torbaan lama gahee jira narratti turee bayyee na guba na waraana cina tokko dr hiri'ina dhiiga nan jeedhu dhuguuma dr hiri'ina dhiigatin san hunda nama goodha
Dr anii Daa,immumaa kotii kaasee dhukkubbii mataan qabaa,dhugaa rabbii namnii akkaa ko ni jiraa ni jiraatas jedhee hin yaduu😢 mataan ko baay,ee baay,ee na dhukkubaa 😢yeroon matii ko biraas jiruu hospital guddaa osoo hin tanee hospital xixiqqoo na geessuu Mannii yalaas kiniinii dhumaa naf kennuu innii yeroodhumaaf na fayyada malee 😢😢 ergaan hojiif jedhee garaa biyyaa hambaa deemes mataan ko baay,ee na dhukkubaa akkaa Wan keessii sammuu ko na Mada,eetii na dhukkubaa halkanii guyyaa na dhukkubaa yeroo hundaa gaffii nattii ta,aa😢😢😢 kessumaa sammuu ko maltuu jiraa jedheen of gafadhaa😢😢 ya waqayyoo biyyumaa nama kanatiin WA, ta,aa jedheen bo,aa jiraa😢😢😢 Kan biraa akkumaa sin jettaan ,ifaa ,yookiin aduu danda,ee hin ilaaluu ,Kan biraa bishaan hin dhuguu,midhaan hin nyadhuu,hirribaa gahaa hin qabuu sa ,aatii 24 kessaa sa,aati 4 Kan hin caallee boqonaan ko 😢😢 waqumtii biyyaa hormatii homaa na godhiin😢😢😢 obboloonnii ko barreefama kana dubbistaan waqayyoo naf kadhadhaa dhukkubbii mataa yo jennuu salphisnee ilaaluu dandenyaa 😢😢garuu Kan koo uumaa darbee😢😢😢😢😢
Ws wr wb mee oboletii tiyaa takaa bayee dukubaa mee dawa malii xiqoma yoo artee fi yoo qilesii iraa bayuu dadetuu samuma kana dadbe jitii mee rabbii fii jecha nafii himaa mee dawa 😭😭😭
Dr pless waa'ee dhukuba Faaliyyi jedhamuu beekta?dhukkubbin kuni maati keenyaa baayyee nu jalaa midhaa jiraa. Dhukkubbbin kun yoo mana yaala dhaqani yaalaman ni duu'uu. Mee maal goona? yaa dr
Galatoomaa Dr. an yeroo baay'ee gar-tokkee gara bita kottu na dhukkuba akka malee mana yaalas deemne ture homa furamata naaf hin qabu. yeroo na dhukkubbu guyyaa tokko hanaga guyyaa lamatis nara tura. yoo na dhukkubu moo ifas sagalee namas na jibisisa.
Dr Galatomii ana yero hundaa na dhukuba ijaati gad na warana fadha yero hundaa panadol nyadhaa yero lagun nati dhufu faa bayyee na dhukuba malii furmanii isaa?
Galatoomi Dr barumsa gaariin siirraa bardhee👍👍👍👍👍
Oh My God Thank Dr
Baay'een Aja'ibbame Yeroobay'een Ofgaafadha Thanks
Haayee.Dr.hedu gaaltomii.ani.gaaafi.qabaaa
Mashalah mashalah mashalah doktor hedu galatomii baromsaa baredadhaa
#Comment kana dubbiste osoo #Maatii naf ta'in darbiin❤💕❤🙏🙏❤💕
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii
Baayyee baayyee baayyee baayyee baayyee galatoomi dr jiraadhu waggaa kuma waa heddu nu barasiisaa jirtaa TH-cam ke irraa waa heddu fayyadamaa jiraa thank you
Dhukkuubni mataa abdii nakutachisaa yeroo tokko tokko yaa rabbi nuraa fuudhii ati
Amiiiiiiiiin
Amiiiiiiìiiiiiiiiiiin si.qofa.miti.wlyi.hunduma.kenyaa
Anilen dhugaa rakkadhee 😢😢😢😢😢😢
Galatomaa dr barumsaa garrii nuuf ibsitaanii guyyaa guyyaadhaanii bishaanii hamamii dhuguu qabanaa
Wwwww mashalla dr kena rabbi umuri sif haa dheresuu🙋💖💓👍
Bagaa nagaan dhufte Dr. Anis dhukkubi kanan bayye naa rakkisa jira
Gaalatom Dr, jabadhu, barumsa addatti🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Galatoma
Bagaa nagayan dhuftee Dr naf yad
Adaraa kallattii siin dawwala narraakaasi mataa kanaanwolqabate waan gaaffii nattitaen qaba siifis barumsata'a
