GOOTA MARARAA-YADESA SHIRI:-Ethiopian Afan Oromo Protestant Song.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 24 พ.ย. 2024

ความคิดเห็น • 1.3K

  • @easternemera3955
    @easternemera3955 ปีที่แล้ว +5

    Farsaa baredadha. Eebbifami Yadasaa

  • @yordate7629
    @yordate7629 หลายเดือนก่อน +8

    ኦሮምኛ አልችልም ብሰማው ብሰማው አልጠግብምአልኩ ወንድሜ ዘመንህ ይባረክ

    • @Roza-fl2wf
      @Roza-fl2wf หลายเดือนก่อน

      Betam new dess yemilew geta yekber enem alchlem gen eysmaw new beka geta yawkwal

  • @sosinaaklog8395
    @sosinaaklog8395 2 ปีที่แล้ว +23

    ከነገድ ሁሉ ከቅንቃ ሁሉ ከወገንም ሁሉ ከህዝብም ሁሉ ሰወችን ዋጅተህ ለአምላክህ መንግስት ካህናት ይሆኑ ዘንድ አደረካቸው :: የዪሃንስ ራይ 5- 9-10 ተባረረኩ

  • @yadesashiriofficial1379
    @yadesashiriofficial1379  4 ปีที่แล้ว +209

    Galatoomaa jaallatamoo obboloota koo hundi keessaanuu!

    • @Jesus_is_Lord_Ever
      @Jesus_is_Lord_Ever 4 ปีที่แล้ว +6

      Waaqayyoo si haa eebbisuu eebbifam!!!

    • @bedasataye4460
      @bedasataye4460 4 ปีที่แล้ว +3

      Baay'ee si jaallanna Yaadoo Keenyaa. Waaqayyoo guddaa si haa eebbisu ammallee dabalee.

    • @MICHUMEDIA97
      @MICHUMEDIA97 4 ปีที่แล้ว

      Yaadoo,my favorite singer u did it,ebbifami

    • @MICHUMEDIA97
      @MICHUMEDIA97 4 ปีที่แล้ว

      Keep it up

    • @olaantuumoyi67
      @olaantuumoyi67 4 ปีที่แล้ว

      Ebbifamii

  • @hanonyohannes3565
    @hanonyohannes3565 4 ปีที่แล้ว +63

    I love oromo and specially protestant oromos they are wise and the grace of Almighty God is upon them they look so beautiful , peaceful , full of grace... From Kanbata and Hadiya

  • @alinesru-rt3bw
    @alinesru-rt3bw ปีที่แล้ว

    Farfanna bayyee bareedadha. Farffatta Yedata Shirri nuf Ebbifammi

  • @helentuffa1552
    @helentuffa1552 3 ปีที่แล้ว +32

    ጌታ እየሱስ ፀጋውን ያብዛልህ ዝማሬህ በጣም የሚባርክ ነው ፓወር አለው (በጌታ ፍቅር ግን )እንደው እንደዘመኑ ዘማሪ እና ፓስተር
    የእግዚአብሔር ቃል አይቅለልብህ፣ እህታዊ ምኞቴ ነው

    • @ebaayele43
      @ebaayele43 2 ปีที่แล้ว +3

      God bless u my sister

  • @yohannesteferra6202
    @yohannesteferra6202 3 ปีที่แล้ว +45

    ድምጽህን ስሰማ ራሱ ሰውነቴን ይነዝረኛል፡፡ ኦሮሚኛ አልችልም ግን በጣም ነው መዝሙሮችህን የምወዳቸው፡፡ አንተ በእውነት የተቀባህ ዘማሪ ነህ !! እግዚአብሔር ዘመንህን የበረከት፣ የልምላሜ ያድርገው፡፡ አንተ ድምጽህ ራሱ የተቀባ ነው፡፡ በርታ !! ስወድህ !!!!!

