Hachalu Hundessa - Kuullee Koo

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 10 ก.พ. 2025
  • Ethiopian/Oromo Music - Kuullee koo by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
    Lyrics: Lelisa Ediris, Hachalu Hundessa, Sinishaw Muleta
    Copyright © Hachalu Hundessa 2021
    Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

ความคิดเห็น • 1.6K

  • @Rediademtube
    @Rediademtube 3 ปีที่แล้ว +565

    Akka bishaani osso dhebun eegnu nuf dhufe galatooma nammi haacaaluu jaalatu like ittii robsun nu agarsisa

    • @rawadarawada7786
      @rawadarawada7786 3 ปีที่แล้ว +6

      Kun TH-camn kaan maatii isati miti???

    • @metii5816
      @metii5816 3 ปีที่แล้ว +1

      @@rawadarawada7786 kan saati kuni

    • @kanjetkanjet4188
      @kanjetkanjet4188 3 ปีที่แล้ว

      Redi qali nama wara sirboota kanaa busee iddoo gara garanatti post godhuun dafii was jedhiin adara

    • @marriikk8942
      @marriikk8942 3 ปีที่แล้ว +2

      mee warraa Sirbaa issaa fudhee ittiin Daldalu Hangaa dandesan Ordofaa Galatoma

    • @fiqaduuoromoo3696
      @fiqaduuoromoo3696 3 ปีที่แล้ว

      @@rawadarawada7786 kan matitti

  • @yosephhabte8794
    @yosephhabte8794 ปีที่แล้ว +34

    እኔ ኦሮሞ አደለሁም ግን ኦሮምኛ እና ሁሉንም የሀገሬ ብሄር ዘፈኖች እወዳለሁ ❤❤

  • @KINGCHALA
    @KINGCHALA 3 ปีที่แล้ว +216

    Mee sirboota Hacee youtubedhaanis 1ffaa haagoonu ilmaan oromoo💔

  • @እፁብድንቅየማርያምልጅ
    @እፁብድንቅየማርያምልጅ 3 ปีที่แล้ว +24

    ትርጉሙን ባቅ ብዬ ተመኘው የኔ ምስኪን ለፓለቲካ መጠቀሚያ አደረጉህ ልጆችህን በተኑ ያለ አባት አስቀሩ😭😭😭😭😭ጠላቶች ይበተኑ😭😭😭አንተንም ነፍስይማር😭😭😭😭😭ልቤን ያመኛል ስላተ ወንድሜ ስለ ብሄርህ አይመለከተኝም ኢትዮጵያዊ ወንድሜ ነህና😭😭😭😭😭😭😭😭😭ጠላቶችህን እግዚአብሔር ያጥፋቸው

  • @tiktokchallenge1806
    @tiktokchallenge1806 3 ปีที่แล้ว +166

    Namnni haccee jaalatan like naf godha haccee koo

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 ปีที่แล้ว +2

      Kotuu matii naaf ta,ii

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 ปีที่แล้ว +3

      Haaccee koo sabnii kee gubbattee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 ปีที่แล้ว +3

      Leencaa koo leencaa koo

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 ปีที่แล้ว +2

      Haaccee qacalee koo leencaa koo

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 ปีที่แล้ว +1

      Qaalliwwaan koo onnee

  • @Fa-nm6iq
    @Fa-nm6iq 3 ปีที่แล้ว +66

    ይሄን ሙዚቃ የማዳመጥ ሱስ ይዞኛል... ሀጫሉ የኦሮምኛ ሙዚቃ ልዑል 🙏

  • @raziqanazif3454
    @raziqanazif3454 3 ปีที่แล้ว +93

    Jalqabaa natuu ilalee linke naf xuqaa namnii hacee jakartanuu❤😭🖤❤❤

    • @mominashifarew7903
      @mominashifarew7903 3 ปีที่แล้ว +1

      hacee koo uuuuufffiiiii

    • @madinadubaidubai6416
      @madinadubaidubai6416 3 ปีที่แล้ว +2

      Malif siif tuqu lakki ittin hin nagadhin

    • @raziqanazif3454
      @raziqanazif3454 3 ปีที่แล้ว +1

      @@madinadubaidubai6416 tish gowaa you tube dhunfaa kotii iratiin gadii dhifadhee linke kadhadhee setee qinatam

    • @khaliltube6830
      @khaliltube6830 3 ปีที่แล้ว +1

      Galatoomi akkas wal cinaa dhaabbuuf ariifaachuun nama gammachiisa

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 ปีที่แล้ว

      Sanyii kotuu Matii naaf ta,ii

  • @ambotube8241
    @ambotube8241 3 ปีที่แล้ว +1

    Eenyuutu bakkaa jiru irraanfata laata! sirbaa hachaalu yeroo dhaggeeffatu akkaa koo!!!

