Tasanbannu | Megersa Bekele ft. Rahel T.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 1 ธ.ค. 2024

ความคิดเห็น • 928

  • @BayushMamo-o3e
    @BayushMamo-o3e 3 หลายเดือนก่อน +8

    ተባረኩ ቃሉን በመተርጎሙ ደስ ብሎኛል እናንተ እኮ አለም አቀፍ አገልጋዮች ናችሁ ከዚህም በላይ በኢንተርናሽናል ቋንቋ ተተርጉሞ ለአለም ሁሉ እንዲደርስ ፀሎቴ ነው ተባረኩ ከዚህ በላይ ይጠቀምባችሁ!!!!

  • @tesfalegntadesse3123
    @tesfalegntadesse3123 2 ปีที่แล้ว +6

    oromiyigna balichil inkuwan bezih mezimur tenekituwal wuste... i feel presence of God!! GOD BLESS YOU

  • @matiyasberza6446
    @matiyasberza6446 2 ปีที่แล้ว +16

    አላውቅም ምን እንደምል መዝሙርህን ኦሮምኛ ባልሰማም እንኳን ከድሮ ጀምሮ አዳምጥ ነበር። ለዘላለም ከልብ ውስጥ የማይጠፋ የዝማሬ ጸጋ እግዚአብሔር በአንተ ላይ እንዳፈሰሰ አስተውያለሁ። አሁንም በዚህ መዝሙር ሁልጊዜ እየተባረኩበት ነው። ጌታ ኢየሱስ ዘመንህን ይባርከው!!

    • @israelderessa1471
      @israelderessa1471 2 ปีที่แล้ว +1

      There is an Amharic and English subtitle you can change it in a settings to understand it better.

    • @matiyasberza6446
      @matiyasberza6446 2 ปีที่แล้ว +4

      ከትርጉም ወደ ትርጉም ከመምጣት ብዬ ቀጥታ ኦሮምኛ ለመልመድ አንድ ሁለት እያልኩ ነው፤ በቅርቡ ይሳካልኛል። የተተረጎመን ለመረዳት መሞከር በዓይነ ጥላ ውስጥ አልፎ የዓይን ብሌንን ለማየት እንደመሞከር ነው።

    • @Grandas7358
      @Grandas7358 2 ปีที่แล้ว +1

      @@matiyasberza6446 berta

    • @ayyu1533
      @ayyu1533 2 ปีที่แล้ว +2

      May Almighty God increases his anointing in your life. Stay blessed

    • @ayyu1533
      @ayyu1533 2 ปีที่แล้ว +1

      @@matiyasberza6446 May God open your understanding to speak and sing in multiple languages so that you can worship his glorious name. AMEN

  • @baslielabraham7152
    @baslielabraham7152 2 ปีที่แล้ว +6

    Here comes another master piece from the legend.. and its lit🔥 🔥🔥
    God bless you❤

  • @entertainingvediosoforomo8637
    @entertainingvediosoforomo8637 2 ปีที่แล้ว +6

    " Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu."
    (1Phe 1: 23)
    Kun isa Macaafni Qulqulluun jedhuudha

  • @IlaameeRecords
    @IlaameeRecords  2 ปีที่แล้ว +33

    Thank you on 100k views and 13k subscribers 🙏

    • @faruketema7486
      @faruketema7486 2 ปีที่แล้ว

      Congratulations 🎊🎉 praise be to God. May the ministry continue to grow. Psalm 90:17

    • @miltogebreyes6102
      @miltogebreyes6102 2 ปีที่แล้ว +1

      Bagaa nagaan isiin ga’ee.

    • @kenabelayneh1633
      @kenabelayneh1633 2 ปีที่แล้ว

      Hallelujah!!! Praise to the Lord our King. We expect more, and we are praying for y’all.

    • @kalbesagobena7697
      @kalbesagobena7697 2 ปีที่แล้ว +1

      You deserve more. Keep shining the light on the darkness! Ijoollee ifaa!

