Ya obbolleessa kenya qormata jaba qormatamte jirta subhan allah kun jirenya duniya kanaratti homa miti Abshir yo siif danda'ame dubarti 2 wajin jiradhu haadha ilman san dhifama gafadhu furmani kee dubarti 2 wajin jirachudha rabbin siif ha lafisu
Mal ati hadha manaa ke dhistee maliif dubara yoo taate ijoolee keet calti mo hadha manaa ke dhifama gafadhuu ishii wajiin jiraadhu ijoolee kef jeedhii kan 2ffaa ofiif tola sif keenite ati jartii ke biya ormaa keessati wan meeqa wajiin tahanii wajiin jiradhu warooni dhiraa me dubartii irrati cubbuu hojeechuu dhisaa rabiif jeedhatii jalalli bara kana qumara tahe
hamaluma dhiirotaati yeroo jaraaf darbe nama ganuun gaafa heerumuu isii dhageessu hin dhiiftuu isheen hamma icitii Ati hin beekne qabdi sitti bitamtee dhufte adda sin baasuuf male suuraa essa fidde haati manaa kee
Anaa dhuufuu Gammee 🙏
Seenaa isaa jalqabaa baayee namati tolaa garuu dhumaa irraati garuu dogogoree jiraa haa ta'uu malee bakka dogogoreeti haafuu hin qabu namni nama ta'ee hin dogogoree hin jiruu kanafuu hadhaa mana isaa dhìifamaa gaafatee waaliti deebi'anii da'imaan isaanii waaliin guudiifachuu qabuu haraa itti fakkata malee shamaree haraa waaliin jiruu kuni itti jijjiramuu dandeessii waan ta'eef gamaachuun ykn jalaalii haraa ishii waaliin qabu kunii boruu fallaa ta'ee mulaachuu danda'aa kanaafuu dhìifamaa gaafachuu qaba hadhaa mana isaa ✅ akka yaadaa kootii
Namoni comment kana duubiiftaan maatii naaf ta'a naa jaabeessa Oromoo koo please Gammee channel kiyaa share naaf godhii please 🙏
Ok
Dhirii waa'ee durbrumaa yoo dhageessee fi saree fooli raqaa dhageessee takkummaa ☝️😭😭😭
🤣🤣
😂😂😂😂cabsite mogoletii
Kkkkkkkkkk dhugaa jirtuu tanuma 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Maatii naaf tahi mee qashxii
😁😁😁😁😁
Kijiaba kee dhisi hadha wora kee ijole qabdu wolin jiradhu dura Mali gota sire qabate wolin bulta isinu intala akmi kabaja qaba jeti ta,a sire dhira bulchitu safu. Game kenya ❤️❤️❤️💚💚❤️ sin jalana ati baye galatomi oblsa kenya qali nama
Maatii naaf tahi mee qashxii
wolahi dhugan jirtu kanuma ati sila malif kabaja ofiketa hadha mana kera ilman kera futa gamachu daqiqatif jete imanake nyate sare 👎🏻👎🏻
Ni kijibdii sanu kadhajee hotela bulchitee
Harmarraa oftee miraa kessaa galchitee hahaha duriyyee hoteelati
Gurban ofumaa sobaamee
.qabenyaa qaba barte kanaaf irratti hojjate diramaa
Anaa dhufuu gamee yaa oboleesa koo qaali Atti gammachu guyya murassatif jechaa jireenya kee of jala hiin balessin Adaara haadha mana kee dhifamaa gaafadhu maalif yoo jetee hojiin Atti Amma irra jirtuu waan rabii waalitii sii busuu gaaris taate baadus taate eshumaa durra argitii booru moo gaabun kee hiin olu waan hudaa caalaa ijoole kee ilaii esheen Atti har'aa jalaate gaafa mana dhufte ijoole kee argitte sitti jijiraamtu