  • @rahmaajamaal3926
    @rahmaajamaal3926 3 ปีที่แล้ว +50

    Hacee koo gubanee💔😭mee namnii akkaa ko amalee du'aa Hacalluu amanuu dadhabee😭😭😭😭💔😭💔😭💔💔💔💔😭💔😭😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭Biyoon siti haa salpatuu

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 ปีที่แล้ว +1

      Sanyii kotuu matii naaf ta,ii

  • @martamarta2804
    @martamarta2804 3 ปีที่แล้ว +5

    Hacee koo my king👑🤴❤️ Atii jirtaa yomiyuu leencaa kenyaa😭😭😭💔💔💔

  • @tawakaltualalayi8985
    @tawakaltualalayi8985 3 ปีที่แล้ว +71

    Uuuuuuuuuf oromo me like godha namni akka kiya hace jalatani😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Sk_sami2
    @Sk_sami2 ปีที่แล้ว +18

    Still listening this music 😫😫🤌 2024

  • @sumayyaamar356
    @sumayyaamar356 3 ปีที่แล้ว +11

    Wolhahii woni sifii kadhuu rabii haqaa kee habasuuu inishaa alhaa 😭😭😭

  • @siinboonee
    @siinboonee 3 ปีที่แล้ว +5

    Hacee koo ati hin duune garuu si ajeesne see, an malee 🥰💪💪🙏

  • @efremamentie751
    @efremamentie751 3 ปีที่แล้ว +26

    አጫሉ ሁዴሣ መቼም ብሆኒ አኒ ራስህምነፍስ በአፀደ ገነት ያኑርልን

  • @birukbura9886
    @birukbura9886 3 ปีที่แล้ว +1

    ሀጨሉ ሰወድህ ሀጩዬ እኔ ግን ኦሮሚኛ ስልጤ ነኝ ሀጩዬ ነብስህን በገነት ፈጣሪ የቆየት

  • @mophlk5395
    @mophlk5395 3 ปีที่แล้ว +12

    Kan hattootni gadhiisan dhaggeeffachuu dideen obsaan eeggachaa jiraam baga nuuf fiddan.
    Haceekoo💔🥺

  • @ተዋህዶሀይማኖቴ-ዸ4ጀ
    @ተዋህዶሀይማኖቴ-ዸ4ጀ 3 ปีที่แล้ว +3

    ሀጩ ኮ የኛ ጀግና ሁሌም በልባችን ነህ የዘመኔ ጀግና ነክ ለእኔ 😢Hacee lencaa koo yaa goota koo dhugaa kee rabbii siif haa basuu!!!

  • @fozewaliso9441
    @fozewaliso9441 3 ปีที่แล้ว +5

    Haacee kooo yoomuu jirtaa onnee sabaa oromoo keessati mana ijaratte. haacee
    gaafa xiqiii!, haacee onneen gaara caaluu!!@😭😭❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Sada-yf8ch6hb8x
    @Sada-yf8ch6hb8x 3 ปีที่แล้ว +7

    አጩ😭😭😭 ኦሮምኛ አልችልም አጫሉ ስወደዉ 😭😭😭😭 አላህ ፀናቱ ይስጣቸዉ ለቤተሰቡ

  • @etsevidalemma4786
    @etsevidalemma4786 3 ปีที่แล้ว +7

    ሀጩኮ ድምፅህን በሰማሁ ጊዜ ይበልጥ ትናፍቀኛለህ 💔💔💔💔💔

  • @bontuuasfawu3787
    @bontuuasfawu3787 3 ปีที่แล้ว +1

    Gootaa keenyaa atii baraa baraan onee keenyaa irraa jiraataa haacee koo 😍😍😍

  • @akkashaakkasha4331
    @akkashaakkasha4331 3 ปีที่แล้ว +12

    Hacaalu Hundessa attin akkuma jira keetin boona turee du,aan keetilee nu boonsee leenca fakki namaa boola daadhin haa guutu 😭😭😭💔💔💔💔💔💘

  • @ibsaabersisa6080
    @ibsaabersisa6080 3 ปีที่แล้ว +3

    Maatii fi hiriyootni Hacaaluu baayyee galatoomaa. Amansiisaa maaloo video sirba Walloo kanaaf nuuf hojjadhu. This is my favourite music from this album. Hacuukoo boollikee daadhiin haaguutu.