    • @samielektronics2023
      @samielektronics2023 2 ปีที่แล้ว

    • @MrGIG2012
      @MrGIG2012 2 ปีที่แล้ว

      ኢየሱስ ለዘላለም ይባርክህ/ሽ!!!!!!!❤️❤️❤️❤️❤️

  • @kennaayesus8465
    @kennaayesus8465 4 ปีที่แล้ว +12

    Dhifamaa wajjin harkaa shimalaa ittiin qabatee sanii macafaa utuu ittin qabatee garidhaa farfanan kesan namatii tolaa garuu shimalaa of harkatii hin batina

    • @SamiDebisa
      @SamiDebisa 2 หลายเดือนก่อน

      Shimalali ken waqaatii

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuffii waaqaayyoo dachaa issin haa ebbisssuu Obboleessa kenyaa yaadasa shiri ebbiffaami hedduu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @oromiyaoromiya6079
    @oromiyaoromiya6079 4 ปีที่แล้ว +14

    Baguma ijollee yasus tane❤❤❤muca waqqayoo taa,uura kan calu maltu gamachun jirare

  • @AbsiHubene
    @AbsiHubene หลายเดือนก่อน

    Waqayyoo barafaa jirenyaa kee ha ebbisuu hangaa dhumatii cimsee siyaa dhabuu

  • @gelanalemiofficial2850
    @gelanalemiofficial2850 4 ปีที่แล้ว +29

    Uffee Yaadoo koo,jecha akkamiin ibsadhuree Gammachuu koo.Gati -jabeessa koo gatiin kee Jireenya bara baraati kaa❤❤❤❤.
    Ati eebba keenya, Ayyaana irratti ammas Ayyaana siif haa baayyisu,Yesuus Kiristoos.Ammayyuu Ulfinaa gara Ulfinaaaaaaaaaaaa

  • @meliyajamal813
    @meliyajamal813 2 ปีที่แล้ว +10

    Good blessed you Im your Muslim sister oromo

    • @misganabulto6217
      @misganabulto6217 3 หลายเดือนก่อน

      My darling sister, we will pray for u

  • @qumbiipictures
    @qumbiipictures 4 ปีที่แล้ว +45

    WOW...Yadokooo hojii kanatti baay’ee eebbifaminera naaf jiradhuu baay’ee sii jalaana sii kabajnas ❤❤❤😘

  • @tolerasisay4232
    @tolerasisay4232 4 ปีที่แล้ว +2

    Ajaa`iba Aabbee Aadaa ofiin goofticha waaqessuun akkam namatti tolaa uffffffffffff afuurri keenyi itti boqoteeraam yaadi si jaalanna jabaadhu Tumi mataa jawwicha hamma yesuus dhufutti

  • @welega2624
    @welega2624 4 ปีที่แล้ว +4

    Uufffeee eebbifamaa Ayyaanni waqayyoo isiinif ha dabalamuu dachaa

  • @berhanemuleta2044
    @berhanemuleta2044 3 ปีที่แล้ว

    Ayyaannii waqayyoo dacha dacha siifi haa bayyaatuu jabadhuu nama kakuu jireenya kee haa Eebbisuu goofta Ameeeeen Ameeeeen Eebbifami Eebbifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 8 หลายเดือนก่อน +4

    Maatii naaf ta'aa ilmaan Kiristoos

  • @zinnashmakonin7531
    @zinnashmakonin7531 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffffeeeee farfannaa dhageefadhe qufuu dadhabee dha yesus yaa Abba dhugaa koo
    Ulfaadhu birmaata koo yeroo raakkina yesusee koo
    Yaado kanumaa caala ayyaana isa siif haa dhagaalasu gooftichi

  • @samueldingeta632
    @samueldingeta632 4 ปีที่แล้ว +13

    Faaruu keetti Eebbifamneerra Kan yeroo hundaa jaalala siif qabnu EEBBIFAMI!!!!

