Tish. Calqaba hojjetoota jalqabaa mufii isaaniif iddoo laadhu. Haga hojii biraa argatan Fund ittiin tasgabbaa'an kafaliif. Har'a kaatee nama maatii meeqa bulchu harcaaftee waan ati Oromoof gootu hin jiru! Amma kun hin taanetti siif media kanarratti campaign banuuf qophii dha!
oromoo ammaa mediyaa tokkummaa saba diiguu osoo hin taane tokkummaa saba tiksuu danda'u fi dhugaa of kenne bu'aa mataa isa hin barbaadnetu nu barbaachisa
Hattuu maal lammiidha kuni Bineensa malee nuu jaala tayee bobaa dinaa nutuu nuyyi bashanana barbanna lammi oromon tokko ishin hin gargaruu keenya miti kuni kan lammi tayyetti malee
Dafqaa Ittiiqaa debisaa rabbii sodadh
Jabajabe jabadhu rabbi kee sii bira jira
Haqa ittiqaa deebisaa yaa lammi y
Wlecome fib❤💚❤👏👏👍👍
Haqa ittiiqaa deebisi
Dafii haqaa ittiqafi ijjoollee FIB hojjatan deebisii salphoo salphinikee ifaa bayeera
Mallaqaa Qeerroo oromo samte Biya bate
Mattii naaf ta.iimee ❤️💞💕
fib duraan haalaanin hordofa ture garuu ammaas akkasumattin jibbee
Mattii naaf ta.iimee ❤️💞
Haqqaa Arti kenyaa ittiqaa Tafarii hin galichine tanan FIB kunii akka cufamu tasifina hordoftotaa
Jabaadhaa rabbiin isin haa eeguu
Hatichaa lebbaa seenafi seraa jalaas hin baatu lammi ni salphaata yero dhiyyotti
Qabenyaa ummaatafi ijjoollee hojjatota samte biyyaa baqate
Kebaa salphoo
Hatee samtee baqaate maqaa qabso dhofta konkaa sirraa baraameera salphinnikee oromo fi oromiyyaa gabaafanaara
Jibbine jibbine. Afaan Qabsoon Oromoo sobuun hafe. Kana booda Oromoon siif hin saamamu yaa Ab Lammii Taayye
Mattii naaf ta.iimee
Waraabessa guyyaa !! Daldaltuu qabsooti ati namitti nana
Adaggee akka keetiitu kan waggoota hedduuf ummata kanatti danqaa ta'e.
Jalqaba ofii keeti nama ta'i waa'ee qabsoo haasa'un duratti. Kashalabbee mataa buqqee wayii
#DIFXIX !!
Mootummaan dugdaa yoom du'a ofiituu Barsiisaa Qorattootaa dhiigaa Dirqamaa saba dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan faayaa never stopped
Sobduu hundii keetu
Tish. Calqaba hojjetoota jalqabaa mufii isaaniif iddoo laadhu. Haga hojii biraa argatan Fund ittiin tasgabbaa'an kafaliif. Har'a kaatee nama maatii meeqa bulchu harcaaftee waan ati Oromoof gootu hin jiru! Amma kun hin taanetti siif media kanarratti campaign banuuf qophii dha!
Yaada isiniif laatame kana irratti yaada laadhaa mee! Uummanni Oromoo Lammii Taayyee fi FiB isaa dura Ittiiqaa Tafarii beeka; jaallatas dhimma Ittiiqaa irratti wal hin dhiifnu!
Hattuun gaffii Oromoo jalattii dhokachuun si hin baasu
Oromoon hattuu miti hattuu waan nama deebisii.
Hatu
Oliifan. Ati nama jabaadha sababa taateef, daboo sobduu cina hin dhaabbatiin. Namittiin lammii taayyee jedhamtu kun, real state siniif ijaarra jettee adaadaakoo tokkorraa qarshii 300,000 fuutee nyaatte baayyee haramaneedha. An namni hadheesseef miti qabatamaatti ragaasaaf darraseenyisaan erga
Hojjetoota ho essaan dhaqxee Directer FIB
Dura haqa Ittihiqaa deebisi hatuu 🙄
Sobduu hatuudha tayyeen
keep it up
Kuni Matumaa ta uu hin qabuu namaa samuun yaaduf ummanii ormoo hatuu mittii
hatuu birri umata deebisi dura
hattuun yeroo Uummata Oromoo jala Dhokachuuf fiigdu arguu caalaa maaltu nama qaaneessaa?
