Fenan Befkadu - Affan Oromoo worship song - (AN GOODOOKEE JALAA)

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 14 ต.ค. 2024
  • This song is about desiring God and his presence in our life. His presence is what we need in our life. His companionship is what lasts with us. He is our hope and our refugee.
    Faarfannaan kun waa'ee Waaqayyoon barbaaduufi jireenya keenyarratti argama isaa fedhuuti. Argamni isaa isa hamma dhumaatti nu wajjin hafudhawoo. Inni Abdii keenya kattaa keenyas!
    / @zerubabelgetachew-ronel

ความคิดเห็น • 855

  • @marti1861
    @marti1861 9 หลายเดือนก่อน +6

    😢ኢየሱስ እንኳንም አንተ አባቴ ሆንከኝ
    ሃሌሉያ ሃሌሉያ ኡፍፍፍ እጅግ በጣም ተባረኪያለው የኔ ኢየሱስ ክብር ለታላቁ ስም ይሁን🙏🙏🙏የተባረክሽ ፀጋ ይብዛልሽ በብዙ❤❤❤

  • @fikirutemesgengeleta2944
    @fikirutemesgengeleta2944 3 ปีที่แล้ว +7

    An godoo kee buufachuun naaf ta’aa, ilaalee argeera keessa biyya lafaa
    Sii jela buufachuun eeyyee naaf hin wayyaa, barri jireenya koo qabbana naaf ta’aa
    Uuuuuuu sii wajjin kan dabarsee gooftaa koo barasaa Ibiddi isaa hin arguu qabbana dhumni isaa
    An sini jelaa lixee dabarsa bara koo, ibiddi nan arguu qabbana dhumni koo
    Sii wajjin kan dabarsee gooftaa koo barasaa ibiddi isaa hin arguu qabbana dhumni isaa
    An siin jelaa lixee dabarsaa bara koo, ibiddi naan arguu qabbana dhumni koo *2
    Uuuuuuu huuhii aababbaa ababbaa ababbaa jedheen sii waamaa
    Naa jelaa diddee hin beektu akka namaa ababbaa jedheen sii waamaa
    Naa jelaa diddee hin beektu akka namaa *2 naa jelaa diddee hin beektu akka firaa
    Naa jelaa diddee hin beektuu akka hiriyaa naa jelaa diddee hin beektu akka namaa
    Naa jelaa diddee hin beektuu akka namaa naa jelaa diddee akka hiriyaa
    Sinboo koo ulfinaa koo *2, surraa koo miidhagina koo *2, Iyesuus ulfina koo *3
    Namatti hirkadhee kufnaan harki kee lafaa naa kaasee
    Dahoo guyyaa rakkinaa yesuuskoo situ qopheessee
    Silaa illee badeen hafaa barbaadameeyyuu hin argamuu
    Harkisa jaalala keef malee anoo hin yaadatamuu *2
    Jireenyaaf kaayyoo koo bara dheeraa sii wajjinan marii’aadhaa
    Gooftaa koo iccitii koo siin dhossuu gadi fageesseen sitti himadhaa *2
    Wabii koon siin godhadhaa sichii naaf hin ta’uu namnii
    Gooftaa koo gara keen dhufaa sittan hirkadhaa anii *2
    Jirrenyaaf kaayyoo koo bara dheeraa sii wajjinan marii’aadhaa
    Gooftaa koo iccitii koo sin dhossuu gadi fageesseen sitti himadhaa *2
    Abdii koo yeroo hundumaa amanannaa koo jireenyaa
    sitti hirkadhee gaabbii hin qabuu
    harka keetu waa naa dadhabuu *2
    Na geessaa jireenyaaf anoo beekaa sii biratti dabalaa hin barbaadaa
    Waaa’ee koof karaa hundan sii eegaa siinaa furta rakkoon isan itti aaduu
    Fooniif lubbuu koof sin amanadhaa sittan of gataa shakkii malee
    Karaa koo waan hundumtuu dhumaa dhaa raga baata hin qabuu tokkollee*2
    Jirrenyaaf kaayyoo koo bara dheeraa sii wajjinan marii’adhaa
    Gooftaa koo iccitii koo sin dhossuu gadi fageesseen sitti himadhaa *2
    Wabii koon sii godhadhaa sichii naaf hin ta’uu namnii
    Gooftaa koo gara keen dhufaa sittan hirkadhaa anii *2
    Jireenyaaf kaayyoo koo bara dheeraa sii wajjinan marii’adhaa
    Gooftaa koo iccitii koo sin dhossuu gadi fageesseen sitti himadhaa *2
    Naa geessaa jireenyaaf anoo beekaa sii biratti dabala hin barbaaduu
    Waa’ee koof karaa hundan sii egaa naa furtaa rakkoon san itti aaduu
    Fooniif lubbuu koof sin amanadhaa sittan of gataa shakkii malee
    Karaa koof waan hundumtuu dhumaa dhaa dirqama hin baadhu tokkollee
    Jirreenyaaf kaayyoo koo bara dheeraa sii wajjinan marii’adhaa
    Gooftaa koo iccitii koo sin dhossuu gadi fageesseen sitti himadhaa *2

