Wahe jawwar Mohammad makkah dhufe irra hin hasofnee Alhamdulillah baga nagayan galte jedhani usani kan jettu usu baatani maal haajedhanif barbaadde atiin?????????kuni siyasa oto hin taane amanti dhunfatiif kan deemedha maaltu nama gahe????!!!!! Moo akkuma kamal galchu qerroo waame walittti harsiisuu dhabee?????? !!!!!!!!!!🙄🙄🙄 habtamu kuni sihii
Safuu maalo Iddo afaan oromo itti dubbatamuu TH-cam kana iraa Ati subscribe kana kadhataa wagaa gutu TH-cam kee kaa siif guddatu hin garee 🤣. Kadhaa dhisii waan garii dalgii yoo saan subscribe argataa. Maqaa nama dhisii maqaa ketti defadhuu yoo saan subscribe lee argata.
Galtoomii sanyii koo qalii nama ❤️💚❤️🙏🙏🙏 dhugaa ketii sanyii koo qalii
Dhugaan jirtu kanuma!
"Gubataa marqaa hubatatu arga"!
kun adeemsa quuqamaa Oromoo
fakkaatanii ittiin nu qoodan waan ta'eef
irraa saaqxee itti himuun kee sirriidha!
Galatoomi😘😘😘
Habtaamu galatoomi waan maraa fago'otti laaluu keetiif.
Exactly habtamu
Qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me koottuu
Dhugaa
Thanks 🙏😊
JENERALTICHA HABTAMU LAMU
Galatoome Habtamu 👌
Well come to habtish general keenya
Qaalii ko subscribe naf godhi me
Dhuga ketti❤️💚❤️🥰
Obbo Habte, atis Jawariin deggeruuf(Defend gochuuf) hin jarjarin. maal jechuu barbadeen seete, manni waa malee hin aaru jedhama mitiiree? eyyee, wanti jawaar irratti odeeffamu hundi soba ykn olola ta'uu hin danda'u. Waan hundaafuu ka'umsa fi dhuma oduu kana turre waliin kan ilaallu ta'a.
Jawar qeequun diinummaa mitii waan Oromoo midhuu yoo haasa’ee ni qeeqaamaa kanuma!❤️💚❤️
Saamuu kettin ,jawar , ጀለስ ይከብድሃል , Bukoo
@@abdichala8960 endenate girrisa kemehon yeshalal bro jawar be fesa kuter kamichot gar aydelehum
@@Silwanos bukoo hinalbain
@@juneydiidris4431 🤣🤣🤣🤣 Girrisa
@@Silwanos ነገርኩ እኮ ጀዋር በእዳት መሃይም የሚጠራ አይደለም ። ፉሩሽካ። ብብታም
Jaba keenyaa.jabadhu..bayyeen.sijaladha.yanii.kee.nama.gamachisa
Galatoomi
Qaalii to subscribe naf godhi me sanyii
Weel come 👏👏👏
Qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me koottuu
Oromoo ❤❤❤❤
Maaltuu jirra jeneral Habtamu
Qaalii ko subscribe naf godhi me
Maatii naaf tahaa galatoomaa 🙏🏾
😂😂😂😂😂😂😂 hatii haddee haftamuu warumaa mizzana garaketiif maluu farsitaa
WELCOME J/HABTEE❤🤚
Dinquu dayyaas irraa nyaatanii ka'anii amma isatti jammaran
"jammaran" jechuun maal jechuu dha? jecha afaan saba kamiiti?
Welcome Habtish
Jawee
Qaalii ko subscribe naf godhi me
jiraadhu Haabtee garuu fayyadamtoota social media kanaaf irra deddebi'ii barnoota kennifmee.
Baaga naagaya dhuftni jeene qaqae show
Gaariidha
Jechii kee dhugadhaa dhibaa dhibaa tahuu batuu lee garuu Waanuma jiruu jiraa umman ABO degaraa jedhe bekele dhisii Jawar qofa iraa dula jiruu kun jawar waan tokko gochu hin dandani horanuma kana yoo midhuu tate maale. Kanafii hogana horana Ibsa basuu qabaan yoo yaada isaan hin tane sababii jawar fi horana kana iraa adda cituufi deema oromo. Kun garuu garii mitti dhabanee offi ilaalu nuura jirata.
