He is a True Oromo and one of top Ethiopian singer. I’m Amhara, when I ever listen to his music I always wish I can understand him and learn Afan Oromo language. I’m truly happy we Ethiopians have unique and beautiful ethics, Good bless all my dear country people. Respect to all Oromo lions who fought for our freedom and dignity.
He is a True Oromo and one of top Ethiopian singer. I’m Amhara, when I ever listen to his music I always wish I can understand him and learn Afan Oromo language. I’m truly happy we Ethiopians have unique and beautiful ethics, Good bless all my dear country people. Respect to all Oromo lions who fought for our freedom and dignity.
Taadee, Koo, Yeroo, Ijioolumaa, Koo, Muziqaa, Kee, Dhageefaa, Caatinii, Guudhaa, Dhee, Baayee, Sii, Jaaladhaa, Saayii, Koo, 😍😍❤️❤️😢
Uuuuuuf Sirba kana kesaa kooti yero ijjollumo koo bayy'ee jalladhaan ture uuuf Oromiyaa too si yaade 😢😢💕💕💕
My foverity artiset tadee and hachee ilamaa dhiraaa kan seena bolaa basuuu
Baay'ee namatti tola
ኦሶ ከዱየ ገሌ ሃጫሉ ሁንዴሳቱ ገላ😢😢😢
sirba kana xiqqeenna kayyaan dhageeffataa guddadhe sirba baayee nama boochisuufi garaa nama nyaatu yaadannoo Abbaa kiyyaa irraa qaba Artist daaddalaa gammachuu hedduu sijaalanna
Dhugaa ketii Aniis Aksuumaa
@@marilynthefarstiinememuhma9239 zsszz
Z
[[💖, 😘💖🙇😂👍👍♥️
Taphaa kanaa bayee jalaadha yeroo. Ijoluuma kiyya bayiise dhagefaadha baye jalaadh❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️
Taaddalaa Gammachuu weellisaa cimaa fi goota Oromoo fi Itoophiyaa!!
WOW amazing song, Salale koo, Biyaa Gototaa,TadeeWe,Love You,
👍👍👌👌
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ታዴ በርታ እንወድሀለን ከሰዴን ሶዶ
Dhugaa keettii garraatuu namaa badaa waan darbes yoo kasaan nuufjiirraadhuu saboonaa kenyaa
uffiii lamii guddaa galatooma gara nama bada 😻💕💕💕💓💗💘💝💞💟👍👍
My people great warriors,great speakers of their inside,examples of freedom,genuine respect for creation
yes thank you God !
waan ofii baay'ee namti tole. .jabadha...❤❤❤❤💚💚💚💚💛💛💛💛👍👍👍👍👍👍☝👌👌👌
mesi love birqee
Way bara daaimummaa koo nayaadachiisa sirbi kun.
Maaloo ammallee jiraadhu Taaddeekoo❤
Garaan nama bada waan dabre yoo kaasan....😭
dhugaa jetee
Dhugadhaa garaa nama badaa wanii darbee yooo kasnii ormii xuqee nama lala dhugaa jetee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Sirbaa kana bayyee jaladhaa yero ijoluma koti baratu kuta 2 ta'ee uuuuf ❤️❤️❤️❤️💯💔
Ija kololaa maloo kamba kambaa yaa qorqorroo ormi tuqee nama ilaalaa abbaatu dhoowwata roorroo kan jedhu baay'ee natti tole Taaddalaa keenyaa jabaadhu sirboota haala yeroo waliin deemu nuuf dabali.
