ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Anii Isaa atti haadha Kee piraankii gotee boosiste sanarati sitti areen turee dhiffamaa naf godhi bucheekoo waaqayyoo moo si haahikuu❤
dhiisi giiftikoo namni cabsa namaa malee gaarummaa namaa hin dubbattu hin booin bakka guddaa geessa gaaftokko jabaadhu hojjedhu hojiike❤❤
Uff obsii, bishaan ,ashaaboo, lommii, qulubbii adii ittin dhiqaadhuu 😢😢
Nagaan waqayyoo sif haa bayatuuu Hadhakoooo atii dhisii namanii waqayyoo nama hin arabasuu atii jedhaa nama hin.dhageftanii ykn ilalalii eshii hadhokoo❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤ tigisti dhiisi naareetiishii miidiyaa irratti yoo baane arrabaas waan hundumaa danda'aniiti dabarsu arraba arrabaan hin deebisan galatoomaa warra arrabsitan jedhii galata galateeffadhu
Dhiisi haadhoo koo worraa mataa furii waandhi nagaan sihaa hiiku hin aarin worra sin geenetu si arrabsa😢😢
Jechaa nama mataa furri Lalte hin arnii bareduu❤❤❤❤❤ suni nama si inaafuu
Nagaan siif haa tahu lubbuu koo adaraakee in aarin jabaadhu hojii keeti isaa gaariis isaa hamaas simaadhu amshir giifti koo ofii amansiisi fayyoo jaalala ilaali maaloo akkatti isheen obsituu obsii atis😢😢😢😢
dhiisi jechi nama guyyaa tokko homaa sin godhuu lubbuu ❤❤
Maati naafi ta'aa mee Oro ko warii jirtaan hundii keessanu❤🎉
Nafisi matii naa tayii❤
Dhiisii luubbee koo Waaqayyoo isaniitti yaa Araramuu tigee tufadhuu tii dhiisii😢😢😢😢
Waraa.sii.arabasesi.wara.wanii.garii.sini.jedhesii.ebisi.tigee.waqayoo.abarasa.abarasani.debisi.hini.jedhu.wara.garii.gadisifitaa.ruzii.arabaa.ofiti.araa.inaa.jetuu.ijoleni.hunidinu.sitii.gaduu.jalanee.ruzii.araba.ini.aranu.obisii.midiya.iratii.obisaa.qabachu.qabidaa❤❤❤❤
Dhisii obboletii koo atii umataa kana jalaa hin bayii silaa malii godhuu mitii Abbaa mana isaa kesatii akkaa baradee jirachuu dananadaa dhisii atii 😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Abshirii giftikoo waqayyoo gooftaan dinotaakee iraa sii haa dhabuu qabenyaanisii gutuu sii haatasisuu waqayyoo jabadhuu hadhokoo Hindarbaa hundinuu. Waqayyoo gooftaan sii haa fayyisuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Atii sirayii muladhuu yaa hadhaa bukoo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Namafi bakkaa in keenini hadhoo koo ❤❤❤❤❤anii otuu siti imee waa koo dhugaa namni tokko tokkoo siri mitii 😢
Ayizo lubbeekoo hin boo'in hin aariin obsi dhugaa nan boo'e siwajjin,😢😢😢😢😢 waqayyo nagaan sihaa hiiku waanti ta'u hunduu gaarumafi bor jirenyikee harka waqayyon siif jijirama, haadhookoo
Gaaraa nyataa dhugaa rabbii
Dhisii.lubiyee.yadaa.hasoftii.hasoftee.dadhabuu.ofin.dhistii.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Naf tate dhugaa jechi kee lubu tiya sarefi gadheen duba nama nyati 🎉🎉
Hadhoko Ani gubaadhee mucaa kuni gaara nayaatee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Jechaa namaatif iddoo keenin qaalii too 😢😢😢😢abshiir ❤️❤️❤️rabbin nagaan si ha hiiku dhiisi ati😢😢❤❤
Jechaan namaf bakka hin keni lubuukoo hadhokoo siin jalladha dhugaa❤❤❤❤
Rabbii nagayanii sii haa hikkuu attii jechaa namattii bakee hin kennini qallii namma abishir
Hin arrabsiisaa oromo pls❤❤😢
Maati naafi ta'ii mee lubbuu ❤