  • @emusofi4554
    @emusofi4554 10 หลายเดือนก่อน +7

    እምታቁ ተርጉሙልኝ ኡፍፍፍ ደስ ሲል ልብ ይነካል ፌኑ ተባረኪ ዘ መንሽ ይባረክ

  • @deborahtube9749
    @deborahtube9749 3 ปีที่แล้ว +3

    na jalaa diddee hin beektu akka namaa
    na jalaa diddee hin beektu akka firaa
    na jalaa diddee hin beektu akka hiriyaa
    wow feniye tebareki

  • @raheltade4475
    @raheltade4475 3 ปีที่แล้ว +147

    I am not Protestant nor understand Afan Oromo even tho I am Oromo and I am in tears… God bless you hun

    • @Tsion-13
      @Tsion-13 3 ปีที่แล้ว +6

      Same here Konjo it’s a beautiful gospel song

    • @meta8314
      @meta8314 3 ปีที่แล้ว +1

      @@Tsion-13 1

    • @gedefameserat801
      @gedefameserat801 3 ปีที่แล้ว +2

      I will teach you

    • @raheltade4475
      @raheltade4475 3 ปีที่แล้ว

      @@gedefameserat801 oh please??? I would be so happy!!

    • @gedefameserat801
      @gedefameserat801 3 ปีที่แล้ว

      @@raheltade4475 @hunde2012 telegram

  • @yeweldashenafi6263
    @yeweldashenafi6263 3 ปีที่แล้ว +219

    ለመጀመሪያ ጊዜ የኦሮሚኛ ቋንቋ ባለማወቄ የተቆጨሁበት ቀን!
    ፌኑዬ የትውልዴ በረከት ነሽ! ...ደግመሽ ደጋግመሽ ዘምሪ ሳንወድ በግዳችን ቋንቋም እንማራለን!

    • @eyedoctor9934
      @eyedoctor9934 3 ปีที่แล้ว +11

      Me too when I was a child my dad used to tell me one day you would regret I didn’t understand then now it’s burning me to death

    • @mikal9212
      @mikal9212 3 ปีที่แล้ว +4

      Not too late to learn☺

    • @GammeandBetty10
      @GammeandBetty10 3 ปีที่แล้ว +4

      Hi!
      Its very easy to learn!

    • @GammeandBetty10
      @GammeandBetty10 3 ปีที่แล้ว +2

      Waaqayyo dachaa sii haa ebbisu!

    • @helinatewolde7489
      @helinatewolde7489 3 ปีที่แล้ว +1

      Enem endza nw yalkut ygrmal

  • @yosefasmare7931
    @yosefasmare7931 3 ปีที่แล้ว +120

    ኦሮምኛ ባለመቻሌ የቆጨኝ ዛሬ ነው። እግዚአብሔር ይባርክሽ ትርጉሙን ባላውቀውም ደስስስስ ብሎኝ ሰምቼዋለሁ። በቃ የእግዚአብሔር ፍቅርና ምህረትን የሚያመሰግን ዝማሬ ይመስለኛል። እንዲያው ቢቻል ወደ አማርኛ ተተርጉሞ ቢቀርብ ኦሮምኛ የማይችለው ምዕመን ይባረክበታል። ተባረኩ sinjalada...