  • @minayehuabera2739
    @minayehuabera2739 2 ปีที่แล้ว

    ሀሌሉያ እዚህ ውስጥ ለኢየሱስ ሲመለክ ከመደሰት በላይ ምንም የለኝም።አንድ ቁጥር እንዲህ ይላል ሰዎች ለሞቱ ሰዎች ጀግና ብለው ይዘፍናሉ እኔ ግን ለክርስቶስ ደሙን ላፈሰሰልኝ እዘምራላሁ ይላል።ስለዚህ ለክርስቶስ እየዘምርክ እያመሰገንክ እንደመጀመሪያው መሆን አትችልም።ክርስቶስ ለተሻለ ኪዳን ዋስ ሆነን።

  • @kokiarsenal5906
    @kokiarsenal5906 3 ปีที่แล้ว +5

    ኣሜን አሜን አሜን
    አሜን በስማው በስማው ማለስልችው መዝሙር 🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ኢየሱስ ለዘለዓለም ጌታ ነው

  • @josephmulatu3441
    @josephmulatu3441 3 ปีที่แล้ว

    Dhuguma yoo dubbanne Itoophiyaa keessa hamma faarfattoota Oromoo faarfannaa ergaa guguddaa dabarsu kan faarfatu Mee natti himaa! Ijoollee keenyaa eebbifamaa.
    Nama taatee natti dhiyaattee .... Hin quufamu. Eebbifami yaadoo!

  • @askalechalchisa7422
    @askalechalchisa7422 4 ปีที่แล้ว +4

    Dhugaa waan ajaa'ibaatii waqayyoon ayyaana isaa siniif haa bay'isuu nama waaqayyoo kanuma caalaa Darbaa faarsaa Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ebifamaaaaaaaaaaaaa

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 4 ปีที่แล้ว +1

    Huuufff galatomii Yadoo kenyaa waqayyoo baraf jirenyaa kee haa Ebisuu Ebifamaa dhugaa Ayyannii waqayyoo kana calatii isiniraa yaa Calaqisuu 👏👏👏👏🙏🙏🙏

    • @BonntuSiasa
      @BonntuSiasa 9 หลายเดือนก่อน

      🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏👌👍👍

  • @ambassadorofchrist6372
    @ambassadorofchrist6372 4 ปีที่แล้ว +5

    Ufffeeee Yaadooo kooo ebbifami dachaa
    Yeroo dheeraa booddee we missed you a lot!
    Dawituu erga qullaa buusee ani raammoon kun maaliree anis qullaan buusa malee!
    Gooftaa Yesuus koo hallelujah

    • @lomigetachow5399
      @lomigetachow5399 4 ปีที่แล้ว

      jajabata qeeroni oromo undu ❤❤💪💪💪

  • @firaolabdi971
    @firaolabdi971 4 ปีที่แล้ว +1

    Goofita koo atummana nuuf ladhuu fuurmata dubini keenya danagaa darbee

  • @melakukebede8056
    @melakukebede8056 4 ปีที่แล้ว +24

    ወንድም ያደሳ ያቀረብከው መዝሙር እጅግ በጣም ጥሩ የሚባርክና እኔም ሆንኩ ቤተሰቤ የተባረክንበት በመሆኑ በጣም ወድጄዋለሁ ጌታ ኢየሱስ አብዝቶ ይባርክህ በመንፈስ ቅዱስ የሆነውን ቅባት ይጨምርልህ።እንዲሁም አጃቢዎችህን በሙሉ እነ ሂርጳ ዳግም አብረሃም ተሬ ጉቱን ወድጃቸዋለሁ ጌታ ኢየሱስ ይባርካቸው።

    • @drmarugama3123
      @drmarugama3123 ปีที่แล้ว +1

      Ggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggggģggggggģggggggggggggggg

  • @tolerafufa5683
    @tolerafufa5683 ปีที่แล้ว +1

    YAADOO JAALLATAMAA NAMAA!!!!! FAARFANNAA KANA QUUFUUN DADHABE. SIN JAALLANNA!!! AYYAANNI KUN SIRRATTI HAA HAFU..... NUUF BULI

  • @BerhanuBekeleBrex
    @BerhanuBekeleBrex 2 ปีที่แล้ว +7

    I am from Gamo/Arba-Minch, Eth #love this very much. May God bless you more!!

