abashir sanyiikoo off amanasisii tokkoffaa hin argadhuu jedhii lamaffaa nan argadha jedhii sadaffaa waa, ee ishee gattii dubaratiin barra kana hin amanamanii😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Isaa innii bohaa dubatu ati ammoo hin kolfitaa maalo dhugaa kkkk annadhaa mee ammaa hin fedhuu baqaa ati wan kolfitefuu 😢😢😢😢ani maqaa koos jijjireeraa maalo waaqqayyoo si milkessuu haadhoo koo sanyii koo
shakkiin koo isheen yoona heerumtee jirti taha. garuu Bilisummaan Goota Jaalalaati, Hanga dandeesse osoo irraanfachaa adeemtee gaaridha
Dhugaa waqayoo mudano kan ko walin wali fakataa jirenyisaa😭😭😭😭💔💔💔uuuffff
Bilisuma mucaa nannoo koo rabii si haa gargaru Abdi hin kutin 💔🙏
Waqayyoo jalalleeke siif argee siha gammachisuu hadhooko 😢
Mucan gubbatera .hamdiyaa malif itti kolfita ayyii dhugaa jalallii dhiibbee namni namaf hin beknefi dawwa hin qabnedha
Rabbii siif ha arguu gooftaako muca jaallala beku
Hy---- jaalalaa tana dhugaa hedduu garaa koo naa nyaatee hayii biro koo rabbii siif haa fidduu😢😢
Rabbin siif hiruu obooleesoo yeroo mucaan bareedan kuni jalalaan midhamuu namati dhagahama
😅😅😅😅😅😅
Miisikina rabbi woliti isaan haa deebisuu inshaa Allah ❤❤
Wallahi Baayyee garaa Nama Nyaata Rabbiin siif haa fidu jedha kaa yooka biyya arabaa deemte
Rabbi walitti sin haa debisuu garuu dhifamaa wajin hagaa yomiti egdaa na egii jetee watii sii abdachist hin jiruu ati jalalaa dhugaa wan qabduf ishi egaa jirtaa yoo ishii jirenyaa mataa ishii egaltee mal gotaa osso sii babadee siree aragachuu batuu karaa matii ishin sii qonamuu dadechii kan bodaa hin egin jirenyaa mataa kee egalii obbolesaa koo💔💔
Hamdiyaa baayyee irraa bareeda garuu osoo gorsii kennamefi muca kana ani akka yaada kootti nama wali jirti ta,a jireenyaa mata isaa jalqabu qaba ilma dulaatti du,e haati abdii hin kuttatu jedha maammaksii nama karaa deemu hundaa ilmaa ishii itti fakkataa gurbaa kunis akkas tae
Ishinii hin Qaldii mucanii Gubatee yaa rabii walitii Debisii🤲🤲🤲❤❤❤
❤ yaadaafi Qalbiinis Rabbiin si haatiksuu
😢😢😢 Ani takuma nama na jalatu argadhe beku ofi jaladhe bohu male Ayiii carako
Anille akkaketi dhugaa😢😢😢
Anis yarabi ko
Iddoo jirtuu fi waan iraa jirtuu himiif karaa jirenyaa issaa yaa murtefatuu😢😢
Garaa namaa nyataa rabii saa gargaruu abdii hin kutin😢😢😢
Anii garuu takkaa nama naa jalatuu argee hin bekuu ofii jaaladhee dhabuu malee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshiri 😢😢😢😢
Abshiir 😢
Obbollessa kiyyaa namini si jallidhattu hamaa kana sin dhokkatu wayyii ishii dhissi jirenyaa mattake jiradhu
miskinaa 😢😢😢 waaqayyoo tasgabii sif haa keennuu
yaa waaqayyoo anfis nama jalalaa akkan naaf keennii mee oliinii kan sodadheetumaa jiraa😢😢
Yaabareeddu kiyya sijaladhee
kotuuu mee yaa baredaa koo😢❤
❤❤ Barakat dimookrasiin Humnaa Humnaa jaalalaa ni argatan garuu Ulfaatadha Dammaa Uumaa qaaliidha qaamni ijaarsa ida'amuun mandisni Easily lafallee horaa
Waqayyoo akka garaa kee sifii haa ta'uu jaadho koo😢😢❤
Gurbicha Isa hiriyaa kiyyaa jetee baay,ee jallata kan jetee shakkii ykn isatu bakka bira ka,eraa ta,a bro yeroo amma hiriyaan dhugaa hin jiru ,maalumafuu waqaayyoo kan akka garaa kee siif Haa kennuu😢😢😢😢😢