dhisii giftii ko dubii namaa ❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Rabbin nagahan sii haa hikuu atti wora comment hin laalin ummani midiyaa nama maracha atti comment badaa hin laalin irraa durabi onoleetti koo Amshiri
ammasi dhisii qarii qofa laali Rabbin sii haa laafisuu waani sitti jabate hundaa qashaati
Dura wani gari fidi mee nama arbsuun dura guyya tokko wan 😂😂😂😂😂
yaa wora comeetii dhisaa arabisaan malee isiinin jetee yoo isiinif taaheene ilailaas baareessanasi nama homaa fedhe fi homaa biraa qabuu nama jedhaa habibiti koo namani nama arabisuu ofifi badaa malee ati homaa tatuu qaaliyee tahaa ati utuuma argituu dhisii woraa siha arabisuu raabbiin jaara haa qajalchuu malee jenaare😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Dhisi hadhookoo homa miti kooddekoo ebbifaami hubatukoo hin abarin dhisi irra darbi kristanoni duru inafamuu siti inafteti jabadhu ati
Dhugaa.dhisii.komitii.jabadhuu.atii.lubukoo.❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉waqayoo.naganii.sihakuu.tirukoo
maloo,obsi,lubuu,koo,magaja,martuu,maqa,nama,bale,chaa,kani,yoo,biyyi,jiru,lukaa,dhiqatee,olee,tuu,maqa,nama,balecha,atii,obsii,watii,hudutu,hin,daraba,waqayyoo,naghani,sii,haa,hikuu,abba,koo,siwjini,hatuu,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
Maloo dhisaa mal si gotee 😢Ati iddoo itti lalatini❤❤
Dhisii habibti tiyaa ati hin ariin namnii ulfaa hin aruuu ariin sifgarii mitii nutii sijalana ❤❤❤❤❤
❤❤
Obo wori komenti hin arbsina Rabbi sodadha mucayon gara nama nyati dhisa aka biya araba keessati madami wolin jiranu nutu beka isin kabaja qabdi aba wora ufitin ega woli tani maltu isin galchi ❤❤❤❤ tigisti wora si arabsu wolin hin dubatini dubata salphisun jala caldhisu jete oromon yoo mamaktu
Dhisii giftii koo hin gaddin waaqayyo nagadhaan siha hiku ❤❤❤❤ ayzosh dhiisi
Ufii garaamikoo baredukoo dhisii jechaa namaa hadhokoo lubukoo❤❤❤ jabaadhuu tokitikoo❤❤❤
Midiyaa hojeechuuf obbsaa sii gaafataa komeenttii namaa tufaadhuu dhiisii vidioo qulquliinaa qabuu hojeedhuu waan midiyaaraa dhuufuu hin qabnee midiyaaraa hin fiidiin piraankii dhuukee eraa kaasii jaarsaakeeraa yeroo nyaataa hojeetuulee argiisisii waan hojeetuu toko xiyeefaanaan hojeedhuu namaaf maalsii laatiin jaabaadhuu amaalee❤❤❤🎉🎉
Waqayyoo nagaan sii haa hikuu❤❤❤❤❤❤atii namaa goftaa qabbudhaa hin dharinii😢😢😢😢😢😢
Atii jechaa namaa hin dhagahiin hojikee hojedhu sii hinafaaniituu lubee❤❤🎉🎉🎉
Tiguu kayyoo kee qofaa lali ati baredu koo namni kenyaa esaan gadii sii bufna jedhe bola namaf qota ati namaf botaa hin latiin isaanif deebii moo nan badee kaa jaladhu abboo ati❤❤❤🎉🎉🎉 tigiti jabdudha dhugaa
Waqayyoo nagaan sii yaa hiku azooshii atii nabsii😢
dhisii qashtiyyee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhisii saruko hundumtu dubii arraba isati in gafatama❤❤❤❤❤
Maal hundumaatuu qeeqaamaam gaaruu moo guyyaa tokko wara midiyaaraatti shintibeetii dhiqiin maalii hundumaatuu isumaatuu hojjecha jiraa ofi keetis hojjechaa turte bareedduu akkaasin jedhaamuu tole dhifama garuu Debbi hin deebisin gaafaa deebiftuumoo itti yaadii si duwwaa qeeqaamaa miti 😮😮😮😮😮
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢dhisi lubbuukooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayo، sihamaru,oboletito❤
