Galatoomi, waaqayyoon ifa nu argisise nu harkaa hin fudhin, xawalwaallee rabbi nu keessaa haa baasu. Warra injifannoo irraa gara injifannootti ceehu nu haa godhu.
OBN ratti dhagahee abban ati sirbiteefi itti sirbites ifa galaadha haa ta'u male wa'ee sirba kana 16/1/2019 wan ati haasayaa turte dhagaheera ......................... Firfarii barata Adaama Yunversitii yeroo ati funaana turte WBO'n si bilisomsuuf Cakka keessa baala nyaata akka ture si yadachisuu barbadeni
It is very much true and a strong message for all that timely realised . Thank you Dassu koo
jabaadhu ilma oromoo dhugaa ......xawalwaaleen biyyaa jequuf male biyya hin ijjartuu
i don't know what he say....but i really like all his musics!!!!!he is just amazing!!
Always about peace love and working together
Sirba ergaa bilchaataa qabu waan ta'eef hedduu itti gammadeera! Galatoomi Dassuu koo!
Strong message with beautiful voice!!!!
Goota musiqaa jiraadhu,waanuma garaa qabnuu nu bastee
.... gatii kanfalleetii hangas wal arguunuu...itti himi yoo dhagahan..#music of the year!!!
Long live and many blessings my brother may God bless you and also give you many fruitful years
Horii bulii! weelluu baay'ee namatti tolu kan haala amma keessa jirru ibsuudha
❤ dhugaa jette Dassuu Osoo wal dhageenyeeti!❤
Uuuuuufffii malooo maloooo dhiraa koooooooo maloooooooooooo😭😭😭💔💔
amazing message, amazing sound and melody just cooooool
Rabbiin si haa baasu haadhoo kiyya!
dassuu koo fantastic music the reality ever truth music . dhugaan sii haa guddatu eentu eenyuun jibba nuti tokko DHIIS HINAAFFAAAA
Waaaww........hori nuuf buli....yeroon nuuf dhiheessite...
ጎበዝ ነህ ይምራል በርታ ..(ዮወሊገለን ኣላገለን ይላል )የኛ ሰው ...ወሊገላ ጀረኬኛ
Sirba yeroo isaa egeedha baayy'ee gariidha jabbaadhu dhugaaketi🙌
muuziqaan humna tokkummaa cimsa,jaalala labsa...maaloo tokkummaa keenya haa cimsannu.tokkumman humna
ዴሴኮ ናጂራዱ 🎉🎉🎉🎉🎉
sagaleen 100%
yedaaloo 100%
walaloon 100%
arejiimeenttiin 100%
ይሄውላችሁ ስሙኝ እባካችው ከመቀናናት ከመተኖካከል ወጥተን አንድ ስለሚያደርገን ነገር እናስብ የምዕራቡም የሚስራቁም የደቡቡም የሰሜኑም ስማኝ ወገኔ እባካችው እንቻቻል የሚል ሃሳብ አዘል ነው።
Nice song and beautiful song
Sirna Gadaa malee Sirna demookiraasitiin Oromoon wal bulchuu hin danda'u. kan rakkoo nutti uume sirna faranjii fi Habashaati
dhugaa jette,superb message!
Jiraadhu , jiraa namaste ati !
galatomi qomoo koo sirbi kee erga gudaa ofii kesaa qaba wly nama sirti hubatefi kesatu halaa ama ira jiru kanati like mee wara jalata💚❤❤❤💚💚💚
Jabadhu goota koo
Best message for all oromo youngsters
wawawawawawawawawawwawa akkam namaa kesaa namaa kakasaa ajahiiibaa sirbattii
Really what an amazing music is that. I love you oromo
Gatii Kafaleetti Hangas Argunuu.
Eee Dhugaa Keeti
Wow Dassee koo Moggoo koo sirba kee baayyeen jaalladha. Innii ammaa kuni immoo ergaa yeroo of keessaa qaba. Jabaadhu Moggoo koo Baayyee bareeda baayyee namatti tola. Yoo galteef hagaluuf hin galeef taanaan immoo ittiin haa galu.
Nice i love
ulfaadhuu obbolessa keenyaa yoo galeef dubbiin kana caalu hin jiruu😘😘😘
hin badem dasu
wow dassuu akkasi nama haala beeku
Dasuu Koo Sirbii Kee iccitti Guddaa Of Keessaa Qaba.
Akkasumas Ergaa Gudda Qaba Horii Bulii Umrii Dheeradhuu.
Atuu Qoomoo Koo.
I Choise You
Horii Bulii Gota Kenyaa Dhugaa Kee Jetee
Dhugaa jetee abo galatomii oromon tokoo oromia koo
Baay'ee bareedaadha Dassuu, kana caalaa gara fuulduraattis sammuun kee haa mirgisiisu!
Galatoomi, waaqayyoon ifa nu argisise nu harkaa hin fudhin, xawalwaallee rabbi nu keessaa haa baasu.
Warra injifannoo irraa gara injifannootti ceehu nu haa godhu.
I like it
Dassuu, gaheekee ogummaakeetiin bateetta, waaqnii ogummaafi dandeettii siif laatee kana siif haa guddisuu...nuuf juraadhuuu...haadhookooo
ilma Bekkama nuf jajjabadhuu!!
