Andualem Gosa | Yaannikee (New Oromo Music 2024)
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 23 ก.ย. 2024
- Andualem Gosa Yaannikee | Ayyaantuu (New Oromo Music Album 2024)
#Yaannikee
#Ayyaantuu
Walaloo: Lalisaa Indiris Adam
Yeedaloo : Andualem Gosaa
Compos & Mixing: Efirem Birqineh Urgaa
Bass Guitar: Luam Mehari
Lead Guitar: Robel Mehari
Troumbul:
Trampet: Ermias
Mastering: Abagaz Ishoyita
@ Andualem Gosa
Yaannikee nahubee naaf gameeraa
Fagaachuun kee garaan koo dadhabeera
mala malii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sirboota haacaalutti aansee sirbi na booji'e sirboota kana 🥰🥰🥰🥰🥺
Andualem keenyaa baguma Oromoo taate.Qaxalee Sabni Oromoo guddaa si jaallata.Jabaadhu!
Nama jabaa Yeroo gabaabaa keessattii jabbiinna isaa kan agarsiisee.Jabaadhuu ilma Abbaa Gadaa fi Haadha Siinqee. AYYAANTUU KEENYAA.Waggaa dhibba lalliisii
ገበየው ቢሞት ተተካ ባልቻ መድፍ አገላባጭ ብቻ ለብቻ ማለት ይሄ ነው 👏👏👏 ቋንቋውን ባልችልም ልክ እንደ ሃጬ ዜማው እና አዛዜምክ ደስ ይላል እናመሰግናለን
በትክክል 100%
Correct ❤
Gitim, zema ena arrangement yeserutn ewikina mestetih bravo 👏
Baayyee jaaladheera sirba kana.Thank you Andualem ❤
Aartiin oromoo inuma cimte dhugaa Rabbii!
Gurbaa finiina kana jabeessi Oromoo
Sirbi kun waan yaadannok Haacaaluuf sirbame natti fakkaata🖤
Oh sagalee ajaa'ibaatiin sirbame yaanni keen
Mee namni gammade, gammachuu manakootti haa facaasu❤❤ anduu🎉🎉
Guyyaa guutuu dhaggeeffachuun koo natti argamaa hin jiru! Sitti Obsina nuuf jiraadhu hojii ajaa'ibaati ❤❤
Albama kee odoon addaan hin kutiin dhageefadhe. Baayye baayye ittii dhimitee. Sadarka Arti Oromo Ol guddiiste. Jabaadhu!!!!!!!!!!!!!!!!
Allaattiin Oromiyaa tani samiirra mammartu jaala du'e malee yaada du'e hin nyaattu...💔🖤💔🖤💔🙏
Haala qindoominaa isaa nan Ajaa'ibsifadhee!Adu koo nuf galatoomi jabaa koo❤
Oh oh oh oh oh oh like like ilman oromo hunduu ♥️🙏
Oromoo koo jabaadhu 100 millions viewers ❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
bayyee bareda namati tola jabadhu gottaa kenya 💪💪💪👌👌👌👌👌lencaa kenyaa
Gotta sabba gurbatii garii wahii🎉❤
Abeeeeeet dandeentiii umrii dheeradhu qaxaaleekoo ❤❤❤❤❤❤
Anii waanunaa jedhuu hin qabuu wly siirtii namatii toollaa ❤❤❤❤❤❤
Cimina Lalisaa Endris Walaloo kana keessattin arge❤ Good Job Anduu
Andualem Gosa I Don't have a word to express your ability
Just wow
I have never seen a gifted singer like you
before. Your songs hit differently.
Malli nama dhiba dhugaa
Jiraadhu umrii dheeraa mucaa!!.
Wlhum betam arifi new kewta gemro eysemawe new betam betam des yelal ❤❤❤❤
Jaba keenyaa fakkeenyaa hace jabadhuu gammeessa nama❤❤❤milkaa'ii koodee
Ani yaannikee tokkoffa ❤❤❤
Jabadhu amalee jabadhuu qalii ilmaa Abaa gaada 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Komatii jalqabba
❤❤❤ like godhi godhadhu
Summaan yaddaa😢❤
Anduu ❤
Andu nama jabaa baga milkoofte ❤
❤❤❤🎉🎉🎉
Ati Sadarkaa Muuziqaa Oromoo Olkaasteetta
jabaa oromoo ilamaa sabaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Anduu keenya kam akka filannu hin qabnu wawawaw what a talent
Sanyii gotaa gotumaa yomuu
Ilmaa aba fakatuu si fana jiraaaaaaaaa
🦁🦁🦁🦁🦁 leenca koo
Hoji bayye bareda hojate andualem.
yoo andualem jetaa like itti robsaa
Sanyii motii Andualem!!!!¡!!!
Yooyyaa yooyyaa
Andualem ❤
Nuf jiradhuu
Aanduu koo 🎉🎉🎉🎉🎉
🎉Congratulations Qaalii keenya🎉
Yanike
Maal malli mee habibti wooow
Aanduu koo👌👌👌
Wow Andu baga nagaan dhuftee❤
💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿
What I can say is just WOW!!!
yooyyaa baga nagaan dhufte
Ajiibbi qalii keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow bro ATTII ADAM BRO❤❤
Itti fufi...jabaadhu
leenca koo anduu koo💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
❤❤❤ baguma keenya taate andu
Wow brand new melody and style with very strong message. Galatomi.
❤❤❤ anduko nuf bulii jabaako
Sirba bareedadha jabaadhu
Congratulations Andualem Gosa 🎉❤
Andu jabbaa kenya❤
Ilmaa milkii nii dandeeta ❤❤❤
Yooyaa
Yoyya andu koo🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤ Gotaa koo
Hayyuu Orommo
Baay'ee nama tolaa
Andu ko wow now❤
Thanks andu
Anduu hacheef sirbitte natti fakkacha jiraam
🙌 perfect 🙌💯💯
Dirqamnee har'a fagaannus wal irraa
Fageenya yaadanotti ni jijjira..
Hin jedhu hin jirtuu atii meetii ?
Sin argaa onneen koo ❤️qe'ee keeti 🥹
Jaalala keen araada ani, kanin hawwus argaa kee....🔥
I lik yanike
Haceen natii fakkata 😭🥰
Anduu❤
Super Star cool music
🔥🔥🔥🔥🔥
1ffaa❤
Maal amalii❤❤❤❤❤❤❤
Jabakenya jajabesaa❤❤❤
Bom Bom❤❤❤❤
❤❤❤ jabaa
Wonderful Music.
Maalaa maali
10q andalame ..........congera bro❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉wowwwww
Welcome 🎉🎉🎉🎉
Namni isintti tole comment kana like godhaa natti agarsiisaa
Ijoollee abbaa gadaa sabboonaa koo nuuf bulii Representative of the hacking
❤wwww
🥰😍ⓝⓤⓕⓘ ⓙⓘⓡⓐⓓⓗⓤ
❤❤❤❤
Wowowo👏👏👏👏👏
ጀግና❤❤❤❤
Woow ❤❤❤❤❤
Woow amazing ❤❤❤❤❤
Miiraa keenyaa to'achuu dadhaabnee dhuuga😢
Yaannikee
Dhugaa keedha
❤🔥🔥🔥🔥🔥 amazing
What it’s Amazing songs