    • @lalisatesfaye6710
      @lalisatesfaye6710 3 ปีที่แล้ว +86

      ትርጉም በግርድፉ አፋን ኦሮሞ ለማትሰሙ
      *******ቢሊሴ ከረሳ**
      ባንተ ጎጀ ስር ማረፍ ይገባኛል
      አይቼ ተመለክቻለው አለመ ውስጧን
      ባንት ስር ማረፍ አዎ ይሻለኛል
      ህይዎት ዘመኔ የእረፍት ይሆንልኛል *2
      ኡኡኡኡኡ
      ካንተ ጋር ያደረገ ጌታዬ ዘመኑን
      እሳት አያገኘውም እረፍት ነው ዘመኑ
      ባንተ ተሸሽጌ ይለቅ ዘመኔ
      እሳት አያገኘኝም ተድላ ነው መደምደምያዬ
      *****
      አባባ*3 አባባ ብዬ ጠረሃለው
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ሰው*4
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ዘመድ
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ጓደኛ
      ***
      ሞጎሴ ክብሬ ሞጎሴ ክብሬ
      ደም ግባቴ ውበቴ ኢየሱስ ክብሬ
      ****በተስፋዬ እና በብዲቄ*******
      በሰው ተደግፌ ወድቄ ያንተ እጅ ከመሬት አነሳኝ
      የክፉ ቀን መሸሸጊያ ኢየሱሴ አንተ ነህ ያዘጋጀህልኝ
      ጠፍቼ እቀር ነበረ ያኔ ተፈልጌም አልገኝም
      በፍቅርህ ስህበት ነው እንጅ እኔማ በፍፁም አልታወስም
      ******
      ለኑሮዬ ለረጅም ጊዜ አላማዬ አንተነ ነው የማዋየው
      ጌታዬ ምስጥሬን አልደብቅህም እስከ ጥግ አወራሃለሁ
      ዋሴ ላደርግህ ካሁን ወዲህ አይሆነኝም ሰው
      ጌታዬ ወዳንተ ልምጣ መደገፊያዬ አንተ ነወ
      *****
      የህይዎቴ መተማመሻ የሁል ጊዜ ተስፋዬ
      አንተን ተደግፌ ተፀፅቼ አላቅም እጅህ ነው ለኔ በቅዬ
      ትበቃኛለህ ለህይወቴ ባንተ ላይ ሌላ ደባል አልሻም
      ስለራሴ በሁሉም በኩል እጠብቃለሁ
      ትፈታልኛለህ የሚያስቃስተኝ ችግሬን
      ለነፍሴም ለስጋዬም አንተን እተማመናለሁ
      ያለ ምንም ጥርጥር እራሴን አንተ ላይ ጥያለሁ
      በኔ በኩል ሁሉም ባዶ ነው አንድም ማሰተያያ የለኝም
      አንድም ማስተያያ የለኝም
      *****************
      ጌታ ብርክ ያረገኝ በትርጉም ስላገለገልኳቹ!!!!!!!!

    • @makdi1234
      @makdi1234 3 ปีที่แล้ว +5

      @@lalisatesfaye6710 ዘመንክ ይባርክ ለ በረከት ሁን

    • @lalisatesfaye6710
      @lalisatesfaye6710 3 ปีที่แล้ว +2

      @@makdi1234 amen አንቺም ለምልምልኝ

    • @tsinatnega18
      @tsinatnega18 3 ปีที่แล้ว +2

      @@lalisatesfaye6710 geta bererek yaregek abo lalisaye weym yaregeshm lalisakiyaye

    • @shobashoba1413
      @shobashoba1413 2 ปีที่แล้ว

      አሜንንንንን😥😥😥😥🙌🙇🙇🙇🙋

  • @abebawtadesse2093
    @abebawtadesse2093 3 ปีที่แล้ว +55

    Simbookoo
    Ulfinakoo
    Suurraakoo
    Miidhagakoo
    Iyeesuus Ulfinakoooooooooo """""""""
    Boo Joolleeteenya Maloo Nuuuf Baay'adhaaa.
    Feenii tiyya ittuma dadabali.
    Zeruutoo attilee maloo jolleeteenya dadabalii.
    Ishooo Ishooo eeeeeebbbifamaaaaa !!!!!!!!!

    • @botu8999
      @botu8999 3 ปีที่แล้ว +1

      Lyrics guttuumaa saa nuuf qodhii mee maaloo yoo dandessee

  • @dawittolosa7444
    @dawittolosa7444 3 ปีที่แล้ว +14

    Dhugaa farfannan baay'ee jaladhu ture amma immo calchisen jaladhe,
    Ebbifamaa 😭😭😭
    ..... Iccitikoo sin dhoksu gadfagessen sitti himadha,, AMEN

  • @sena_oro
    @sena_oro 3 ปีที่แล้ว +36

    🥺🥺why this songs hit different 🤲

  • @milkias402
    @milkias402 3 ปีที่แล้ว +12

    ፌኒዬ አንደኛ ነሽ እግዚአብሔር ይባርክሽ

  • @ayyuutube8192
    @ayyuutube8192 3 ปีที่แล้ว +1

    Anii mucaan kun afaan oromo ni bekktii hin seene dhugaa wawoo fanee eebbifamii

  • @letiwakuma7908
    @letiwakuma7908 3 ปีที่แล้ว +76

    "Si Wajjiin Kan Dabarsee Gooftaakoo barasaa
    Ibiddi Isa Hin Argu Qabbana Dhumni Isaa"❤️❤️ God's presence in our lives is the peace of mind and happiness to our entire life😍😍. Tebarakulen

    • @mimigirma1322
      @mimigirma1322 3 ปีที่แล้ว +2

      Lati bareedduu ebbifami

    • @mikal9212
      @mikal9212 3 ปีที่แล้ว +1

      Galatoomaa🙏🙏🙏 tebareki

    • @hisenberg3005
      @hisenberg3005 3 ปีที่แล้ว

      Can you translate to me please i feel God presence in it.

