Sister Abbaa mana keeti distii hin kennine yoo ittoon hin jirerre barbaredhan kennif male garuu moo dhirti biyya keenyaa Kun maalif dubarti garatti battuf hin yaadne
seraan pirankii godhii hin tanee inni kunnii nama dadhabee akkamitti qonqon qaxataa attii kan bira immoo osoo hin kadhatiin nyaatan sirri mitti barechaa hojadhaa
Dhifama naaf godhi Abba mana kee kabajii qulqulinan godhadhu funyan kee qulqulefadhu❤❤❤
Omg funyaan ishee moo yoom ilaalte nabsu ayi namaa
@@meronkiflu8162 ♥️♥️♥️💯🧎🥳🥳🥳
Funyaan ishee maali tahee
Video kessatti dogogora bayyettu jirra sirefadhu ani nama arbsu nama gorrsa malle worroni arbsittani offi qusadha ❤❤❤❤❤
Dhugaa rabbi namatii toltuu walif isin haa dhisuu ❤❤❤❤
Hamaa shayii dafistuu maa waxii nojenee jedhee 😂😂😂😂😂 garuu pirankii baredaa hojedhuu yeroo inii alaraa dhufuu nyataa piranki godhiin kabaajiii dhifamaamo😢❤❤❤❤
yaa waar komntii Akatii namaa hin Arbsinaa namaa dogongoree gorsaa malee hin Arbsinaa miskinaa kiyaa naa martee dhugaa micoon
Namni kenyaa mudda walirati lakka,u bayisa qawwa argate jenani achumani afaan dhoqee sani gad guru qofa yonna dadhabdeetu manka fuchuu garaa qabdii 😢❤
Dhugaaha raabbii umiridheradhaa❤❤❤❤
Dhifaama waliin oromon kenyaa bettanii youtube hiin daladanii me jaraa amara iraa fakenyaa fudhadhaa atii fan amaa qulquliina hin qabduu saniifu yeroo youtube daladuu of totolchii dalagii❤❤❤❤❤❤
Dhugumaa jette lubbe koo.👍👍💯💯💯💯💯💯
Maali ijoolee dubarati harkan waaxii qicu safuu abboo 😊😊😊😊
Adaraa seeraa harikanii ittii naa qinnii seeraa godhuu umataa mataa rukutammaa hin aribsinaa mee
Jabadhuu qashitii koo bayee si jaladhaa❤🎉
😂😂😂😂akka nama keessumummaa dhufee kootii baatee nyaata eegaleka soorsaan maal harkaa hin fuutuu tigo hojiikee😂😂😂😂😂
Ufuf miskina kana sirratan qabadhu hadho koo dhirri yoo nyata sirrata argate sirratti hin fudhu
Subanallah 😂😂😂😂 mankaa hin qabanii😮😮😮
Sister Abbaa mana keeti distii hin kennine yoo ittoon hin jirerre barbaredhan kennif male garuu moo dhirti biyya keenyaa Kun maalif dubarti garatti battuf hin yaadne
Waayiiii hadhaaakooo maalooo kuniii maaaliiikaaa😂😂😂
Tiiii wasakaa wayii😅😅😅
😂😂😂😂kkkkkk❤❤
Oddo abba mana kiyyaa ta e kabaladhan lafa naa busaa
@@TolashiAddunya ♥️♥️♥️😂
😂😂😂
Eee badee annale akkanuma ta'aa gaffaa galee lataa😂😂😂😂😂
Ebade oso jarsa koo ta.e na dhamanase 😂😂😂😂😂😂
Garu ati daanno roggedhaa mitii
Videooʻ keeee luubbuuu sireefadhuu dhugaaa baayee dogogoraa qabaa xiqqqoooo akka yeroo jalqabatii baranotaaa nuf darbasaa turteetiii godhii maaalee wan akkas dhisiii dhugaa waqaaa yadaakotii kun kodee
Shashi o.aa hin dhuganii mucaa
kee garii miti luubbu ❤😂
Prank jettee waan dabbaru how n hojjetin abbaa manaa Kee kabaji dhiirri miti distii duguugachuu yoo yeroo waxiin dhume sagalee call lfaan hudduun biradistii tuqeyyuu hin aara lammatammoo maaf killee hojjette harkaann keessaa gad harta maankaan hin qabduu nama dabbara
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Qoshasha wayyi jalqabaa abba mana ke kabajii 😢😢😢😢😢
Obolti ko ani midhan harkan iti dabarsan kana naa cufa 😕🤗
❤❤
Dhifama naaf godhi abbaan manaa kee yeroo hunda maafi funyaan isaan hoqodaa
