Mashallah tabarakallah Muca Amala Gaari qabu akuma Namni si jalate Raabin siya jalatu miskina nama Raabin baka hundati si fana ha jiratuu 😢ahii Raabuman nama wal bekne obola godha hiryoni isaa ille gaalatoma hundi kesanu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤Hayyee Ogeeyyin Miidiyaa For x inside protect against Self defense Qaroominaa Dr Alii Birraa Eegumsa gaggeesitanii kanaf ijji Imimmaan Salaalee arjaa ❤❤ view post
Dhugaa dubbachuf worrii cairoo namatti tolaa jalali isaa yoo akkaumma midia irraa tahef. Congratulations ❤
Ini har'a hunda caala kennaan keessan qur'aana rabbii maasha'allah 🎉🎉🎉🎉 nama itti fayyadamuu rabbii isa ha taasisuu❤❤❤❤❤ karaa gaarii ❤❤❤❤
Dhugaa anii oromo tatanii akkaanati walciinaa dhabbatanii obolessa kessan akkanatii gammachisuun kessan natii tolee 🎉🎉bagaa oromo tatan tahee anis isinin bonnaa nutilleen🎉🎉
Wly wly isaaq aka wan nabiraa demee tokotii bayee naa mararee jabadhaa itii fufaa akanumatii 😢😢😢
Wollaahi baga otuu lubbuun jirtuu eenyummaan kee siif ibsame wollaahi rabbiin ammas darajaakee ol haa fuudhu❤
Rabbiin ofiifis si jaalatee,bakka deemtuttiis hiriyoota gaarii akkanaa kan riqicha jireenyaa waliin tarkaanfattu siif haa kennu obboleessa keenya qaalii❤I❤ rabbiin bakka jiraatetti si waliin haa jiraatu nu biraa deemtuus akka obboleessa Islaamaatiifi akka oromummaattis si jaalanna❤
Atiis Biirraa Abshiir yeerroo gababaa keessaa siif dhufaa carraan
Kennaa ajaaibaati Isaaq adaraa Qur'aanni kun akka ragaa sittin baane qarahii karaan duugda indaaqqoo siif haa tahu 💚💚❤❤ garaa nagaa deemi
Mashallah tabarakallah Muca Amala Gaari qabu akuma Namni si jalate Raabin siya jalatu miskina nama Raabin baka hundati si fana ha jiratuu 😢ahii Raabuman nama wal bekne obola godha hiryoni isaa ille gaalatoma hundi kesanu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ijollen Oromo yero akkas tokko tatee wali gammaddu akkam namatti tolaa isaq muca olla koo bagaa gammadde ❤❤❤
Muna kotu maatii naa ta'ii lubbuu ❤❤❤🎉🎉
Lubbu matti na ta,ii
Maashallah tabarakallah raabiin isinira haa jalatu worii saganta kana Qopheesitaan❤❤ akkasuma isuu atile baga gaamadee bakka deemtuti raabiin si wolin haa jirtu ❤ obbolewan keenya wori biyya baqa keesa jirtaan mara keesanu yeroo dhihoti biyya yaadan isin haa geesu asuman itti ansee obbolesa keenya Biraadhan haangafe yeroo dhihoti bakka garaan keesan yaaden isin haa gaa'uu ❤️🥰
Mashaallh baga Rabbi hiree bakka sani gesseni alhamdulilah Art Isaaqii kenna kabajajafi jalala gudda sif qabnaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢
Wawa Dhugaa Rabbiitti Imimaan Qabachuu dadhabee Rabbiin Si haa Dursuu isuu❤❤❤😢
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbiin'nagaan achiin sihaa gahu hunda keessanuu isinin jaalladha nuuf jiraadhaa❤❤❤
Inshalaa.ijolee.tenaa.hundaa.rabbi.biyyaa.baqaa.kessaa.basee.yadaa.fi.muradaa.isani.haaa.gutufii
Gaaru waan Aja'ibaati hiriyyoota akkasi qabachuun kee Keennaa keeti Isaak Karaa nagaa 🎉🎉🎉🎉
Nageenyaa walii Beekuun Rifaatuu walii ni eegaa Alhamdulillahi Survey Surprises Art Isahaq Zeeyinuu Nageenyiis Ulfinaa as wrwb cuftinuu ❤❤❤❤❤