  • @motiurgesa4112
    @motiurgesa4112 4 ปีที่แล้ว +1

    woow yadiisha waaqayyo ayyanaa isa sif haa baay'isu kana caalaa!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @sifanrgasa6161
    @sifanrgasa6161 4 ปีที่แล้ว +54

    ዋዉ የምደንቅ ነው ሁላቸውም ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ እወዳቸዋለሁ ኢየሱስ ገለቶም 🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @isotube8195
      @isotube8195 3 ปีที่แล้ว +1

      💝

    • @hewetgch2900
      @hewetgch2900 3 ปีที่แล้ว +2

      Galatomaa Ebiamaa ejolee waqayoo

    • @TakeleAdimasu-dq8zo
      @TakeleAdimasu-dq8zo ปีที่แล้ว

      Faafanabareedadha

    • @TakeleAdimasu-dq8zo
      @TakeleAdimasu-dq8zo ปีที่แล้ว

      ❤❤😢🎉❤❤😂😢😮😊😅🎉🎉🎉😮😅😅🎉🎉😮😅😊😅❤❤😂😢😮😊😊😊😮😊😊😊😊🎉😂😂❤🎉😮😅😅😊

  • @lireeyuneh8579
    @lireeyuneh8579 2 ปีที่แล้ว +1

    ትርጉሙ በይጋባኝም መዝሙርክ ደስስስስ ይላል ጌታ ይበራክህ።

  • @gelanalemiofficial2850
    @gelanalemiofficial2850 4 ปีที่แล้ว +23

    Irra deddeebi'ee yoon dhaggeeffadhes yoon irra deddeebi'ee ilaalees quufuu hin dandeenye.Lovely Singer,Kindly Anoited Singer,Everlasting Blessings and Crown that never Losses its brightness will be given,Eebbifami.Baayyeedhuman si jaalladha,duris, ammas fuuldurattis.❤❤❤

  • @leetsfonamerama6641
    @leetsfonamerama6641 3 ปีที่แล้ว

    Galatoomi, galatoomi Yesuus...faarfannaa ajaa'ibaa! Ulfaadhaa; warri faaruu kana keessatti hirmaattan hundi.

  • @TedhomeWoldesemayat
    @TedhomeWoldesemayat ปีที่แล้ว +3

    ሁሌም ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ ! ድንቅ የምስጋና መዝሙር ነው።

  • @megertubeyene7805
    @megertubeyene7805 3 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoon adaa qabaniin galateeffachuun gaariidha! Jabaadhaa! Eebbiofamii!!

  • @kakuuakalu5789
    @kakuuakalu5789 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen.ameen ameen ameen ameen ameen.ameen.......❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏eebbaa isaa keenna.isaa.waaqayyoon.☝waaqa.jiraata.siif.haa baay'isuu.aayyani.isaa.dhachaa.sii haa.argaatu.....🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @samsonteklewold363
    @samsonteklewold363 6 หลายเดือนก่อน +2

    When I'm listening this song sometimes I'm crying screaming shouting because of Holy Spirit especially when I'm pregnant god bless you keep you safe everything🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @ኢየሱስጌታነዉ-ደ1ጀ
    @ኢየሱስጌታነዉ-ደ1ጀ 2 ปีที่แล้ว +3

    መነአብቹሁ ታባርኩ የአገሬ ልጆች 👨‍👩‍👦‍👦 ተባርኩ ኢየሱስ ጌታ ነው እወዳችኋለሁ

    • @msung-k1n
      @msung-k1n 2 หลายเดือนก่อน

      ❤❤❤🎉🎉

  • @abdimolla528
    @abdimolla528 3 ปีที่แล้ว

    Anif Matiin kiyaa martii bayee bayee bayeeee si jalanaa,Waqayyoo dabalee dadabalee dechaa dechaan siyaa ebisuu
    Farfanaa kes yeroo bayee dhagefanaa aka ananii nama qabanesaa yoo rabii jedhee qamaan si arguu fedhaa sexanatii mudii sin jechuu fedhaa 🙏🏾🙌🏽🙏🏾

