FIb first I would like to say thank you for your excellent effort to making generations aware even though oromiyaa is rich in culture, economy, and most brilliant Origin so many kids will n oromiyaa give them a chance to Express their knowledge
Gurriis waraana keessaa medical center of school yuniversity ijaafuudhi Imaanaa new generation to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi Abbaadha harkiis haqamootii jaalalti garaafi Onneen always
Yaa Waqqayyoo atii nuuf guddisii Aja'ibaa dhugaa naa dinqaa🤲🤲😘😘😘💯💯💯💯👍👍👍👍👍
Dhugaa nama ajaa'iba mucaa xiqqaa beekkumsa guddaa qabu jabaadhu rabbi si haa guddisu hamtuu sirraa haa qabu cimii itti fufi
“Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.”
- Rom. 8:28
Hangaftii waan hundumaammo isa kana, Warra isa jaallatan hundumaaf milkaa'ina mamii kan hin qabnee, Godhuufii Jireenya lafa kaarraa fiis isa boriifillee Ejjennoon kee inni hangafaa isakanarra ija kee godhadhu, Waanuma yaadde hundummaatti milkaa'ina argadhuu Ejjeta milakeef ha ta'uu bakka dhaqxu hundaattuu, Atiis Eebbifamii Daani'el ✝️💕🙏🙏
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROKOOko prank aja.ibaa dawwadhuu 🙏💝
Wooow wan aja'ibaati
Uuuuffeyyy nuuf guddadhu maqaa yasusiin Si Eebbiseera bakka yaaddeen ga'ii milkaa'i Guutuu koo, Hamtuun si hin argiin gaariin sin darbiin, Maatii guutu sinillee Eebbifamaa jabaadhaa
💕💕💕💕💕💕💕💕😘😘✅
Wawooo bayee natii tolaa waqqayoo sii yaa gudisuu amaalee bekumsii kee kanaa calaa ittii siif haa fuufu 👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪
Uuufuuuu gudadhuu hamtuunii sii hin argiinii kunii borii Qaroo Biyatii wawoooooooooo Jabbeesaa ijolee Akkanaa Keesuumaa fifineetii Dhalatee Afani oromoo hasuunii isaa bayee dinqiidhaa 🙏🙏🙏🙏💔💔💔💔💔💔💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💯💯💯💯💯💯💯💯💯☑️☑️☑️☑️☑️
I am not surprised Oromo people is always Brilliant good job 👏
Maloo mati naf taime
Milkaa'i warqee gurbaa Oromiyaa Harmeen biqilchite much love and respect to you and your family. What a model 🥰🥰🥰💖💚💖💚💖💚🥰🥰🥰
FIb first I would like to say thank you for your excellent effort to making generations aware even though oromiyaa is rich in culture, economy, and most brilliant Origin so many kids will n oromiyaa give them a chance to Express their knowledge
Wowow wan bay,ee namatii tolaa aja,ibaa gutuu takiluu gudadhuu.👍👍 thanks fib.midiaa umataa oromoo kan sabaa isaa dubatuu isinii qofadhaa oromoo midiaa kan jabesuun oromoo fi oromuummaa jabesuudha. ❤💚
Rabbin ija hamtu sira haqabu Rabbin sii hagodiso leenccaa kheenya ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
Hundaa dursee Guutuu Takiluu hedduun dinqisifadha.mucaan kun nama umrii isaan olitti nama jabaadha.mucaa kana yoon arguu yoo irratti hojjechuu dandeenye oromiyaan burqaa namoota jajjaboo akka tatu shakkiin hin jiru.
Waan ani tajjabe keessa inni guddaa abbaan Guutuu Dr Takiluu Inkoosaa bilchina mucaaf shora olaana qabu.
Dr Takiluun abbaa aja,ibaati.utuu motummaa qabaannee matii kanaa fi mucaaf deggersa guddaatu barbaachisa ture.garuu maal godha ree.
Gumbi, yaadakeef galatoomi. Hunda kan caalu Waaqa qabna, abshir!
