yaa namaa jiduu nam deemutu waan rabiin birati si eegatu oso beeyte nama adan hin diyiduu walmaa galaati jaalalaa hin barbaadin jaalalii amal keetiraa jiraa
Jaalala kessatti dhaabatan wan akkana goote jechun akkam nama arssa setan gadi ta'anii dubbii tasgabbidhan namatti dubachu wayyaa Jaalala kessatti ariin hin barbachisa mitii. Anis jalallen koo oson ani olla ko jiru alaa dhufe achi boda mal achii goota nan jedhe lakki homa gocha hin jiru anis refan hojii dhufe achi goree jedheni na amanuu dide natti agree jecha hin tane nan jedhe achuman anis Bayye aare wal lolle sababuma kanan adda baane 😢😢
Oboletii tenaa jiruun aduniyaa tuni tiqoidhaa maqaan kee hamiziyaa Muhammed maqaa kanaa batee akkati qulaa hin demini rabbiin sodadhuu 😢 sataradhuu rifenisaa kee dhoyisadhuu haloni dawe hiriyaa tee turitee amaa esaa jirtii atilee achii dhaquu hedaa qophaa kee galitaa wlyi gorsaa obulumaa dhifama na godhii garuu homa garaa na nyateef sataradhuu garuu
Masha Allaah dhugaa jete nama nama fayadu Rabin isin godhu👍👍🤲
Jalalii dhugaa arsaa namaa kafachisaa jalachuu salaphadha garuu namaa dhugaa argachuni ni ulfataa
Laafumaa tana iraa oso badee jalalumani jedhani kuuni😢😢😢😢😢
Dhugaa ketii 😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤
😂😂😂😂😂 essatii bade
😂😂😂😂eessa bada
😢😢😢😢😢
Dhifamaa sif godhaa mitti bar Dhifamaa naaf godhiidha malee siitu arifatee dubaate dhugaa fi soba ta'u otto addaan hin bafattin
Jalaalaa keessatti namooni hedduu wali hin hubaatan dursanii murtee fudhatan
Nama sin hubannee fi dhiifama siin goonne duukaa yeroo ofii gubuun gaarii miti
Sah❤❤
Y.J. qophiin keessan baayyee namatti tola waan baayyee irraa barachaa jirra galatoomaa isin jaalanna dargaggoonni keenya osoo jaalala keessa hin galin dursa qorannoo gaggeessuufi waayee walii isaanii beekutu isaanirra jiraata
Dhiifama Namaaf Gochuun Mo'uudha Male Mo'atamu Miti Abdusalaam Biyya Magaala Bashaashaa Biyya Abbichuurra
Waqaayyoo si haa Gammachisuu obboleesaa kiyyaa 😊
Waqayyoo walitii issinni Haa hararisuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Atii dhiifa jeedhii malee isheen dhiifama maal sii gafaatii
Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu Dhugaa waaqayyoo dhiiri hangaa kana nama eguu jiraa garuu😢😢😢
Gowwaa jabbii yoo tae qofa
Si gowaan inni nama dhugatii😢😮
Sababaa namni nuu jiduu senefini abbaa da'imaa koo dhisee
Osoo innii hin fudhini fudhee naani jedhaani gargarii nuu basaani😪😪
Dhifama gafadhu ittii debihi😢
anii dhirii waan jalalan midhamu naatii hin fakatu turee ❤❤😢😢😮😮😮😮😮😮
kkk anis dhuga
atti jiratti dhabdee anii waggaa 6 guttuu janajan wal arginaa jenee lubbuun darbee anilee gubatatumaa jiradhaa rabbii walitti siin haa debisuu
Nama gaddisisa jabaadhu 😢
Nama gadisaa 😢😢garuu obsudhaa
Ara ni jira baredu ko hin dune jirun na awalte
Abishiri rabbini jabbina sifi haa kenuu😢😢😢😢
Uuff Abshiir 😢😢😢😢
Namiin dhuggaan namaa jalatuu dhummiin issaa waan garii hin dhabuu abshiir jeteen addaan namaa bassiit
Jallala dhugaa siifi qabduu jirenyaa dhufaa kee jiradhuu dhugaa osoo wamaa fedhee ballesite dhugaan sii jallati tanani wagaa 3 mitii torbee tokko tesuu
Barnoota gaarii dabarsa waan ta'eef jabaadha itti fufaa
😢😢😢😢😢uuuuuuuffffff waqayoo walitii isiin hadebisuu ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa bayye nama gadisisa waqinii jalalaa woliti isiin haa debisuu abshiir jabadhu ❤❤
Ayii jaalalaa waan jaalalali namaa gootu namaa argetu bekaa😭😭😭😭
Ee dhugaa jate walhi habibiti tiya
Rabbiin walitti isin haa deebisu😢😢😢
Motumma koo abshirii jabadhuu rabbii wolitii isin ha debisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uufff argaa jalaalaa dhukkubaa jalalaa namaa dhuukkubsatee argeetuu beekaa❤❤😢😢
እውነተኛ ፍቅር ፈጣሪ ይርዳህ ወንድሜ
Uuuuuf dhugaa rabbi tokko isiin haa godhuu
Dhugaa Waaqati Bayee nama Gaddizizaa Waaqayyoo goftaa macaa Wollitti isin haa Debbisuu❤❤❤❤
Waan dubatee irraati balessaa kee biraa hin dhoksinee tanan atti.Osoo jaalalaa dhugaan keessaa ishee jiratee jechaa tokkofjete sidhiftee deemu hindandessuu.atti waayuu hin balesinee tanan kan namni siti hime dhugaa ta'u dandahaa.kanaf uf hinmidhin.jaalalii baay'ee ulfatadha garuu.uf jaabessuu qabda.
