Eeee dhira bara kana😂😂kunii hundii hojii kesanii ❤️🩹🖤😭 wly guya meqa ofiti yamiite miyo wajin video hojate😂yo hiriyan ke si gorse nii lolota Namin danta ketiif 😢
Dura maltu nadho jala si ofee bunii da.ima warra bira fute mana kessa kessa dhala bira wajjin bakke olta buni mesha mana sete mo 😂😂😂😂 bunii to bakka jirtutii ngy sif hawa🎉❤
Ee miskinaa isin dhirii ofuma ofdiydaani mittiire yoodhugaa ta ee oshee simatuu baddii qabaa ok fudhadhu kana ofiketiifu ergaa ishee futee hinture malif akashojataa😢😢😢❤
Eeee Dubartii bara kanaa😮th-cam.com/video/z3YLgC_DjmE/w-d-xo.htmlsi=x9NXcFVonVQRKOGb
Eeee dhira bara kana😂😂kunii hundii hojii kesanii ❤️🩹🖤😭 wly guya meqa ofiti yamiite miyo wajin video hojate😂yo hiriyan ke si gorse nii lolota Namin danta ketiif 😢
Baleesa gudda kan qabu sidha malif iddoo nan dhaqaa jette iddoo bira deemte tokko immoo roza guyaa tokko itti himtee wan hunduma lama sadii malif deebiste ofiiti wameeete 😢😢
Boss
Hayyyiiii dhira bara kana Kun hundu Badi kettii
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Namni akka kiyyatti joolle kana walin jaalattan like godha
Abshr bro jaarsoli gurguddaa warratti ergi dhifama gaafachiisi rabbi walitti sin haadeebisu atillee lammata dhalaa biraa waliin qoosaa dhiisi yoo lammata fuudhuu barbaadellee dura ishee kana hayyamsisi malee qalbiishee hin cabsin mucattii daa'ima akka itti fuute nibeekta kanaaf bultiikee jabeeffadhu broko abshr hin yaadin ilmi namaa numa dogogora garuu dogogora san irraa barumsa fudhachuu qabda
Dhugadhaa🙏
Qodaa cabaa setee mo ati yeroo ishee manati dhistee kan bira wajiin bakkee dhabaacha oltuu😅😅😅
Waarrii komattii buuulttii namaa hin diginnaa raabbii sodadhaa 😢😢😢😢😢
djugaa ketii
Maal as jalaa demtanii albataan isiin ummannii pirank dalagaa jiraa isiin as jalaa demaa boyaa ee miskinaa jedhe she Amiin ibroo
Dhugaa keetii 😢
Dura maltu nadho jala si ofee bunii da.ima warra bira fute mana kessa kessa dhala bira wajjin bakke olta buni mesha mana sete mo 😂😂😂😂 bunii to bakka jirtutii ngy sif hawa🎉❤
Rabbin kadhatan nama hin hifanne rizqii barakaa qabdu ❤🎉harka isin haa guutu 🎉❤maatii naa tahaa❤🎉
Lachan kesanu miskina walahi Rabii walif isin ha dhisuu ❤❤❤❤
isii mite male yomi midhamtee ati mucatti da'imaa dhiftee jalalee tiyya ta durati jette waliini Lafaa maraa turte be amshir buniyee❤❤❤❤❤😢
Dhigaa bohii caimaqaa duraa maalii asiif achii figdaa dhirumaa ammaa kanaa qodaa wayyii setaa moo kanaa calii jetee teessuu
Dhirumaa Oromoo kanaa malumaa godhuu
Wly ani hin boyye😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amshirii qalii namaa amaa dhuftii yoo dhufuu batee yowanii woraa ishee dhaqiii barbadii
😢😢😢 dhiirri dhalaaa takka qabattee hin teennee yoomu jireenyi isii gubama wllh
Kotaaa rabniii fayaa harkaaa kesesnii haa kenuuu matiii naa tayaaa 😢😢😢😢😢😢