WELCOME FIB❤🙋♀️
WOW! Mucaa ajaa'ibaati rabbi si haa guddisu
Maloo mati naf taime sanyi
Wow 👌 smart boy May Allah bless you son ❤👍
Rabbii sii haa guddisuu.isiinis warri fib galatoomaa.ijolle akkana asbasa
uuuu waqayyoo ijaaf qalbii irraa sii yaa hambisuu guddadhuu bakka yaddee gahii saboona keenyaa 😍😍😍
Waqayyoo beekumsa fi hubanna addatin nuuf haa guddisu 🥰🥰🥰🥰😇😇😇❤❤❤❤
Maloo mati naf taime sanyi
Wow gudadhuu buchee koo bekumsaa hin dhumnee sif haa kenuu amayuu bagaa oromoo tatee qalii koo❤️💚❤️
Guddadhu rabii si yaa guddisuu fib saganta akkasi itti fufu qaba #jabadha
Wow I am proud of you smart Oromo 👦
Keep up a good job 👏
*Wowowow wowowow Ebbifamii Qaxaleekoo Waqayoon Sihaa Gudisuu Hamtuun Siin Argiin Sareekoo 💓♥️❤️🧡💓💓💓❤️❤️❤️💚💚💚💚💚🐅🐅🐅🐅🐅💯💯💯💯💘💘💘💘💝💝💝💝💪💪 Jabadhuu Jabaakoo Nuf Gudaadhuu garuumoo Afaan Oromoo barachuu Qabdaa Siritii Sareekoo 💓💓💓💓💓*
Dhuga rabbi heddu na dinqisise
Jabadhu
That's hard man
Continue reading
Wwwwwoo guddaaddhu Abdii biyyaa Waqqaayyoo sammuu kee haa qaruu kichoo koo namaa Gamachisa bekumisi sii Keessa. Jiru
Gurriis waraana keessaa medical center of school yuniversity ijaafuudhi Imaanaa new generation to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi Abbaadha harkiis haqamootii jaalalti garaafi Onneen always
sii tufnee jirra nuuf guddadhu qacalee koo jabaa ofii abbaatu jabeeffata jabaadhu
Umaani oromon Maalif midiyaa ofii hin guudifane osoo kaan abashootaa tehe yoona kuma meqaatu dawwata maali taha keessaan yoo laltani 🥰🥰🥰🥰
Dhugaa keetii luubbuu anan bayee naa dhibaa midiyaa kana hin ilalan ijollee kenyaa
anis baradheen ofiin jedhakaa ammaa hh waqayosi haa guddisuu 😍😍
Wowowowowowo guddadhuu galma nuuf gahi biqiltuu koo uuuumphaaaaa!🙏🙏🙏🙏❤❤❤😍😍😍😍👍👍👍👍👍!
Garuu jajjabessuf gaaridha xiyyefanna itti godhuu ni miidhuu warrii keenna sun nuuf guddadhuu garuu
#Wow!! What an Scintillating child!!
I hope you will be a good cosmonaut!! Keep it up Boy👍👍👍
Wow wow wow Amazing mucaa cimaadha Guutun nuf guddaadhu Lencakoo abdi Oromoo Boriiti
Maati naaf ta’aif lubiyye ❤️💕🙏
Baayee namatitola jabadhuu sanyii
Sagantaan akkasi baayachu qaba fib keep it up!
Waaqayyoo sii haa gudisuu gudadhuu ❤💚❤💚😘😘
dhugaa dubbachuuf yoo ta'e wanta namni qoraataa hawwaa himuu hin dandeenye himuu danda'era .BBBBBB GALATOOMI guutuu. guddadhu iddoo guddaa ga'i.💯
Wwwwww mashallah ijara hafii lencakoo
Guudaadhu waqqaayyoo ijaa hamituu Siiraa yaa qabu❤
Waqaayyoo sihaa gudisuu Qaxalee gurbaa Guutuu 😍😍😍
Good rabbii sii haa gudisuu biqiltuu boriyii
Guddadhu abdii boru 🥰🥰🥰🥰🥰👌🏻👌🏻👌🏻👌🏻👌🏻👌🏻🙏🏼🙏🏼🎈🎈🎈🎈
Woooooooo breduukoo xobbee guddaadhuu maaloo hamtuun sin argiin ola ademtuukoo ❤💚❤👌
Wow wow waaqayyoo Isa haa guddisu
Masha allh Rabbii bakanii si haa gayuu
Baay'ee namati tolaa dhuga dubbachuufii jabadhuu guutuu Koo
Wow 😳 rabbii bekuma siif haa kenuu
Guutu guddadhu hamtuun sin arkin garuu dhamsan family isaatif qabu please biyya allaa baftanii barsiisuu hin yaadinaa biyyati ala gaari fakkata malee ijolleef badaadha umrii wagga 20 dura caraa kamiifu ala hin ergianaa biyyati alaa bu,aasaa irra badii isaatu guddadha achumati nuf barsiisaa
Oh my God! Utuu biyya guddina yaaddu taanee mucaa kana haala ajaayibaatiin kan deeggaruu qabu mootummaa ture. Future of Africa
Maashaalaa maashaalaa rabbii si haa gudisuu 😍😍👌👌👌
Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah Masha allah
Rabbiin bakkaa guddaan sii gahuu😍😍ijaa hammatu sirraa haa qabuu
May God protect you. You will be smart scientists.