abdisan abdisuma lencaa faranji ijibachise🔥
Akam akam tadel i like all your musics.am from tigray
Yessssssss we tgray the best ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😘😘😘😘
Osoo kan due galee hacee kotuu duraa galaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭2020🖕👎
ilma jechaan maraatuma woyyaa..... Taaddee hojii kee haaraas si'aayinaan eegaa jirra
Sanyi koo tade efffffffffffuuuuuuu wayi gara oromn gara balda tadeko wani dariba erafachu woya
I love him he is great musician but I'm not speaking oromiya I wish if I understand ❤
Na nyatuu esumma ko dhabe anile gara mada na qaba uuuuyy😭😭😭😭😭😭
uuuff bayyee namti tolaa jabdhu yaa qomo oromo kenyaa
Garaan nama badaa waan darbee yoo kaasan.......dhuguma
ኦሮሞ ኮ ኡፍፍፍፍፍፍፍፍ ስወዳቹ እኮ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗
gara nama badaa wan darbee yoo kassan😂😂😂😂👍👍👍👍👍💟
Hayanto Fares 😂😀😮
Tadde ilma dhiraa rabbi umrii kee sii dherressu
Sirbaa ajjibaa tadeekoo
Marata hin jibini maqadhafi male ☝️
wawoo.tadde.koo.jabadhu.sirba.baayye.gara.naama.rasudhaa.maasii.dukkam
Dhugaa jettee gara garaa bada waan darbe Yoo kaassi 😢😢😢
Garaan namaa badaa waan darbee yoo kasaan .dhugumaan
taadekoo atti goota oromoo keesa tokko siabddana woobbokoo
Akkanaa Gootaa oromoo kenyaa nufjiraadhuu
ጀግና.የኢትዮጵያ. ሊጅ.ተዴ
My childhood memory 😢😢
Uuuuufffffff Garaan na badee😭😭😭😥😥😥😥
Yaadeen Gootaa Oroomoottii
Osso kan gallan ta'e gotta oromottu galla yuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
My tade koo ❤❤❤❤ legend
Wowowowww bayee nama tolaa nuuf jirdhuu
Uuuuufff Dhugamaa Ketii galatomii Lubuu
Wwwwww nice music ❤❤❤❤
Oromo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wayyi yaa sirba kana🥰🥰🥰
ንፁ የአባገዳ ልጅ ታደለ ገማቹ
Garaa.nama.badda.waan.darbee.yookkaasan.Eyyee.Eyyee.kinnoo.nabbaddeegaSennaa.qaba.baa.ee.baa.een.sijaladhaa.Taddiye.koo.jirradhuu.Attii.lubbuu.koottii
Taddaala sweeetttt. 👍👍
Metta
Dhugaa bay.ee yaadanoo yeroo hundaa lenchaa kenyaa umuri nudherdhuu💕💃💃💃💃
Hossam Helmy 🎵🔊📯📣🔇🥁🎺🎻
yatatu biraa akm jirta ani naguma
Dhugaa keetttiii
Bayeeee si jalanaa tadeee
Taddalaa Koo Goota Sanyii Koo
ታደለ ጀግና
ፍፍፍፍ ታዴ አንበሳ
Tedaaaa betam arif new wowww ye oromo lji
dhugaa baayyee natti dhagahama
Duranuu duraan garaa nuu madayee fayinee hunduu seenaa tatee tadee koo
Lencaa koo my Tadee gamachuu
ayiiiiii yeroonkoo siin dabartee taadeekooo hadhamoo seenaan kee anaaf garaana hammeessa sirbi kee kun
👍❤️👍
Wowowowww 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Uuuff taaddee koo seenaan kun garaa naraase anis seenan 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Na hintaanee, anaan ka'ii Qawwee kee fudhuu diina kee gobi naan jedhe akka Hagarii tulluu faa
My child hood memory 🥺
Taddala gammachuu bareeda ilma oromoo nuuf jiraadhu
uffffffffff lencoo kenya tadeeeeeeeeeee nuf jiradhuu gota kenyaaa
wwwwww bayyeee Tokkon jaladha
Sirbaaf namniis duur hafee kaa amaa kuniin midiyamaa dhibissaa jiraa faydaa takkaa hin qabduu
Wayyii senaa namatii kasaa.muziqaan 😢
That is wonderful brother
wwwwwwwwwwwww nice
fanto fanto555 wwwwwwwww
wwwwwwwTtttllllll
💚💚💚💛💛💛❤❤❤❤
Nuuf. Jiraadhuu lamiitoo
uuuuuuuufff seenaan kun garaa nama madeessa lammii koo
Oo
😢😢😢
Biyyaa baate si seeyee biyyanuma teetteet na obsittee?
Lammiii koo Garaa na nyaate ya seenaa
Oromiya biyyaa
Oromo, Wara Gota 😭💔
Woooow i love this!
Jirdhutadeko
wow Amazing song tadde
garaan na badee🥺🥺
Historical music 🎵🎶🎵
Sad that Ethiopia is trying to disunite!!!
Eyeni Dhugaadha Saba Kiyya Tad
🥰🥰🥰🥰🥰🇪🇹
❤❤❤❤
wooow sanyii koo sinjaladha
Ebba oboleewan koti fii coda obboleti kiyya yadadha
2023 🔥
❤❤❤❤❤❤❤2023
seennaa samuu nama cabsuu dhaa uuuffffffff 😭😭😭😭😭 lammiikoo Abshir 😭
Diramaa
Sirbaa.haraa
Muziqa
Baye baareda nufu jiradhu
Baya berada tadaa koo ❤
❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘
sweet 💋💋💋💋💋💋❤❤❤❤
እህህህህህህ ታድዬ
Nnbnug
Baye namati tolaa
Taaddee maabaddeee
Tada betame yamale bedenbe ladamtewe uuuuuufff
Amazing tadde
ዋው
hayyee sitti yaa tolu Tade
Arif!
Uuuuuuuf uuuuuuuf yarabi
I love you 💛💛👍👍💚💚
Lenca oromoooo
Uuuuuuuuuuuu anii marachuufi yadaa biyakoo