Uuuuuuuuuf😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤ Ammmmeeen hadhoo in arin ati maloo
❤❤❤❤❤Dhisii waqayyoo jirraatu fadhuu
Wan garii intanee yeroo sitii imaan malif artaa waumaa video seran inwaaramneef namnii yoo sitii imaan irraa hanqinaa kee oflalii ofsireesuu yaalii
Kan jireenya biyya keenya Nama cinqura Kan umani komenti kun Nama cinqu Akka waa Nama godhani obsi oboleti koo atti ❤❤❤❤
Nami gaarumaa nama dadhabetudhaa dhisi Qaashitikoo
Dhisii. Qashiti gadhen akkasuma. 😭😭😭😭😭😭
Dhisii hadhoo koo obsii namanii waani jedhuu hin dhabuu jabadhuu hojii keet atii uffi😢
Mucoo Kana hin arabisini hadaraa🥺🥺🥺😭😭😭❣️
dhisii lubbuu jechaa namaa hin lalin gafaa kometii namaa dubisuu egaltee
Nagaan sif haa ta,uu obboletii akkam nagaakedhaa atii bagaa nagaa tatee tolee yadaakee kaana namootaa bayyetuu laala wan ta,eef warotaa sii arrabsaan blok godhii of jalaa basii malee amma kanaa dubbachuu siraa egamoo karaa tokkoo kiristanaa ofin jetaa jechii atii dubbatuu kun amantaa kenyaratii tufii fidaa kanafuu wan hundaa obsii garuu yoon balesee dhifamaa naa godhii
Maqa Iyesusini mali Arbnike Hadhoko Dhisi ebbisii Ati mali mati 😢😢😢😢😢😢 Safuu
Duraa miidiyaa gubaati yeroo ol baatu araaba danda,u qabda akkasumas jechaa ilmaa namaf debbii kennuun gaarii mitii dogoggorra hojjeette jirta Ati nama lubbuu lamaati yeroo kanaati waaqa kadhaachuu qabda nagaan naa hiikkii jechuu qabda ture hundaafu rabbii gaarii hin gonne atis debbii hin debbiisin waan gaggarii sirraa egnaa waan sirraa baraanu kanaaf araaba dhiisi
Dhugaa jette lubbu
Dhiisi ati hojii kee hojeedhuu haadhoo koo namaa jechuun hin ulfaata dhagaa caala😢
Nama nama dhibee abbama bekkaa obsii lubbuu koo
Dhisii atii jechaa namaa Yada gadii bu'aa tifi jetee waani badaa hin jedhii dhisii namani naa arabasuu ta'a ufiifu hin bekuu ❤❤ namani naa arabasuu faidaa hin qabuu
malitaate hadhokoo❤❤❤bareduukoo❤❤❤ obisituukooooo
Dhisii atii bareduu koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ atii hundaaa calataa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhisii atii lubbuu kanfii jetee hin harnii❤❤
Ati maalii rakatee wani barnadanii yaa jedhanii kan deebii deebisufii❤❤😂
Dhifamaa godhiif hadhoo koo . Dhissi hin arbsiin .Namni waan barbaadee haa jedhuu jecha nama hin dhaga'in
Ati dhiisi dina kee ebbiisi jeedha dubbin waqaayyoo naman waan faacafate hamata lubbuu
👍👍👍
Waani hamaa waani garri debisif atii hin arbsiin dirqamaa danda'uu qabaa hadhaa koo akkasi mitii dhisii
Amchiir jechaa namaa dhisi Ati Aka ofiti bulluu mallee Aka olatiin hin bulanii hudi hin darbaa rabbiin si ha fayisuu
Hin bohin lubuu Haa hasawani sabi siraa dhiqaranii😢😢😢
Atii maafi idoo itii laata waara hakaasi namnii namaa haraabsuu Amaaketuu in geesu kaana bekii Kaan ofii kaan in beneetu kaan namaa odeesaa in hariini Atii❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤lubbuuukooo dhisiiii ammas ommaaamitti
Abshirii jechaa namaafi baakaa hin keninii❤❤❤
Siraa bahee siraa buu didee
Dhisi atti warra si harabsu😢😢😢😢😢😢
😢😢gara kees dhufanii,!!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu lubbuu koo
Yaa raabii maalumfi na arabisitu safu😢😢😢