  • @NtsanetNetsi
    @NtsanetNetsi 6 หลายเดือนก่อน +3

    Yaadasako
    Bagaa
    Gaamaade
    Muucaa
    Iyeesuus
    Ta.uu
    Keetii

  • @birkigurmessa7088
    @birkigurmessa7088 3 ปีที่แล้ว

    Faarfataa Yaadasaa, guddaa galatoomi. Faarsaan kee kun baay'ee natti tole. Ergaan isaa fi akkaataan ittin adaa waliin walsimsiiftee baay'ee natti tole! Ijoolummaa koon isan baadiyyaa aadaa bareedaa qabu keessatti guddadhe nayaadachise!
    Yaadoo ayyaanni siif haa baay'atu!

  • @aynalemderbe3256
    @aynalemderbe3256 3 ปีที่แล้ว +6

    ድንቅ ነዉ መዝሙሩ አሜን አሜን ተባረክልኝ እግዚአብሔር ይባረክህ!

  • @Tedikasa-ct8te
    @Tedikasa-ct8te ปีที่แล้ว

    ተባረክ የእግዚአብሔር ጸጋ ይብዛልህ አቦ መንፈስ አለብህ ኦሮሞኛ ባልችልም ታንጸቤታለው ተባረክ ይህን ጸጋ የሰጠህ ጌታ ይባረክ

  • @makdestesfaye197
    @makdestesfaye197 4 ปีที่แล้ว +9

    Ameeen Ameeen Ameeen ebbifaami yadoo ebbifaama hundumti keessan ayyanni sifhaa bayyattuu👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @GemechuBabe
    @GemechuBabe 13 วันที่ผ่านมา

    "Kunoo ilillee siif Galata"eebbifami yado

  • @senafpicture5843
    @senafpicture5843 4 ปีที่แล้ว +6

    Yaddo koo baay'ee baaredaa itti fufii
    Waaqqayyo si haa eebbisuu 💯✔☺👏👏👏👏kunoo galataa galata keeti👏👏👏

  • @sifanwallaggaa3803
    @sifanwallaggaa3803 4 ปีที่แล้ว +2

    Ebifama uuuffee amen amen amen jiradhaa ijoolee waqayyoo ebifama ♥️♥️♥️♥️😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @tewbelwodaje8710
    @tewbelwodaje8710 4 ปีที่แล้ว +18

    Maqaa Waqayoon Ulfalaa! ምን እንደምላችሁ ቃላት ያጥረኛል፡፡ በዚህ ክፉ ዘመን ትውልድ መሃል ብርሃን ሆናችሁ ስለተገለጣችሁ ጌታ ኢየሱሴ ብርክ ያድርጋችሁ፡፡

  • @baabilabbaagaroo6693
    @baabilabbaagaroo6693 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo dachaa dachaa si yaa eebbisu, hinquufamu, hinnuffamu yeroo hundaa dhageeffachuun nama qabbaneessa!!!!!!!!!!

  • @yalewtadele7383
    @yalewtadele7383 3 ปีที่แล้ว +20

    የቕንቕ ሁሉ ባለቤት ስሙ ይክበር

  • @waktoletadesse7206
    @waktoletadesse7206 2 ปีที่แล้ว

    Baayyeemaa waaqayyoo goftaanii bantii waaqa saa Eebbiisuu fulaasaa siif haa Ibsuu.

  • @HopeOfLife.
    @HopeOfLife. 3 ปีที่แล้ว +3

    God bless you! Waaqayyoo si haa eebbisu!