Galatomi nuf jiradhuu
This is true✅✅✅
Bullo bulloo 🐅🐅💟💋💟💞💞💟💋💞💞
Dhugaan Jirtu Tanuma. Hinburjaajjin Oromoo
Saagaxee
💔💔💔❤❤💚💚
Qaalii to matii ko naf ta'i me koottuu
Ordofitota qanqee show biyaa galufin guyaa 1 nahafe nagani galii nanjedhaa naebisa mee asumani manaa kotis goraa alaa biyaa isin dawchisa
Galatomii
Wowowow
Qaalii tiyyaa matii ko naf ta'i me
Welcome
Dhugaa ket
Wahe jawwar Mohammad makkah dhufe irra hin hasofnee Alhamdulillah baga nagayan galte jedhani usani kan jettu usu baatani maal haajedhanif barbaadde atiin?????????kuni siyasa oto hin taane amanti dhunfatiif kan deemedha maaltu nama gahe????!!!!! Moo akkuma kamal galchu qerroo waame walittti harsiisuu dhabee?????? !!!!!!!!!!🙄🙄🙄 habtamu kuni sihii
Well come habite koo
Wellcome
Wee san mall sigash we bilxxgint beek😊
Wayiii ahh
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍
Anaa duraa ilaalee haraa video kee
Dhima shermakee fida please help him
Oromoo.matii.naaf.ta.aa thank you
Safuu maalo Iddo afaan oromo itti dubbatamuu TH-cam kana iraa Ati subscribe kana kadhataa wagaa gutu TH-cam kee kaa siif guddatu hin garee 🤣. Kadhaa dhisii waan garii dalgii yoo saan subscribe argataa. Maqaa nama dhisii maqaa ketti defadhuu yoo saan subscribe lee argata.
ana dhufuu
Yaaddootu isaan iyyisiisa bar...gltoomi #General_HABTEE
Qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me koottuu
Dhugaa keeti leenca keenya
Af-gaaffii Jawar Ubuntu tv waliin taasise waa'ee Oromiyaa fi Oromoof dursa kennuun barbaachisaa ture. Dura hojii manaa keenya fixannee achi bahuu wayya. Dhimma habashaa baay'isuun faana Ashagiree hordofuu ta'a!!!!!
Hiriira edmentan irratti sinargine
Hin tarsa'in abbo maqaa oromoo waamaa ittiin hin daldalin. Maallaqa rakkadhe nagargaaraa jedhi yookiis yuutubii irraa maallaqa qocachuuf akkasumatti maqaa oromoo kaasaa hin wacin. Oromoon ijoollee ofii isaan dhalcheen hogganamaa hojii isaa hojjachaa jira!
habtishii kaa mataa gudduruu
Gantuu
Galatomi
Haakas.likiti.iti.imi.dhugaa.jiru.kanuma
Jedhiin.
Dhugaa kessani
Ilaati ammayyu haasawa jawaar irratti warreen akkasi san qeequ barbaadu
Kana nuti yoomiyyu gurra hin laannuf!
callisteetuma hin odessin yeroo odessitu dogoggora Uumu dandessa Jawar wa'e isaa dubbachuuf beekkumsa si barbaachisa
Jawaar sobduudha gantuudhas
Ayuba Bedaso
Natu duraa sii ilale hara'aa abitish
Qaalii to subscribe naf godhi me
Habtish, hedduun sijaalladha, hedduun sikabaja, Kan akkakoo si ajaa'ibsiifatu hin jiru, Oromoo keessatti nama garaa qulqulluu qabu akkakee nuuf haa baay'isu, 1mma labsuu dubbiikeetu onnee naqabbaneessa. garuu kanan ilaalcha ejjennookee irraa argu qabsoo WBO jaallattu san irra ammallee bilisummaan daandiima Jawarii fii Lammaan dhuftii irratti luucca'a. Siyaasni qumaaraadha, qumaaraan kun immoo ninyaatame, nyaatamuu qumaarichaaf immoo akkatti nuy taphannettu akka nyaatamnu godhe, an Jawar irraa jaalala malee jibba hin qabu, yeroo inni beekumsaa fii kutannoon uummata dammaqsu haalaan deeggaraan ture, garuu gaafa toorarraa maqee daandii tasumaa hin taane OPDOtti nunaqee biyya galerraa daandiitti akka deebi'uuf mormaan ture. OPDO qabatanii deemuun qabsoo keessatti waan 1, garuu amananii itti ofgatuun tasumaa waan hin taane, Sababnisaa OPODO durirraa Oromoof taatee hin beekne Jawar wayyaaneen sodaattu beekumsa guddaa qabatee of xiqqeessee OPDOtti aangoo kennee jarumaan nyaatamuun nama saalfachiisa, kun akka ta'u gaafa