Inni shakkuu ana ta'uu hin oluu
@@LenchoKuma-jx4wk ati hiriyaa isati moo??🤔🤔
Maaloo na dhisaa Ani hin argine
@@BiiftuuJaalalaa eyyeen
Eyyee dhugaa bara kanaa namani wan garii wali yaduu hudafuu waqayyoo wali isan haa aragisisuu bayye namaa mararaa
abashir sanyiikoo off amanasisii tokkoffaa hin argadhuu jedhii lamaffaa nan argadha jedhii sadaffaa waa, ee ishee gattii dubaratiin barra kana hin amanamanii😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ayii jaalala kana❤❤😢😢
😢😢😢😢😢
Garaa naa nyatee dhugaa uuufffff ayii jalaalla 😢😢😢💔💔💔
Dhirii Tulaamaa kuni jalallaa dhugaa Shamaraa jalatuu 😢
Hojjadhuu ofii jijirii isheenu figaa dhuftee siibarbadii .jalalii udduu qullaa dur hafee
Uuufff jaalala dhugaa mucaa biyyaa koo waaqayyoo.jira abdii kutin ❤❤❤
Bayyee namàa gaddissaa 😢😢😢😢😢❤❤💚❤️💚💚💚💚
Waqayyoon garumaa kee lalee sii yaa gargaaru 😢😢😢😢😢😢😢😢 gaara namaa nyaata
Muca kun biyya kiya ❤❤❤❤ wayyi jalala kana
Way oromoo ah rabbuman isiin ha bilisomsuu wly 😢
Bro jalqaba irraati waaqayyoo walitti isin haa deebisuu 😢😢jaalalii Dhugaa ulfataadha garuu immoo jabadhuu hoojedhuu
❤❤❤❤ghosts
Dhugaa keetii Mil'adhuu Nagayaan ❤❤bags wal'ansaa dhibeen argitee GzxHamdiyaa kurreejilbaatiif biruma...❤❤
😢😢😢😢😢😢Rabiin wolii isnii haa agasiisuu😢
Habibiikoo kotuu waliin jiranaa umurikee namaa tokoo dukaa hin gubiin ❤❤❤
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😢😢
Dhugaa Garuu bay'ee Garaa Namaa nyatii misikinaa koo😢😢😢😢😢 Garuu Guyyaa tokkoo waqayyoo Nuu gafataa cubuu har'aa kanaa😢😢😢😢
Uuuuuuufffff Miskinaa Waqayyoo Goftaan Ijaa Nagaani Waalittii sin haa Debbisuu😢😢😢Garaa Na Nyatee Dhugaa😢😢😢
Dhugaadha waqayyoo Gara namaa nyaataa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Nanni boo'ee seenaa kanaa gaafan dhageeffadhu Jaalala malee kan nama jilbeeffachisu Addunyaa kanarratti hin argine takkaa
rabii walii isiin haa Argachisuu nama gadisisaa Jalala dhugaa Onnee dhugaa qabaa mucaa kunii 😭😭😭😭😭😭
Wayyoo garaanamaa nyaata❤😢😢
8331 qopstaa dabalii jallaa akkam jirtuu ❤️🌹❤️🌹
Mucaan guuba garaa isa himata ishiin itti qoosti niituma kana
Anillee jiruu jiraachuu dhiisi mul'ata jiruu Addunyaa kana duraan guyyaatti qr 10000 isa oli hojjedhee har'a garuu uffata koyyuu micachuu natti bareedu yaa jalalaa
Uuuuuffffff Waqayyoo si gargaruu😢😢😢😢🤲🙏
Mucaa baredaa kanaa bilbilaa isaa nu maxansimee❤
😂😂😂😂
Baay'ee garaa nama nyaata uuuuf obbolessa koo waaqayyoo waal siin haa agarsisuu 😢😢😢😢
Micayoo nannoo tokkoo jiraa bilbilaa kee akkamitii argaachu. Dandeenya
homma mitii habibi rabbiin baka isi siha kisuu
❤️❤️❤️💗💗
❤ waqaayyo sii'aa milkeesuu❤
Waqayyoo sagaaragaaruu ❤❤❤❤
Walhi baye baye Baye baye gara nama nya Uuuuuuuuuuuuuuufaa Wayiii jalalaa tan moo
Uuuuuuuf 😢 rabbii siihagargaruu
Waqayyoo kan ittii milkofttuu sif kennuu bro❤❤❤❤
❤❤❤❤yaa badalamenti rakkoo Ulaa Cufaa walumaan jannaataaf wal'ansaa Especialisty fayyaan faaya ❤❤❤gzx OBN
Homa Abbaan yaadatuu Yaada gahaa Sikkoo and defense minister Frank Israel
Isiin yeroom Amarifa jalqabde demsaa yaada qabdii😂😂😂😂
hhhhh 😂
Kkkk
Hayii jalala kana dhugaa gowwaa nama godhaa waqayoo walittii isini haa debisu