Wooooooowww 101k woooow bagaa gamadee dhigaa koo
Doctor annii gafiin qabaa naaf debissii addarraa annaa gafaa mataan koo naa dhukkubu ifaa ilaalus ta,ee sagaale namaas dhaaga,uu hin fedhuu innis immoo yeroo laguun nattii dhufuuf jedhuu fi yeroo narraa baduudhaa gafii koo kanaa akkaa naaf debiftuu abdiin qabaa barumsaa nuuf daabarsituuf galaatomii 🙏🙏🙏🙏
torbaan lama gahee jira narratti turee bayyee na guba na waraana cina tokko dr hiri'ina dhiiga nan jeedhu dhuguuma dr hiri'ina dhiigatin san hunda nama goodha
Galatomaa Dr baayyee waan garridhaa ❤❤
Dr anii Daa,immumaa kotii kaasee dhukkubbii mataan qabaa,dhugaa rabbii namnii akkaa ko ni jiraa ni jiraatas jedhee hin yaduu😢 mataan ko baay,ee baay,ee na dhukkubaa 😢yeroon matii ko biraas jiruu hospital guddaa osoo hin tanee hospital xixiqqoo na geessuu Mannii yalaas kiniinii dhumaa naf kennuu innii yeroodhumaaf na fayyada malee 😢😢 ergaan hojiif jedhee garaa biyyaa hambaa deemes mataan ko baay,ee na dhukkubaa akkaa Wan keessii sammuu ko na Mada,eetii na dhukkubaa halkanii guyyaa na dhukkubaa yeroo hundaa gaffii nattii ta,aa😢😢😢 kessumaa sammuu ko maltuu jiraa jedheen of gafadhaa😢😢 ya waqayyoo biyyumaa nama kanatiin WA, ta,aa jedheen bo,aa jiraa😢😢😢 Kan biraa akkumaa sin jettaan ,ifaa ,yookiin aduu danda,ee hin ilaaluu ,Kan biraa bishaan hin dhuguu,midhaan hin nyadhuu,hirribaa gahaa hin qabuu sa ,aatii 24 kessaa sa,aati 4 Kan hin caallee boqonaan ko 😢😢 waqumtii biyyaa hormatii homaa na godhiin😢😢😢 obboloonnii ko barreefama kana dubbistaan waqayyoo naf kadhadhaa dhukkubbii mataa yo jennuu salphisnee ilaaluu dandenyaa 😢😢garuu Kan koo uumaa darbee😢😢😢😢😢
Rabinii sii haa lafisuu
Uuyii dr.silaa hardhaa akka naa dhukuubee betee tuumani dhuftee yaa Allah naa dhukuubaa torbee gaheera fevadol yoo liqimsusii naa hin dhisuu akkumaa godhuu wolalee wolyi Dr.keenyaa mee maluuma naafi woyaa natii himaa mee maloo naa rakisee jiraa
Wel come
👍👍👍wan.anii.yeroo.hunda.na.ciqaa
Mataa.bowuu
Uiuuuufff ani wanuma godhuyu dhabe torbe toko oso hin liqimsin panadol bayee na yadesaa uuuufffff
Thank you DC
Galatomi dhugaa rabii ❤️❤️❤️
Welcome Dr nafyad
welcome Dr keenyaa
WELCOME DR KEENYA QAALII♥️🙌
Galatoom dr💜🙏
❤❤❤❤❤ bayyee namatii namatii tolaa baromisii keessan
Galatoomi doktor
Gaafiin qaba doctor
Galatomi Dr kenya❤
Rabbiin Ati nama hunda Ati fayisii
Ws wr wb mee oboletii tiyaa takaa bayee dukubaa mee dawa malii xiqoma yoo artee fi yoo qilesii iraa bayuu dadetuu samuma kana dadbe jitii mee rabbii fii jecha nafii himaa mee dawa 😭😭😭
Ammayyuu naa dhukkubbaa jiraa 😥😥panadol itti liqimsee ta,aa jira 😞anii imoo karaa dheeraa yeroon konkolataan deemu nati ka,aa😔
😥😥
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii koo
Analee akkasimati naa dhukubu 😭
@@sifansifan5918 😊-;&⋮:
Dr akkami nagaa qabdani
Galatomii dr kenyaa qaalii
Uuuuuuuuufeeee wly amahu naa dhukubaa matan kara tokko qofaan na ajesa jiraa dr kenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dr sayinesi sunii milikini Isaa maalii dhaa
Dr bilbila ke naaf ergi hadara
Waqayyoo bekkumsaa isaa siinif haa dabaluu Dr kenyaa galatoomaa Anna's baay'ee naa dhukkubaa
😢 uufffff yaa Allah galatomii Doctor komenti nuf debisime gaffii qaba dhimma mataa kanarrattii😢
Wel come Dr.