    • @Kabowd703
      @Kabowd703 6 หลายเดือนก่อน

      1.7 millions views and 56 k subscribers congra 🎉 god bless you

  • @GFW-
    @GFW- 2 ปีที่แล้ว +11

    Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
    Waaqayyo amanee kan salphate eenyu
    Lolat beekamaadha inni nuyi amanannu
    Nu tasa hin bannu
    Nuyi tasa hin bannu x6
    Badiisa keenya inni abjootu humna nun buusu nun raasu gonkumaani
    Inni cabsee daandii saaqu riqicha nuuf ta’ee hin darbina mo’ichaani
    Manca’iinsa keenya inni abjootu…
    Nuyi tasa hin bannu
    Torbaan qabaarra hin ejjenna
    Sookkoon nun danda’u abaarsi
    Kiyyoon caccabee irra hin yaana
    Kan keenya lolaan yesuusi x5
    Nuyi tasa hin bannu
    Hin milkaa’u kakuun jallootaa fiixaan hin ba’u nurratti hammeenyi hamootaa
    Nutoo Isa jabaatti hirkanne
    Gooftaa lolee mo’atutu keenya hojjeta
    Waaqayyoodha abbaan mo’ichaa isa hin caccabne caccabsee irra nu aansa
    Isa hin diigamne diigee ulfina boojuu baatutti nu bobbaasa
    Hamaan hin kufa
    Ulfinni hin dhufa
    Boojuun wal waamee dhufee asitti hafa

  • @prophetmeku
    @prophetmeku 2 ปีที่แล้ว +6

    oromigna አልችልም መገርሳ በጣም ነው የምወድህ🥰🥰

  • @fayissanegalignwakjira8210
    @fayissanegalignwakjira8210 2 ปีที่แล้ว +7

    “Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.”
    Yoh. 10:28

  • @EbaDiribaOfficial
    @EbaDiribaOfficial 2 ปีที่แล้ว +9

    It’s more than amazing Magii koo ..I loved everything of this video…😘😘😘 God Bless you all.. Song, Music arr..Mixing mastering ,cinematography editing 👌🏿 🥰🥰🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿

  • @robikama1159
    @robikama1159 2 ปีที่แล้ว +4

    ቆንቃ አላቂም ግን መንፈስ ቅዱስ ያስረዳይናል 🙇‍♀️🙏🙏🙏🙏🙏🙏ተባረኩ

  • @mitikutamane2319
    @mitikutamane2319 2 ปีที่แล้ว +2

    Nu'i Sanyii Mana Mootummaa Ijoollee Waaqayyooti. tasa hin bannu. jedhee faarfata namni akka hin banne beeku. uuuuuuffff Ayyaanni siif haa baay'atu ammayyuu Jabaa keenya

  • @workugaromsa8698
    @workugaromsa8698 2 ปีที่แล้ว +4

    Magarsaa faarfannaan kee baay'ee bareedaadha. Garuu 'light'n mana muuziqchaa faarfannaa kee balleessera. Kanaaf; gara fulduraatti yeroo hojjettu waan akkasii ilaaladhu. Gooftaa Yesuus barakee guutuu isaaf abboomamtee osoo isa faarfattuu dhufaatiinsaa siif haa ta'u.

    • @kenabelayneh1633
      @kenabelayneh1633 2 ปีที่แล้ว +1

      Dhifamaa Obolesso, mana muziqaa mitii Waldaa Biftuu Bolee dha.

  • @koketTomas
    @koketTomas 2 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeennn
    Magiye baguma kenya tate.maal faaruun akkas namati tolu si'a 10 irra deddeebi'ee dhageffadhe ammallee ayyaana kana caalu si irrati haa dabaluu waaqayyo!!

