Amma atii maatii midiya irraati osoo taane maatii ishee biraati ofiiti waami rakkoo keessan furaadha dhugaa dubaachuf baadii gudda kan qabu simadha ati yeroo dubartii wajjin video hojeete gad lakustuu amma buniti maltu dhagama hin jettu isaa iyyuu guyya 1 qofa osoo ta,e nama hin arsuu guyyaa lama sadii ofiiti wamtee osoo lubbu ishee waa of goote mal jetta qoyii
Ya oblesa Kiya qali atiho amayu badi hin qabuu ofin jecha jirta mucan akkamiti siti araramti ati jia toko ol bake hintala shixan San wajin turte ham badi hin qabuu jechuu hin yelatu Mal nyati Mal dhugfi oto hin jedhin dubartii amanadha jedhanii ergaman rabii sawsalm kanfu badi guda Kan qabuu si Akka gaf dura iti fute San yadadhu Mila isiti kufi afotu jechisifadhu ISA Kan oboluma sif dhame ❤❤ dhira bar Kan rabitu nuti fudhe
Silaa maa mana kiyaa jechaa oltii adamaa keesatii isin bitaatee moo manumaa kiraatin mana kiyaa jechaa olti mana kiraa yoo ta'ee isiin lamanifuu waal qixaa.
😮th-cam.com/video/tIGNMBSEGu4/w-d-xo.htmlsi=Uc4DXG8bFt-hneQ2
Amma atii maatii midiya irraati osoo taane maatii ishee biraati ofiiti waami rakkoo keessan furaadha dhugaa dubaachuf baadii gudda kan qabu simadha ati yeroo dubartii wajjin video hojeete gad lakustuu amma buniti maltu dhagama hin jettu isaa iyyuu guyya 1 qofa osoo ta,e nama hin arsuu guyyaa lama sadii ofiiti wamtee osoo lubbu ishee waa of goote mal jetta qoyii
Wolhii Wolhii bunni akka kiyyatii baddii hin qabduu barii issin barnotaa issiin dhisstee wanii sii jalatuuf sii dukaa badee Wolhii kabjan deffadhuu inshaalla ❤❤
Subanallah mucati maaltu itti jiraa si jarsafi jartin Waal dhabun wanuma jiruu akkan hundaa tahu rabbii isi haalafisuu bultti akkanatti in tatuu obsan malee
Ya oblesa Kiya qali atiho amayu badi hin qabuu ofin jecha jirta mucan akkamiti siti araramti ati jia toko ol bake hintala shixan San wajin turte ham badi hin qabuu jechuu hin yelatu Mal nyati Mal dhugfi oto hin jedhin dubartii amanadha jedhanii ergaman rabii sawsalm kanfu badi guda Kan qabuu si Akka gaf dura iti fute San yadadhu Mila isiti kufi afotu jechisifadhu ISA Kan oboluma sif dhame ❤❤ dhira bar Kan rabitu nuti fudhe
Sumatu badii qabaa dhifamaa gafadhuu 😢❤
Inshallah Rabin waliti isin ha debiisu ☝️☝️
Rabbii wolittii isiin haa debisuu inshaallaah jiduu kesanii naghaa haa godhuu 😢😢
Abshrii waqqayyo nagaan walti isin haa debisuu❤
Ee badaa oshee atis Daai'aa harmaa hin guuii'n futee rakatee😅😅😅😅😅
Inshaallh rabbiin isin haa ararasuu abashiirr
Rabbin woliti isin haa ararsu
Ishee simatu badi qabaa wly garu rabbi wolitti isin haa deebisuu ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Situu badii qabaa malituu dhalaa jalaa sii ofee jaritii qabidaa
Silaa maa mana kiyaa jechaa oltii adamaa keesatii isin bitaatee moo manumaa kiraatin mana kiyaa jechaa olti mana kiraa yoo ta'ee isiin lamanifuu waal qixaa.