Wayyoo ulfaadhu dr ammayyuu na dhukkubaa shayiif bunaas yoo nadhukkubu afaan na bansiisa ittiin dhugaa galgalaaf ganamaas ganaa akka ati jette godhaa waaqni siyaa eebbisu bro🥺🙏🙏
DR Hedduu naaf galatoomi
Wel come Dr
Galatomii Dr ulfaadhuu!!
Dr keenya galatomii
Anii dhugaa bayye matako naa dhukkubbaa dr kenyaa guddaa galatomii😭❤❤❤❤
Dhugaa doctor dhukkubbiin naata kuni heddu naa Miidhee jiraa galatomi dr
Galatoomi Dr
Dr doctor nagaan waqayyoo sinif haa bay' atuu gaf tokkoo nyaata nyadhee bebsii dhugeen konkolataa yaabadhe osoon demuu na balaqamsisuf afaan koraa yoo gahuu anis affaree mal jedheen konkolataa nama kessaatti balaqamaa jedhee akkaa carraa bistalaa hin qabanen ture harkaa kon afaan ukaamsee achumaa matatti ol na debi'ee mataa koo idoo hundumaa bayyee akkaa malee na gube sa'atti sanatti wanan tahe du'aarraa waqayyootu na hambisee ergasii as sammuun bayyee na dhukubaa bebsichi sammuu koo kessaatti efection umuu qaba? Doctor na debisa yeroo bayyee mudannoo kanarran kan kahee na yaadahaa maltuu nati dhufaa jedhe
Nu jiraadhu Dr 🙏🙏🙏
Welcome dr
Galatomii Dr Barumsaa Hedii Isinira Baradhee
dooftor akkami naagan SIf haabaaytuu gaafi tookoo qaab Ani maata dhuukbii qaab Ani saatii ifooni keewaadh saatii qiibaati diibdheef saatii.isaabii asaab naadhuukb.kaabiirs qaajisnmat kit akaa daamee muuka dhaaloo yaasa kuun maalatoomaalit
Thanks Dr
Rabi.mata.nama.hin.dhubsin😢😢😢😢😢😢😢😢
Ebiifaamii
Dokter galatoomaa.ani Amma yeroodhuma qorri natti nammu mataan garmalee nadhukkuba. Mormaa olis garmalee na danfisiisa Kun maddi isaa maaliif? Furmatni isaawoo?
Thank you dr
Uff galatomii 💞💞
qoricha methazone jedhamu namni fayyaan tokko yoo fayyadame rakkoo qabaa?? Please naaf deebisi Dr
Welcome
Maquye maatii tahhii th-cam.com/video/4yfp9yzRZ-Q/w-d-xo.html
Dr galatomii 🙏
Anii qaamnii koo bayyee qallodhaa.ulfatinii koo 40kanaran darbuu.duraan bishaan oson dhugnes guyya 2s nin turaa ama egalee bayyen dhugaa.yeroo duraan bishaan hin dhugnee wantii naa dhukkubuu yoo marsaan laguu natii dhufuu dhaabachuun danda'u dhiigaa waan hin qabnef naan jedhaan manni yaalaa ama ergaa bishaan dhuguu egalee dhukkubiin sun naa dhiisee 🙏 ergaa bishaan dhuguu egalee Wagga 3😂.garuu ama irraa caalaa naa dhukkuba.dhukkubii mataa.kalee.infeekshinii garaa.saayiinasii ykn asmii.qufaan sombaa naa qabatee harganuu hin danda'u kessawuu halkaan hafuuraa baafachuu dadhabaa.😭😭😭 Mana yaalaa deemuu hin danda'u jiruu baqatumaa kessan jiraa.waraqaa enyuma waan hin qabnef yaalaa gahaa argachuun danda'u. Duraan dandettii garaa garaa qabaa.ama yaaduus.xiinxaluus.barressus.dadhaberaa.mataan koo sirri mitii 😭naan gadda
Uuuuuufffffffiiii abashirii Rabbii siraa hafudhuu Abadii muratinii nifayitaa
Ano.sa. a.wallifakatadha. na. Dhukuba.mali. waya. Dokiteri?
Wel come 👍👍👍
Thanks
❤❤❤❤
Hedduu galtoomi naafiyyee
Ini. 2. Taa. Ficaani.kiya.yeeroo.bayee.bicaadha. kuni.imo.maali.Dokiteri.?