hattuun kun kan qabamuu qaba
Kuniilee dhugaa natti hin faannee
Sobduu, hattuui lafaa fi Qarshii uumataa Saamtee badde 😭😭😭😭😭😭😭
Darectori tiv FIB hattuu dha
Mootummaa sodaatee osoo hin taane konkolaataa ittiqaa tafarii hatee biyyaa baye konkaan kolkoleen ummataaf yaade jechuudhaa?😡👎🐕
murtoo sirridha.jabaadha qabsoo malee bilisumman hin dhuftu
Kkkkkkkk hatotaa eee
Namoonni Subscribers gootanii jirtan jalaa yaa,aa
Hattuun akkamiin sagalee taati? hattuun waan hattu hattee maqaa qabsootiin nu burjaajessiti
Haqa miskiinaa haa kafalu
Hattuu badi tumsaa mittii Kan sii dhagefatuyuu hin jirruuu
👎👎👎👎👎👎👎👎👎👹👹👹👹👹👹👹👹👹🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮
FIB niorobii jiru jabaadha nuf cufsiisaa namiichii dafqaa miskiina nyaate bade kun hanga saxilaamuuti
Afutuu maara isini dhageye namichi haatu 🤗😝😁
Yoyaa Jaabadda 👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍😍😍😍
Nagaan koo lafa jirtaniti isiinif haa ta.uu malii baqatani osoo in tanee mari.atanii furuum rakkina hayyi fib TV hundafu galatoma obboleessa keessan Dajanee Geleta finfineeraa.!!!!!!!!!
Hattuu
Dhugaadhaay?
you better drop this media,(jirma and oliifan)
Hattuu qabsoo maalitti beekti???!!!
oromoo ammaa mediyaa tokkummaa saba diiguu osoo hin taane tokkummaa saba tiksuu danda'u fi dhugaa of kenne bu'aa mataa isa hin barbaadnetu nu barbaachisa
Nagaadhaan turaa deemnee jirraa
FIB barnootaa Bahaa/dhihaa Eegumsa Beekumsii daraaraa mul'aadhaa.Mootummaanis jibbus du'a barachaa barsiisuuf Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa Eegumsaa lollis ifaa jilbumaa osoo bira geenyee yaarabbii Yaayyaa Bashiir at anytime Dubbisi riqicha diinaa laftis irkoodha government garaanis ifaa gurruma bitadhu
Hate bastee Malee qabsof bastee mitti
cufamu qaba kuni midiyan hatuu
Haatu 🙁🤨
Lammii tayyeen oromoo miti
😄😄😄😄😄😄😄😄
Midiyaan hatuu oromoo bakkaa bu.uu
Yoo midiyaa oromoo ta.uu fettee haqaa namaa debissii 🤐
Hattoota
Orommoo siin barbduu atuu wayyii
Hattuu maal lammiidha kuni Bineensa malee nuu jaala tayee bobaa dinaa nutuu nuyyi bashanana barbanna lammi oromon tokko ishin hin gargaruu keenya miti kuni kan lammi tayyetti malee
lammaan beenyaa hattuudha
Namoonni chanalii kana unsubscibe hin goone maal mee sababni keessan tvin kun nyaapha olaanaa uummata keenyati
hattu ilmaan oromoo saamtu
No Fib chawoo
Bitatanii jechudhaa ajaab
Nuuf jiraadhaa ammallee!!!
Malii sii jiratanii hatooni qarshii Arti kenyaa ittiqaa Tafarii million ol Jala hatani, qarshii Kabbe kabitoo 1500000 , kan Yaredii qarshii 150000 hatiin baqataniy sagalee isani yaa qabu rabii sagalee malii umata ta'anii mitti
Hatuun qabsoo jaalti hin dhokatuu
Mattii naaf ta.iimee
Lammii heeduu siiti gadinee ujolee Oromoo samitee biyaa baatee Attiyuu Abiyiin nii calitaa hattuu
Bilbila keessan nu kenaa yadaa qabnuu issin ibsuu dadenyaa
Maal yaada ibstaafii Jamsi Ittiiqaa Tafara fi Hojjettoota FIB Lammiin saamee Keeniyaatti bade
Woowww
Kijibni keessan dirree bahee
Bagaa wal agarree😡😡😡
👉Unsubscribe godha jalaa bahaa oromoo
Hattuu
Mattii naaf ta.iimee
Kuniilee dhugaa natti hin faannee
🔪🔪🔪🔪🔪🔪🔪👎👎👎👎👎👎👎👎👎👹👹👹👹👹🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮👹👹👹👹👹👹👹