  • @ethiopiahagera878
    @ethiopiahagera878 3 ปีที่แล้ว +16

    የተወዳጅዋ ቢሊሴን መዝሙር በዚህ መልኩ ማቅረብሽ እጅግ ደስ ይላል ያምራል ይባርካል እርጋታሽ ደስ ይላል በዚህ የእህቶች አለባበስ መስመሩን ለቆ ለክርስቶስ የታጨች ሙሽራዋን ቤተክርስቲያን ባስነቀፈበት ዘመን ስነስርአትሽ ይደነቃል በዚሁ ቀጥይ ተባረኪ ።

  • @kosanabdisa
    @kosanabdisa ปีที่แล้ว +1

    Guddaan eebbifame dhugaa gooftaan si haa eebbisu Bara jireenya keee darbiii faaarsi

  • @tigistayena8283
    @tigistayena8283 3 ปีที่แล้ว +72

    Her voice is so soothing, and thank God for blessing us with this beautiful soul😍

  • @naifiteshale4124
    @naifiteshale4124 3 ปีที่แล้ว +35

    Oh God i have no words
    😭😭😭😭

  • @legessebayisa7670
    @legessebayisa7670 3 ปีที่แล้ว +1

    waaqayyoo si haa eebbiisuu feenii

  • @abdinkoojiratadhaa1442
    @abdinkoojiratadhaa1442 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen uuuuuuuuuuuuffffff ebifami dacha 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞

  • @fbeyamo924
    @fbeyamo924 3 ปีที่แล้ว +110

    Spirit driven song has a power to cross the language barriers and reach deep inside of us. This song is a good example. I can't hear Oromifaa but I can understand this song in spirit. May God bless you both singer and guitarist.

    • @juviawariore5880
      @juviawariore5880 3 ปีที่แล้ว +6

      Moi aussi je parle français et amahrique mais pas oromigna mais je peux dire que cette chanson me touche vraiment, fenan soit bénis ❤️😍

    • @heliTg
      @heliTg 3 ปีที่แล้ว

      This! Amen 🙏🏾

    • @CourageDearHeart316
      @CourageDearHeart316 3 ปีที่แล้ว +1

      Exactly!!!

    • @haymanotmanot7138
      @haymanotmanot7138 3 ปีที่แล้ว +1

      @@juviawariore5880 qqqqqqqqq

    • @yanetsamuel5460
      @yanetsamuel5460 2 ปีที่แล้ว

      The same here 🙌🏾🙌🏾🙌🏾🙌🏾

  • @alemtiruneh8137
    @alemtiruneh8137 3 ปีที่แล้ว +2

    የሚያባባ ኦሮምኛ መዝሙር ነው፤ ደጋግመው ቢሰሙት አይሰለችም፡፡ የፈናን አቀራረብም ከመዝሙሩ ጋር የተዋሃደ ስለሆነ ደስ ይላል፤ ትርጉሙን በአማርኛ እና በትግርኛ… ወዘተ ብታስቀምጠው ይበልጥ እንባረክበታለን፤ ጌታ ይባርክህ!!!

  • @genetbekle7858
    @genetbekle7858 3 ปีที่แล้ว +1

    እበከቹ ትርጉሙ ምን ይሁን ሰይገበኝ የምያስለቅሰኝ መዝሙር ኡኡኡኡኡፉፉፉፉፉፉፉፉፉ ተበረክኝ ፍነነየ ኦሮሜኛ አልገበኝም ነገር ግን መዝሙሩ ያስለቅሰኛል

  • @jackgudetaofficial
    @jackgudetaofficial 3 ปีที่แล้ว +60

    "An godoo kee jala buufachuutu naaf naaf ta'a” God bless you feenii koo ❤️🙌

    • @ayotiya5526
      @ayotiya5526 3 ปีที่แล้ว

      Namatiykadhetoharkikelafnakas
      Duuguyarkinaanyesuskositnbqadh
      Silalebadehfbarbadamyuhinargam
      Hafuguyaraknayesusko
      Sitanboqadh

    • @ayotiya5526
      @ayotiya5526 3 ปีที่แล้ว

      Nama

  • @PinielAsefa
    @PinielAsefa 3 ปีที่แล้ว +33

    ድሮ የማውቀው መዝሙር ነው በዚህ መልኩ መዘመሩ ያስደስታል🙌 ተባረኩ🙌

  • @bashaatuujesuus4678
    @bashaatuujesuus4678 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeeeen Ameeeeeen Eebbifami Feenuu koo waaqayyo baraaf jireenya kee dachaa dirribidhaan haa Eebbisu Ayyaana isaa dachaa Siif haa baay'isu

  • @eyasutamane5311
    @eyasutamane5311 3 ปีที่แล้ว +40

    I can't stop listening to this 🔥🔥🔥❤️
    😭😭Stay blessed❤️

  • @abdimosisa7578
    @abdimosisa7578 3 ปีที่แล้ว +43

    I'm proud Orthodox but I'm in LOVE 💕 with this Song

  • @gadoabebe5851
    @gadoabebe5851 3 ปีที่แล้ว +76

    Ma heart is melting................. i used to listen to this song when I was a child ........I didn't understand it at that time...but know......I understand it ....so much deep down in ma life .... thanks for reminding me ....❤️an goodookee jalaa...