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Malii kuni😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮
Qoyii carqiinumtii tirii jala kaayyamtu kun maalii yaa 70😂😂
Kamerati Akka mulatuuf nati fakkate yoo ufataa jala futee hin mul'atu lataa😢
dhifaama qulqulinaa egaadhuu namni akka si hordofuuti harkaan xuquu dogogortee😮😮😮
Maati naaf ta'a obbolotta koo nagenyi sinif haa ta'u
Kotu walijabesina❤
@TiyaaGIRmAaTADESE eshii
seraan pirankii godhii hin tanee inni kunnii nama dadhabee akkamitti qonqon qaxataa attii kan bira immoo osoo hin kadhatiin nyaatan sirri mitti barechaa hojadhaa
Hojiikee nyadhu 😊😊
Atii garuu homaa omha barataa garuu 😏😏😏😏
Garuu jarsi Kee miskina lamuu prank akkana hin godhiin
Tish harkan lwstaa qoshasha😂😂
Garuu muca ati essa biyyakee biyya keenyadha
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkk😮😮😢😢
Hojii kee nyadhuu
Soresaa dhifama guyyaa dhumaa hunda fun yaani kee maa goragoritaa icii anicufasi video gubati hin tunin gaadi bayi tufii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😂😂❤❤
Saree naan baredaa ofii setaa
Ani homaa hin jedhu 😢😢
Mafii jarsaa kee xinessittaa
Icci mal mankaa in qabduu bosettii akkam namaa dabartaa
Nyata yero nyaatu harka itti hin hurgufin sirri miti sirafadhu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Anii naamaa harkaraa nataa nataraatii hurgufuu hinjaaladhuu hojii kee Siireefaadhuu jaarsaakee kaabaajadhuu
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅🎉🎉
Atii forooqee wayiitii siriin kee heecii
Bayyee namaa dabaraa dhugaa malii yoo akkaa dubartii gobbosii qabaa jedhan wayyaa😮
😁😁😁😁😂😂🙆🏽♀️
Habibitii oromon wolii cabsuu malee wolii gorsuu hin bekuu qulqulinaa kee egii😢😢
Mati naaffii taa ii kodeekoo
Namichi obsaa qaba
😊😊
Comment 😢🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
😂😂😂😂😂😂👍👍👍👌👌😘😘🙏🙏🙏
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
boco boce wayi fakati😂😂 mal kun
atii dhugumaa biyaa arabaa hojatee balagee kameraa keechee harkaan bupaa bideniraatii bastaa tiish
Abboo waan fokataa hin dalagiin
Uuuuuuuu hin dabaraa hojikee isayuu harkaan gotii mai kuni qulqulinakee egadhuu
Orokoo mati naffi ta.ii❤❤❤
🫶🫶🫶👌👌👍👍
Gudii.kuniis.😂😂😂osoo.j.koo.tahee.ijaan.narukutaa.😂😂😂😂
Nama hundatu sii lalam sorsa itti himi
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤🎉🎉
😮😮😮😢😢😢😢
😅😅😅
😁😁😁😁😁😁😁😁😁♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😅😅😅😅❤❤❤❤
Dubartin waxii harkan qicatu malii???
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😄😄
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😮
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Mana keessanii maaliif baatanii dhugaa waaqaa video hojjedhaa ta'uu baannaan si inaan jibbaa foon haadhako😡😡
😅😅😅😅😅😅👎👎👎
Isi wasaka dhuga rabi atii🤮🤮🤮
Uuuuuuuu hin dabaraa hojikee isayuu harkaan gotii mai kuni qulqulinakee egadhuu
😅😅😅😅😅😅😅😅
🫢🫢🫢🫢🫢🫢
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤🎉🎉
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
Uuuuuuuu hin dabaraa hojikee isayuu harkaan gotii mai kuni qulqulinakee egadhuu
😂😂😂😂😂
😂