ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ergaa ummata oromof jetan oromof dulatin maliif qotee bula oromoo ajesssituuuu😭😭
Maalumaaf xeebdaa? Qotee bulaa kan ajjeesaa jiru eenyuu akka ta'e maalitti beektaa? namni jedhef jetta immoo ragaa aqabdaa?
@@tolsamuel3375eyye ragaah qabna atti maal beta isanumatu ajesee eyye umata kenya ajesatuma jirra ammayu atti soba jechufi ecci bakka dhugaatti hin duttu
❤❤❤❤❤❤ Jaal Sanyii Ulfaadha! Nama kabajaa
Ammayyyu hireen uummataa oromoo balaarra jira,😂😂😂adaraa hundi keessanuu haraaramaa
Qotee bulaa maaf samtuu oromoof qabsoota yoo ta,ee ❤❤❤❤❤❤❤❤jaal maroo atti
Jabaadha umaata oroomo gidduutti rakkisa. Ummanni kun ba'aa isa kam baata kan warraana mootuma moo kaan ABOtti
❤
Rabbin guddan oromoo tokkoo haa godhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maali garuu oromoon yoom of bartii
Yaa rabbii tokko nuutaasissiiAlahamduliaahii.
Maloo mee hararaa nuf busaa bakaa hundaa warii jiraan1 ta'aa.Amaas hatuun ykn humnaan nama fudhaani demaatti jiruu. Nutii qamaa kaam akkaa ta'yyuu hinbeknuu😢Duraan matii kegnaa wan harkaa qabaan fi kan hinqabneelen liqiidhaan bafnee amaas himoo malgoona gaa mee maloo jabaadha 😢😢
Nuuf tokko ta'aa❤❤❤❤❤
Jabadha tokkotaya tabba bayaa waliin galaa galmagay I leave ❤
waaqayyoo gooftaan argaa dhageettii ishee ija qaariyyeettin nu yaa yaadatuu.jaalalaafi iccitii milkaa'insaa raawwii hojii bara ifa nuuf yaa ta'u lee.tulluu baha bu'a nama abdii boruu ta'a.
Waaligalaa❤
Waaeen jabadhuu iinqbuu jabadhaa Galtoomaa
good morning 🙏
Dhugaa ketii❤❤
Welcome Jaal Saanyii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Tokko ta'a adara
rabiin ibidif ciddii isiin haa godhuu imiman warraa kenyaa lafaa hin businii gubbadhaa isiin😢😢p
dhugaa jetttee
National qabsoo oromoo baleesuutuHicittii waraan baasee hawaassa allammmaa uda dadeesissa jiraa
Harkaa kenuu irra ofin of ajjesuu woyya
Waa mashalaha nama tola jabadha
Wan Amaa jal sanyiin jedhanii kunii ni ulfati kaanaaf Dubbin Abishee Garbaa dhalatee no no Ajjajonii maaliif akka walgahaa gafatee jal sanyiin ?
Jaal sanyii jaaaGnaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyotu jaallata arara baga araramtan imiman haha iyyesatu lolae
Elilililililililililililililili Hararamman💃💃💃💃💃💃😘😘😘😘😘😘
Oromoon nama baratee dhabbee osoo tane nama walli Galuu dhabbee!!
Haarkahinkaniin
Amaa eiisiin raabii eiira badhaasa eiraajiirtu jabaadha
Bilisummaan yoo haa dhuftu jettan sammuu qulqulluufi fayya qabeessaan yaada! Yoo sanaa achii waggoota oromoon roorrifamte caala lafa dhiituun in haftu! WBO waggoota kudhan achi fageessaa yaadaa! Hattuun biyyaaf in taatu! Garaasheef malee! Of ta'uun yayyaba! Daabni kun dhaabiitti raamma'a agartummoo cubbamtuun in milkooftuu!!
Waan waggaa 2 duraati 😂😂
Amishir amishir amishir amishir amishir amishir amishir ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waliif ta'aa mee Jeneraalota keenya.
Jaal sanyii respect for you dhugaa ummaanni miskinni kun raafee ya buluu😢
Lakkisaa wolii galaa hammaa kana deemtaniimoo hin tau
Yaa ilmaan aayyaa yeroo amma isin akkanatti wal burjjaajeessaa jirttan kanatti uummanni waraana mòotummaatiin rasaasaan gatamaa finxaaleyyii amaaraatin qottoo fi ableen mormi muramaa jira lakkii burjjaajii lakkisaa
🎉🎉
jiradha yeroo isiin akkanattii waalin haasooftaan dhagahuun heedu nama gaamachissuu hin jiruu.
