Dursa media gammeda show Galatoomi!.. Itti aansuun kabajamoo professor Gammachiis Desta , oromoo fi oromiyaan si haa galateeffatu, waaqxi uumaa kee immoo Ummata keerra si haa jiraachisu. Barattu seenet Barattuu fi artist oromoo biyya keef waaqxi eebba si haa godhu.
Gakatoomi GAMMADAA . Da'imman keenya jajjaboo miidiyaa irratti dhiheessuun warra hafaniif jabina taha .
Thanks, Prof. Gemechis Desta.
Jabaa oromoon qabu. Ergaa guddaa barnoota irratti nuuf dabarsite!
Thanks Prof Gemechis Desta, Beekaa Keenya Umurii Nuuf Dheeradhaa !!!
Nama ayyaana qabeessa Dr prof Gammee waaqayyo si haa ebbisu ebbifami ammayyuu ❤❤❤
Gammadda show atillee ebbifami
Well come pr fasr thank you senet jabadhu ijolee boruf fakenyaa gudaa ta,aa jirtaa gudadhuu
Dr gammachisi waqayyoo Bara fi jireenya kessan haa ebisuu jabaa oromoo qabduu jajabeesa dhugaa ufuuuuuu bagumaa oromoo tahee sii yoon hinafani nuu fixee umurii nuu dheeradhu 👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Wowww gorsa ajaibati dhumarati umurisani nuuf ha dheresuu waaqayyoo
i love this man! thank you Prof. Gemechis Desta.
Yaa Rabbi Anaanii koo Akka feneet kan Naf godhi mucaa koo yaa Rabbi koo ❤❤❤🎉🎉🎉🎉 ISHAALAHA yaa Rabbi sin Abdaadha
Omg protect this guy for us!!
Gammadaa show Ilaalcha Ati,barsiisaa, barataa Fi barnootaaf qabdu baayyeen ajaa'ibsiifadha! Namoota Ati yeroo garagaraatti dhiyeessitu irraas barnootaa Fi kallattii argachaa jirra! Dabalataan namoota sadarkaa Fi jireenya maatii gad_aanaa, irraa eegalanii milka'ina guddaa irra ga'aan Akka nuuf affeertu shakkii hin qabu.Ulfaadhu!
WOW AMAZING ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr.Gammachis qoy waa'ee kessaa kooti qofa dhubbata ? Ani bayyee si dinqisiifadha
Dr Gammee nama ani fakkeenya gudda godhadhu isinin jaalladha guyyaa tokko isin argadhe akkan isin waaliin haasa’uu abdiin qaba. Seenet atimmoo jabaadhu ati abdii biyyatti
THANK YOU Gemeda show
Game shwo torbaan Solomon Alamu nufi Aferi Eebbifaammii jabbaadhuu ❤
Muxxiyyoo weelisttuu Xiqqishoo sanattuu akkasit guddattee mashala ❤
❤❤❤❤abbaa qabeenyaa jechuun isa akkasiiti Dr. Prof nuuf jiraadhu umurii dheeraa
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
@BurteeTube-hu3tu
Siif ta'era atis naaf ta'i
@caaltuutube7217 🥰🥰🥰🥰🥰
Masha'aallah baratuu fi walaleesituu senet nuf midiyaa keetiiti fidu keetiif hedduu galaatoomii. Kana malees senet intaala baay'ee Jalaanu fi akka ishii jalaanu olitti argamte dhuftedha.
Gammadaan soddataa gafi gafachùu jiraa micatti ammoo ibidaa😂❤
Piropesar gamme goftaan isina Eebbisuu nama gudda nama bayy'ee jallaadhuu ❤❤❤
Ulfaadhu professor Gammeekooo
Woww👌👌👌
Brilliant koo🙌
Professor Gemechis waaqii jireenya keefi mul'ata keeti haa eebisuu dhugaa 🥰 akka naafi goteeti laala eebifami
God bless professor, Gemechis, Gammadaa and Senet for ever!
Isin egaa jiraa gamee dafaa nuf gadhisaa❤❤❤❤❤❤
Professor Gammachis desta galatomaa seenetiin dabalate baayye namatti tola
Congratulation
Baga nagaa dhuftee gammee hedduu sii egaa turee❤
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
Welcome Seno🎉❤
Dhugaa Keeti Rabbi si haaguddisu mul'ata kee fiixaan siifaa baasu kormittii koo
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
❤ thanks
Wawoooo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Congratulation ❤❤❤
Well done ❤
ዋው bareedduukoo❤🎉🎉congra
ዶ/ክተር ገመችስ በጣም የምን ወድክ❤❤❤❤❤
Congratulations!
Oromoon Wal jabeessuu Caalaa wanti nagammiichiisu hin jiru ❤❤❤
Jabaadha!!❤
jabaadhu jabduu koo jabduu akka sibiilaa....
yoo dubbattu sagaleen adduma akka qaacilaa.....
guddaan si raajeffadhe addummaa jabina kee....
goomattuuf hinaaftuun hin argiin salphina kee....
fiixee milkaa'inaatti adda ta'ii argamii....
galma yaaddetti milkaa'uuf itti cichii wargamii....