Mashallah congratulations Bagaa Gamadee ❤❤❤
Congratulations🎉🎉🎉🎉🎉🎉 isaaq karaa ngy demmii obbollees koo ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maashaa Allah Taabarikaallah
Baga gammadee yaa obbollessa kenyaa qalii nama biyaa nagah hiriyaa garii ammasii sii haa godhu Baga mikoftee hiriyootaa obbolewwanii garii akkan Maashaa Allah Taabarikaallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Nuuf jiradhaaaaa huundii keessanuu ❤❤❤❤❤isoo karaa ngaa qaaliikoo 🎉🎉🎉🎉
Waqqayyo sii duraa haa bu'uu waqqayyo sii gargaruu karaa nagaa siif haa ta'uu isaaq Zeenuu ❤❤❤❤❤❤❤
Maasha Allah rabbii isinirraa haa jaalatuu
Maasha.llah baayye nama gamachiisa tokkumaan keessan Isaaq baga rabbii isa milkeesse
❤❤❤🎉🎉🎉 isaq bashasha namaa bagaa gamade kara garii
Mashaa Alahaa bagaa rabii gamachiisee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaa Allah Bagaa gammadde Bagaa gammanee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha Allah Habibi bakkaa yadee gayii
Rabbii sifi lafisu bakka demtu hundati😢😢😢❤❤❤❤nama gaariii❤❤❤❤❤❤misikinaa guyya toko nama hin xuqu😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Maasha.allah yaroo dhihootti milkiidhaan isin jundaahuu wolitti join haadeebisu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
warra cario jirtan saba keenyatti baayeen gammade,galatooma hundi keessan .art.keenyas baga gammade.
Ijolee kahro akn isin jaladhu esa koti dhufe isin biraa ❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah mashaallaah mashaallaah Rabin sira ha jalatuu heduu namati tolaa😭😭😭😭😭
Dhuga rabi wol bira isin dhabudhaf gada garu ini biya baqa kesa baha jirachu isatif gamchudha
Waalhii mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa heduu toko namatii toltaanii jabadhaa wari caroo jiratanii isaqi congratulations
Nagaan dhaaqii qalii Sif gammaadeera❤❤❤❤❤❤
Mashalah tabarakalah baga gammadan oro kooo🎉🎉🎉🎉
isoo mucaa safara koo baga gammadde bakka deemtutti rabbi sifaana haa jiraatu 🎉🎉🎉❤❤❤
Masha Allah Rabbin jazaa keessan isnif hakafalluu
Bro kiyya baga milkofte jabadhu waqni si walin ha ta'u ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ imala gaarii. All people very happy for you
Wwwwuww mashaalaa Goshi Baga raabii sigammachisee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
congratulations🎉🎉🎉🎉Isuu keenya
Mashallh karaa nagaa deemi isuu🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Walhii nini bohee akkaa waan naa biraa deemee marafuu Bagaa guyya arra geenyee 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶
Baay'ee baay'ee nama gammachiisa wallaay
Mashallahaa Wly Namaa kabajaa nama qabuu akanatii namninisi kabaja qabafaa🎉🎉🎉🎉
Maashaa Allahaa abaan quuraan keenaa inumaa beekitii ❤❤❤❤
Baay'ee namaa toltaani mashalah rabbiin nagaan isaa haa demsisu isiinilee rabbiin nagaan isaan haa jiraachisu 😢😢❤❤❤❤❤
As wr wb Isaaq zeenuu masha allah baga milkooftee isaaq ko biirraa ko abshir❤❤❤
Ulfaadha hundii keessan
❤❤❤❤wow mashaallaa maburuki Alfa Alfa maburuki galatoomaa worra saganta kaana gotanifi
Mashala mashala ❤️ Rabin🎉na isin agamacyisuu