  • @ebisakidanu2114
    @ebisakidanu2114 2 ปีที่แล้ว +5

    #Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos isin ha eebbisu! Ammayyuu ayyaana hojii isaatiif isin dhaabu isiniif ha baayisu jechaa, waanan yeroo baayee inaafu tokko, Baandii keenya baandii afaan oromoo gama hundaan tumsuun akka nuuf guddistan hawwii koo isa guddaadha! #Eebbifamaa baayee isin jaallanna!

  • @bonaotoo26
    @bonaotoo26 2 ปีที่แล้ว +2

    Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu Nuyi tasabannu

  • @ayuwgga455
    @ayuwgga455 ปีที่แล้ว +3

    ክፉ ይወድቃል ክብር ይመጣል በርከት ተጣርቶ መቶ እዚህ ይቀርል አሜን ስታምሩ ስወዳችው ❤❤❤❤

  • @simboofayera3675
    @simboofayera3675 2 ปีที่แล้ว +1

    EBBIFAMAA MAQAA YESUUSIN Magee QAXALEE farfataa dhugumaan Ayyaanni dibbaannii siif haa dabalamuu

  • @daawwitdabbassaa961
    @daawwitdabbassaa961 2 ปีที่แล้ว +3

    Aabboo waaqii si eebbisinna !😍😍😍

  • @mitikebacha901
    @mitikebacha901 2 ปีที่แล้ว +1

    Sanyii baduttii waan hin dhalanneef nuyi tasa hin bannu. Ameeeeeeeeeee...............................n

  • @firaolberi7646
    @firaolberi7646 2 ปีที่แล้ว +22

    Extraordinary, …no words can describe…! God bless you! From USA

  • @metigezu4026
    @metigezu4026 2 ปีที่แล้ว +2

    Faarfanaan oromifaa akkasiti gaaf hojeetamu baayyee namati tola wara kaaniifis barumsa gudaa waan ta'udhaa sagaleen , productionin isaa waan hundumtuu baayyee bareeda ulfina isaa waaqayyoo haa fuudhatu

    • @dukamezmur
      @dukamezmur 2 ปีที่แล้ว +1

      th-cam.com/channels/CDW_0DcD0YMi3atuCtk3xw.htmlvideos

  • @Bonytube
    @Bonytube 2 ปีที่แล้ว +3

    Ilove it 100%
    🎼Cinematographer
    🎼Director
    🎼 Music arrangement man ❤❤
    Hunda keessantu Cimoodha

    • @tigibiz9774
      @tigibiz9774 2 ปีที่แล้ว +1

      I agreed!! they are awesome 👏

  • @kiebronabrham6786
    @kiebronabrham6786 2 ปีที่แล้ว +8

    May God bless you I Don't now what dose it mean but I'm so blessed,🇪🇷🇪🇷

  • @tensumamush9918
    @tensumamush9918 2 ปีที่แล้ว +2

    Amennnnnnnn haleluyaaa kibr legeta yihun megersa mezmurochih yegeta menfe alebachew tirgum yemanawikew eninekalen eniwedhalen tebarek bechurchoch bitasimeliken ebak tsegawn yabzalik

  • @MogeseAkendaMogeseAkenda
    @MogeseAkendaMogeseAkenda 5 หลายเดือนก่อน +3

    እዉነት ነዉ የተወለድነው ከማይጠፋ ዘር ነው ክብር ለእግዝያብሄር ይሁን ... ተባረኩ

  • @ruthgnetu4433
    @ruthgnetu4433 หลายเดือนก่อน +2

    የቤተክርስቲያን በረከቶች ናቹ ተባረኩልን,አሜን ከቶ አንጠፋም ኢየሱስ ይባረክልን❤ለትርጉሙ እናመሰግናለን ተባረኩ

  • @ashenafifanta9879
    @ashenafifanta9879 2 ปีที่แล้ว +3

    Magi, Afaan Oromoo Gospel Singer, is really unique for his special talent in selecting golden words every time he comes with new songs. I Love and Respect YOU forever.