  • @studentseven3951
    @studentseven3951 3 ปีที่แล้ว

    Ebbifaammaa dacha dacha irraa deddeebi'ee dhageefadhee quufu dadhaabee Farfannaa. Ayyaan naa qabeessaa !!!! Ameen Ameen

  • @rahellema6487
    @rahellema6487 3 ปีที่แล้ว +31

    I don't understand the language. But worship with your
    Blessing song ...❤❤

  • @جواهرالشمري-ش6ل
    @جواهرالشمري-ش6ل 3 ปีที่แล้ว

    Isa taasuu lubbun jiradhee bara baraan ayyanasa isinif haa bayyatu🇸🇦🇸🇦❤️❤️❤️❤️

  • @Dr.TekalignTesfaye
    @Dr.TekalignTesfaye 4 ปีที่แล้ว +4

    Yadoo, ayani Gofta Kegna Yesus Kiristos Sif habayetu...guda ebifemi

    • @hundaollammii1860
      @hundaollammii1860 4 ปีที่แล้ว +2

      Faaruu ajaa'ibati Waaqayyoo si haa ebbisu!

  • @atsedetesfahun697
    @atsedetesfahun697 3 ปีที่แล้ว

    Ameeennn ebbiiffammaaaa dhuga wa2 tokko farsa baredaa 2ffa addakooooo oromuman 1ffaaaaaakooooo addan sayuuu bonsaaa yesssss100%😍😍😍💞💞💞❤🙏

  • @godisgoodallthattime3406
    @godisgoodallthattime3406 4 ปีที่แล้ว +12

    Wow amazing
    God bless you yadoo❤️🙏

  • @dammedammu7018
    @dammedammu7018 4 ปีที่แล้ว

    Waqayyo si haa ebbisu yadasa kana calaa waqayyo ayyana isa sif haa bayyessu ebbfamaa 🙏

  • @masreshamathewos2286
    @masreshamathewos2286 ปีที่แล้ว +3

    I wish if there is a sub title, so that those people who can not listen Oromia language can understand the song well. God bless you!!

    • @emebethailu903
      @emebethailu903 ปีที่แล้ว

      same I love listening but mess up the words.

  • @sifanjiragna6689
    @sifanjiragna6689 3 ปีที่แล้ว

    Amma kana sirbamoo farfannadha jedhani ilalanii dhageeffatu adaraa waqayyo nu galuuma dide inni siena farfannaf sirbasa bara itti adda baafachuu dadhabne kessa jirra waaqayyo nu ha gargaaru male. waqayyo kana jibbe mana isa cufate maqaa kessanif dheekamsi nutti dhufe 😭😭😭😭

  • @diribabeyene5229
    @diribabeyene5229 4 ปีที่แล้ว +54

    I can't detail how much I blessed of the song!!!! This is really what we have to do at this critical time. What ever the condition either good or bad we called to worship the everlasting God!!! Don't stop worshipping him that is our first mission on this world!!!!! Gad bless you Yaadee keenyaa.

  • @gadiseyadeta3519
    @gadiseyadeta3519 3 ปีที่แล้ว

    Eebbifami Yaadooko! Faarfannaan kee hunduu yeroo hundaa haaraadha, hin nuffamu.

  • @rja3401
    @rja3401 3 ปีที่แล้ว +9

    I can’t wait to see 1M viewers for this song 🙋🏽‍♀️😳

  • @winnersway4864
    @winnersway4864 3 ปีที่แล้ว +1

    Darbuun ko jabina koon miti.
    Waaqayyo isin haa eebbisu.

  • @laniefufa3481
    @laniefufa3481 4 ปีที่แล้ว +5

    OMG Amazing song wwooww thank you jesus 🥰🥰🥰🥰 God bless you yaado

  • @iftuumasiihiijirataatube7172
    @iftuumasiihiijirataatube7172 2 ปีที่แล้ว +1

    Woooooowww farfannan kun bayyee namatii tolaa sijalaa nyatameraa warra shubbisaa danda,aan birattii
    Ebifamii guddaa

  • @ratolesa196
    @ratolesa196 4 ปีที่แล้ว +34

    Woooow Praise God in the middle of Sorrow ohhh Gaalani sifii I can’t stop listening and worshipping...ijoollee waqqayyoo ittin ebbifamaa maqaa waqqayyoos ittin jajjadhaa 🙏🙏🙏🙏

  • @Amenmercy2119
    @Amenmercy2119 2 ปีที่แล้ว

    Mnale Afaan oromoo bchl yalkut yhn mezmur ssema new bekn 1 gize enka salsemaw alwlm

  • @biqilaa852
    @biqilaa852 4 ปีที่แล้ว +41

    No word can explain how bless full the song is!
    We Luv u ilma Abbaa Gadaa!

