwii fi abjuu kee jiradhuu namnii dandii ofii amanuun qofa namatti murteessa ilaalcha nama biroo hin kabajuu ofi ta'uun waan hundaa caalaa ani interview kanaan ciminaa kee daraan sii argee kormee kelly teenya!
Rabbii sii haa qajelchu😭😭😭😭😭😭
Sobdee bosiim mudidhaa😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅
Qaqee show dhifamaa Naf godhi gafii siraa qaba. Gafiin kiyaa asi jetii .
yero biya alaa jirtuu dudadubeen ketiinhacee argina biyati galtee maf dhiftee 😢😢😢
Habtee jabaadhu yeroo mara dhugaaf wabii dhaabbadhu
Madaa danuu qabna
kadija tenya bashasha nam bayee si jalna qalii to ❤❤❤
Atii duraa ufii ketii. Qajelli
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤wwww kadijaa tenaa ufii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqeffannaa Amanata oromo ganamati dhugaa jette baga oromo ❤❤❤❤❤
Wow jabbadu kenyaa jabaadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Artist Jabduu teena tanaaf Addee Adanech Ababe badhassaa manaa (Kondonominiyeemii) gummachuuf qabdii ❤💚❤️
Yooyaa ❤ harkaa funee qanqee show akaami Nagoya ❤❤❤
Kaddoon akkanatti shaaaaaaaa nama gooti....❤❤❤❤
Hauzubillahi mallikuni martuun kunii😢😢😢😢
Kadijjaa! Jabduu keenyaa rabbi siin haaeebbiisu!
Habtee kenyaa bayyee sijjalanaa bayyee sikabajnaa qali kenyaa nufii jiradhuu atii jabaa namaa
Habtish jabaadhu ati qaalii oromooti. Warri jaalalli paartii siyaasaatiin jaameetu si qeeqa. Ati kan oromooti.
Maalo of stress manta kee sirefadhu
Bagaa anii waaqeffattu jette maqaas jijjiradhuu akkas siif woyyaa
Kaduu Teenna jabduu teennaa!!! Osoo Kan falfaluu falfaluu ka horu horaa jabaadhuu!!
Sareen dutteef Gaalli deemsa isaa hin dhiisu!!
Rabbin sehaqejelichu
Ppppppppp yoonaa Thank You fi very good Male ingiliziin biraa hin jirtuu Cittoo
Jiradhuu habibittii qashittii tennaa
Lahawli wala quwaata illaa billahi rabbii adunyaa fi Akkiralee nuun hongeessin Itaala Hajiiti maqaan kadijaa Amantiin kafiraa Hasbii Allah rabbiin si ha qajeelchuu Obboleeyaan qur'ana rabbi ha baraanu wallah obboleeti tiyaa waa beeka jeeta male beekumsara ZEROODHA wallah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Sheexan maqaa kadijaa haajii jedhuu sana lafaa kahii ibiliis 🤪🤪🤪🤪🙄🙄🙄🙄🙄
Namnii Muslim tahee dhaltee akkamtii akka dhirratti matta ol dhabdee uuuuuuuuuuuuuuuu nama gadisistaa Rabbii si haa qajjellchuu maqaakee jijiradhuu
😂😂😂😂😂 maraatuu
Rabiin sii haa qachelachu walyii amataa qayaretii
Mee jijirate waqefatudha
Bagaa fayyiiitee ❤❤❤❤❤❤
Hadhafi afaani banii hagaa boruu azibini afanii sii basisufii😮😮😮
Akkam jirti tun😮
Maal kun shexana😂😂😳😳
Haftamu obbo eebatiin wol naqunamsisi
Waan sirra gaye baayyisee nama gaddisiisa. Warri sirratti dabee itt gaafatamuu qabu. Ammallee waan siif malu tauu qaba.
Haay ganduma😢😢 dhuga gandumaan esumaanu nuhin gesu😢
Oromttit intalaa Abbaa Gadaa Jebaadhuu jiraadhu❤
Kolifi ishee maa namati tolaa😂❤❤
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉Waawooo❤
Ufanii eshee bayye bareda ❤❤❤❤
Rabin si Haa Qajechuu namitii rabinkase
Dubartii Jabduudha, jiraadhu bara 1000 Kado
Kun akka waan sheyxaani kabalee maalif iyyiti 🙃
Sanuu waaqeefanaa ergaa taatee maqaa kanallee eidt godhi 🙃