  • @ALL_IN_ALL4ALL
    @ALL_IN_ALL4ALL 2 ปีที่แล้ว +2

    Nuyi dhuguma tasa hin bannu!
    #Eebbifamtaniittu Faar. Magarsaa fi Waldaa Biiftuu Boolee. Akkasumas garee qindeessituu fi piroduusera muuziqaa hunduu. Nuuf jiraadhaa!

  • @mussiefrezghi242
    @mussiefrezghi242 2 ปีที่แล้ว +6

    iam Eritream i love more this sing of God with voice 🎉🎉🎉🎉🎉.

  • @Bikilakebedeofficial
    @Bikilakebedeofficial 2 ปีที่แล้ว +2

    Waan oodaati Magikoo, barrikee haa eebbifamu leencakoo

  • @BekibirBelayineh123
    @BekibirBelayineh123 2 ปีที่แล้ว +3

    በኢየሱስ ስም 😍😍 በጣም ድንቅ መዝሙር ነው💪💪💪

  • @lemiemiru6840
    @lemiemiru6840 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo hunduma keessan haa eebbisu. Ayyaana isaa isiniif haa baay’isu

  • @yonatangebray9821
    @yonatangebray9821 ปีที่แล้ว +3

    I don't understand but I am blessed with the Holy Spirit my lord and king Jesus Christ bless you

  • @jiregnadugasa9906
    @jiregnadugasa9906 2 ปีที่แล้ว +1

    MAGIIIIIIIII!!!!
    GUDDAAKO JIRAADHU!!!
    "TASA HIN BANNU"!!!!
    Sanyii badu miti, sanyii jiraataa irraa dhalanne!

    • @IlaameeRecords
      @IlaameeRecords  2 ปีที่แล้ว

      For you have been born again, not of perishable seed, but of imperishable, through the living and enduring word of God. 1 Pet. 1:23
      Waaqayyo sanyii isa hin badne irraa nu godhate dhugaadha. Nu'i #Tasanbannu

  • @abejegoshu4064
    @abejegoshu4064 2 ปีที่แล้ว +3

    wow ! I love it. What a powerful song!
    በጣም ድንቅ መዝሙር ነው : እግዚአብሔር ይባርካችሁ!

  • @temesgenmulatu8734
    @temesgenmulatu8734 2 ปีที่แล้ว +2

    uuuuuuuuuu!!!!!! Magi ko mee maluman sigodha ani? barabaraan eebbifamii!!!!

  • @faruketema7486
    @faruketema7486 2 ปีที่แล้ว +3

    Bless you all. Wish I could be there with you all, continue working hard for the Kingdom of God! Much love

  • @tolsamuel3375
    @tolsamuel3375 2 ปีที่แล้ว +1

    Dhuguma Nu'i Tasa Hina bannu! .. Gonkumaa hin bannu! Baduun Keenya Hin yaadamu!

  • @elshaddaibantu9549
    @elshaddaibantu9549 2 ปีที่แล้ว +3

    i don even listen afan oromo but i love your songs be blessed bro

  • @tolasaturuna6529
    @tolasaturuna6529 2 ปีที่แล้ว +2

    Yesuus ni waaqeffaama, ni jajama, ni kabajama ammalleee......

  • @ayuadisu5528
    @ayuadisu5528 2 ปีที่แล้ว +3

    Nuyi tasa banu🙏

  • @ayelehordofa3808
    @ayelehordofa3808 2 ปีที่แล้ว +2

    Faar.Mageeeeeeeee Ko.Baga Ayyaanni Waaqayyoo Siif Baayyatee Jiraatte.Hiriyoota Kee Durii Sanas Kakaasi.Wal Jajjabeessaa.Tokkummaa Uumaa.Ijoollota Isin Boodaa Guddisaa.Qaraa.
    Eebbifamaaaaaaaaaaaaaa

  • @hinkotariku404
    @hinkotariku404 2 ปีที่แล้ว +3

    Faarfannaan baay'ee eebbifamne Waaqayyoo isin haa eebbisuu

  • @birralello566
    @birralello566 2 ปีที่แล้ว +1

    Ufffff....ittan qabbanaa'e haboo❤ Nuuf jiraadhu Ayyaannisaa kun dachaa siif haa baay'atu yaa jaalatamaa!