Wollahii qaldii akkana uttu dhiiftanii gariidha sababinsa wan affan jedhe maleykan khataba dirirama biira dallaga issuma dhuga Rabii
Bochi sobaa wan toko fidu jalala dhugatu wa fida malee wa hundara rabbin sodachun bareeda onee dhuga qabadhu ❤❤❤❤❤❤❤onee dhugaa qabanan namas hin metuu offis himitu onee ❤❤❤ dhugaa qabadhu
Maaloo obsii hin artee malee si jibbuushee miti oshee waaqayyoo walitti isiin deebisee 2 keessan tokko godhee diina gidduu keessanii haa baasuu dhugaa
Jarsaa ergii Rabin waliti sin hadebisuu😢😢😢😢😢
Hujii keeti dura maaltu nadho jala si ofee oduu bunini misiknaa da'imaa argatee akkana itti taphata😢😢😢😢 b❤❤❤❤❤
Mashaallhaa masshaaa llhaa mashaashaa llhaa mashaashaa
Rabbii sii biraa haa jiraatuu
Malii atiii dhiramiii habibiii malifiii akanaa tataa dhiriii obsaa qabaa obsaa qabadhuu atiii yerooo bayeee akanaa tataa garuuu dhifamaa qaliii
Koomatti kan hin lalattii akkaa addan faagatan hin tasisinnaa raabbii waalltti haa deebisuu😢😢😢😢
Amiiiiiiiiiiiiiiin
Abshir obboleessa koo rabbin walitti isin ha debisu wly
❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
Abashiir rabbiin walit isini haa deebisuu
Amashiirii amashiirii 😢😢😮
❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuufffffffff😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢uuuuuuuuuuuffffffffiiiiii wolhii rabii walitii isnii haa debisuu
Wly wajii boye imimanii qabachu dadhabe uuuufffff Rabbiin Walitii isinii haa debisuu
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Obbolewani koo matii Nafii taa ❤
😢😢😢❤❤❤
Bishaan dhugii boyii jiruu Qosaa mitii badii kee irraa baradhuu dhifammaa gafadhuu
Bagaa sitii tapatee miyoon dhugaa qabdii imimaan isiin gafaa hadhafii Abaa isii gatee si jalaa demtuu sun akamitii sitii mulachuu didee😢😢😢😢
Wollaahi dhugaa keeti Anuu sani yaadadhe waadaa gaafa duraa ishee naafi seeni jeteni si gaanu jedheni😢😢
ኡኡ🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌸🌸🌸🌸🌸💘💘💘💘💘💜💜💜💜
😢😢😢Rabii wolitii isin haa debisuu 😥😥😥
😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Rabbin siif haa debisuu wlh sii wajiin boyee ufffffff
Gafaa atti nadhoo ganddaa jallaa deemaa tuurtee silkii irraati cufatee guyyaa torbee meeqaa lakkoysiftee isheen tanna darraan booyyaa turtee keessatu tuffatee akkas gotee kunoo siif baldhatee jirtii jiradhuu
🎉 bunii rabbiin mirgaa fi dhugaa kee haa basuu❤❤❤❤
Buni ❤❤️❤️❤️🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
❤❤❤❤💔💔💔
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbiin woltii isin hadebeuu😢😢😢😢😢😢😢😢
Wanti kun pirank moo akkam ?? Dhugaa yoo ta'e moo rabii walitti isiin haa deebisuu
Miskin Rabbiin walitii issn ha dhebisuu wly gara na balesse😢😢❤❤😊
Abshirii rabinii walitii isinii hadebisuu😢😢😢
😢😢😢😢Raabii waliti isiini haa deebisu
Rabbii waliti isin Haa debisu 😢😢
As wr wb obboleesaa keenaa abshiri hin sirraata waan hin siraanee hin jiruu obsii
Yaa rabbii 😭
Innuu kijibaadha.