Isin uf duratti laalaara ummanni Oromoo Rabbiin wol isini haa dhageysisu nuuf jiraadhaa gufuun isin hin argin naaf jedhiini Silaa kan zamana kanaa iccitiin like sheriif waan barbaadamuu hin dhokatuu Dadhabinaafi jabinallee diinaafis qoodatuma jirtanii isin worri miidiyaa
Warrii midiyaa Diiguf malee ijaaruu hin beeku
Kun vidiyoo waggaa 3 duraati😂
Shaneen galtetti wbn laga jira abboo
YOOMI BILISOOMAAA OROMOONIII DU'AAA
Bestii
Maloo walii galaa dinaa ofitii hin kofalchisaaa qaliiwan keenyaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Galtuun yaa Galtuu dhiisii
Miimoriin afaanshee keessa jiramo isheen sanyii jedhan kuno inuma albaate kkkkkkkkkk taragaagaime akkuma marrokenyati dhala silaayyu hattuu leenjisa turte dhala shiftaa farsooke dhugime siif darbeera bilisomteeta
❤❤❤❤❤❤❤
Best ABO
Ya Rabbi nuf dirmadhu lafe okkote danqarte nuggudhin OOROMO TOKKO GODHI
Jabaadha umtta oromo rakissa
Yaa waq tokkoo nuu taasisi maaloo😢😢😢
Hhh akkam afuftu saa
Dhugaadha wallaahi
Hassaa fidee Waaraa bedee Gurbaa 🤔🤔🤔
Jal Saanyii dhugaa isaa duubaatan nama dhugaa
Akkam takka nama tola wal faggefatuun sani akka wal dhageefataniti wal haa tasisu
WBO fi PPnis jiddutti ummata Oromoo gaaga'uu keessaniif seenaan isin yaadata seenaan isin gaafata
Araraa araraa araraa namaa mittii waaqa ilalaa malooo malooo oromoof jeedhattii yaa jallootaa keenya
Galluu woyyaa
Wal qoqqooddani,iddoo 55nitti Wal hirtani taakkuu tokko deemuun hin yaadamu Kun baay'ee nama qaanefachiisa 😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaal saanyi miti jaal dhaltudha maale hadharaw
Jaal Marroo fi Jaal Sanyii Arraraamaa Adarraa keessaanii Hataattammanii Dhiffammaa Hundii keessaanii!!!! , Heeraafi Seeraa WBO KABAJAA .DOOGOGORAA NYAPHAAFII JEETTAANII AKKAA SADARKKAA IRRAA JIIRTTAANII IRRAA AKKAA GADII HIDHISSINEE, DIINAA ISIINII KEESSAAA JIIRUU NAMOOTTAA KUDHAANII FILLAADHAA ISAA KUNII SEERAA KABACHISUUYYEE.OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!
🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kan yoomii turee kun yaa oromo
Waa'een Qabsoon bilisummaa Oromoo kun hedduu nama dhiba
Dhiiroo yoo isiniif danda'ame uummata fi qabeenya kamiyyuu siyaasa irraa walaba godhaamee maaloo silaa ni argituu uummannii bobba'ee galuu dadhabee
Gurbaa itt fufee ishee 😳
Ja❤❤badha
🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅
Waligaluu wayya
Jaal sanyii sanyiin kee habaayiatu
Jaal Marron Binensa Guyya Nama Nyatudha
Rabii walii isni hagaluchuu dini akaa nuti hin gamanee
❤❤❤😭😭💕
Kuni haasaa waggaa lamaati!
Jaal sanyii Namicha dadhaba .
Median kuun dinaa oromodha malee firaa oromo miinii
Osoo akkas ta'ee oromoon woliif galee bareeda
sobduu
Maroo janadhuu of egano dhogi
Lamanuu hattootaa bu'aan isaan oromoof fidaan tokkoo illee hin jiru
Dhugani jirtu jaal sanyii... Ajaja warrana bilisuma oroomo dideee.... Ajaja motuma itiopia jallaa demmuu idandesaa......
dubbii ture harra fidduu kuni hojii you tube hojechuudha malee waan biraa miti kana dura si a meeqa kan dhiyaatedha kuni
Baayee garidha ifaa woli biraa dhabatane woli hasa’u baribaduni garidha
Jaali sanyiin ammaarra kaase kan uummata oromooti oromoon Haga bilisoonte turteeti wogaan 7
Jaal maaroon maaf albaattii
Biroonii qabna hin jennee immoo baajeta ji'a tokkoo iyyuu hin qabu jettus Gabaa galte maaf nagadduu?