  • @BezaBeza-y9u
    @BezaBeza-y9u 2 หลายเดือนก่อน +1

    Babchi lay yalewu yezemare minefes enem lay amilaki yaga abign biyalehu liben yekitognal

  • @semi4072
    @semi4072 3 ปีที่แล้ว +2

    ኦሮምኛ ባለመቻሌ የቆጨኝ ዛሬ ነው። እግዚአብሔር ይባርክሽ!!

  • @solantamiru9338
    @solantamiru9338 28 วันที่ผ่านมา +1

    Amen God bless you 😢😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @motivationvibes6536
    @motivationvibes6536 3 ปีที่แล้ว +5

    Barrikee haa eebbifamu fena 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gifiitiiwallaga4830
    @gifiitiiwallaga4830 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufffeee ammeeeen ebbifamii ebbifamii ebbifamii buchee kooo namaati hirkaanan.....💓💓💓💓💓🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽

  • @kabenaduresy3513
    @kabenaduresy3513 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbiffamii waaqqaayyo sii ebbisuu mucakaku dachaa dachaa sifii haa tuu

  • @አጥነፍ
    @አጥነፍ หลายเดือนก่อน +1

    😭😭😭😭😭😭ኦኦኦኦኦኦኦኦኦኦኦ ኣሜን አሜን ዬማለውቃው ስሜት ታሰማኝ አሜንንንን

  • @senaitdinka7669
    @senaitdinka7669 3 ปีที่แล้ว +2

    Na geessa jireenyaf anoo beeka sibiratti dabala hin barbaadu!! Our god bless u fenukoo

  • @obsadebela
    @obsadebela 3 ปีที่แล้ว +3

    na geessa jireenyaaf anoo beeka.....................Amez

  • @gammeagonafir3526
    @gammeagonafir3526 3 ปีที่แล้ว +5

    wow barri jireenya ko qabana naaf tahaa I like this song

  • @supersingusingitan4227
    @supersingusingitan4227 3 ปีที่แล้ว +2

    dimtsish eko geday new tebarekiln fenuye nuuf eebbifami 🙏🙏

  • @gelilafeleke2666
    @gelilafeleke2666 3 ปีที่แล้ว +7

    Waqayyoo sii ha Ebisuu bareddu koo♥️♥️♥️♥️💟💟

  • @kenenimelaku2795
    @kenenimelaku2795 3 ปีที่แล้ว +3

    Feniyee yene fikir yetebareksh lij eko nesh👏👏❤️❤️👏

  • @MilkoNiguse-ri9cl
    @MilkoNiguse-ri9cl 11 หลายเดือนก่อน

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waaqayyon bayyisee sihaa eebbisu umrii kee haadheressu jiradhu giiftikoo . dhugaa yeroon faaruu kana dhageeffadhu kessa kotti abdii guddaa uume.Gooftaan sagalee dinqii siif keenne Jira . God bless you🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😍😍😍😍😍😍😍 iccitii kessa keenyaa kanbeeku waaqa qofadha Ameen Ameen Ameen

  • @segnihabulu2859
    @segnihabulu2859 3 ปีที่แล้ว +11

    Wabii si godhadha sichi naaf hin ta'u namni ❤️

  • @LetaKefena
    @LetaKefena 3 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyo si haa eebbisu Fenu... Waaqeffannaa nama eebbisu dha.
    Zerubabel Atis eebbifami.

