Kana waal jaalatu waal bira hin fedhu ani dhirri I oromo yeroo 3ff na midhee jireenya na jibisise dhibee guddaa keessan ture amma galata raabbii Iammii biraa jaaladhe lammii biyya London erga isa jaaladhe lamatta waanan dhaladhe natti fakkate galata rabbii ❤️
Adraa qubii kana irrati karaa zoomi na qunmma mudnuu jalaa kani yeroo dherfii marassa lamffa fi 2 na qunamee dubadhee obsu barbadaa Akka irrati hirmadhufi na garigara oro koo😢😢😢😢😢
Kana waal jaalatu waal bira hin fedhu ani dhirri I oromo yeroo 3ff na midhee jireenya na jibisise dhibee guddaa keessan ture amma galata raabbii Iammii biraa jaaladhe lammii biyya London erga isa jaaladhe lamatta waanan dhaladhe natti fakkate galata rabbii ❤️
Maal goonuuree😢😅😅
Akana saree koo 😅😅😅
Bagaa waaqayyo si kissee namsee 😂😂😂
Baga milkoftee nafis barbadi❤
Uuuuffiii😢😢😢😢
Waaqayyoo Wali isin haa deebisuu garuu warri shamaranii dhiraa jijjiruu maali Fayidaa isaa mee Akkasumasii qarshii barbadu dhugaa isiin jedhaa jalallii osoo qarshii Bitaamaa ta'e ani mucaa tokko yoo bite turee hin gowomani jalalaa dursaa ani birati ❤️💯
dhifamaa anilee midhama jalalan qaba dhiraa bayyeen jibaa turee amma garuuu dhirrii gariinis akka jiruuu bareraaa😢😢😢
oboleetii tiyya bultii kanii ganamaa wayaa bultii ketii debii obolleessaa kiyya barsisaa abshir 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Eebbifamaa🎉jireenni keessan haa ebbifamu ❤🎉maatii naa tahaa❤🎉
Osoo Abbaa manaa koo ta,ee naa Ajjeessaa😂
😂😂😂
Gallattommaa guddaa.obollesa kenya dhifama godhefii waqqayyooni sii haa ebbisu.❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Namaa jabaa sammuun bilchaatadha
Siif hin maltuu kanaf
Kan waqayyoon siif hirree hin dhabdu😢😢😢😢😢😢
Waqayyon witi isin ya debbisuu garuu ijoolen shamarani jirenya keesan irrti hin qosin 😢😢
Waqayyoo waaliti isin haa deebisuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤
😢😢😢😢❤❤❤❤,
Waaqayyoo Gaariidhaa Waaqayyoo nama Akka garaa Keeti siif haa latuu❤❤❤❤
😢😢😢gara nama nyataa dhugaa
Argaa jalaala 😢😢
Ani yeroo dubia galee dhufee senaa koo hima 😍
8331❤❤
Waaqayyoo walitti isiin haa araarsuu naga isinif haa buusu gooftaani
Ati naama jaabdha dhugaa❤❤❤❤
😮❤😢
Dhugaa mucaa bayyee garaa nama nyaataa hayii jaalalaa tana..... Obbolessaa ko rabbii sii jajjabessuu hayii jireenyaa mallaqaa dhabbii😢
💔 yaa jalalaa argaa kee 💔💔
Adraa qubii kana irrati karaa zoomi na qunmma mudnuu jalaa kani yeroo dherfii marassa lamffa fi 2 na qunamee dubadhee obsu barbadaa Akka irrati hirmadhufi na garigara oro koo😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
kana booda itti debihuun akka si awwaltuuf malee siwajjin jirachuuf miti.
Waqayyoo walitti siin haa debisuu😢❤
😭😭😭😭😭
Uuufff😢😢😢
😢
Anileen miidhama jaalala qaba
Abshir hadhaa takka jalaa sagalii takka yoo demite Kani biraa jirti😢💔
Barsisaa jabadhaa garaa namaa nyataa dhisii yaa demtuu
Dhugaa micayoon tun dhumni ishee badidhaa tu 😢
Barrichi hamaadha 😢
Dubartonni tokko tokko Sammuun isaani Hin hojjetum
Dhifaama naaf godhaa aniis dubaartumaa akka isheeti gaaruu fayyidaa barbaachaf ykn malaaqaf jete abbaa manashee jalqa dhiftee kan demtee borufis abdii qabdu 😢sorry gaa,eli mana bunaa miti kan yeroo barbaadan senaani yeroo barbaadan figaani bahan gaa,eli kabaaja
Ofiitii hin deebisiin kaana
❤❤❤
Araramaa jalalaa kesaanitii Debi,aa
Osoo abbaa mana koo ta'e በስመ አብ ወወልድ jedhe mormaa naa mura😂 naman beeku naga hin gaafadhu inaafaa qaba. Ati nama gaariidha oboleessaa koo
😢😂😅
jiraa jirtu qaliwwan kenyaa🙏🙏
Hiyumaan citoo mitti jedhiini
Osoo ana tahe kabalaan ilkaan irra fixa 😅 tuni tuffi ke qabdi siif hin tatu dhiisi
Dhugaa ka har,dha buramsa qaba
Ayyii jalalaa kanna obbolessa kiyya homa miti waaqayyoo gaaridhaa wali bira hin fiduu maali godhu jetati😢😢
Osoo kiyyaako ta.e lubbuu na keessaa basaaga🤫🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😓😓😓😓😊
Atii dhira moo bari herumtee dhira woli jirtee tabsaa dhabee sitii debitee😂😂 jarti tee herumtee debitee defata osoo dhira oromoo martuu akkaa sihi tatee😅😅😅😮😮
Anis dubartidha garuu walhi dubartin yoon al tokko alla batee dhiraa biraa bartee abbadan debiin qabduu ofumara dhisutu bareda
Seena nan qabaa miidhama jaalalaa kaniin tahee waggoota lakkofsisen jira akka naa afeertan nan abdadha 8331 YJ
Garuu hararghe waniin taheef transport naaf ergaa ❤
Sms ergadhu kaa
😂😂😂❤
Transporti naf erg😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
@@EMANOROMO ,😎😒😁😁😁
Obbolleessa koo hin gowominnii kan dura akkan sii gottee ammaa moo kan caala sii gottii
Garuu osoo ofitii deebisu battee gaariidha ammas kan duraa caala midhaamta.