Dr mee inqiirtiin yero garaa kansariitii jijiramuu malato malii agarsiisaa
Thank you Dr 🥰
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii koo
Well come Dr
Obsee koo mati naa ta.i
Yaa doctor heduu dhukkuba Abba koo yeroo baay'ee furmata barbada ergaa Ani xiqoo irra jalqabe hanga Amati dhukkuba Amaa bowwo isaa jedhani maqaa itti basani warri ollaa wallah furmata nati himaa
Dr pless waa'ee dhukuba Faaliyyi jedhamuu beekta?dhukkubbin kuni maati keenyaa baayyee nu jalaa midhaa jiraa. Dhukkubbbin kun yoo mana yaala dhaqani yaalaman ni duu'uu. Mee maal goona? yaa dr
Galatoomaa Dr. an yeroo baay'ee gar-tokkee gara bita kottu na dhukkuba akka malee mana yaalas deemne ture homa furamata naaf hin qabu. yeroo na dhukkubbu guyyaa tokko hanaga guyyaa lamatis nara tura. yoo na dhukkubu moo ifas sagalee namas na jibisisa.
Dr akkamitti qaxitaa siargachuu dandegnaa
Dr. Naaf yaadi Hashama harkaa fuune Gaafin qaba Innis Maal yoo jette rakko Fincaa dafan dafaani Fincaawu yoo xiqaate sa'a tokko keessat yoo xinnate Harka 2 hanga 3 ykn immo isaa Ol Fincaa u maal irraa Namatti Dhufuu danda'a Dawwan isaa maal Maqaan dawaa sai maal please naaf himi Nama waan isaniin rakkacha jirutu jiraa biyya jirate mana yaala deeme ilaalamu Nama hin dandeenye dha please maqaa isaa❤🙏🙏
Dr amalota mana jayyala na geessu qaba
Malo ani dhukubaa mataan abdii kutee jiraa jirachuun jibee waqa gubadhee 😢😢😢maloo uuuuuffff Uuuuuffff yaa rabbi furmata naaf godhii maloo ani dhalachuu koo jibee 😢😢😢😢😢
Galatomi Dr
Galtoomii d kenyaa uuuuuuff dhugaa ketii Ana bayyee naa dhukkuba jira 😓😓😓😢😢😢😢😓😓
Thanks dr
Thanks 😍💚
Bayyee galatomaa D.r kenaa
Dr Galatomii ana yero hundaa na dhukuba ijaati gad na warana fadha yero hundaa panadol nyadhaa yero lagun nati dhufu faa bayyee na dhukuba malii furmanii isaa?
Sii dr akkaa na dhukkubaa jiruu beeytee dhugaa naf yaadiii😍😍😍😍😍😍
Qomoo koo mati naa ta.i
nagan waqayo sif ya bayatu Dr kininin ironic nii malif fayada barun barbade naf kename yero dheradhaf pels naf himi
Gaaltoomii Dr🥰
Galatomaa dr anaa gamaa Guraa Afoo ynk qaruutin naa dhumaa yeroo tokko karaa mirgaati yeroo tokko kara bitaati yeroo tokkaa Adda irran naa dhukkubaa akkamti naan dhisaaa namaasii naa jibbisisaa keessayyuu namaa Wajjin hasa'uu fi namnii nati hasahuu itti naa arsaa
Dokter adaraa furmata na kenni dafii furmataa na kenni wagga 1 narra gaheera Eergaa na jalqabee
Dr Mee Adaraa Rabbif Jedhi Gurra Ko Nadhukkuba Keessa Nanyaata Malifi Mee Naaf Himi Maal Goochuun Qabaa??
Zeyit absuda biti suqidha xixidha kesa rigadhu
anlee bayee naa dhubaa namsa naa jibisisa midhinsii naa jibisisa na haqisii yero bayee yoo natii ka.uu dubachuus hin danda.uu hojiisii hin danda.uu namanii aka kiyaa yoo jirtan rabii isin haa fiyisuu
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Doctor bayyee galatomi
Galatuuma
Kan bira gafiinko wonii afuraa nama ajesuu malii qoqoo kesaa nama xirahuu adaraa naf debisii
Dr. akkam nagahajirta gafiin qaba ani biyya ormatin Jira infekshini kalee qabda naan jedhan fincaan nagubaa, dugdaa koo nadhukuba ,dawaa yeroo bay'ee fudhadhejira hojjin koo hojjii dhabbatani hojjatani yeroo boqadhu nati wayaaha,yeroo dalagu nadhukubaa kalee lamaan waliti hamaare nadhukuba Dr gorsa akka nakenitu barbadaa .
yeroo bayyee dr vaytamin d qabda nan jeedhu garuu mataa yo nama seene akkm nama goodhu dandaha
Waa si gafachu barbada
😮
Maloo lakkofsa kee na ergi