  • @bontuhope1341
    @bontuhope1341 2 ปีที่แล้ว +3

    My song of 2022, Ameeen! Eebbifamaa ❤️🙌🏽

  • @megegaretube2056
    @megegaretube2056 2 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeen Jesus is lord magii Ebbiifamaa Waqayyoo baraa kessa ha ebbisu

  • @fayerahailu1931
    @fayerahailu1931 2 ปีที่แล้ว +4

    Waaw.. no comment !! Waaqayyo si haa eebbisu !!

  • @adugnamerga1789
    @adugnamerga1789 2 ปีที่แล้ว +2

    Yoomiyyuu 1ffaa kootiim isin Mageekoo fi Richoon...eebbifamaa!
    Ayyaanichi dachaa haa dabalu ammallee.

  • @gashawalemayehu659
    @gashawalemayehu659 2 ปีที่แล้ว +4

    As keessa nammi lubbunsaa faarfacha jiru tokko hin argattan.

    • @nagaamedia
      @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

      Eebbifamaa!
      Waliin haa Waaqeffannu.
      th-cam.com/channels/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw.htmlvideos

  • @belachewbulto2229
    @belachewbulto2229 2 ปีที่แล้ว +2

    wow ani farfannaa afaan oromoo akkanatti hojjatamee hin arginee amezing god bless you singer merge ilove you eebbifamii eebbifamii

  • @tsehaygebremariam7966
    @tsehaygebremariam7966 2 ปีที่แล้ว +3

    Amen kaan keenyaa loolaan Yesus. 🙏 🙏 🙏

    • @nagaamedia
      @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

      Eebbifamaa!
      Waliin haa Waaqeffannu.
      th-cam.com/channels/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw.htmlvideos

  • @godsondeny2886
    @godsondeny2886 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyoo si ha ebbisuu magi kenyaa nuti tasa hin banu hammanis hin kufa

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 2 ปีที่แล้ว +3

    Uuuuuuuuuuuuuuuuffffff ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeen ebbifaama ebbifaama ebbifaama dachaa

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb 2 ปีที่แล้ว +2

    💃🏽🕺💃🏽🕺💃🏽🕺💃🏽🕺Thank you Dear Jesus christ to pay a price for our happy worshipping you 🙏 💃🏽🕺✅ Free generation's because of his blood 🌿🙌 Good happy Jesus christ family's 👍

  • @abelbeyenne1128
    @abelbeyenne1128 2 ปีที่แล้ว +3

    Bless u Megersa & Rich what a powerful song. Ermias Senbeto z 🎼🎹🎸🎷 is 🔥🔥🔥🔥

  • @yaredkerestos7653
    @yaredkerestos7653 2 ปีที่แล้ว +1

    ቋንቋውን ባልረዳውም በመንፈስ ግን የተባርኩበት በሁሉ ነገር ወንድሜ መገርሳ ተባረክ !!!! ቢቻል በሌሎች ቋንቋ ቢተረጎም

  • @senadeblaw9770
    @senadeblaw9770 2 ปีที่แล้ว +3

    Ameen Ameen Ameen tasaa hin banuu dhagadha ebifami🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tensumamush9918
    @tensumamush9918 2 ปีที่แล้ว +2

    Amennnn.haleluyaaa,yekuwankuwaw balet geta kibr lesu yihun megrsa siwedih tebarek betifu 90 ametemihiret wist yawetshew mezmur lencha,keranyo mulu mezmurih alegn beslke betam.geta,menfes,yalebet tsega yibzalik betifu

    • @nagaamedia
      @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

      Eebbifamaa!
      Waliin haa Waaqeffannu.
      th-cam.com/channels/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw.htmlvideos