  • @freemulatu8274
    @freemulatu8274 2 ปีที่แล้ว +1

    Geleetomaa waqaa koo

  • @asterdamei5507
    @asterdamei5507 3 ปีที่แล้ว +6

    የኔ ቆንጆ ዘመንሽ ይባረክ ቋንቋው ባይገባኝም በመንፈስ ግን ተነክቻለው ሀሌሉያ የአባቴ ልጅ እወድሻለዉ ❤❤❤😘😘😘😘

    • @lalisatesfaye6710
      @lalisatesfaye6710 3 ปีที่แล้ว +1

      ትርጉም በግርድፉ አፋን ኦሮሞ ለማትሰሙ
      *******ቢሊሴ ከረሳ**
      ባንተ ጎጀ ስር ማረፍ ይገባኛል
      አይቼ ተመለክቻለው አለመ ውስጧን
      ባንት ስር ማረፍ አዎ ይሻለኛል
      ህይዎት ዘመኔ የእረፍት ይሆንልኛል *2
      ኡኡኡኡኡ
      ካንተ ጋር ያደረገ ጌታዬ ዘመኑን
      እሳት አያገኘውም እረፍት ነው ዘመኑ
      ባንተ ተሸሽጌ ይለቅ ዘመኔ
      እሳት አያገኘኝም ተድላ ነው መደምደምያዬ
      *****
      አባባ*3 አባባ ብዬ ጠረሃለው
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ሰው*4
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ዘመድ
      ዝም ብለህኝ አታቅም እንደ ጓደኛ
      ***
      ሞጎሴ ክብሬ ሞጎሴ ክብሬ
      ደም ግባቴ ውበቴ ኢየሱስ ክብሬ
      ****በተስፋዬ እና በብዲቄ*******
      በሰው ተደግፌ ወድቄ ያንተ እጅ ከመሬት አነሳኝ
      የክፉ ቀን መሸሸጊያ ኢየሱሴ አንተ ነህ ያዘጋጀህልኝ
      ጠፍቼ እቀር ነበረ ያኔ ተፈልጌም አልገኝም
      በፍቅርህ ስህበት ነው እንጅ እኔማ በፍፁም አልታወስም
      ******
      ለኑሮዬ ለረጅም ጊዜ አላማዬ አንተነ ነው የማዋየው
      ጌታዬ ምስጥሬን አልደብቅህም እስከ ጥግ አወራሃለሁ
      ዋሴ ላደርግህ ካሁን ወዲህ አይሆነኝም ሰው
      ጌታዬ ወዳንተ ልምጣ መደገፊያዬ አንተ ነወ
      *****
      የህይዎቴ መተማመሻ የሁል ጊዜ ተስፋዬ
      አንተን ተደግፌ ተፀፅቼ አላቅም እጅህ ነው ለኔ በቅዬ
      ትበቃኛለህ ለህይወቴ ባንተ ላይ ሌላ ደባል አልሻም
      ስለራሴ በሁሉም በኩል እጠብቃለሁ
      ትፈታልኛለህ የሚያስቃስተኝ ችግሬን
      ለነፍሴም ለስጋዬም አንተን እተማመናለሁ
      ያለ ምንም ጥርጥር እራሴን አንተ ላይ ጥያለሁ
      በኔ በኩል ሁሉም ባዶ ነው አንድም ማሰተያያ የለኝም
      አንድም ማስተያያ የለኝም
      *****************
      ጌታ ብርክ ያረገኝ በትርጉም ስላገለገልኳቹ!!!!!!!!

    • @አጥነፍ
      @አጥነፍ หลายเดือนก่อน

      ​@@lalisatesfaye6710🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tsegahailu9947
    @tsegahailu9947 3 ปีที่แล้ว +70

    ጌታ የሱስ በብዙ ፀጋ ይባርካቹ ፡ቋንቋዉ ባይገባኝም መንፈስ ቅዱስ ያለበት ሥለሆነ ልቤን ነዉ የነካዉ ።💖❤️🙌

    • @alemmitu
      @alemmitu ปีที่แล้ว +1

      ❤ I love you 💞😊

  • @aynalemderbe3256
    @aynalemderbe3256 3 ปีที่แล้ว +2

    አሜን አሜን ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን ተባረክልኝ መንፈስ ቅዱስ ቶርጉሞኛል !

  • @ebadiriba
    @ebadiriba 3 ปีที่แล้ว +22

    God bless you fenu and zeru...its amazing 😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @kanenusgraphics
    @kanenusgraphics 3 ปีที่แล้ว +3

    Wow Akkam Namatti tola. Fenu & Zeru dhugaadha eebbifamaa

  • @zerihunbekele6172
    @zerihunbekele6172 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa fennuyeko😍😚

  • @AtsedeTesfahun-r8z
    @AtsedeTesfahun-r8z ปีที่แล้ว

    Ameeennn ameeennn ameeennn ebbiiffamaaaa malokaaa

  • @tsidutaye1285
    @tsidutaye1285 ปีที่แล้ว

    Sef adblmmu ebefaamme bayye segaledde

  • @pink6404
    @pink6404 3 ปีที่แล้ว

    ufff endet new des milew trgumu algebagnm gn bisema bisema mayselech mezmur

  • @asnelse2281
    @asnelse2281 3 ปีที่แล้ว +1

    ውድድድድድድድድድድ ነው ማረግሽ ተባረኪ

  • @ayantumathewos6296
    @ayantumathewos6296 2 ปีที่แล้ว

    Simbookoo Ulfinakooooooooo................Eebbifami Fenu.