Nama akkanumatii waljabesuu isin haa godhuu
Masha Allah nagaan dhaaqii qalii koo Sif gammaadeera 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Bayye natii toee isuu baga gamade❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🫂🫂🫂🥹🥹🥹🥹
Congratulations my brother
Masha allah baga gamadeee
Nagaan dhaqii qalii Sif gammaadeera❤❤❤❤❤❤❤❤
Baye namatii tola isinjalanaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Kongirtinie.nufi.jiradhaa.huriyaa.dhugaa.ilmaniine.abbaa.gaddaa.uuuffee.nufi.jiradhaa.hisaqi.karaa.nagaya.nufi.demii.biyaa.itee.gamadu.❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa milkooftee Qaalii sabaa karaa Gaarii ❤❤❤❤❤
Masha Allah❤❤❤
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢Wlyh bayee namatii Toltuu wawawawa mashaallh 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Woyyi isuu Cara gariii sanyii❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wly dhugaa dubachuuf baayyee nama gammachiiftan
Masha allaha kara nagayademii🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Nagaan dhaaqii qalii Sif gammaadeera
Mashalla,isuu,Kara,nagyaa,deem
Karaa Gaarii isaaq zeenuu 🎉
Maatii naa tahaa rabbiin waan isin yaaddaan isinii haa tahu❤
Isuu congratulations amalaa qabesaa kenyaa
❤❤ view Ganuu ida'amauun M/M Seequn Minister fayyaatiin eegunsaa ni Beekkama barachuma qofa Gara Maatiifi Hiriyyaan keennuun ni dhorkamaa
wlyh bayee na gamachise❤❤❤
Kara ngh rabbin issaf ha godhu
❤Maasha'Allah Congratulations for x Internet access Ogeeyyin Omisha Biyyaafi Biyyootaa tahaa ❤❤❤
Baga gammadee isuu koo🎉🎉🎉🎉🎉
Isu ko rabbii siya milkesu🎉❤❤
Wowow maslhaa Allaa maslhaa Allaa 👌👌👌👌👌
Rabiuun maf cameratti mullachu dhiise ree ❤ mashaa Allah wojjin umurii dheeradha
Nagaan demii qaalii koo ❤❤❤❤❤
Masha allah Nuuf jiraadha issinin boonna Hijjettoota For X entertainment Maati Jaalalaa
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉isuu kenyaa
Mashaalaaa mashaalaaa mashaalaaa tabarakaalaa 🥰🥰🥰🥰😢😢😢😢
Masha Allaha Tabarakaalla 🎉🎉🎉🎉
Wow that's amazing 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉congratulations
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😭😭😭😭😭Baga gammadde isuu Kara ngya
Masha Allha karaa nagayaa❤🎉
Maashaallaah ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🙏
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 wow mashaa Allah mashaa Allah mashaa 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤Hayyee Ogeeyyin Miidiyaa For x inside protect against Self defense Qaroominaa Dr Alii Birraa Eegumsa gaggeesitanii kanaf ijji Imimmaan Salaalee arjaa ❤❤ view post
Congratulations 🎉🎉🎉❤❤
Mashallaaa dha Alhamdulillah
Congratulations isuu❤❤🎉
Masha Allah
Mashalhm mashalhm mashalhm 🎉🎉❤mashalhm 😘 ♥️ ❤️ 😍 ✨️ 💖 😘 ♥️ ❤️ 😍 ✨️ 💖 😘 ♥️
Masha allah baga gammaddee
Masha Allah ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ ♥️
Ayii ufana shamaran kena kan kayrotii qulla yattan gaaf 🇺🇸 🇺🇲 American demtan akkam tatu lataa 😢rabbin issin haa qajelchu nalle haa qajelchu isaaq kara nagaha demii
Baga gamade🎉🎉🎉
Oromoo tiyyaa waliif jirachuun isinitii haa baratuu ❤