  • @PurposeOfMyLife
    @PurposeOfMyLife 2 ปีที่แล้ว +5

    Full lyrics is here /Gombisa Studio...home of lyrics of songs/
    Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
    Waaqayyoon amanee kan salphate eenyu
    Lolatti beekamadha inni nu amanannu
    Nu tasa hin bannu
    Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
    Waaqayyoon amanee kan salphate eenyu
    Lolatti beekamadha inni nu'i amanannu
    Nu tasa hin bannu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    tasa hin bannu
    Badiisa keenya inni abjootu humna nunbusuu nunraasu
    gonkumaani
    Inni cabsee daandii saaquu riqicha nu ta’ee hin darbina mo'ichaani
    Manca’iinsa keenya inni abjootu humna nunbusuu nunraasu
    gonkumaani
    Inni hurreessee daandii saaquu riqicha nu ta’ee hin darbina mo’ichaani
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannu
    Torbaan qabaa irra hin ejjanna
    Sookkon nun danda’u abaarsi
    Kiyyoon caccabee irra yaana
    Kan keenya lolaan Yesuusi
    Torbaan qabaa irra hin ejjanna
    Sookkon nun danda’u abaarsi
    Kiyyoon caccabee irra yaana
    Kan keenya lolaan Yesuusi
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannu
    Nu'i tasa hin bannu
    Nu'i nu'i tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannu
    Hin milkaa’u kakuun jalloota
    Fiixaan hin ba’u nurratti hameenyi namoota
    Nu Isa jabaatti hirkanne
    Gooftaa lolee mo’atutu keenya hojjeta
    Hin milkaa’u kakuun jalloota
    Fiixaan hin ba’u nurratti hameenyi namoota
    Nu Isa jabaatti hirkanne
    Gooftaa lolee mo’atutu keenya hojjeta
    Waaqayyoo dha Abbaan mo’ichaa,
    Isa hin caccabne caccabsee irraa nu aansa
    Isa hin diigamne diddiigee
    Ulfina boojuu baatutti nu bobbaasa
    Waaqayyoo dha Abbaan mo’ichaa,
    Isa hin caccabne caccabsee irraa nu aansa
    Isa hin diigamne diddiigee
    Ulfina boojuu baatutti nu bobbaasa
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannuu
    Nu'i tasa hin bannu
    Tasa hin bannu
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!
    Hamaan hin kufa!
    Ulfinni hin dhufa!
    Boojuun wal waamee
    Dhufee asitti hafa!

    • @bontugurmu796
      @bontugurmu796 2 ปีที่แล้ว +1

      Ebbiffami

    • @senaitwoldesellassie1258
      @senaitwoldesellassie1258 2 ปีที่แล้ว +1

      If you can interpret it in Amharic please?

    • @PurposeOfMyLife
      @PurposeOfMyLife 2 ปีที่แล้ว

      @@senaitwoldesellassie1258 okay gen gize eteykal emokralew. thank you for you, bless you God!

    • @senaitwoldesellassie1258
      @senaitwoldesellassie1258 2 ปีที่แล้ว

      Thank you so much! Your songs has been a blessing to us throughout the years. Bless you!

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 2 ปีที่แล้ว +1

    Magee koo! Ulfaataa koo ulfaadhu! Ameen; nuyi tasa hin bannu!

    • @dukamezmur
      @dukamezmur 2 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/CDW_0DcD0YMi3atuCtk3xw.htmlvideos

  • @negatuermias1222
    @negatuermias1222 7 หลายเดือนก่อน +5

    ዘመናቹ ይባረክ ❤❤❤❤

  • @እየሱስያድናል-ኸ2አ
    @እየሱስያድናል-ኸ2አ 2 ปีที่แล้ว +2

    ክብር ለእግዚአብሔር ልጅ ለጌታ እየሱስ
    መዝሙርህን እሰማለው ባይገባኝም ተባረክ ወንድሜ

    • @IlaameeRecords
      @IlaameeRecords  2 ปีที่แล้ว

      You can use Subtitle to understand it. We have translated it to Amharic and English.