Aniis cubuu kanaa hojjadhee Maloo dafeen dhifamaa gafadhaa 😢😢😢
ayi jalala 😭😭😭😭jabadhu rabbi jira ☝️☝️ guya qaba
Nama Akka ko gubatee yaa jalalaa bro waaqayyo furmaata siif haakennuu
Uffffi garaa namaa nyataa❤❤❤❤😢
Isaa innii bohaa dubatu ati ammoo hin kolfitaa maalo dhugaa kkkk annadhaa mee ammaa hin fedhuu baqaa ati wan kolfitefuu 😢😢😢😢ani maqaa koos jijjireeraa maalo waaqqayyoo si milkessuu haadhoo koo sanyii koo
Abshiir abdii hin kuttiin waqayyoo walitti sin haa debisuu❤❤❤❤
Worii biyyaa Alaa jiruu hoo akamitii himanaa hadaraa
F b himadhuu atii 😂😂😂😂😂 kotuu natuu sihi aferaa
🥰
😂😂😂😂😂
Shawari galii😅😅😅
@@AadamXaahaa-zm1lb 🤣🤣🤣🤣
Rabinii sii haa milkesuu inshallh 😢❤
Uuufff anani obbollessako anis modanno akkaketii qaba mu yaa jaalala ani nama najaalatu argadhe hin beeku natu jaalatee booha malee😢😢😢
Qoosa haasoofti qazaaxxeessitub😅😅😂
Mucaan nama mararaa😢😢
Nama dhibdi tun mooneetin woyya
Miskinaa baayee garaa nama nyataa😢😢😢😢
Rabbii siif haa argamsiisu😢
baya'ee tokoo garaa nama nyataa waqayo ishee sifaa haa debisu
Rabbi walitti sin haa deebisu 🙏🙏
😢😢😢😢😢 yaa jalala dhugaa Uuuuuufffffffeeeee
Rabbi walitti sin haa deebisu🤲🤲🤲
Abdii hin kutatiin obboleessaa Koo keessaa Kee haa ilaalu🖤🤍♥️🙏ishee garaan siif haa naasisuu!! Akkamumaatii itti fufii.!
Obboleeysa kiyyaa abdi hin kutatin habibi kiya ❤❤❤❤❤❤
Rabbii sii jiraa
Subahan Allah yaa Rabii 💔💔💔😭😭😭
hamdiyaa hujii jabaadha jirta. anis guyyaa tokko siif dhufuun kiyya hin hafu.
Anis
Jalaala jeechuun waan salphaa miti
Ati qophessitun saganta malifi kolfita inni ni gadda ati ni kolfita ofii sirefadhuu😢
𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐧𝐲𝐚𝐭𝐚𝐚😢😢😢😢
Ayii bilisumaa dhisii akkumaa dursaattii barumsaa kee hordofii mee. Booruu kanii waqayyoo siif kennee hin dhabduu ykn isheen guyyaa tokkoo sii barbaduu dhuftuu wanii ta'efii. Jalqabumaa siin jaalatuu silaa rakkoon kamiyuu osoo ishii mudatee sii dhistee hin demtuu turee
Gurbaa jaalala barnota Jetta nyaannuu summii sitti ta'a
Uufff miskn raabi waliti isin haa debisuu
That’s terrible I feel so sad for him. That’s extreme love such is Ethiopian 💕
Kaan atii jalatuu sii hin dhabsisin💔💔💔😭😭😭😭😭
jireenyaa kaan biira jamaruufii waan taa.eef waarii naa ciinaa dhabataanii gudhaa galatommaa bayeen issn jaladhaa
😢😢😢
Waaqayyoo waaliin siin haa debisu
Hamdiyaan hin boossu moo anoo bo'an dhaggeeffadhe😢
😢😢😢😢😢
Yoonaa isheen heerumtee jirti Malli durbaa hin beekamu anuma faanaa durbi dhiira ishee jaalattu hin jaalattu
Abshiir Rabbiin walitti isin haa deebisu😢😢😢😢
Sabbontuu maqaa jedhu yeroo. Argun maaradha
Nan bohee dhugaa waqaa
Jabbadhuu Hamdiyaa
Keebeekittii nuf deebisaa maaloo qophii jalaalaarratti
Waaqayoo gara keetii siifi haa deebisu miskina koo
Osoo jaalalaa dhigaa sifi qabate sii dhisite hin sokkitu Ture waa hundaa olti waaqani obsaa sifi haa keenuu obbelesaa kiyyaa😂😂😂
Jabadhu dhugaa
Hamdiyyaan niqoosti mucaan hedduu miidhamee jira
Yee Mari na jetii Hii nama nama jalateetuu jechilee Isa birati gudhaa😢😢😢😢
Abshiir Qaali Koo Goftaa Siif haa Laafisuu 💔💔💔💔🥹🥹🥹🥹
Dhiisii heerumtetii isheen garaamiiko
Rakkodha dhugaa 😢