Amma anis baradhen ofin jaha 🙃
Beekumsi isaa dhugaa nama ajiiaba 👍👍
Bravo Guutuu!
Jabaadhu!
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
WOW! Mucaa ajaa'ibaati rabbi si haa guddisu
Nufi gudadhuu lenca koo❤💚❤🙏
Uuuuffeeee waqaayyoo si hin gudisuu qaxalee koo ijaa hamituu IRAA Afii ❤💕💕💕💯💯💯
Waaqayyoon nuuf haa guddisuu I love you oromo kooo
Mashaa Allah Mashaa Allah Rabbiin bakkaan Sihaa gahuu 💯✅💞💞
Waaqayyo eddoo guddaadhaan Isa haa ga'u. Humni hamaan isaa mormu Kan rukutame haa'u!! !!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Waaqayyoo Sii haa Guddiisu Samuu kees hangaa dhumaattii siif haa Banu jabadhuu🥰🥰🥰🥰
Ajaa'ibaa waani humurisat oli dubaata gudaadhuu dhaloota qubee galimaa gahii.Gutuu akkuma maqaa keet😍😍
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
Aboo nuu guddadhuu bareedduuko❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
wowooooo rabbii amaale nuf gudadhuu😍😍😍
Uuuuufffffeee gudaadhuu kichuuko
Goftaa saahaaebisuu ebifama ebifama dacha 👌 ♥ ❤ 😍
Wowow baayyee dinqisiifadha da'imaa xiqaa Sana ammalee waaqayyoo sammu kee yaa banu
Wowowo waaqayyoo saa guddisuu💓💓💓💓❤💓💓🥰🥰🥰
Abboo waaqayyoo saa guudisuu gudadhu 🥰🥰🥰🥰🥰💕💕💕💕💕💓💓💓💋💋💋💋💋💋💋♥️♥️♥️♥️❤️💚❤️
WAAAW OL ADEEMAA AKKANAA KANA QABAACHUU CAALAA WAAN NAMA GAMMACHIISU HIN JIRU. GUDDADHU GUUTUU KEENYA.
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
Rabbi si gudisu 🐅🐅❤❤❤👍👍👌👌👌👌👌
Waqayyoo bakka yaadee sii haa gahuu kichuu koo❤ galata guddaa qabduu maatiin barataa gutuu😍😍
Wow Guddadhuu xinnoo koo ijii hamtuuni sin arginni
Wow, what a wonderful kid!
Maloo mati naf taime
Guddadhu
God Bless you
Amazing ❤❤❤
Mashaa allaah rabbii si haa gudisuu 👍
Maati naaf ta’aif lubiyye ❤️💕🙏
atumtuu daa'ima kana dhiheessuu keef baayyee galatoomiin
Masha'allah guddadhu bakka gahiiiii
Wwooowo gudadhuuu gutu♥️♥️♥️😍♥️♥️😍♥️😍♥️😍👏
God...bless you Gutu!!!!!
Omg waaqayyoo sammuu siif keenne kana dhalotaa baranne jedhaani hubanna malee jireenya namaa balleessanif haa kennu!!!
I am not surprsed oromo people is always brilliant good job 🙏
Wwwwwawwooo
It's so Amezing
God bless You young boy❤❤❤❤😇😇😇
Waaqayyo si haa guddisu! bakka yaadde gahi!
Abdii boruu guddadhuu 💞💞
Masha Allah smart boy keep doing 👍
Woww gudadhuu sanyii koo❤❤❤❤
Maashaa Allah Rabbiin isiniif hagudisu 👏👏👌🌹
Waqayyoo Si haa guddissuu kichuuu koo amma illee gooftaa bekkumsaa kana Caaluu Sif haa dabaluu
Ija hamtuu sira ha qabu good job 💕💕
Rabbin si ha guddisuu worii fib galatoma
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
Rabbi si haa guddisu! keep it up!
Jabaadhu sanyii namaa
What fantastic talent is!!!
Maaashaaallaah Maaashaaallaah Maaashaaallaah Maaashaaallaah Maaashaaallaah Maaashaaallaah Rabiinsiihaagudiiissuuu👍👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹💯💯💯💯💯✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔
Guddadhu Beekaa koo ❤
Rabbii ijaa hamtuu siraa haqabuu. Gudadhuu ❤
Masha Allah smart boy keep doing
Mashallah rabbii sii haa guddisuu
Waw waaqayyoo kanumaa caalaa hubannaa sif haa dabalamuu guddadhuu mucaa Ayyaannii waaqayyoo irraa jiruudha👍👍👍
Maloo mati naf taime sanyi
god bless u. infinity knowledge for u.
DAANI siif galaama jiraa waan mucaan haasa'aa jiru kun.........................!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!