  • @SelamSelemon-st7zk
    @SelamSelemon-st7zk 2 หลายเดือนก่อน

    I DON'T KNOW AFAN OROMO THANK YOU FENAN❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tadesetulu3471
    @tadesetulu3471 2 ปีที่แล้ว

    ittii fuffii bayyee bayyee baredadhaa fenuu

  • @Rhythmvoice2024
    @Rhythmvoice2024 3 ปีที่แล้ว +76

    Aboo baay'ee bareeda!! It is amazing please don't stop in this continue &sing/worship another Afan Oromo song😍😍God bless U Feni....& 10Q Zer....

    • @aynalemzeleke
      @aynalemzeleke ปีที่แล้ว

      በጣም ነው ደስ የሚለው እኔ ብማክረው ብዬ አስባለሁ

  • @negesomidekso7159
    @negesomidekso7159 3 ปีที่แล้ว

    Fenni semonun westenina menfasen yegezaw mezmur new ,......gooftaan siyaa eebisuu

  • @tadaleitana8530
    @tadaleitana8530 3 ปีที่แล้ว

    Woow baayee namatti tola galatoomi; itti nuf jabaadhu akkuma Bilo tahi

  • @asterbedada3163
    @asterbedada3163 3 ปีที่แล้ว

    Fenukoo waqayyoo dabalee siyaa ebbisu

  • @amantidiriba3892
    @amantidiriba3892 3 ปีที่แล้ว +1

    oh hafuura nama boqqoochisaa fenii God bless u, gana waan heedu siira eganaa jabadhuu,.. also zerbabel thank u keep it

  • @yonasadisu5283
    @yonasadisu5283 3 ปีที่แล้ว

    Amallee ayyaanni siniif haa baay`atu!

  • @zeritutemesgen8647
    @zeritutemesgen8647 3 ปีที่แล้ว

    ebbiifammii Fenan qoqooqa waqayyo siilaate qoodaa ulfinaa issaa gochuunkee siifi ibsiieraa gooftichi eebbiiiiiifaaaaaaaaaaaaaammiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii

  • @sadi1585
    @sadi1585 3 ปีที่แล้ว +1

    Wabii koon Si Godhadhaa
    Sichi Naaf Hin Ta'u Namnii
    Gooftaa Koo Gara Keen Dhufa
    Sittan Irkadhaa Anii
    Ameen Ameen!!❤🙏

  • @dawitanchalu482
    @dawitanchalu482 3 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyo baraa keeha ebbisuu baay'ee farfaanakee dhageeffadha

  • @TinaTina-nd5cx
    @TinaTina-nd5cx 3 ปีที่แล้ว

    Yeso mezmur aydelem tikikilegna zefagno weyim zemariwa indezi ayadergatim

  • @assefaaligel8865
    @assefaaligel8865 3 ปีที่แล้ว

    Gofitan dabble dada bale isin in ya ebisu itijabadha jalqabines dhumatin s kansati ebifama ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @dawitmegersa7817
    @dawitmegersa7817 3 ปีที่แล้ว

    jireenyaaf kaayyookoo bara dheeraa si wajjin nan mari'adha baayyee na haaresse faarfannaan kun wow Feenookoo guddaa Waaqayyo si haa eebbisu ammallee ittuma fufii faarfannaa afaan oromoo qopheessiin dhaamsa kooti 10Q

  • @TechPraise4Jesus
    @TechPraise4Jesus 3 ปีที่แล้ว +50

    My goodness. This girl is amazing. I thank God about her.

  • @eebisafekadu5487
    @eebisafekadu5487 2 ปีที่แล้ว

    Farfannaa kanatti baayyeen eebbifamee isheedhaan garuu baayyeen jaalladhe!!!!!!

  • @zerubabelgetachew-Ronel
    @zerubabelgetachew-Ronel  3 ปีที่แล้ว +63

    Thank you guys, Blessing !!!

    • @yomilea.g3678
      @yomilea.g3678 ปีที่แล้ว +1

      She sing beautifully. But I see no place that you gave a credit for the original singer Bilise.

  • @tijigalsemenawitkokobmekel2618
    @tijigalsemenawitkokobmekel2618 2 ปีที่แล้ว

    Ameni bareduu koooo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @mamitugeleta1231
    @mamitugeleta1231 3 ปีที่แล้ว +4

    Wow wow amazing song! May God almighty bless you abundantly little girl! Waaqayyo gooftaan macaa ayyaana irraati ayyaana siif haa dabalu eebbifami! Bari kee hundi mana waaqayyoti akka dhumu waaqayyo si haa garggaru!