Hin tane sanyin 6:44
Maaloo uummata oromoof jedhaa walii galaa
Shiftaan hojii qabaa woraana bosonaa keesati ajabj 😢ka ummata dhiiga boochiftani isin ummata qabaasawaa akkana godhuu irra mootummaan gabroomfatee buluu woyyaa diina adii woyya ilmaan ufii dhalanini miidhamuu irra
Tolchee nutii bilisomnee Jira kunoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Kuun waggaa 6 duraa
❤❤❤❤🎉🎉🎉
😂😂😂😂😂😂😂
Hi
Jaal sanyini bifa kaminii ararrame alaabanii addee bilisumaa ummaata oromoo ni Baha moo ni awalamaa?
Ufiikeetii harka ksnnitee haasabiraa dhiisi
Marroo ko dhirraa
Warrii Gala Galaa jetaan kunii ormii kan ofii hidhachiisee Oromoo fixuuf oromoon Amoo hiikadhaa Galaa jettii mee warrii Oromoon hiikadhaa jedhuu Maalif Faanodhaan hiikadhaa Galaa Hin jeneenii mootumaan maalif oromoo duwaadhan jedhee jetaanii yaadanii Garuu
Kayoomiitisaa
Ture Kun osoo jaal moo'i hin du'in haasa'ame
Ergaa ummata oromof jetan oromof dulatin maliif qotee bula oromoo ajesssituuuu😭😭
Maalumaaf xeebdaa? Qotee bulaa kan ajjeesaa jiru eenyuu akka ta'e maalitti beektaa? namni jedhef jetta immoo ragaa aqabdaa?
@@tolsamuel3375eyye ragaah qabna atti maal beta isanumatu ajesee eyye umata kenya ajesatuma jirra ammayu atti soba jechufi ecci bakka dhugaatti hin duttu
❤❤❤❤❤❤ Jaal Sanyii Ulfaadha! Nama kabajaa
Ammayyyu hireen uummataa oromoo balaarra jira,😂😂😂adaraa hundi keessanuu haraaramaa
Qotee bulaa maaf samtuu oromoof qabsoota yoo ta,ee ❤❤❤❤❤❤❤❤jaal maroo atti
Jabaadha umaata oroomo gidduutti rakkisa. Ummanni kun ba'aa isa kam baata kan warraana mootuma moo kaan ABOtti
❤
Rabbin guddan oromoo tokkoo haa godhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maali garuu oromoon yoom of bartii
Yaa rabbii tokko nuutaasissii
Alahamduliaahii.
Maloo mee hararaa nuf busaa bakaa hundaa warii jiraan1 ta'aa.
Amaas hatuun ykn humnaan nama fudhaani demaatti jiruu. Nutii qamaa kaam akkaa ta'yyuu hinbeknuu😢
Duraan matii kegnaa wan harkaa qabaan fi kan hinqabneelen liqiidhaan bafnee amaas himoo malgoona gaa mee maloo jabaadha 😢😢
Nuuf tokko ta'aa❤❤❤❤❤
Jabadha tokkotaya tabba bayaa waliin galaa galmagay I leave ❤
waaqayyoo gooftaan argaa dhageettii ishee ija qaariyyeettin nu yaa yaadatuu.jaalalaafi iccitii milkaa'insaa raawwii hojii bara ifa nuuf yaa ta'u lee.tulluu baha bu'a nama abdii boruu ta'a.
Waaligalaa❤
Waaeen jabadhuu iinqbuu jabadhaa Galtoomaa
good morning 🙏
Dhugaa ketii❤❤
Welcome Jaal Saanyii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Tokko ta'a adara
rabiin ibidif ciddii isiin haa godhuu imiman warraa kenyaa lafaa hin businii gubbadhaa isiin😢😢p
dhugaa jetttee
National qabsoo oromoo baleesuutu
Hicittii waraan baasee hawaassa allammmaa uda dadeesissa jiraa
Harkaa kenuu irra ofin of ajjesuu woyya
Waa mashalaha nama tola jabadha
Wan Amaa jal sanyiin jedhanii kunii ni ulfati kaanaaf Dubbin Abishee Garbaa dhalatee no no Ajjajonii maaliif akka walgahaa gafatee jal sanyiin ?