Maatii naaf tahi mee qashxii
Mashalla mashalla rabbiin siifi hakeenu eshii 💖💖💖💖💖💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Gowwaa durubumani woggaa 100 tura Setaa guyya takka jarati tee hadha ijoollee kee wolini jiradhu jalalee tee tunu dhuga durubuma qabdi Kani wolini bulaa jette sii gafatu abba ijoollee 2 jirenya kee hin jeqini obbolee jarati kee qabadhu waani hunda Callaa namuma namati Callaa durubumani baredini hundu ni dhuma Kani yeroo hunda Namani woli jiratu amalaa namati kanifi ija kee banadhu lali fedhi qamaa fanaa hin demini
Wolumaa galaatii furmaanikee rasaasa sii obaasudha
Gadhee jireenya wojjiin kudhaani sanu biyyaa ormaatti wojjiin dalaagatani baleesiite jiraachuni siif abjudhaa ok
Oso anaa tate mallaqani sitti qopheessaa duriyyee mandaraa tani enyumaan jaraa hin beekamnee ok
Kumaa dhibbaa 1 ykn 2 gaatii sii argaachisaani
Siif hin oltuu egaadhu ok
Intalii hotela dhiraa wojjiin bultu kabajaa woyiitu hin qabdu
Siimaatu dhamaa'a kijiba afuufaara ok
Siini alaa dhiraa 10 oliif jartii turteertii isheeni yowaana
Sababaa dhiira bartef hotelaatti sii kadhaate fidaate ok
Uuuuuuuuffff Dhiraa amma akkanumaa 10 wogaa hamanaa wolinii jirachuu dubumafii jetee jartii wogaa kudhanii dhisuu kee bayee namaa gadisaa😭😭😭😭😭😭😭
Yaa obbolessa koo hadha mana kee dhifama gafadhuu ishi walin jiradhu sababani issa ijolele qabenyale walin horatanitu wan ta'ef!!
Hadhaa da, immaa keetii siif wayyaa hin gowwommin😍😍😍
obbollessaa koo kuni raabbii durraatti wanni tanee Hadhaa ijollee kettii sifii wayyaa boruu kee miicayon tunii yoo sii dhiissitee mallii gotaa?? manaa kee ofii diggini isheen akkamiti yadii dhiirrii biirraa gutee malloo yaa obbollewwan kenyaa shamarani ofii yaa ilalluu wanni akkana irraa kuni jiirenyaa nuufi ta,uu
dhugaa.kee.jetee.haadhooko.qabeenyasa.ilalteeti.kun.safuu.gatee.waqayyoo.laphee.walif.yaadnu.nukeessa.fudhatee.silaas.abarsii.nuu.irra.jiraa.maal.haa.gonuu.badee.uuuuuuff.anan.bayyee.na.arsitee.isheen.isaa.osoo.hin.tanee.boru.kiyya.maltuu.na.mudataa.hin.jetuu.waqayyoo.laphee.isaa.sodatuu.nuuf.haa.kennu.malee.yaa.ijo.bayyee.ulfata.barichii.💔😭😭😭
Bagaa nagaan dhufte gammee kenyaa, yaa obbolesa koo hati mana kee duranu akka durbuma hin qabne bekte wajiin jiracha turte ama hadha ijoolee keera durbuma filate ani akka yadda koti hadha mana kee dhifama gafadhuti ishuma wajiin jiradhu ishii lamafa kana duras ishetu sii kadhate wan ta.ef dhisu qabda yoo balese dhifama kuni yada koti
Maatii naaf tahi mee qashxii