Uufu Dhugaa Atu Naa Jibisiste Arabbake Mali Isani Sii Arbsani Suni Hin Gammadu BariAti Kometi Nama Dubifta Tanani Video Baye Hojechu Hin Dadesu Dhugaa Isa Gari Bamni Si Baresu Ebbisi Darbbi Isa Wani Hin Tane Sii Barsumo Tufadhu Darbbi
Dhugadhaa Lubiyee dhisii atii in boinii😢
Akkm olite hadhoo koo dhiss ati itti in qabaami ni gobaazi koo in bo'in
Maloo dhisaa warii arbisitaa 😢😢😢
Faayyitee hadhookoo jirtaa
Tigist video nibabroo hojjetee San ani siif baresse garuu atti waan badatti fudhatee lataa ana Yoo tahee Kan sii arbsee NAAF baresii giftii koo maaf baressii tole ❤
❤❤❤waan fetee hojjedhu atti lubuuu
iboynidhisilubuaizoshii😢😢😢😢😢😢😢😢waqayonagasiyikuuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Jecha.namafa.ido.kenini.rabin.nagan.siyaiku❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhisii bareeduu koo atii hojii keetiti jabadhuu ❤❤
Dhisii lubbiyyee tiyyaa ❤❤❤❤❤❤
Dhissii Tigoo garraa na nyatee❤❤
Dhisii lubee Koo atii hin arinii ati jabdudhayuu dhugaa garatii bachaa Kani wantaa hundaa hojatatuu Kani dhalee hin beknetuu hasaa Kani garati batee bekkuu Sila akkana hin jedhuu
Dhifaama naf godhii adaraa waqayyoo kaleesa wan ta,e bareesera adaraa adaraa fulaa waqayyoo durati Dhifaama sin jedha ok
Jabadhuu kan namaa hiin laliinii kaan waqayoo wayaa
Dhisii atii bareduu kooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qashtii ruzii madamii ofitti haraa jettem kayyof jenne ofitti harra malee waa biraf miti atis kessa darbitee kanaf waa,ee mana madamitin isa nama xuqxuu dhisii bayye nama arsitaa waqaa kan biyya baneef tokko of jijjiruf tokko maatii keenyaa gargaruuf biyya banee kanaf warra mana madamii jette isa nama arrabsitu dhisii warra sii arrabsanis ta,ee ati arrabsiteef sin dhisanii ittuma sitti cimuu malee dhugaa isarra galatomaa warri naa arrabsitan yoo jette gariidha kanaf jechaa gaafa naman jettu ilalachaa naman jedhii eshii
Isaa isheen jettee araabsitee kanaa caalaa ishee hin araabsinee warrii araabsaani,osoo beektee araabicharaa waa baraati turee,isheen garuu homaa hin galleef dhugaa,keessaa bateef albaate haa dhabaanni jedhaani,isaayyuu of jajjii baay'ee
Dhiisii qaaliiko ❤❤
Ijoolee malifi arbistuu dhugaa gari miti malifi jenani garaa qabdi sochahuu hin dadamuu ulfaa yoo tahani tigoo ati hin arbisi dhuga infatuu akkana namaa godhaa
Dhisii lubbuu adaraa waqqayyoo
Nagaan waaqayyoo siif haata'u! Calqaba irratti sababa mana keeti baatee nutti himi jedhee irraa deddebi'ee si gaafachaa ture kun yoo si gaddisiise dhiifama jechaa yaada koo kana dubbifadhu. Maal seete obboleeko lafa kanarratti hundi nama hin jaallatu hundis nama hin jibbu yeroo tokko deebii kennite lammaffaa tuffadhuu darbi namni nama arbsuu sammuun isa dadhabaadha ykn immoo jireenyuma kee kanattuu inaafaniitu ta'a si qofa miti midiyarratti kan arrbsamu hin dubbatan malee kanaafu tiguu jabaadhu yuutub kee jabaadhu hojjedhu waaqayyoo nagaan si haa hiiku abbaa manaa kee wajjin jaalala siif haa kennu maatii ke siif haa jiraachisu! Ani video keessaan bayyee jaaladha natti toltu❤ lammaffaa bossee beekkadhu ati cimtuudha bareedduu koo❤
Anii Isaa atti haadha Kee piraankii gotee boosiste sanarati sitti areen turee dhiffamaa naf godhi bucheekoo waaqayyoo moo si haahikuu❤