PROFESSOR GAMMACHIIS NUUF JIRAADHAA!
HOJIIN ISIN OROMOO LUKAAN OL KAAFTANII DHAABUUF HOJJETTAN WAANTA SALPHAA MITI.
ፕሮፌሰር ረጅም ዕድሜ ከጤና ጋራ ይስጥልን ለኦሮሞ ሕዝብ የሚሰሩትን ስራ ታሪክ አይረሳውም ዳግማዊ ታዴ ብሩ
Imimaan Koo buseen bohee😢
Pirofesar dhugaa Galatooma 😢🎉
Jabaadhu jaba keenya❤❤
Baay'ee nama boonsa. Kana arguu caala maaltu nama gammachiisa! 🎉
bilille❤
ማሸአለህአለሂዪጨሚሪሊሺ🌹🌹🌹
Professor isiniìf jaalalaa fi kabaja guddaan qaba barrii fi jireenyi keessan haa eebbifamu.seeneetimmoo hanga kaayyookee kana fiixaan baafattutti sirriitti cimii baradhu waaqayyoommoo siyaa milkeessu.
Gamee adaraa mee keessummma godhii takee fi buzee faa nuu fidii adaraa
Well come ❤
✍️Waan barsiisu dhagahuuf jirra,jabaadhaa...
Qimamii Intalaa lafa garaa keeti gahi🥰🥰
Yes, pro. Education!!!! Eeyyeen barnoota! Ammas barnoota!!! Eyyeen seene walakkaa!!!hhhhhh 🎉❤❤
Dursa media gammeda show Galatoomi!.. Itti aansuun kabajamoo professor Gammachiis Desta , oromoo fi oromiyaan si haa galateeffatu, waaqxi uumaa kee immoo Ummata keerra si haa jiraachisu. Barattu seenet Barattuu fi artist oromoo biyya keef waaqxi eebba si haa godhu.
Nama jabaa
Galatoomaa dubbiin professor garuu hin quufamu. maqaan seenet garuu seentet isa jette sirreessi.
wow barreduu koo ❤
WAWUU Dugumma mucaati tinoo sanaa? ❤❤❤👌👌👌👍👍👍 ??
Seneet kan caalaa cimii bareeduukoo
Dhugaa dubachuu bayee namatii toltuu nama jabaa qaroo kenyaa nuf dhiyesuu kef galatomii gamee . Anii amaa bayee na infsisee akkam godhuu Dhugaa utuun caraa aragadhee olnainira akkamin baradhaa mee yaadaa kesan naf qodaa anii amaa itophiyaa kesaa hin jiruu barachun nan barbadaa yadaa kesan gamee .akkasumas hordoftoni midaa gamadaa shaw
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
@@BurteeTube-hu3tuAtilee matii naf ta'ii anii matii sif ta'en jiraa ❤❤❤
Senet muccaa baredu guddadhu ❤🎉
Baga gamadde senet
Well came ❤❤❤❤❤
Wow galatooma jabaadha
Anis interview godhuu hin danda'uu
Jabadhuu Rabbin siha gargaruu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woow hedddu galatoma
Wel com baga nagan dhuftee
Baayyeen motivated ta'e dhugaa rabbii interview kana haga dhumaatti dhaggeeffadheee!
Gamee❤❤❤❤❤❤
Galatoomaa ❤❤❤🎉
Nama cimaa ❤❤❤❤
Pro abbaa jaalalaa
gammee tasgabbaahi..haasaa kana kami..practice well before you had had...to the stage...
Dhugaa dubaachuf wali jabeessu cala kani nama gamaachisu hin jiru Pro Gamachis galatooma 🙏🙏🙏
Nama guddaa keenya galatoomaa
wowo❤
well come
Baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤❤
Wwwww galatoomaa
Doktori gamachisi malifi anaa hin barsisnee
Guddaadhu bucheekoo umphaaa
Jabduu too jiradhuu
Bay, ee gaaridha gaaftokkoo immoo ofiimaa kee of interview of godhimee sirraas waa barannaa gammaadaa show akkaamiin jalqabdee.
Welcome
Nu jabaadha
Safuudha abboo Kan oromoo kanaa
Baareduu too
Gammee kana Kolfaa isaa na xaamaa
Welcome ❤❤❤❤❤❤
Dhuguma baayee Namatti tola galaatooma
Ilaa oromoon ijoollee ijaa uummattaa kan akka ishee kana kunuunfachuu qaba qaxalee !!
Faraduu hatuu pp talk about Oromo problems hatuu pp gamtuu
Namatti tola
Qimamii wayii
❤❤❤
Professor Gemechis kana deebisii af gaaffii nuuf goosisi adaraa kee waan hedduu irraa baranna
❤❤❤❤❤❤❤senuu jabaadhuu
Welcome 🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