  • @derejemuskrat2978
    @derejemuskrat2978 ปีที่แล้ว +10

    ዘመናችሁ እንዲህ እያመለካችሁ በእግዚአብሔር ቤት ይለቅ ተባረኩ

  • @esetnishan1074
    @esetnishan1074 2 ปีที่แล้ว +3

    Ican't stop listen this song , blessed megersa and rahel.

  • @axumcake
    @axumcake 2 ปีที่แล้ว +2

    I don't understand it at all, but nice to see you guys again after my favorite song "lencha keranyo" ❤️😍 may God bless you 🙏

  • @firaolerenso8303
    @firaolerenso8303 2 ปีที่แล้ว +3

    Magee, thank you may God bless you you, it is life giving gospel song!

  • @hoolichaaflyrics
    @hoolichaaflyrics 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo bara keessan haa eebbisu magi eebbifama isin keessa hin dhumin sagaleen isaa.

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta1246 2 ปีที่แล้ว +4

    Hojii Baayyee Eegaa jirra.

  • @Kurkuraa_ko
    @Kurkuraa_ko 2 ปีที่แล้ว +1

    Dhugaa jechan dhaba
    hojii baayyee gaariidha waqayyoo isin ha Eebbisu

  • @mesi724
    @mesi724 2 ปีที่แล้ว +3

    Geta abzito abziiiiiiiiiiito yibarkachu...................endet endemtamru

  • @kiyyaaloveekenaajesus4721
    @kiyyaaloveekenaajesus4721 2 ปีที่แล้ว +1

    *Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Ebbifama Dachaan Dachaan nuyii Tasaa banuu 👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼🎻🎻🎻🎻🎻🎸🎸🎸📖📖📖📖📚📚📚♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️❤️*

  • @EyerusalemFentike
    @EyerusalemFentike หลายเดือนก่อน +3

    እግዚአብሔር ይባርካችሁ

  • @gemechuphaulos9226
    @gemechuphaulos9226 2 ปีที่แล้ว +2

    magee koo an kanumtin xinnummaatii ka'ee dhaggeeffaachaa guddadhe faarsaa keeti !faarsaa nama keessaa hin bannee ,waaqayyoon qofa eebbisu ,faarsaa nama nama hin jennee yessuusiin giddu galeessa godhateedha.eebbifami .gaafan faarsaa kana caqasu immoo nan haara'a.ati eebba keenya .thank you our blessed

  • @kebenakumeraofficial
    @kebenakumeraofficial 2 ปีที่แล้ว +3

    eebbifamaa baayyee nama eebbisa

  • @dannylemi8802
    @dannylemi8802 2 ปีที่แล้ว +1

    Magi you are a real Worshipper to Lord.May God Bless You .Keep it up you're the best gift given for Us.

  • @BedassaBeriso
    @BedassaBeriso หลายเดือนก่อน +4

    Ameeeeeen❤❤❤❤❤

  • @natnaelyonas174
    @natnaelyonas174 2 ปีที่แล้ว +1

    Magiko wanan sinjedhu nan dhabe waqayyo bara kee hunduma ha'ebisu

  • @firatolinesayas3426
    @firatolinesayas3426 2 ปีที่แล้ว +4

    Farfenanii keseenii Baye nemee gemeechisadh😁😁

  • @Grandas7358
    @Grandas7358 ปีที่แล้ว +2

    Nan Dhaalu, Waa Ta'uufi, TASANBANNU vs IJAARAMAA DEEMNA😊

  • @ayanekeno8078
    @ayanekeno8078 2 ปีที่แล้ว +4

    Waqayyo si haebbisu

  • @seasonofactsandharvesttube2766
    @seasonofactsandharvesttube2766 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow, utuun isin gidduu jiraadhee maalo, Waaqayyo isin ha’eebisu🔥🔥🔥🔥🔥

  • @dr.samsontariku7553
    @dr.samsontariku7553 2 ปีที่แล้ว +3

    You're on some sort of a streak, Yabets senbeto. One hit after another, keep it up dude!