dhiisi giiftikoo namni cabsa namaa malee gaarummaa namaa hin dubbattu hin booin bakka guddaa geessa gaaftokko jabaadhu hojjedhu hojiike❤❤
Uff obsii, bishaan ,ashaaboo, lommii, qulubbii adii ittin dhiqaadhuu 😢😢
Nagaan waqayyoo sif haa bayatuuu Hadhakoooo atii dhisii namanii waqayyoo nama hin arabasuu atii jedhaa nama hin.dhageftanii ykn ilalalii eshii hadhokoo❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤ tigisti dhiisi naareetiishii miidiyaa irratti yoo baane arrabaas waan hundumaa danda'aniiti dabarsu arraba arrabaan hin deebisan galatoomaa warra arrabsitan jedhii galata galateeffadhu
Dhiisi haadhoo koo worraa mataa furii waandhi nagaan sihaa hiiku hin aarin worra sin geenetu si arrabsa😢😢
Jechaa nama mataa furri Lalte hin arnii bareduu❤❤❤❤❤ suni nama si inaafuu
Nagaan siif haa tahu lubbuu koo adaraakee in aarin jabaadhu hojii keeti isaa gaariis isaa hamaas simaadhu amshir giifti koo ofii amansiisi fayyoo jaalala ilaali maaloo akkatti isheen obsituu obsii atis😢😢😢😢
dhiisi jechi nama guyyaa tokko homaa sin godhuu lubbuu ❤❤
Maati naafi ta'aa mee Oro ko warii jirtaan hundii keessanu❤🎉
Nafisi matii naa tayii❤
Dhiisii luubbee koo Waaqayyoo isaniitti yaa Araramuu tigee tufadhuu tii dhiisii😢😢😢😢
Waraa.sii.arabasesi.wara.wanii.garii.sini.jedhesii.ebisi.tigee.waqayoo.abarasa.abarasani.debisi.hini.jedhu.wara.garii.gadisifitaa.ruzii.arabaa.ofiti.araa.inaa.jetuu.ijoleni.hunidinu.sitii.gaduu.jalanee.ruzii.araba.ini.aranu.obisii.midiya.iratii.obisaa.qabachu.qabidaa❤❤❤❤
Dhisii obboletii koo atii umataa kana jalaa hin bayii silaa malii godhuu mitii Abbaa mana isaa kesatii akkaa baradee jirachuu dananadaa dhisii atii 😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Abshirii giftikoo waqayyoo gooftaan dinotaakee iraa sii haa dhabuu qabenyaanisii gutuu sii haatasisuu waqayyoo jabadhuu hadhokoo Hindarbaa hundinuu. Waqayyoo gooftaan sii haa fayyisuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Atii sirayii muladhuu yaa hadhaa bukoo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Namafi bakkaa in keenini hadhoo koo ❤❤❤❤❤anii otuu siti imee waa koo dhugaa namni tokko tokkoo siri mitii 😢
Ayizo lubbeekoo hin boo'in hin aariin obsi dhugaa nan boo'e siwajjin,😢😢😢😢😢 waqayyo nagaan sihaa hiiku waanti ta'u hunduu gaarumafi bor jirenyikee harka waqayyon siif jijirama, haadhookoo
Gaaraa nyataa dhugaa rabbii
Dhisii.lubiyee.yadaa.hasoftii.hasoftee.dadhabuu.ofin.dhistii.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Naf tate dhugaa jechi kee lubu tiya sarefi gadheen duba nama nyati 🎉🎉
Hadhoko Ani gubaadhee mucaa kuni gaara nayaatee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Jechaa namaatif iddoo keenin qaalii too 😢😢😢😢abshiir ❤️❤️❤️rabbin nagaan si ha hiiku dhiisi ati😢😢❤❤
Jechaan namaf bakka hin keni lubuukoo hadhokoo siin jalladha dhugaa❤❤❤❤
Rabbii nagayanii sii haa hikkuu attii jechaa namattii bakee hin kennini qallii namma abishir
Hin arrabsiisaa oromo pls❤❤😢
Maati naafi ta'ii mee lubbuu ❤
dhisii giftii ko dubii namaa ❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Rabbin nagahan sii haa hikuu atti wora comment hin laalin ummani midiyaa nama maracha atti comment badaa hin laalin irraa durabi onoleetti koo Amshiri