  • @mergaetefa7120
    @mergaetefa7120 4 ปีที่แล้ว

    lubbuu tokkitti yaadoo keenya baayyee namatti tola galatoomi guyyaa guyyaattin dhaggeeffadha farfannaa kana galatoomi

  • @mrhiriya
    @mrhiriya 3 ปีที่แล้ว +9

    I don't know how many times I watched it.......blessed wonderful song...worship

  • @Kano2023-f2p
    @Kano2023-f2p หลายเดือนก่อน +2

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @eldumg3133
    @eldumg3133 3 ปีที่แล้ว +4

    Si taasuun lubbuun jiraadhee kabajoomii kabajoomii😭🙏🙏🙏 This Gospel song should reach million views. What a song!! God bless y'all!
    Kunoo galatakee galataa hoo galatakeetii👏👏👏

  • @melakukebede8056
    @melakukebede8056 4 ปีที่แล้ว

    Bayee gaalaatomaa faarfanna heeduu namaagamaciisudha oboolessa koo yadassa heedu gaalaatomi Goftaan Iyasuss siinaebissu Dibaatin Afuuraa qulqullufi Muulatiin Goftiichaa siihabayatuu.

  • @bethlehembethlehem4576
    @bethlehembethlehem4576 3 ปีที่แล้ว +3

    WOW 👏😮👏😮👏 I have no word 😳 Thank you Jesus 🙏

  • @almanassar6459
    @almanassar6459 3 ปีที่แล้ว

    ijoollee waqayyoo jaallatamofikabajamo baga farfattani baay'ee namatti tola ❤❤❤❤❤❤❤warri hin gallefimmo wani isaanitti dhaga'amu barressu ✍✍yaanni isaani iddo sirba waan jirufidha itti hin faradamu ebbiifama ebbiifama yesus koo isin haa ebbiisuu 🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌

  • @jesuschristsavesjcspictures
    @jesuschristsavesjcspictures 4 ปีที่แล้ว +11

    God bless you yadeeko It's a blessing I couldn't. Stop listening to this amazing powerful song its the best

  • @tgjtyu3904
    @tgjtyu3904 2 ปีที่แล้ว

    Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Gooftaan Bara fi Jireenyaa kee haa ebisuu Ebifaami 💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏

  • @mereramulatu707
    @mereramulatu707 4 ปีที่แล้ว +13

    I have no words to explain how it's amazing
    may GOD bless you again and again

  • @oleralemi2222
    @oleralemi2222 3 ปีที่แล้ว

    Nama taatee natti dhihaattee na fayyifte. ameeeen Ayyaanni siif haa baayyatu Ayyanomaakoo

  • @moibonbekele3439
    @moibonbekele3439 4 ปีที่แล้ว +8

    I can't stop listening may God bless you abundantly

  • @hawii1034
    @hawii1034 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeen ameeeeeen ebbifama ebbifaama maatii waaqayyo uuuuffffuuuufffeeeyy mee kaahen taarressa haayyanni waaqayyo siinirraatti haa roobu❤❤❤❤❤💚💚💚💚🙌🙌🙌🙌🙌🤲🤲🤲🤲🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️

  • @abdissamengesha876
    @abdissamengesha876 2 ปีที่แล้ว +6

    A very beautiful and strong spiritual message along with my people’s cultural beats 🎧 Wow!!!
    እግዚአብሔር አምላክ ዝማሬያችሁን መስዋዕታችሁን ይቀበል🙏
    የሚገርም መልዕክት የማይጠገብ ዝማሬ🙌