Dhugaa waqa bayyee nama gadisisa garuu hirree kee rabii sif keenaa
Yoo jalala dhugaa jirtee walit debbituu
Hireen keessaan lammaa walii biraa yoo jirate walitii debi'u dandessuu garuu herumulee dandesi haagaa tokkoo wa'ee ishee dagachuu yallii
Dhiifama naf godhaa garuu akka koti isatuu balleesse qaba! Jalaalee isaa Wagga 3 waliin turee karaa sirrii ta'een gaffachu otuu danda'uu jechii isaa baay'ee ulfataam(Hiryyaa kee galgalaa biraa demte)jechuu hin qabu turee bro ati DHIIFAMAA gafadhu.
Baay'een gadde😢😢😢😢😢 ❤uuuffff waaqani akkan waliitti isin debiisufa hawwii kooti ❤❤❤
Ayii jallalla dhugaa jechun akkasi
Ga'ila yks jaalala kessatti namni sadaffan giddu namaa dedebi'un sirrii miti dhugaa dubbachuf Ananiyyu abbaa manakoo abbaa ilmokotii wajjin addaan nu basaniit oolan amma xinnoof ani biyya ormaan jiraadha innimmo achi ilmokenya guddisa hata'u malee inaftuun waan abban manakoo in godhin yks bakka inni inargaminitti argame jedhanii natti himan yeroof bayyee aaree isas block godheen ture bodarra garuu irratti hasofne wantichi soba akka ta'e abbaan manakoo na hubachise anis isaaf dhiseen araaramne kanafuu namni wal jalatu kamiyyu nama 3ffa osoo of giddu galchu dhiise gorsa kooti galatomaa 🙏 Chaltiyye dubai irra
Argaa waraa dhiiraa gafaa isiin birraa jiraan namaa isiinitii hin fakatuu gafaa addaa isiniraa ba'anii isiniit dhaga'amaa 🤔
Dhugaa keti argaa isani
wlh dhaga jeete anilee wan akkana qaba😢😢😢
Dhugaa kuni😢
Comentarotaah kesaa situ naf ta'e waq
ossoo guyyaa maa tokko dhirraa akanti naa jalatuu argadhee haga lubbu jiruu 😢😢
❤❤❤medicine gzx Isin jaalalti geejjiba qabnee Essentially Enyutuu MOOYEEE
Waaqqayyoo waltii siin haa deebbisuu
Eegumsaa Yoomuu Maatii yaadadhuu Barbaadika Rabbiin waliin hireee isiniif visioni
Rabbi jalalaa wolii sii haa debisuu😢😢❤❤❤❤
Uuffeeyyii 😭 waqayyoo waliti isni haa debisu
😢😢😢😢😢 uuuuffff bayye nama gaddisisa abshir Rabbin siif jira obbolleessa koo😢😢
OBN YEROO JALALA ANIS WAAN NAA MUDHATEE QABA.