  • @fnt7295
    @fnt7295 3 ปีที่แล้ว

    Uffffffffffff naf jiradhu baredu ko ebifami

  • @fenetmekonen9983
    @fenetmekonen9983 3 ปีที่แล้ว +2

    Fenu ko waqqayyo barra kee ha ebbisu barreduuu koo 😭😭😭😭 uuuff

  • @getutesfaye8318
    @getutesfaye8318 3 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo sii haa Ebbisuu Feenu!akka garan Koo sitti boqootee garan Waqayyoo sitti haa boqootu!

  • @amenuyadeta
    @amenuyadeta 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami itti eebbifamneerra.

  • @amanuelbirhanu7178
    @amanuelbirhanu7178 3 ปีที่แล้ว

    fennuu barii kee ha ebbifamuu bayeen gamadee imimanin of dhiqee galatomii

  • @tigistnana6844
    @tigistnana6844 3 ปีที่แล้ว

    Yene Konjo Egzabeher tsegawn Yabezaleshe

  • @hawifeyisa8074
    @hawifeyisa8074 3 ปีที่แล้ว +3

    Waaqayyo dabalee si haa eebbisu!

  • @tijigalsemenawitkokobmekel2618
    @tijigalsemenawitkokobmekel2618 2 ปีที่แล้ว

    Sinibo koo ulifinaa kooo ameni ameni ameni

  • @Ab-rs1lu
    @Ab-rs1lu 3 ปีที่แล้ว +1

    Goftan seabesa giftiko

  • @gabbisaadinqumaa9810
    @gabbisaadinqumaa9810 2 ปีที่แล้ว

    galatoomii haadho koo gooftaan haa eebbisuu!!!!!!!

  • @boonikaatube
    @boonikaatube 3 ปีที่แล้ว +1

    maqaa iyesuusiin mina aynet amzing mezmur new uuuuuuuuuuuuu

  • @AbdoHussien-v1d
    @AbdoHussien-v1d 9 หลายเดือนก่อน

    ይሄን ..መዝሙር ..ስሰማ ..እንባዬ ..ዝም..ብሎ..ይፈሳል ..ተባረኩልኝ❤

  • @negesaadugnaofficialtube3850
    @negesaadugnaofficialtube3850 3 ปีที่แล้ว

    Feeniyye maaloo eebbifamii hafi dhugaa!!!! Keeeei koo boqotee dhugaa barri kee ha eebbifamu!!

  • @bestcompilation5704
    @bestcompilation5704 3 ปีที่แล้ว +1

    siimboo koo uulfina koo iyyeesus kabaja koo

  • @tagaygurmessa4041
    @tagaygurmessa4041 3 ปีที่แล้ว

    Afuurri koo inni boqote sieebbisa Feenoo, Ayyaana kana sirratti haqusatu, farfachaa barrikee hadhumu mana Isaa keessatti, iji hamtuu sinargin! Egaa maalan jedharee...

  • @gamechisbiratu4504
    @gamechisbiratu4504 3 ปีที่แล้ว

    Fena waqi kenna ifi sif ha dabalu

  • @chalturguja7195
    @chalturguja7195 3 ปีที่แล้ว +8

    Eebifami Fenan 🙌🏾 All my favorite songs

  • @elsadejene4584
    @elsadejene4584 ปีที่แล้ว

    Bari Jireenya Koo Qabanna naf ta'a Fenu God Bless you

  • @dawitteshale4734
    @dawitteshale4734 3 ปีที่แล้ว +32

    What a song...it is really a shower from heaven!!! Fenu & zersh u r blessed & thank u for this song!!

  • @josiasgetachew9506
    @josiasgetachew9506 3 ปีที่แล้ว +31

    I can't stop listening this song. It's 'music to ear'. Bless u both of u, bro n sis n all who r involved in it! Gud job!👍👏

  • @DW-wq2vn
    @DW-wq2vn 2 ปีที่แล้ว

    Wowowowo iyesus Goffta' DAa

  • @mhelitadesiana3797
    @mhelitadesiana3797 3 ปีที่แล้ว +11

    Jesus bless you guys. Love from Indonesia 😘✝️😇

  • @abdidegu7878
    @abdidegu7878 3 ปีที่แล้ว +3

    "Na geessa jireenyaaf anoo beeka
    Si biratti kan biraa hin barbaadu" WHAT A POWERFULL MESSAGE
    eebbifami.

  • @jesusislord9447
    @jesusislord9447 3 ปีที่แล้ว +16

    Dear Zerubabel, I dont knw if you will read this comment, but pls put the subtitles and bless us more! God bless you both!!

  • @firewyohannes7269
    @firewyohannes7269 3 ปีที่แล้ว

    Ulfadhu guddadhu obeleti koo waqayoo si wajin ha ta'u