kana males hadha akkamiti kan siyaa gargartuu Yeroon naf galchii siin jetu kana dhisii wan kana calufuu hadha kabajaa qabduu osoo tatee intaalisii dhiraa beknee tokoo dukaa ademtuu injetuu abadan kanafuu kun shiraa siratii dalagamee Wolii galamee Akkaa jirenyikee jeqamuf akkas godhani kana beku qabda Namni biyaa kenyaa qabenyaa xiqaa yoo argee hijii dhiga ofataa wan tayef kanafu rabbii haqa aadha manake sin dhisuu akkatii qabenyaa sana fidan rabbif isiintuu bekaa kanafu of egadhu broko Eraa fagadhu mucaatiraa ijollekee abba bidenaf adhaa bidenaf inkenin adara laman kesan gudifadhaa akkumaa dur gudiifataanitii
Uuuuuuuuu yaa dhiraa baraa kana argaa dhumaa kessani🏌🏌
Ayii yaa sheyxaana dhiiraa zabana sanuu akka zina gootee himtaa rabbii kee sodaadhuu haqaa jaartii tee eegii zinaa sheyxaanatu namatii mi eesaa dursaa daanga rabbii eegadhuu auzubillah
Dhugumaa jeete
Yoo wolii ajjeessanii obbooleessoo ishemaa ammaa wajjin jirtuu wajjin jiradhuu 🤔🧐😵😏🤐🥱
Seenaani isaa jalqaarrati baaye nama gammachis gaaru dhumaa saarrati nama gaddisisaa ani akka yadda kooti hadha mana kee hadha ijoolee ketuu sii caalaa ammafi jalaala hoo,aa keessa jirtaa ommaa siti hin fakkatuu gaaru gaafa guyyoonii kuni darbee ni gabbitaa amuumaa daafiti hadha mana kee hadha ijoolee keeti deefadhuu daa,immtii hadhafi abbadhanii bareeduu nama tane dogogoruunii kanumaa jiruu shamara amma si fanaa jirtuu kuni haraafii sii jalaati male boruu falaadhani sitti jijjiramtii kanafuu hadha nama kee dhifama gaafadhuuti deefadhuu biyya ormaa keessati gaarifi hammaa kani walini dabaarsitaani ishee fannaa kanafuu hadha mana ketuu sii caalaa
Yaa oboleessa Koo hadhaa ijoollee Kee siif wayyaa akka kootti
Amana nyate rabbin siif ha dhisu haadha ilman keetis rabbin siif ha ararsu warri dhira arrabsitan uf qusadha wa'e durbuma kun wama umaman ummata hunda mudata jirudha
Gamme leencittii ana dhufu jechaa seenan nama kana jalqabaraa heedduu bareedaa ture haa ta'u garu dhumarrattii dogogoree jira dogogoruun jiruu dhala nama keessa waanuma jiruudhaa so haadha warrasattii deebi'ee dhiifama gaafate ilmoo isaani waalin guffifatanii daa'imasanifillee gaariidhaa kennan nama gaariis ta'e yaraa kanuma ganamattii
dawwatoora qophii oromiya warrii comment kiyyaa kana dubbistan maatii naaf ta'aa() Oromoon kadhatee walirraan dhabuu akkasumaa share gochuunillee na gargaaraa galatoomaa#kebekitub
Senaan dhaga'ee kessan kaan Akka kaana naa gadisisee hiin jiruu dhugaa waqayyoo uuuuuuffffffff yoo hojii dhirra barra kaana😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️
Maatii naaf tahi mee qashxii
Nani dhira amnee nama bishaan ammarteen tokkuma iccii Wayoo yaa dhira Ethiopia rabii issina fixuu lafa kana irraa
🙉🙉🙉🙉hiin abariin abaan kees obolees kees dhiraa
Isaan dabalateeti bar
Anaa kaa naa dhibuu osoo akaa jartii fi ijolee qabuu betuu malifi jirenyaa namaa kesaa sentii dhiratuu dhabamee lafaraa
