ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Dhugumama ❤❤❤❤❤
Dhugaamoo😢😢😢
Ammaa wolsirreessa, WOL MAKSUU DHIISSAA🎉🎉🎉
Nuuf jiraadhu leenca saba 🥰🥰🥰
Kayyion jijiiraamu fi foyyaamuu dandaa🎉🎉🎉
Tole Abagaraa!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wan bareda
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akka ummatii oromoo sirna mootummaa wayyaanee kan ABO fi WBOn waggoota 27 guutuu qawween lolee, lolaan moohachuu dadhabe qaroominna qabsoo siyaasa karaa nagaatin moohatee angoo irraa ari,ee meqqeleetti galchee angoo qabachuudhaan guutuu biyya itiyoophiyaa bulchuuf angoo isa madaalu qabatee biyya bulchaa jiru ABO WBOn hin beekuu.
❤❤❤❤❤
❤❤
Dhugaa dha wly ❤❤❤❤
❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️💯💯💯💯💗💗💗💪💪💪
Goota Oromoo
Hatota hadharahuu
DHugaa kee jedhte jaalle Gammee.ppn waanuma abbaan ishee kaleessa Uummata Oromoo irraatti dalagaa turan dhaaltee Uummata Oromoo irratti dalagaa jirti.
Samichaa fi ajjeechan ummata oromo irrati rawatamaa jiru irraa dhabachuu qabdu oromoon yoos isiin bira dhaabbata ykn isinis ummata oromoo irraa samiichi isinitti waan toleef dubati haftani
Maal dhabatata sila amma imoo ittu dabalani dhugaa hiyeessa kan jedhamee irra birri kumaa dhibbaa lamaa. Gurra jirrani salalettii😢😢😢😢
Saying nadhoo jaba🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🤣🤣🤣🙄🙄🙄🤪🤪😜😛
Tks for all we know the truth now
Asham harka funa nagaha jirta jajabeewan ilman oromo baga nu jiratan gaafii siinira qabna kanafu komenti dubiisa hoojira olcha isiinin jena kabajadhan rakko guuda ulfata ta,eetu jira goodina shawa kaaba anaa daara keesati wara ada bilisuma himacha umata nagahara mesha warana guura jiranii hawala kuuma dhiba shani gafata jiru umata nagahara mallo maa califtan hogantoni warana billisuma oromo fii hayooni umata oromo nuuti jabadha umani dhuma jira warana ada bilisumatin qaween gurama jira malaqni kuma 50000 gafata jirani nu harka dhume bellan kanafu umata kana nura kaasa yoo raabbi sodatan warani daarra jiru haatudha maqa warana baalesa jirani
Dhugumama
Aboo deemi hattuu ummanni oromoo takkaa baroota dhibbaa ol kottaa nuuf galaa jedhee hinbeeku eessa jirtan kottaa nuuf lplaa jechaa ture malee hardha ummanni oromoo waan keessa jiru beeka.ati ittin himtu.yaa gadhee sanyii isinii ol goota.dhugaa hubatee miidhaa ummata oromoo irra gahaa jiru shira isin maqaa qabsootiin ummata oromoorratti dalgdan hubatee gale😅
Rakkoon guddaan OLO inni guddaan gandummaadhaHanga gandammaan jidduu keessani hin dhabnettiiGalma gahuun hin danda'amu
Torban kana keesa nama 100 ol qabani haawala gafata jira goodina shawa kaaba anaa daara ganda iluu wayu keesa kanafu hogantoni warana jaren kaana nura buqisa yoo dhugan umata oromof maana baatan ta,ee
Dhugaa kettii fichettis akkasuma kumaa dhibba lamaa gafacha jiruu sababa tokko malledha😢😢😢😢😢
Hin sobiin dhugaan jirtuu kaan sanyiin faa keessa jiranudha kijibaa as,uu hin salfatuu atti dhigaa oromo dhuguu bartee hatuu namaa akkake hin qabduu oromoon issin nama ajeesu samuu maale hangaa ammati homaa hin arginee heeraa biyyaa keenya keessati namni biyyaaf qabsa,uu biyyaa hin ajeessu atifi maroon nama ajandaa dhunfaa keetif bakee teessa seenan oromoo akka atti hufistuu mitti baar
Burjaajoonni.hattuufii.sobduun isini Amma booda ummanni oromoo.isiniin sobamu hinjiru xiqqoollee hinqaanfattan yeroo.kijibdan ilmi namaa xiqqoo illee hiyaada Kan isintti hinfakkaanne saboo isin horiidha.moo ilma namaati ummanni oromoo isinirraa hanga firii xaafii hin eegu dinning ummata oromoo.guddaan isini warra.gaafa ummanni oromoo injifate maalif injifata jedhee wayyaaneefii faannoo waliin oromoo diiguufii duubatti deebisuuf bitamtanii oromoo fakkaattanii oromoorratti hojjattu hinqaanfattu isinii ol namni ummata oromootuffate hinjiru yaa qarbabboo afaan banaa Amma booda of sobdu malee ummata oromoo sobuun hindandahamu
Dhugadha
😅😅hatun gisee baka itti dhokatu hogu dhabde waren lubu
ABO WBOn heeraaf seera ABOn qabaachaa tureen wal bulchuu dadhabee bara baraan gareef gosummaan wal diiguuf wal lolee,lolaan wal moohachuuf qawwee hidhatee ufi harkaa qabaachaa tureen wal fixuu isaa irratti umrii waggoota 50 olii laakkawatee qabu seera kamiin bori ummata oromoo bulchuuf mootummaa oromoo lolaan moohachuuf yaalii godhuu isaa irratti dhumaa jira?
Mootummaan kun burjaajjii uuumeera.garuu burjjaajjiin jarri bosona keessa yaatu uumte ummata keenya morma mureera.kanaafuu isin hin taatan
Hayii oromoo koo araarri bareeduma garuu woranni WBOn Kun osoo hin jiranne tahee oromoon kabaja hin qabu ture harras,kalessas harras namni miidhama oromoo jaalatu WBO osoo hin taane,waraana motumma Fi finxaaleyyi amaara qofadha.motumman amaara woraana mataa isa qaba yeroo kana,motumman tigre woraana mataa Isaa qaba,garuu oromoon yoo WBO hin tahin woraana mataa Isaa hin qabu.Rabbi tokkumma nuuf kenne araara nuuuf haa kennu
Umatta midhaatti maal kabajan
Dhugan jirtu tanuma
Boodi gaardii ta'eefmoo jaarsi!

Rakkoon guddaan OLO inni guddaan gandummaadha
Hanga gandammaan jidduu keessani hin dhabnettii
Galma gahuun hin danda'amu