Uuuuuuuufff Lamii Koo Wanumaa Yeroo Kana Biyya Kenyaa Kessatti Demaa Jiruudhaa
jabadhu jabadhu jabadhuuuu💖💖💖💖💖💖💖💐💐💐💐💐💐👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍
dhugadhaa lammii koo
Dhugaa jetee qommoo keenyaa jabadhuu ❤❤💚💚❤❤🎤🎤🎤🎵🎵🎵👌👌👌👌👌💯💯💯💯💯
namiti tola jabadhu dhuugaa
⚫🔴⚪😚👌💃we love you guys so amazing thanks God bless Oromiyaa
Baayee gaariidha djugaa Bette kan beekuuf
Dhugadhaa gota koo elame addaan bafachuu qabnaa ijjoole
Buli fayyaa argadhu, dhugaa jettee.
waal koomii dhisaa waal qoduun haa dhabbaatu
Wow wa iraa bartu
Wowoowowo hedduu namati tolaa
Dhugaa itti hima kan galufi ni gala ...ergaa gaariidha obbooo
best music ergaa gaarii
Dassuu koo jajjabaadhu ati abdii fi qaroo ummata oromooti araarsoo koo
Woowwwwwwwwww dhugaadhaa qomoo koo
wellistonni kenya Tokkumma oromoo cibsaa ammas labsaa labsii dabarsaa lammi tokko taasisa 😢😢😢😢😢😢😢
hijaa dinaa irraa nu hafii gotaa sabaa amaan sii hin argiin gariin sii hin darbiin
Dhaggeeffadhaa yaa oromoo wal hin nyaatiinaa. Hanagas wal arguunuu gatii kaffalleetu
Haati ammaayyuu
Sabbata soorri
gobez yihe zefen bicha sayhon shimagle hulet lijochin andi lay አስቀምጦ benegeroch edismamu yemiyatit mikir nw betam gobez neh wektawi zefen nw lehebachew ....jaabadhu
yaa rabbii atii nuu bilisoomsi mee amas keenyaa in dhumuu qabsoon 😢😢☝️☝️😢💔💔💔💔💔
nuu jiraadhuu haadhookoo
Kunoo akkasi Dasaalenyi keenya yoo itti himan yoo dhaga'aniif jarri keenya. Hedduu si jaalanna.
natti toleera.jaaladheera.
Dassaalany goota Oromoon qabdu keessaa isa tokko. baayyeen si jaalladhe. Natti toleera.
♡♡♡♡♡♤♤♤♤
Dase keenya baayee sii jaladha nu jabadhu waqini sii wolin haa tau
ደሳለኝ
Jiradhu
😭😢😭😢😭😢wayii carraa oromo ko
dase koo akana kunu
Dubbii dhugaati jette jajjabee khoo
Woow
abboo waaqni jireeny keef utubaa haata'u.....
Akasii leencaa sabona saba
Akkasi kunoo dhiraa kenna
hagamuu nun deemsisu awaashuu nun ceesisu itti himi
ኤኔ ፍቅሮች አማራ በኛ ትከሻ ነግሶ ኖሯል አሁን ግን ጊዜው የእኛ ነው ምንም ይምጣ ምንም አገራችንን ይዘን ጎረቤት አገራሞች መሆን እንችላለን
Ye rasih post lay sile Ethiopiawinet positeh ezi demo sile megentel atawra/atawri
sirba ergaa guddaa qabu sagalee bareeda waliin.horii nuuf buli ofta'aa keenya.dhugaan sifaana haa imaltu.
Hi ☝️☝️👍👍👍😍😍😍😍😥😥😥😭😭😭🤔🤔🤔🤔🤔!!!!!! So I'm like thank you both.
Natti toleera.
Dhuuga. Jette..
wwwwwwww dhugaaketii
ulfadhu ilma sabba guda
😢😢😢😢💔💘💘💘
Abon dinaa ummatta ta'uuf dema
dedeb nesh
@@waliiftube9158 debeb ima ant neh sare wayi
ወዎደስላልደሰለኝምርጠሰውጀግናውድድአዲናትዝፈኑየኦሮሞህዝብአንድኖእዎደቾወሎ
💜💜💜💜💓💓💓💓💓💓
Beqee haadha keeti bokkomami
uuuuuu😂😂😂😂😂😂
ደጋግሜ ብሰማው ያልጠገብኩት መዝሙር
th-cam.com/video/EUfhoNy2G0I/w-d-xo.html
It is truth that we have seen in our region, sorry, thank u.
OBN ratti dhagahee abban ati sirbiteefi itti sirbites ifa galaadha haa ta'u male wa'ee sirba kana 16/1/2019 wan ati haasayaa turte dhagaheera ......................... Firfarii barata Adaama Yunversitii yeroo ati funaana turte WBO'n si bilisomsuuf Cakka keessa baala nyaata akka ture si yadachisuu barbadeni
Really what an amazing music is that. I love you oromo
Nice song and beautiful song
Wow baayyee namattitola
namat tolaa bayessaa
Gantuuf xawalwaalle shaneedha
What a nice song i like it