🤙🤙🤙🤙🤙🤙Gatuu us jedhii hin kijbnii hadamaa detee osoo biraa hin Dhaqin hadaraa tetaa ma akumaa detee malif biraa hin dhaqiin😂😂
Yeroo waa balleesitan iti yaada😂
Uuuuff anii hom hin jedhuu rabbii waltii in hadachu😢😢😢🤲🤲🤲🤲
Uuuuuuuffffffff miskinaa wlhii 😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbi issin haa fixu
Rabii walitii.isin h dabisuu😢😢😢😢ishalll
Hayii dhiraa oromo tuni na ajabibanii
❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Uuuuuuuuuuuu fffffffffffffff yaa raabii. Jireenaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Namnii wan jalatun hin xaphatu jalala dhugaa yoo qabatef maf ofiti hammesite akka nama ishii dhabe jirachu dandahu 😢
Ayiii rabbin walitii isin haa debisuu biro
Uuuuuuuuuufffffffff 😭😭😭😭😭💔💔💔💔🥰🥰🥰🥰🥰
Misikinaa walahi 😢
siichi boossa wly imimmaan isii gaafasii uuuf gaafa fuutee galtu😢😢😢😢
Ee miskinaa isin dhirii ofuma ofdiydaani mittiire yoodhugaa ta ee oshee simatuu baddii qabaa ok fudhadhu kana ofiketiifu ergaa ishee futee hinture malif akashojataa😢😢😢❤
Uuuffff rabiin waalitii isiinii haadebisuu😢😢😢😢😢😢
Chanalaa isiir vidiyoo isiin gadii dhiftee hin lalee moo 😢😢😢😢😢😢❤❤
Raabbi woliti issini ha debisu inshaalah abshiri 😢😢😢
Amshirii 😢😢😢💔
Amshir.kuni.barumasasiif.haa.ta.u.lamata.itti.hin.debini.dhifamaa.gafadhuu.oshee.badi.keef.waqayoo.waliti.siin.haa.debisuu🤲🤲🤲😭😭😭😭🙏🙏🙏uuuufff
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤💔💔💔💔
Uuuuuuuffffffffff Mali dhifaama goodhiifii kaa bune😂😂😂
Kkkkkkk usii duraa gafaa isinii botuu sanii malifi galuu didee
Dhiruma sabana kana dadhmne ka shmisi tana sure tana yu hini jijirane si dhadhabani😢😢😢😢😢😢😅😅😅
😂😂😂😂😢😢😢
😭🥺
Ebadaa jalallaaa kaa 😢😢😢😢😢😢😢
Sii baga micatii dimaa hadha fi abba biraa futee itti xapataa baranota issi irraa balesitee wolayii Rabbii sii gafataa cubbu sitti hatuu imimanii sunii 🥺😭😭😭😭
Wallahii anii imiimaan qabachuu dadhabee 😭😭😭😭gaafa ishii isaa waliin baduu saan yoo hangaa dhumaa dhageeffaatee jiraatee 😢😢 akkana jette mee anii akkamiiti sii amanaa wadaa naafii galiii waraa koo biraaa nabaftee bodee waan karaatii naa darbiitee deemtu natii fakkataa jiraa 💔💔💔😭😭😭😭😭😭 jetten 😭😭😭😭😭😭😭😭 waan karaatii naa darbiituu natii fakkaachaa jiraa wadaa naa galii jettee😢😢😢😢😢😢 garaan ishii beeke bodee waan dhufuufi jiruu wayyiii caraa keenya 😭😭😭😭😭
Malifii dhiftee demtee. Atii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Alaa kulli haal balleeysaan keetuma.
Uuuuuuufffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢
Bunii jechuun Miskkiin walahii cubbuu atti isii irratii hojjatee hayiiiiii kophaa gatee jirenyaa jibbisistee nama isii dhagahuu dhabdee 🎉🎉 bunii bagaa biraa deemtee ❤❤❤❤
Hayiiiiiiiiii obsii rabbiii jiraa
Akam.ngy.oshe.ati.jartii tee.jalaa.demii.galchii.
Fardesaa jart galchii ifit xabatiin
Argaa keessan Bera takka woliin hin jirattan😮😅
Manatiii galichuu didee
😂😂😂😂😂
Kkkkkkkkk kolfan dhumanee miidhamee gurban seran qabaa ijolee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Daaima barumsa isii irraa osoo issi boottuu dogoggorsee ka e manatti gatee beera faana bade bunee dhugaan isii iyyitee😢😢
Ammas kuni sobdee diramma gotaa keessi kee binneessaa
Waan jabatee 😂😂😂
ni kjbdaan youtube gudifachufi
❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😮😢😢