Isin mesha nama setuu geze ofi fetan demtani gize ofi fetan dhuftan
Abshirii jabadhuuu jartinii tee sunii diqoo shuyii qabdii iraa hin lalinii osoo matanii likii qabatee ilmaa namaa hin dogoraa iraa wolii darbuniu hin jiruu maa subhanallah
Obasuu qabadii tayuu qabuu
Rabbiin walitii isin ha debiisuu😢😢😢
Nii ulfataa wally 😢😢😢
Rakkoo jiruu maatii biraatti furaadhuu waan maatiin ishee jedhan darbitti miti oshee dhugaa warraa garummaa isheedhaf yaadan jibbaa jirtii warra gaarii fakkeese waan gadhee ishee goruu ilaaltii natii fakkaata kun immoo ishee diigaa malee ishee hin ijaaruu dhugaadha kanaafuu jabaadhuutii haararama obsii wantii hunduu rabbii harkaa jiraa homaa miti
Rabinii walitii isinii hadebisuu❤❤❤❤
Rabin isin ha ararsu ishalhaa ❤❤❤❤
Wommaa mitti hin yaddini atti oshe
Rabbi walitii isini haa lafisu hinsha Allah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbin Waliti isin Yaa Debisu wal Ararfadha Obbollewan walin isin jallan 😢😢😢❤❤❤
Yoo hasoftuu sutta hasayii jedhin
Hayii ammayyuu hin araaramnee moo uuufff dhugaa rabbii namaa isiin jaallatuu fakkaatee namaatu gidduu keessan jiraa maaliif yoo jette natuu muudannoo akkasii qaba oshee intala kana isheef hin gallee malee kun waan akkas mana ofii nama diigsiisuu miti waan furaamuudha obsii ❤❤❤❤
Abshir 😢😢😢😢
Miskin Rabbiin waliti issn haa debisuu íñsháá Alhá 😢❤️
Rabi walit isin haa debisuu😢😢
Abshiir Rabbii walitti isìñ haa ararsu
Badii gudaa qabda ati duraa ama dhifama gafadhu rabbii waltii isni haa debisu rabbii
Wl wr wb rabbii haa lafisuu
Rabbii waliif isin haa galchuu yoo jaala la dhugaa jidduu keesan yoo jiraattee waluma deebitanii😢 abshiir
maa horii seete moo kan baddaaa keessa barbaadduuf😂 baga badde
Raabbi woolii issini ha debisuu inshaalah 😢😢😢😢😢
Abshir oshe sanyii rabiin walitii isiin haa debisuu bulti ofii dhiste badhe kesaa demtee wan argitee hasayuni fayidaa isii hin qabu isilee rabiin haa qajechuu
😮😮😮😮😮😮😮😮
Garaa namaa nyataa😊😊
Dulachaa..akka..itti.futee.hin.betu.
Kaa.mana.dhifitee.dhalaa.jala.demtu
❤❤❤❤❤😢😢
Rabin isin ha rararsuu. Wolitii isi ha debisuu
Rabbiin Wolitti isinni haa Debizuu 🥺
Akka.naa.jibisisaa.jirtanii.isin.dhirsa.fi.nitii.dhaa.miti.yada.wali.aamansisuu.wali.kabajuu.kara.demu.miti.gabaa
Obsi ilmi nama hin dogogora dhisii dhifama godhif
Oshee.dhugaa.rabbi.isin.lachuu.waan.isin.bushesu.hojataa.jirtani..yoo.ati.mitee.isin.dhala.dhaa.mana.ofi.gaddi.hin.tetuu.atilee.niti.tee.maa.nama.iti.yamtaa.ati.ararfachuu.hin.dandetuu
Rabbii walitii isin hararasuu
Rabii wolitt isin haa debisu
😂😂😂😂😂. Intaloo fayyaa qabduu
ijaan argaa jirti bar vidio keessan
Rabbiin woliti isiin haa debisuu abshirii
Keessoo keessan rabbumatuu bekaa garuu akka nutii muldhatutii atii jartii lamataa fudhuu yoo barbadee malii gochaa mediyaa gubaatii olii baftee
Rabbi waliti isini ha urgesuu
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Miraa kesaa baii buni oshe abshirr kostorii jedhii in ariin
Rozaan malii sii gotee ufii ittii dhaqaxee dulachaa tetiif namaa fakkatuu 😂😂😂
Eeee misikinii dhiritii dhalaa 10 jelaa fiduu dubenii isii akanaa garuu rabbii isiinii haa Ararisuu
Oshe yoo nufii jetee hin araramn zalalama amsii badii siitu qaba hin kijibn kabja fi teesuma abbatu ilalat
Atii midiyaa iraa futee 😂😂😂malituu seraa shar.aa qabisaa iniin jedhee😅😅
Rabbii walitti issin haa,dubisu
badii hin qabu hin jedhin balleesseera jedhi
Abshir obalesa ko❤😢😢
🥰🥰😭😭😭😭
Baddii guddoo qabadaaa😢
Rabbi waliti isin hadabuu😢
Kiwi jechu ama ka hoshe 😂😂
As wr wb Akkami Nagay bunii calisii bultitee qabadhuu taii imaratinii namoniidogogorijiruu imaratinii