    • @kimem7125
      @kimem7125 2 ปีที่แล้ว

      )Ooo)o)oloomokkll¡¡

  • @shelemagadisa4735
    @shelemagadisa4735 4 ปีที่แล้ว

    Sagalichi baayyee eebbifamaadha.namas jajjabeessa eebbifamaa.garuu vidion isaa baayyee nama jibbisiisa.sirba fakkaata ,maaloo isa modernize gochuu barbaaddan kana dhiisaa.namoota baayyeetti gufuu tahaa jirtu.uffata sirbitootaa uffattanii warra hawwisoo waliin isa sirbitan kana dhiisaa.

  • @MrETHIOISRAEL
    @MrETHIOISRAEL 4 ปีที่แล้ว +4

    I really liked it. የአብርሃም አምላክ ያበርታህ!

  • @zeynebamohammed6331
    @zeynebamohammed6331 5 หลายเดือนก่อน +1

    ቃንቃ የማግድበው ጌታ ይባረክ 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍

  • @tagotagoo1322
    @tagotagoo1322 4 ปีที่แล้ว +3

    ተበረኪ ጌታ ኢየሱስ ዪበረኪ 🤲🤲🌷🎵🎤🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍💞

  • @genetjiraaiyesuuscgggf2591
    @genetjiraaiyesuuscgggf2591 3 ปีที่แล้ว

    Woooowwww ameeeeeeen ameeen ameeen ameeen ebifam yaadesa faaruu kee heedduu jaladha faaru kee dhagahe waqayo amnee ebifaam💙💙💙💙💙

  • @gedatolera891
    @gedatolera891 4 ปีที่แล้ว +4

    Yaadoo! What a blessing and culturally contextualized song!!Ammayyuu ittuma mirgisaa oolaa bulaa jirta nama Waaqayyoo. Waa'ee keetiif Gooftaakoo baayyeen galateeffadha!....Yoomuu kan keetii galanni siif aarfamu ganzaba keeti.....I am highly impressed!

  • @albertelias9184
    @albertelias9184 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo sii'i haa eebbiiisuu kan caalati nama eebba tahii namaa waaqayyoo ameennnnmn

  • @fasikafyissa6867
    @fasikafyissa6867 4 ปีที่แล้ว +17

    ዝቅ ብዪ ለአምላኬ ሰገድኩ አመለኩት ወንድሜ ጸጋ ይብዛልህ

  • @NatoliTadesse-g9z
    @NatoliTadesse-g9z 4 หลายเดือนก่อน +1

    Nan dhufe kunoo galata kee baadhee, God bless you Singer YAADASAA

  • @yadykaba584
    @yadykaba584 4 ปีที่แล้ว +32

    Thank you for making us worship the almighty lord in the midst of all this crisis Yadessa!!!! Coz ,there is a great power in worshiping the almighty God!!!!
    Ebbifamii🙌🏼🙌🏼🙌🏼

    • @To-bc4tj
      @To-bc4tj 3 ปีที่แล้ว

      Tyt1k1

    • @To-bc4tj
      @To-bc4tj 3 ปีที่แล้ว +2

      Uu

  • @tesfayesentayehu6498
    @tesfayesentayehu6498 3 ปีที่แล้ว

    tesfaye dawo kersa, Yaadoko Aadaa shawaa akkas miidhaksitee Uumaa kee ittiin Ol Ol qabuu caalaa wantti nama gammachiisuu hijiru. waaqayyo yaa galatoomu, Yaadoko waaqayyoo ammallee Eebba hammarame hindhumnneen siyaa Eebbisu.

  • @MsYerusalem
    @MsYerusalem 4 ปีที่แล้ว +4

    May God bless you...malif dhumee namaa jechisisaa fargannankee! Ebbifamii 🙏🏾

  • @senaamidaksa8317
    @senaamidaksa8317 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeen Bitaa mirgako Ilaale mukan qabadhus walalee Ameeeeeeeeeeeeen Ebbifamii Yadoo keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