  • @simboshifera1721
    @simboshifera1721 3 ปีที่แล้ว +23

    Hacce koo 😭
    Goota koo
    Lecaa koo
    I love you 😭❤❤❤❤❤❤❤

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 3 ปีที่แล้ว +1

      Sinbokoo 😍 maatii naf ta ii me

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 3 ปีที่แล้ว +4

    Maal sii oromoo koo laykii fi sakirybi maliif hin yoo bayina kaa nuu caluu hin jiruu harkaa isiin hin dhukubu sakirybi fi laykile godhefi dinaa garaa gubaa

  • @deyasdeme
    @deyasdeme 3 ปีที่แล้ว +9

    "Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔

  • @buzehaccaluhundeessa7575
    @buzehaccaluhundeessa7575 3 ปีที่แล้ว +3

    Yadda fi yado ketin ani hirba dhabe hacce koo maluma nafi wayya🥺🥺😭😭😭🙏

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 3 ปีที่แล้ว +5

    Qaalli koo jirtaa yomu onnee oromoo keessaa jirtaa ❤😭gotaa koo!!

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 ปีที่แล้ว

    Malee isfi Goonu Kiristoos Lubbuu kaa jenntta Akku Etoo Kaan Duaa Gaallaa is ta’u Gaalla❣️
    🤲

  • @abdifata8232
    @abdifata8232 3 ปีที่แล้ว +11

    Yoomiyuu onnee Oromoo kessaa jirtaa #HachaaluHundessa

  • @beakalayele3433
    @beakalayele3433 2 ปีที่แล้ว +2

    ሃጬ የምንጊዜም ምርጡ ሙዚቀኛ እግዚአብሔር ነፍስህን ይማረው!

  • @abduahmad3694
    @abduahmad3694 3 ปีที่แล้ว +39

    ''Giiftii Warra Himanoo, Giiftii Warra Qaalluu...
    Otoon an siif jiruu ormaaf soddaa hin taatu.”

  • @sinbookoo3378
    @sinbookoo3378 3 ปีที่แล้ว

    Phiiliisii oromoo koo olii olii olii yaa saaba koo adara du.aa nii jaabatii lakkii sher sabsikirbi oliii olii baasa qoomowanii koo ✊✊✊✊✊✊✊

  • @kingcell1754
    @kingcell1754 3 ปีที่แล้ว +6

    Waqayyoon lubbukee mirgaa ergamtoota nuuf haa kawuu

  • @ahmedseid5877
    @ahmedseid5877 3 ปีที่แล้ว +1

    አጩ በደንብ ሳንረዳህ ምርጥ ዘፈን እሪኩም ወሎ ቀቢ ቀቢ ቀቢኮ

  • @ፍቅርያሸንፋል-ሠ7ጸ
    @ፍቅርያሸንፋል-ሠ7ጸ 3 ปีที่แล้ว +6

    የኔ ወድም ነብስክን ባፀደ ገነት ያኑር ስራክ ሁሌም በልባችን ነው ለቤተሰቦችክ ብርታቱን ይስጣቸው ልጆችህ ለወግ ማረግ ይድረሱልክ

  • @MakaMaka-p6p
    @MakaMaka-p6p 22 วันที่ผ่านมา

    Yaa Hacee koo namni akka koo yeroo sagalee kee dhagee imimmaan qabaachuu dadhabee jiraa rabbii bichaa dhugaa kee akka dhokatetti hin hambisin amma dhugaan kee bahutti biyyumti itoophiyaa jedhamtu tun nagaa hin argattu wareegamuu kee ummata oromoo hunda boochisee ammarree rabbii dhugaa fi haa baasu biyyoon sitti haa salphattu qaalii nama ati dhuguma qaaliidha jaalatamaa namaa lubbuun jiraachuu baatteyyuun ati nama jiru hooli.😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mesifiqir5519
    @mesifiqir5519 3 ปีที่แล้ว +7

    wayyo haccee seenaa si dagatu waaqayyo lubbu kee haa maruu
    Uuuuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭

  • @musaboro5845
    @musaboro5845 3 ปีที่แล้ว +1

    Way goota ko silaa deemsi nama hundarraayyu hin ooluu osomaa sirba kana nubiraan geette gammachuu waliin qooddannee deemtee maal qaba 😢😢❤❤🙏

  • @tselotshafi2339
    @tselotshafi2339 3 ปีที่แล้ว +53

    This is just a pure treasure. ..idk how many times am listening to it. ..legend for real. ..history ,romance and music at the same time(who is homer ..who is Shakespeare )

  • @sofiahaacaalu6291
    @sofiahaacaalu6291 3 ปีที่แล้ว +1

    Haacaalu hundesaa lubu dhaan jirraates biya raasaa du'es biya raasaa 💪💪💖💖.gota kenyaa haaceen hin dune👍.ka dutee👉 haatutni qarshi dhaan bitamte suni.

  • @ricyanetelgtube7846
    @ricyanetelgtube7846 3 ปีที่แล้ว +59

    አጬ 😭😭😭😭ኦሮምኛ አልችልም ጉራጌ ነኝ አጫሉ ስወደው 😭😭😭😭አላህ ፀናቱ ይስጣቸው ለቤተሰቡ

    • @ሙባረክኸይሬ
      @ሙባረክኸይሬ 3 ปีที่แล้ว +1

      R አንድ እኩል ነን

    • @sumayajambo3180
      @sumayajambo3180 3 ปีที่แล้ว

      💔💔😭😭😭😭

    • @DW-wq2vn
      @DW-wq2vn 2 ปีที่แล้ว +4

      ወሊሶ እስከ ወልቂጤ ድረስ ኦሮም እና ጉራጌ ተጋብቶ ተዋልዶ ተዋዶ የሚኖር ህዝብ ነው የድሮ ጉራጌዎች ኦሮምኛም ሲዳምኛም ጐራጌኛም በደንብ ያቀላጥፉ ነበር አሁን ዘረኝነት ከፋፈለን እንጂ ኦሮም እና ጐራጌ አንድ ለይ ነው ያደገው ባህሉም ተመሳሳይ ነው

  • @mariiintartment9916
    @mariiintartment9916 3 ปีที่แล้ว

    Acee koo du'u hin qabdu bar ati osoo nu hunduu dhumne ati nuu haftee maalqaba goota koo💔💔💔💔💔💔lafee nu cabsite acuu koo maalif nu gattee deemte😭😭😭😭😭warra si nyaate rabbi isaan haa nyaatu 😢

  • @proha2861
    @proha2861 3 ปีที่แล้ว +7

    wow one of the most amazing oromo kamesie music that i ever listen, rest in peace hero

  • @qerroosaba5508
    @qerroosaba5508 3 ปีที่แล้ว +1

    Onnee saba kessa jirta yommiyyuu haccee koo 😢😭

  • @fenettube3523
    @fenettube3523 3 ปีที่แล้ว +2

    Haayii hangaa lubbuu koo duniyaa irraa jiruu gubachaa jiradhaa hacee😭😭😭bochaa malee furmataa dhabee

  • @anwarseid3191
    @anwarseid3191 3 ปีที่แล้ว +2

    I do no understand oromo language but I love haacaalu songs more than this song wow wow. Welloye

  • @Quicktube7
    @Quicktube7 3 ปีที่แล้ว +251

    U are a true legend, u will be always in our heart ,I know we won't get someone like u .u will be always remembered and will keep ur legacy .