Oshee dhifamaaa garuu nanii hudinuu hin dogogoraa kanafuu himaa sittii hin dhagayamin garuu hatii manaa. Kunii sirii hin jiratuu lamafaa jaratin akanaa bulatifii hin tatUu sabanii bulatii jechuu ufataa mitii kanii jijirattaa olanii bulatii kessatii wolii obsuu fi woli irraa darabun diraqamaa kessayuu ijolee arsifi biratii kunii baratamaa hatii manaa kanaa hin tatuu
Abshiir ❤❤❤🎉
rabbi walitti isiin haa deebisu😢
Sila ani kaa gafi nati ta'ee jarsaaf jartiin yoo wali lole mati hin qabu jedhe ani 😂😂 waa hundaa midiiyaamatiin figdaan Ajaa'iiba wlh keessan kun
❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Atii maa demtaa dubartii bira bira dubartiin shetanaa
😮😮😮😮😮😮😮😢😢😢
😢😢😢😢😢
Eeeekaa.wly.oshe.ibdii.rozaa.siiraa.bueeka.wly.rabiin.geduu.kesaanitii.nagaa.abusuu.bayee.qaalbiin.nucaabee
Warri koomentii rabbii itti amantan sodaadhaa waan badaa hin barreesina gaa'ila namaa diiguun maal bu'aa isiniif qaba❓du'aa'i osoo gootaniifi hin wayyuu piliis seexaana waliin boyyaa buutanii isin😭
Prank akana dhisa umataf dalaga hin basina
🥰 🥰
😮😮😮😮
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Eeee badii sittu qabaa waallhii ATI ergaa bultii ijaratee waan duraan maalifi xuquun barbachisee dhugaa oshii ATI badii qabdaa italaa sharmuxa sanii ofiraa fagesii bunii tee defadhuu😢
😞Na dabraaa
Oshee 😂
Badii si biraa jirraa oso jarti qabdu dhala biraa jala Mali gota kuno buliti tee si diidee siti kolifaa jirti ama mucati Ruzii jetani suni
😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Oboletii atii matanii fayaa sii qabaa tasgabayii matii sii gorsuu hin qabduu ufii kabajii balagee ishii sharamuxaa abshirii 🤣🤣🤣 oshee abshirii qalii namaa jabadhuuu tunii namitinii maratuu dhaa huzbilahii yarabii koo nuu basii
Attii bultiiii namaa kessa bahii sharmuxan sii malee issii mittii wolhii balgee woyiii
Issiin mali tatee rakko issatuu qaba 😊
😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Amma warri yutubi kun maaf ajandaa Wal godhattuu isin jarsaaf jaartiidha😢😢
Dur jaarsoliitu dubbii jarsaaf jaarti furaa inni ammakun yo Wal lolanis Tae waagootan maaf media gubbaa Wal baastuu jarsaaf jaartiin Wal loluu walitti bu'uu garuu jaarsoliitu gidduu namaa seenee namaaf fixa inni ammaa media gubbaatti ajandaa Wal godhattanii qillensa walitti naquu maaltu fide yaa oshee yoshen sin si didde maati qabdi mucaankun maati bira dhaqxe mastisheen in dubbattuu isaan haagorsanii dawalanii😢😢
Karaa maati itti indhaqxuu social media maal fayyada😢
Wanti maatishe darbu injiru ingowomin obbolessako😢😢
Yutuba tti bodde deebiu qilleensarraa gadi buusaa ti keessan fixadhaa😢😢
Wanti jaarsoliitu darbu injiru yaa oshee maatisheen itti dhaqi😢
Maali tatee namani waani fedhee balesee Ati dubarati tatee haganaa maraa maali tatee debii bunee
😂😂😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅😅😅
Yoo senee maltuu ta'e ree mannii kee qofa moo akkamittii yaddii tuni dhugaa asaa'a hin bektuu mana essaa fiddee horii baaddiyyaa keessaa kan si baase oshee mitti jasbaa 😏😏😏
Dhengadum wali futani har'a imo kana hasayu shemidha
You tube fi jetani wani hin tahne hin hodajatin
Sutuu badii qabee eeee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😢😢😢😢
Duraa atu refuu futee maliif shamara biraa jala oli gadii demtaa
Oshee of Eeggadhuu gallii Achiiti si dhidhitaa
😂😂😂😂
Intalli duraanu siwalin jiraachuu hin feetu sababa argatte Waan ofiifuu akkatti jiraattu akkatti qulqulleeffattu hin beeyne fuutani ayi Oromo jedhe abiyyi😂😂
rabisina arasu arfadhu adhamanakecaqabawaya