Jaal sanyii jaaaGnaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyotu jaallata arara baga araramtan imiman haha iyyesatu lolae
Elilililililililililililililili Hararamman💃💃💃💃💃💃😘😘😘😘😘😘
Oromoon nama baratee dhabbee osoo tane nama walli Galuu dhabbee!!
Haarkahinkaniin
Amaa eiisiin raabii eiira badhaasa eiraajiirtu jabaadha
Bilisummaan yoo haa dhuftu jettan sammuu qulqulluufi fayya qabeessaan yaada! Yoo sanaa achii waggoota oromoon roorrifamte caala lafa dhiituun in haftu! WBO waggoota kudhan achi fageessaa yaadaa! Hattuun biyyaaf in taatu! Garaasheef malee! Of ta'uun yayyaba! Daabni kun dhaabiitti raamma'a agartummoo cubbamtuun in milkooftuu!!
Waan waggaa 2 duraati 😂😂
Amishir amishir amishir amishir amishir amishir amishir ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waliif ta'aa mee Jeneraalota keenya.
Jaal sanyii respect for you dhugaa ummaanni miskinni kun raafee ya buluu😢
Lakkisaa wolii galaa hammaa kana deemtaniimoo hin tau
Yaa ilmaan aayyaa yeroo amma isin akkanatti wal burjjaajeessaa jirttan kanatti uummanni waraana mòotummaatiin rasaasaan gatamaa finxaaleyyii amaaraatin qottoo fi ableen mormi muramaa jira lakkii burjjaajii lakkisaa
🎉🎉
jiradha yeroo isiin akkanattii waalin haasooftaan dhagahuun heedu nama gaamachissuu hin jiruu.
Isin uf duratti laalaara ummanni Oromoo Rabbiin wol isini haa dhageysisu nuuf jiraadhaa gufuun isin hin argin naaf jedhiini
Silaa kan zamana kanaa iccitiin like sheriif waan barbaadamuu hin dhokatuu
Dadhabinaafi jabinallee diinaafis qoodatuma jirtanii isin worri miidiyaa
Warrii midiyaa Diiguf malee ijaaruu hin beeku
Kun vidiyoo waggaa 3 duraati😂
Shaneen galtetti wbn laga jira abboo
YOOMI BILISOOMAAA OROMOONIII DU'AAA
Bestii
Maloo walii galaa dinaa ofitii hin kofalchisaaa qaliiwan keenyaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Galtuun yaa Galtuu dhiisii
Miimoriin afaanshee keessa jiramo isheen sanyii jedhan kuno inuma albaate kkkkkkkkkk taragaagaime akkuma marrokenyati dhala silaayyu hattuu leenjisa turte dhala shiftaa farsooke dhugime siif darbeera bilisomteeta
❤❤❤❤❤❤❤
Best ABO
Ya Rabbi nuf dirmadhu lafe okkote danqarte nuggudhin
OOROMO TOKKO GODHI
Jabaadha umtta oromo rakissa
Yaa waq tokkoo nuu taasisi maaloo😢😢😢
Hhh akkam afuftu saa
Dhugaadha wallaahi
Hassaa fidee Waaraa bedee Gurbaa 🤔🤔🤔
Jal Saanyii dhugaa isaa duubaatan nama dhugaa
Akkam takka nama tola wal faggefatuun sani akka wal dhageefataniti wal haa tasisu
WBO fi PPnis jiddutti ummata Oromoo gaaga'uu keessaniif seenaan isin yaadata seenaan isin gaafata
Araraa araraa araraa namaa mittii waaqa ilalaa malooo malooo oromoof jeedhattii yaa jallootaa keenya
Galluu woyyaa
Wal qoqqooddani,iddoo 55nitti Wal hirtani taakkuu tokko deemuun hin yaadamu Kun baay'ee nama qaanefachiisa 😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaal saanyi miti jaal dhaltudha maale hadharaw
Jaal Marroo fi Jaal Sanyii Arraraamaa Adarraa keessaanii Hataattammanii Dhiffammaa Hundii keessaanii!!!! , Heeraafi Seeraa WBO KABAJAA .DOOGOGORAA NYAPHAAFII JEETTAANII AKKAA SADARKKAA IRRAA JIIRTTAANII IRRAA AKKAA GADII HIDHISSINEE, DIINAA ISIINII KEESSAAA JIIRUU NAMOOTTAA KUDHAANII FILLAADHAA ISAA KUNII SEERAA KABACHISUUYYEE.
OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!