ammasi dhisii qarii qofa laali Rabbin sii haa laafisuu waani sitti jabate hundaa qashaati
Dura wani gari fidi mee nama arbsuun dura guyya tokko wan 😂😂😂😂😂
yaa wora comeetii dhisaa arabisaan malee isiinin jetee yoo isiinif taaheene ilailaas baareessanasi nama homaa fedhe fi homaa biraa qabuu nama jedhaa habibiti koo namani nama arabisuu ofifi badaa malee ati homaa tatuu qaaliyee tahaa ati utuuma argituu dhisii woraa siha arabisuu raabbiin jaara haa qajalchuu malee jenaare😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Dhisi hadhookoo homa miti kooddekoo ebbifaami hubatukoo hin abarin dhisi irra darbi kristanoni duru inafamuu siti inafteti jabadhu ati
Dhugaa.dhisii.komitii.jabadhuu.atii.lubukoo.❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉waqayoo.naganii.sihakuu.tirukoo
maloo,obsi,lubuu,koo,magaja,martuu,maqa,nama,bale,chaa,kani,yoo,biyyi,jiru,lukaa,dhiqatee,olee,tuu,maqa,nama,balecha,atii,obsii,watii,hudutu,hin,daraba,waqayyoo,naghani,sii,haa,hikuu,abba,koo,siwjini,hatuu,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
Maloo dhisaa mal si gotee 😢
Ati iddoo itti lalatini❤❤
Dhisii habibti tiyaa ati hin ariin namnii ulfaa hin aruuu ariin sifgarii mitii nutii sijalana ❤❤❤❤❤
❤❤
Obo wori komenti hin arbsina Rabbi sodadha mucayon gara nama nyati dhisa aka biya araba keessati madami wolin jiranu nutu beka isin kabaja qabdi aba wora ufitin ega woli tani maltu isin galchi ❤❤❤❤ tigisti wora si arabsu wolin hin dubatini dubata salphisun jala caldhisu jete oromon yoo mamaktu
Dhisii giftii koo hin gaddin waaqayyo nagadhaan siha hiku ❤❤❤❤ ayzosh dhiisi
Ufii garaamikoo baredukoo dhisii jechaa namaa hadhokoo lubukoo❤❤❤ jabaadhuu tokitikoo❤❤❤
Midiyaa hojeechuuf obbsaa sii gaafataa komeenttii namaa tufaadhuu dhiisii vidioo qulquliinaa qabuu hojeedhuu waan midiyaaraa dhuufuu hin qabnee midiyaaraa hin fiidiin piraankii dhuukee eraa kaasii jaarsaakeeraa yeroo nyaataa hojeetuulee argiisisii waan hojeetuu toko xiyeefaanaan hojeedhuu namaaf maalsii laatiin jaabaadhuu amaalee❤❤❤🎉🎉
Waqayyoo nagaan sii haa hikuu❤❤❤❤❤❤atii namaa goftaa qabbudhaa hin dharinii😢😢😢😢😢😢
Atii jechaa namaa hin dhagahiin hojikee hojedhu sii hinafaaniituu lubee❤❤🎉🎉🎉
Tiguu kayyoo kee qofaa lali ati baredu koo namni kenyaa esaan gadii sii bufna jedhe bola namaf qota ati namaf botaa hin latiin isaanif deebii moo nan badee kaa jaladhu abboo ati❤❤❤🎉🎉🎉 tigiti jabdudha dhugaa
Waqayyoo nagaan sii yaa hiku azooshii atii nabsii😢
dhisii qashtiyyee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhisii saruko hundumtu dubii arraba isati in gafatama❤❤❤❤❤
Maal hundumaatuu qeeqaamaam gaaruu moo guyyaa tokko wara midiyaaraatti shintibeetii dhiqiin maalii hundumaatuu isumaatuu hojjecha jiraa ofi keetis hojjechaa turte bareedduu akkaasin jedhaamuu tole dhifama garuu Debbi hin deebisin gaafaa deebiftuumoo itti yaadii si duwwaa qeeqaamaa miti 😮😮😮😮😮
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢dhisi lubbuukooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayo، sihamaru,oboletito❤
Uuuuuuuuuf😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤ Ammmmeeen hadhoo in arin ati maloo
❤❤❤❤❤Dhisii waqayyoo jirraatu fadhuu