    • @telilezerihun9888
      @telilezerihun9888 3 ปีที่แล้ว +6

      Yeah hero koo

    • @hawimagarsa8047
      @hawimagarsa8047 3 ปีที่แล้ว

      Q

    • @rajaahmed366
      @rajaahmed366 3 ปีที่แล้ว

      @@telilezerihun9888 ppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppp0ppppp00000000000000000000000000000000000000000

    • @telilezerihun9888
      @telilezerihun9888 3 ปีที่แล้ว +2

      @@rajaahmed366 🙄🙄

    • @hawwimosa2098
      @hawwimosa2098 3 ปีที่แล้ว +4

      Our legand 😭😭😭😭

  • @biftujiradhuu3744
    @biftujiradhuu3744 3 ปีที่แล้ว +1

    Hachee koo senana sin dagatu yomu keessa kenyaa jurtaa♥️😭😭😭😭

  • @oromoofaarist9916
    @oromoofaarist9916 3 ปีที่แล้ว +17

    Yaa qalii kenyaa tatii hin dunee nutuu dee gotaa koo

    • @hafeezahalnaim5178
      @hafeezahalnaim5178 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @mekonnen74
    @mekonnen74 3 ปีที่แล้ว +1

    ሀጫሉ ነብስህን በገነት ያኑርልን ፈጣሪ.ገዳዮችህንም ፈጣሪ ይፍረድባቸው!!

  • @sabontuushawaa2931
    @sabontuushawaa2931 3 ปีที่แล้ว +15

    Hacee ko ati jirtaa yomiyuu😭😭

  • @umarsabaa2689
    @umarsabaa2689 3 ปีที่แล้ว

    Haacee koo dhiigni kee Oromoo bilisoomsuu ykn biyyatti Itoophiyaa jedhamtu tana bittinneessuu kanumaa wanii bira hin jiru.💔💖❤

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 ปีที่แล้ว +6

    RIP Hacee koo Galatoomi iddoo jirtutti Leencaa Sanyii Leencaa Hundeessa Bonsaa💪💪💪🐅🐅🐅🐅❤💚❤✅

  • @masiiyemariyamlijmasiiyema7044
    @masiiyemariyamlijmasiiyema7044 3 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo lubbuu kee miraga qulqulotaa nufii haa dhabuu Hace koo Amen Amen Amen

  • @ohho4
    @ohho4 2 ปีที่แล้ว +3

    Haccu our beloved we miss you every day! And what a GIFT to Wollo and expressing Love to this beautiful people !! And a reminder to us all!!

  • @kidanebekele3096
    @kidanebekele3096 3 ปีที่แล้ว

    Dambalii yaada keen raafama
    Raafama*3
    siimboo kankeef safuu
    😭😭😭😭😭😭 Hacee koo Goota koo😭😭😭😭😭😭

  • @sumayyaamar356
    @sumayyaamar356 3 ปีที่แล้ว +6

    Ayii hacee koo mali sifi taa gotaa koo 😭😭😭😭😭😭

  • @baayyeehordofa8271
    @baayyeehordofa8271 3 ปีที่แล้ว +1

    Wow hacee atti hin dune kan sii ajesteetu du,e bara baran jirataa

  • @hawwiitayyee
    @hawwiitayyee 3 ปีที่แล้ว +6

    Maaalooo uuuuuuufffff baaayyee eeega ture galatoma baayyee hacakoofi lik shire godha maaaloo lamikoo😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @فاطمهامان-ز6ي
    @فاطمهامان-ز6ي 2 ปีที่แล้ว

    Namanii haccee nyatee kabiralee inumaa nyataa yaa rabbii atii nu egii☝️

  • @boche.bekele
    @boche.bekele 3 ปีที่แล้ว +14

    Best Music I have never ever heard before......our legend is always in our heart forever!

  • @nife777
    @nife777 6 หลายเดือนก่อน +1

    Sirba kankee dhangeeffachuun nama hin nuffisiisu!
    Haceekoo

  • @smartor3313
    @smartor3313 3 ปีที่แล้ว +17

    Haccee ilmaa sabaaf ilmaa xiiqii
    Maali nuu wayya haccee koo 😢👈💔

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 ปีที่แล้ว +1

      Sanyiitoo kotuu matii naaf ta,ii

  • @caaltuutolaa3889
    @caaltuutolaa3889 3 ปีที่แล้ว

    Hacee waqaayyoo jenata siif haa kenuu. 😭😭😭😭 Waan biraa waan jenuu hin qabnuu. 😭😭😭😭😭

  • @ganalama6077
    @ganalama6077 3 ปีที่แล้ว +7

    haccee koo uufee gubadhe damaa koo malifi godhaaa 😭😭😭

  • @oromtitiintalaaamboo1283
    @oromtitiintalaaamboo1283 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuffii hacee Koo yomiyuu atii dutee badee sabnii kee siin dagatuu anaa haa nyatuu biyyen 😭😭😭😭😭😭😭