Ati nama dhugaati galatoomi
Tiktok ira lale dhufe 😢
8331
Hassawaan kunii xumurameramoo malii wansaa edaa isheen dubai demtee araramuu barbadee fakkataa
Yeroo ottuu hin demiini bilibiltee maa dhifamaa hin gonef
Jalaqabaa midhamaa fakkata dhumaraa naa jibisisee
Garuu jalalli waan namaa gone qabdu
Simti ❤Dhis kana bodaa iti hindebi'in tun balagedha😢 Dubarton wallagga kun balagota dhiira tokkon hin t'an
Dhugaa kedhaa Lubbuu Duriyotaa gailaafi hin tatuu shamaraan wallagaa dhiraa heduu fanaa likisikisuu shamaraan heduun bekkaa 😢
@@hawwitube7353namaa tokkoo lamaaf hundaa walitti hin arbsiin shamaraan kutaa kamiyyuu hundii gaarii miti
Ufeew isinimo Dubartota dhira miti midiya qofaf tatanidha😂 warra qamasani dhira adunyaa hundati argisisa ollu dha dubartin kamiyyu mana ijaarte sababa adda addaatin adaa bahu dandaha . Argitte namni wal jalatu yoo akkam wal midhehuu debise gaafa dhifama wal gaafate waliti debi'e waajin jiratu bayye nama gamachisa isiin garu amale utu Adaan bahani jalatu sanyii shexana
Miriixe maayii wa'ee shamarean wallaggaa ml c dhibe isiin warri sagal herumtaani sagaal manatti deebitaniyyu jirtuwoo@@hawwitube7353
caraa qabdii turee garuu itii fayadamnee malee yaa obolesaa koo atiii nama jabaa fii nama garidhaa waqqayyo wan gudda sii qabessee
YJ
Enyuu akka koo tiktok irrati argee kaani kaate dhufee like❤❤
😅😅😅😅😅😅
Dhala cubbuu ti isheen😂😂
Anii garu akkaa ketii namii kellessa namaa dhibee Baker ba.ee debi.e bulti namaa ta.aa natii fakkatu bro dubartin dhiran namaa qayaran debiin qabduu ofiraa dhisiin hireke lalladhu
Araa garaa akkami qabda gurbaa itrin debiin
Y J
Ani maqaan koo ibsaa abduramaan korree jedhama.dhalataa aanaa badanoti.ani ogessa fayyaati(ho).muddannoo jaalalaatiin qaba.yeroo tokko seenaa kiyya keesatti osoon kutaa 7 mana barumsa qaancaatti barachu jiruu badee artsheek deemeen ture.mana nyaataa tokko ol-seenuuf yeroon ji'u miciyyoo takkaan mana San keesatti arge. Seenuu je'een hayyama sii gaafadhe akkaan seenu eega naaf hayyamte booda seeneen bayya aynat ajajadhee nyaadhe.maqaa koo na gaafannaan maqaa biraa ka namaan beekuutiin himeefi idilayit kinfaatiin jedheeni. Ji'a lamaaf mana nyaataa San keessa eegaan hojadhe booda niin gale.barumsa deebi'ee 12 xumureen university jimma barumsaaf dhaqe.nama Dr.sitota jedhamtu tan resident pediatrics turte ichittiin bare.eegaan barumsa xumuree gale booda qaxarameen gaa'ila godhadhe. Osoon gaa'ila godhachuurraa hin turiniin dhukkubsadhe. Sammuutu na dhukkube yeroo mara Dr.sitotaan yaada tarii isiin sun isiidhaa ka jattuu na dhibe?lakkoofsi bilbilaa koo.
Malii kuni faltin
😅😅😅😅😅
😮😮😮😮Akuma gantun jirtu Gariin akkanas Jira Garu Nama Ajayiiba Dhugaa ❤❤❤😊😊😊😊
Basii asi Mali ati dhiraa akkamit boru ile akkasuma sitti taphatii dhugaa obolessa dhisii
Dhirrii dhoqqen yomuu hin kabajamu holaa wayi 😂 maal barbaduu dhufe ammaa media irraa? sittaa taphattuu deemii yadaa keeti.
😂😂😂😂
👎👎👎👎
❤❤❤
💔💔💔😢😢😢😢
❤😢
💔💔💔💔😭😭😭
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