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku5780 2 ปีที่แล้ว

    𝐀𝐦𝐞𝐞𝐞𝐞𝐞𝐞𝐧𝐧𝐧 𝐢𝐬𝐡𝐨𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐜𝐡 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐧𝐮 𝐭𝐚𝐬𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐧𝐮𝐮♪♪♪♪♪♪♪♪

  • @IlaameeRecords
    @IlaameeRecords  2 ปีที่แล้ว +10

    Subtitles are available in 3 languages. You can turn it on in settings.

  • @nagaamedia
    @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว +2

    Magii Best. Ayyaanichi ammayyuu dachaadhaan sirratti haa dabalamu.
    Nuyi Tasanbannu!

  • @ejigayhuayana7435
    @ejigayhuayana7435 11 หลายเดือนก่อน +4

    God be with you forever❤❤💯💯👌👌👏👏👍🙌🥰🥰👌👍🏾

  • @marklencha8185
    @marklencha8185 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyoon amane kan salphate eenyu ... Nuntasabannu

  • @RoyalExport-ek8qh
    @RoyalExport-ek8qh 6 หลายเดือนก่อน +4

    Very good that you put subtitles. This is how to do it

  • @amanuelzemedu5564
    @amanuelzemedu5564 2 ปีที่แล้ว +1

    Ammeen Nuyi Tasa Hinbannu!!Ammeen!! Waaqayyo Gooftaan si haa eebbisu eebbifami

  • @ruthshafi2107
    @ruthshafi2107 2 ปีที่แล้ว +6

    ወድሜ ባይገባኝም መዝሙሩ ደስይላል ግን መብራቱ ናይት ክለብ ነው የሚመስለው እዲህ ባይሆን ደስ ይላል 🥰

  • @iyyasuusgooftadha1112
    @iyyasuusgooftadha1112 2 ปีที่แล้ว +1

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamaa guddaa isaa waaqayyòo

  • @mekdesaga8255
    @mekdesaga8255 ปีที่แล้ว +3

    GOD BLESS YOU 🙌🙌🙌

  • @gt1223
    @gt1223 2 ปีที่แล้ว +1

    Ilaame records nuuf jajjabadha baayye isinin eebbifama jira! Nu'i tasa hin bannu!

    • @IlaameeRecords
      @IlaameeRecords  2 ปีที่แล้ว

      Waaqayyo si haa eebiisu @Gemechis_Tone

  • @isaactadesse3085
    @isaactadesse3085 2 ปีที่แล้ว +4

    እግዚአብሔር አብዝቶ አብዝቶ ይባርካችሁ

    • @nagaamedia
      @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

      Eebbifamaa!
      Waliin haa Waaqeffannu.
      th-cam.com/channels/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw.htmlvideos

  • @kalbesagobena7697
    @kalbesagobena7697 2 ปีที่แล้ว +2

    You are a unique gift from God for this world. Your gifts are always brand new. An amazing message with extraordinarily shining grace. May God continue blessing you brother Megersa.

  • @smret.6783
    @smret.6783 2 ปีที่แล้ว +3

    Thank you for the subtitles

  • @bekumakabbada9327
    @bekumakabbada9327 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami Magi hin bannu. Gooftichi akka badnuuf nun waamne.

  • @fikadufeleke9285
    @fikadufeleke9285 2 ปีที่แล้ว +3

    What a wonderful and meaningful song!!!

    • @nagaamedia
      @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

      Eebbifamaa!
      Waliin haa Waaqeffannu.
      th-cam.com/channels/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw.htmlvideos

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 2 ปีที่แล้ว +2

    Amen 🙏 ebbifama baayee