  • @ኪያፍቅር-ከ8ኰ
    @ኪያፍቅር-ከ8ኰ 3 ปีที่แล้ว +5

    አጩኮ ሁሌም በልባችን አለህ መቼም አንረሳክም እንወድሀለን

  • @lokowarsa1832
    @lokowarsa1832 3 ปีที่แล้ว

    Heddu heddu sii jaalana goota koo onnee oromoo keessa jirta siin dhadaana,siin bonna qaalii keenya bollaa kee daadhii haa guutuu 💔💔😭😭😭

  • @ukashajemal9955
    @ukashajemal9955 3 ปีที่แล้ว +5

    Leenca gaafa xiiqi jirta yoomuu onnee keenya keessa😭😭

  • @kajidamuhe6707
    @kajidamuhe6707 3 ปีที่แล้ว

    Jiraa haccee keenya qalimaa sih dhabamanee dhugaa nati fakkatu ati nuhi addaa bahu sih jaladhaa hagaa lubbuu jiruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❣❣❣

  • @ሲፈንከሸገር
    @ሲፈንከሸገር 3 ปีที่แล้ว +26

    አተ ለኛ ደረስክ እኛ ላንተ ባለመድረሳችን ሲፀፅተን ይኖራል አተ ግን ዘመን ማይሽሪህ ጀግና የጀግና ልጅ ነህ። ያንተን እድል። ነው ማንም አያገኘውም አጫ ኮ 🌳❤️

  • @visionTube17
    @visionTube17 3 ปีที่แล้ว

    Haacee ,uuuuuuuuuuuuuf ,"kee garaan akkami koo ammas natti gama" galatomi leenca koo!!!!!!!

  • @mohammedamin6340
    @mohammedamin6340 3 ปีที่แล้ว +7

    Haceee koooo
    onnee keessa nu jirta Wallahi 💔💔

  • @NunuJewar
    @NunuJewar ปีที่แล้ว +1

    hacaluu jalattmm namm ❤ syadannaa 😂

    • @NunuJewar
      @NunuJewar ปีที่แล้ว

      akammii bakka dhaxxee ❤0

  • @Daniel.Podcast
    @Daniel.Podcast 3 ปีที่แล้ว +8

    Heroes might die but LEGEND neve die !
    You are the true Legend ... From Hadiya love 😍🥰😍🥰😍

  • @ibsajemal
    @ibsajemal 8 หลายเดือนก่อน

    U are best oromo musicians no one compared with u. We always think back to ur history We will keep your legacy❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @michugamachu5726
    @michugamachu5726 3 ปีที่แล้ว +9

    Gotta Koo you are never be forgotten you always be in our heart we love you we miss you Haccee koo 😭💔💔😭💔😭💔

  • @germamediriba9460
    @germamediriba9460 3 ปีที่แล้ว +1

    Goota keenya kaayyo kee dhaloonni galmaan ni ga'a. hacee ilma oromoooo

  • @sebontuabdo6602
    @sebontuabdo6602 3 ปีที่แล้ว +36

    The pain of losing you unexpectedly will always be fresh Haacee koo 😭😭 remembering you in daily basis my hero, my legend mostly loved oromo son ♥️🌳♥️ GONE BUT NEVER GONNA BE FORGOTTEN 💔💔

  • @brandelove3904
    @brandelove3904 2 ปีที่แล้ว

    Jirtaam haacee onee Saba oromo hundaa keessan bakkii ati jirtuu ananii Fi damman haa gutamuu

  • @amanueladmasu2985
    @amanueladmasu2985 3 ปีที่แล้ว +36

    WOWO SIMPLY AMAZING SONG 🤟😍😍😍😍REST IN PACE LEGEND 🏴🙏

  • @dammadammu3963
    @dammadammu3963 3 ปีที่แล้ว

    Worii garaa kenaa gubee haa gubatanii baraa jirenyaa isaanii gutuu

  • @princesssusu5528
    @princesssusu5528 3 ปีที่แล้ว +4

    yene wud Haceeeyeeeee♥hulem tinoraleh blebachin abet amelk hoye nebesun yemarelen