inni warra galuu isaa qeequ akka diinasaatti ilaalee galen bare, Oromoo harki caalus miiraan akkanni galuuf deeggaraa turtan, daandii qabsoo Oromoo keessatti mormuu jechuun jibbuu, deeggaruu jechuun jaallachuu akkan taane amanuu qabna, nama san qeequu fii deeggaruun nus xiqqeessa nus guddisa. Garuu gaafa morminuu fii deeggarru akka isa balleessutti osoon taane fulduree sabichaaf kamtu fala jennee sababaan ta'uu qaba. Osooma deeggarruu iddoo balleessettis haalaan qeequu. An hadheeffatee warra J mormus hin deeggaru, J foon uffatee waan jiruuf maaf dogoggore hin jedhamu, garuu kanan jibbee:- kan J nyaatee fii J jibbisiisaa jiru warra cal jedhee waanuma hunda miiraan oofamee waliin dhiichisudha, deeggartootnisaa yoo inni dogoggorellee ergamaadha jedhu taanaan isaas, Oromias akkuma 2018 walumaan qilee nunaqa. Kan nuballeesse junuunfatanii deeggaruu fii ergamaa wq gochuutu Jawaris qabsoo Oromoos nyaate. Kan nmtti tolu garuu J jara kana, Amantii fii gandummaa kan jedhame hin beeku. Jawar cimina guddaa qaba, ammoo nama waan ta'eef dogoggora, gaafa San ati ergamaadha jechuurra dogoggorteetta jennee daandiitti deebisu, Osooma qabsoo oofnuu dhaabatanii ilaalutu fala.
#. Akka dhuunfaatti har'a J daandii sirrii irra hin jiruu qofa oso hin taane bifa kanaan yeroo gabaabduutti uummataan jiibbamuuf deema. 2 nan suufan jette sareen. 2018 waraanni 1000 ol galchanii ficcisiisan sun har'a osoo bosona jiraatee.... kanumaanuu irra barachuu dadhabee yeroo keessa deebi'uu fii konkolaachisaa xoophia fayyisuuf yoo dhama'uu nm qaanfachiisa. Nama akka lubbuusaatti J jaallatu 1tu J mana hidhaatii baanaan bosona gala malee falli hin jiru naan jedhe, anillee osooman beekuu eeyyeen jedheen, har'a namichi..... sun dirqama J miti, garuu daandii filate dhiisee gam 1n waliin hojjenna jechaa waan isa hin ilaallanne dhaaba biraa seenanii borcuun seera dhaabichaanuu nm gaafachiisa.
#.Jawar qofa miti hooggantootni ABO doggoggora guddaa qabu, keessumaa diasjooraa taa'ee burgarii cuffachaa kan qabsoo bosonaa ijoolleen itti dhiigdu hoogganuu kan fedhufaatu jira, warra akkasii gorsi hin deebisu taanaanuu qilee seeni jechuutu fala, an ijoollee bosonaa akkuma Habtamuu haalaanan deeggara, qeeqa 1s irraa hin qabu, maqaa waraana kanaan mootummaan leenjisee yakka gurguddaa Kan raawwatu jiraachuu mala, kana ammoo mootummaan waan godhuuf sababa hedduu qaba, uummata jibbisiisuu, WBOn sirna Abiy waraanuurra shiftoota kana qulqulleessuuf yeroo gubee rakkatuu......
Kanumaan osoo jiranii ijoollen bosonaa kisaaraa guddaa fii baay'ina qurxummiitiin guyyuu yeroo misee laliisu hogganni diasjoorraa diplomaasii hojjechuurra waraanna hogganuuf mirqaana.
Walumaa gala Habtish giddu galeessaan deemi malee waa'een J ka'eef akkuma girrisaa miiraan hin oofamiin. Gingilchaankee ilaalchaan ta'uu hin qabu yoo balleesse Jawaris gingilchi. Ta'uu baannaan abbaa Taajjabbiin sitti waama😅.
Kijiiba farsitee buultuu wayyee kitaba jawer irra hasawii mee amma mana hidha galtaa
Kun dhugaa hubatamuu qabduudha! Waari J/Habtish
Oromoo koo deebanaa! chanala kanan qaba. kaayyoon chaanaala kana pirogramming Afaan Oromoon barsiisuudhaafi. yoo fedha qabaattan #Subscibe naaf godhaa, na tumsaa! Isinin jaalladha!
Dhugaan jirtu kanuma!
"Gubataa marqaa hubatatu arga"!
kun adeemsa quuqamaa Oromoo
fakkaatanii ittiin nu qoodan waan ta'eef
irraa saaqxee itti himuun kee sirriidha!
Galatoomi😘😘😘
Waaw
Well come