Wan garii intanee yeroo sitii imaan malif artaa waumaa video seran inwaaramneef namnii yoo sitii imaan irraa hanqinaa kee oflalii ofsireesuu yaalii
Kan jireenya biyya keenya Nama cinqura Kan umani komenti kun Nama cinqu Akka waa Nama godhani obsi oboleti koo atti ❤❤❤❤
Nami gaarumaa nama dadhabetudhaa dhisi Qaashitikoo
Dhisii. Qashiti gadhen akkasuma. 😭😭😭😭😭😭
Dhisii hadhoo koo obsii namanii waani jedhuu hin dhabuu jabadhuu hojii keet atii uffi😢
Mucoo Kana hin arabisini hadaraa
🥺🥺🥺😭😭😭❣️
dhisii lubbuu jechaa namaa hin lalin gafaa kometii namaa dubisuu egaltee
Nagaan sif haa ta,uu obboletii akkam nagaakedhaa atii bagaa nagaa tatee tolee yadaakee kaana namootaa bayyetuu laala wan ta,eef warotaa sii arrabsaan blok godhii of jalaa basii malee amma kanaa dubbachuu siraa egamoo karaa tokkoo kiristanaa ofin jetaa jechii atii dubbatuu kun amantaa kenyaratii tufii fidaa kanafuu wan hundaa obsii garuu yoon balesee dhifamaa naa godhii
Maqa Iyesusini mali Arbnike Hadhoko Dhisi ebbisii Ati mali mati 😢😢😢😢😢😢 Safuu
Duraa miidiyaa gubaati yeroo ol baatu araaba danda,u qabda akkasumas jechaa ilmaa namaf debbii kennuun gaarii mitii dogoggorra hojjeette jirta Ati nama lubbuu lamaati yeroo kanaati waaqa kadhaachuu qabda nagaan naa hiikkii jechuu qabda ture hundaafu rabbii gaarii hin gonne atis debbii hin debbiisin waan gaggarii sirraa egnaa waan sirraa baraanu kanaaf araaba dhiisi
Dhugaa jette lubbu
Dhiisi ati hojii kee hojeedhuu haadhoo koo namaa jechuun hin ulfaata dhagaa caala😢
Nama nama dhibee abbama bekkaa obsii lubbuu koo
Dhisii atii jechaa namaa Yada gadii bu'aa tifi jetee waani badaa hin jedhii dhisii namani naa arabasuu ta'a ufiifu hin bekuu ❤❤ namani naa arabasuu faidaa hin qabuu
malitaate hadhokoo❤❤❤bareduukoo❤❤❤ obisituukooooo
Dhisii atii bareduu koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ atii hundaaa calataa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhisii atii lubbuu kanfii jetee hin harnii❤❤
Ati maalii rakatee wani barnadanii yaa jedhanii kan deebii deebisufii❤❤😂
Dhifamaa godhiif hadhoo koo . Dhissi hin arbsiin .
Namni waan barbaadee haa jedhuu jecha nama hin dhaga'in
Ati dhiisi dina kee ebbiisi jeedha dubbin waqaayyoo naman waan faacafate hamata lubbuu
👍👍👍
Waani hamaa waani garri debisif atii hin arbsiin dirqamaa danda'uu qabaa hadhaa koo akkasi mitii dhisii
Amchiir jechaa namaa dhisi Ati Aka ofiti bulluu mallee Aka olatiin hin bulanii hudi hin darbaa rabbiin si ha fayisuu
Hin bohin lubuu Haa hasawani sabi siraa dhiqaranii😢😢😢
Atii maafi idoo itii laata waara hakaasi namnii namaa haraabsuu Amaaketuu in geesu kaana bekii Kaan ofii kaan in beneetu kaan namaa odeesaa in hariini Atii❤❤❤❤❤❤❤❤
Maati naafi ta'ii mee lubbuu ❤
❤❤❤❤❤lubbuuukooo dhisiiii ammas ommaaamitti
Abshirii jechaa namaafi baakaa hin keninii❤❤❤
Siraa bahee siraa buu didee
Dhisi atti warra si harabsu😢😢😢😢😢😢
😢😢gara kees dhufanii,!!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu lubbuu koo
Yaa raabii maalumfi na arabisitu safu😢😢😢
Uufu Dhugaa Atu Naa Jibisiste Arabbake Mali Isani Sii Arbsani Suni Hin Gammadu Bari
Ati Kometi Nama Dubifta Tanani Video Baye Hojechu Hin Dadesu Dhugaa Isa Gari Bamni Si Baresu Ebbisi Darbbi Isa Wani Hin Tane Sii Barsumo Tufadhu Darbbi