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 ปีที่แล้ว

      Sanyii kotuu matii naaf ta,ii

  • @asnakefantu4302
    @asnakefantu4302 2 ปีที่แล้ว

    hachalu the special singer , i am not well know oromifa but i like his muzik

  • @hawiadem1852
    @hawiadem1852 3 ปีที่แล้ว +4

    Gotaa kenyaa Nuti yaada keeti gubbacha Jira😭😭😭😭💔

  • @qatarvip408
    @qatarvip408 3 ปีที่แล้ว

    Aaaha yiiiii hace yomiyuu jirtaa ati one oromo oromomiyya keesaa 😍😍😍😍

  • @abher-
    @abher- 7 หลายเดือนก่อน +3

    በሌላው ማህበረሰብ ልብ ውስጥ ተወዳጅነት ካተረፉ ዘፈኞች ውስጥ ትመደባለህ የዘፈነ ሁሉ አርቲስት አይደለም ሀጫሉ በምትሰራበት ዘመን ተቀጠፍክ 😢ነፍስ ይማር😢

  • @maasartiistaaghee2456
    @maasartiistaaghee2456 3 ปีที่แล้ว

    Egaaa gafaa atii dutee hacheee jiruu natii Tolee gidadh male ija koo

  • @queenofsheba8252
    @queenofsheba8252 3 ปีที่แล้ว +39

    I am amhara. But i like haacaluu music. He is a legendary guy. REST IN PEACE hacce

    • @Dj_leftii
      @Dj_leftii 2 ปีที่แล้ว +1

      😍😍

    • @bini9462
      @bini9462 2 ปีที่แล้ว

      አታሽቃብጥ

    • @elsagetachew548
      @elsagetachew548 2 ปีที่แล้ว +1

      Read what you just wrote again and again till you truly understand it

  • @awenbr9204
    @awenbr9204 2 หลายเดือนก่อน +1

    oromo music hit different 🇪🇷

  • @yeroosanintalaashawaa2407
    @yeroosanintalaashawaa2407 3 ปีที่แล้ว +3

    Haccee qalii keenyaa
    😭😭😭😭😭😭😭😭
    Mali gonuu ree

  • @Yoh-Tech-Solutions
    @Yoh-Tech-Solutions 2 ปีที่แล้ว

    Hachukoo maalan si ta'are ufff Gootakoo Nagaan Boqodhuka😍

  • @amiko542
    @amiko542 3 ปีที่แล้ว +12

    goota koo, HAACCE
    YOU WILL NEVER FORGOTTEN OUR KING.

  • @genoorotube4917
    @genoorotube4917 3 ปีที่แล้ว +1

    Oromo mee likee godhaa warrii haccen yommuu onnee umatta kessa jiraaa jettanuuu 😭😭❤❤❤❤✅💯

  • @meserettarich6915
    @meserettarich6915 3 ปีที่แล้ว +8

    Biyeen naa nyatuu qali namaa💔💔

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 3 ปีที่แล้ว +1

      Masikooo maatii naf ta ii me

  • @ayanbetu2549
    @ayanbetu2549 3 ปีที่แล้ว +2

    አጫሉ፡ነብስ፡ይማር፡መቼም፡አረሳክም፡ትርጉሙም፡ባይገባኝ፡እወድለታለው፡ሙዚቃዎቹን፡በስራዎቹ፡እያሰብነው፡ይኖራል፡ለቤተሰቦችክ፡መፅናናትን፡እመኛለው፡ባለቤቱና፡ልጆቹን፡ፈጣሪ፡ይጠብቃቸው፡ያባታቸውን፡ስም፡የሚያስጠሩ፡ልጆች፡ሆነው፡እዲያድጉ፡እመኛለው፡ኪያ፡ምርጥ፡እናት፡ነሽ፡ምርጥ፡ሚስት፡ነሽ፡በርቺ፡ለልጆችሽ፡ስትይ፡ተደስተሽ፡ኑሪ፡እድሜ፡ጤና፡ይስጥሽ?????????

  • @shamsirashid7853
    @shamsirashid7853 3 ปีที่แล้ว +14

    You break my heart I don’t know what to say😭😭😭

  • @beba931
    @beba931 2 หลายเดือนก่อน

    እስከዛሬ ይሄን ዘፈን ባለመስማቴ ቆጨኝ😊❤