Wawuuu♥️❣️💘💘❤️🔥❤️🔥👍💔💔❤kunii..dhugaa..jiruu
Uuuff yaa jalalaa gaatii jalala enuymaa beekaa silaa 💔💔💔😭😭😭
Ana😊
@@embetabera2088 sobaa🤫🙄
Dhugaa bayyee namaa gadisisaa 😢
Ayyii, namaa, Ayii, firaa, dhugaa, namaa, gadisisaa,
Yoo jalaali dhugaa jirate shakkii maaltu fidee gadi ta.ani mariatanii irrati dubatiin dhugaa fi soba ta.u mirkaneefachu qabda ture!seena koo nati fakkate😢
Hamdiiya tee nya sijaladha❤❤❤❤❤
Waqayoo walit isin haa debisu inshallah ❤
Miskiin wallahi takkaan deemun si nama shakisisa dhugaa durumaa karaarra jirti fakkaata
ati intala muslima tate akasit rifensa qula gote tesaa😢😢😢dhala hararge kan raabiin Haa qajelchu
Rabbini araraa isinifi haa busuu😢😢😢
Jaalaalaa .dhugaa..jechuunii..kaanaa❤❤❤❤❤.so..wawwwuu
Woyo jalala nama midhametu nama beka .😭😭😭😭😭
Gurbaa Intalti akkamii si goote
Ayii Jaalala kana mee😢😢😢😢
yaa jalaa dhugaa bayyee nama midha
Raabii waaliti siin haa deebisuu inshaalaa garuu hin jarjirin oduu nam a hin qabin😢😢😢
Hiriyya biraa qabachu isittu dhugaa malee osoo si jaalatte jecha tokkof sin darbituu
Biyyaa alaa teenyee akkaamittiin siin dubbiisuu dandeenya jarsii biyyaati dhiisnee dhufnee 😢😢😢😢 nu walaluuf jirtaa maaloo siin dubbiisuun barbaada addaara wqyo
Waaqayyoo waliif isiin haa debiisuu
Dhugaadha ❤❤❤❤
Uuuuuutttttttt😢😢😢😢😢❤❤
Uuuuuf dhirii yoo nama jaalatee wayooo garaa lafesaa😢
Ayi dhiiraa keenya
Gafattuuyyuu hin qabduu sabaruu qabdaa
Ufff it is amazing!!!!
Dhifaama kan gaafachuu qabuu isa malee ishee mitii
Uf yaa jaalala kana
Jalaalii wahittiu hiin jirru ummata Kenna martuu kijibaa
Muddanoo ajibaati bro waaqani waaliti isiinti ha debisu😂😂😂😂😂😂😂
Waaani akka jalala hamiĺee cabasuu jalali gowaa nama gotii
Doggogorii guyyaa 1 senaa jireenya ofiitti 😢 waqaayyo walitti isiin haa debbisuu
Uuuuuffff Hadhaa galmaa maltu garaa siikutee waqaayyo lalii debiisii yadaa jalalaa dhugaa ganamaa Abbaa kayyotiifii namuu inumaa waliitii bu.a jalalii dhugaa dhifamaa hin qabnnee jalalaa hin jedhamuu amaa dhifamaa waliifii Godhaa ishee angaamii dachii kanaraa jiiratamufiii walii dhabdamoo
Uuuuff hayii jalalaa❤❤
Raabii waalti issin haa deebsuu 😊
yaa namaa jiduu nam deemutu waan rabiin birati si eegatu oso beeyte nama adan hin diyiduu walmaa galaati jaalalaa hin barbaadin jaalalii amal keetiraa jiraa
Waaqayyoo waliti isin haa debisu
Jaalala kessatti dhaabatan wan akkana goote jechun akkam nama arssa setan gadi ta'anii dubbii tasgabbidhan namatti dubachu wayyaa Jaalala kessatti ariin hin barbachisa mitii. Anis jalallen koo oson ani olla ko jiru alaa dhufe achi boda mal achii goota nan jedhe lakki homa gocha hin jiru anis refan hojii dhufe achi goree jedheni na amanuu dide natti agree jecha hin tane nan jedhe achuman anis Bayye aare wal lolle sababuma kanan adda baane 😢😢
Ayii jaalala❤❤
Situu balleesse kaa 😊
😂😂😂😂😂uuuuuf oso jalali kuni jirachu bate mal qaba
Wly sii rakko qaba wan kana obsan addan basuu dandeetuu lola gotee baga sii gatee 😂😂😂😂
Isaatuu balsaa qabaa Isaatuu dhifamaa gafachuu qabaa
Dhugaa dubbachuuf jaalalaa irratti hiriraa nagahaa bahuu qabna akkam jaalalii iddoo duritti deebi'uu😢😢😢😅😅😅
Hardha mitii.qataa wal jalaa darbee ,kan jalaatu dhukaa figaa sini kan biraa fanaa figaa midhaa bichaa tatee dubin
Qalbbi gatte mucani 😅😅😅
Aja'ibaa🎉
Rabbumatu walii isin hin qoddin
Tish gowwaa ishii malee dubartiin biyya lafaa kana irra hin jirtuu kan boowuu????????😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂🤣🤣🤣🤣
Uuuufffffii 😭😭😭😭💔
😢😢😢😢😢uuuuufffff❤❤❤❤
Woyii.jallaa.namaa.midhamatuu.bekaa.uuuuuffffff.anakee.basharii.qalli.senaa.keyaan.natii.fakatee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
aiiii atis ballessa qabda garu
Uuuuuuuuufffff❤❤❤❤❤
Uuuuuuufffee 😭😭😭
Miskiina wly 😢💔🥺💔🥺
Uuuuffee 😢😢😢😢😢😢
Jalalii dhugaa mokoro qabdii😢
😢😢😢 jalalaafi ibbiddii abba irra bu,ee gubaa sorry
Uuuuuff 😭😭 jaalala dhugaa
Kun jaalala miti wallaala gurbaa!