Ya obbolleessa kenya qormata jaba qormatamte jirta subhan allah kun jirenya duniya kanaratti homa miti Abshir yo siif danda'ame dubarti 2 wajin jiradhu haadha ilman san dhifama gafadhu furmani kee dubarti 2 wajin jirachudha rabbin siif ha lafisu
Waqayyoo.sii.qaraqaru.garuu.hadha.man.kee.wayaa.mana.kee.hin.digin😭😭😭😭
Yooyyaa anaa dhufu ❣
Wolahi hama senan kun nagadisise taka gaden hin bekuu ayi cara dubartiii 😭😭😭😭😭😭😭
Haadha ijoollee keeti araarfadhu
Balagee kijibaaa..game 😘😘😘😘😘
Ajibaa yaa dhiraa bara kan fii dubaraa bultii Namaa diguu
Jarati teti debiyii durumana janataa sete mo ati wadaa nyate 😢😢😢😢😢😢
Shexann siwaln ciss mall dubartt MItt
kanff kabajj
Jartti tetti egadhuu
Anaa kaa na Aj'iibee dhaalatuumaa jiiruu namaa jeexuu tanaa
Bayyee nama gadissisaa garuu hadhaa manaa kee sii wayyaa 😤😢
Dhiira Oromoo durbummaa argiteefii waraabessa raqa arge akka waliiti saree haadha keetii ati dhiira otoo hin taane qoshaashadha dubartiin biyya hormaa keessatti waggaa kudhan si faana cabde hudduukee sassssbbachuu dadhabdee ishii ganta
Jiradhu ati deebi gaaridha
Arga dhira bishaan arabaa dhugde galte akumaa luku edoo hundati batatistan kkkk🤣🤣🤣🙈🙈🙈🙈
😂😂😂😂😂😂DHugaa jetee dhirii bishaan arbaa dhugaa hin tolu miti😂😂😂😅😅
😹😹😹😹😹😹🙆🙋hojikee.nyaadhuu.
@@seenaaamboo9783🤣🤣 maal godhare dhiraa bara kana mata nuu nyatee keesatu kaa biyaa arabaa qamasee daraan maratee raabi nuu haa qalchuu inshaallah
Dhugaa keti wly kkkkk
Adhaa ijolee ke sif wayyaa dhifamaa gafadhuu ilmoon adhaa malee toltuu
olee bulee guyyaa tokko isheen kunis si ganti Akkuma Ati haadha manaa kee gante hin dagatiin
Nama ta'e kan hin dogongoree hin jiraa yaa obolesa atis dogongorteta kee keessa bahu yaalli malee akkuma dogongorteti dogongora kee keessati hin hafin. Yoo hati mana kee jalqaba nama biraa wajjin turte. Sitti himu bate atis amma dogongoru qabdare? Isheen isaa duura dhufte jireenya sii wajjin jiracha jirti. Kamifu ishee lammafa kan ati jaallate mitti dogongoran itti galte waan ta'ef. Ishenis beekti kabaja ishee fedhi isheetin siif keenite wanta'ef. Yoo ati dhisten iyyuu siittin qabamtu . Kanafu hadha mana kee duurani dhifama gudda gafadhuti ishee kana wajjinis akkamiti akka wal barte dhugaa jiruu itti himi. Jarsuma itti bafadhuti itti haraarami hadha ijjoolle kee wajjin jiradhu.
Lachuu fudhii💖💖💖💖💖💖💖💖💖👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
Jartii Ke Sif Woyaa Durmumaan Guyyaa Tokkof Si Gamachisaa Bro
Galabaxami Gadhee🙃🙃 maal kun Tush 😡😭
Callisi Haadha manaa kee waliin jiraadhuu ijoollee keetif jecha likiskis
Atii dubumaa jetee imanaa silaa gatee casitee isinii dhifamaa sii gochunii fidaa iqabuu maqaa rabitinii wadaa gatee rabii dhifamaa igodhuu isinii silaa sinii wolii batee katee sii wolinii butii katee sii dhiftee namaa bitaa wojinii citee maa isinii wadaa kee egatii badinii sii biraa dubumaa tetee
Obbolesa ko durbumman waan halkan tokkoti badudhaa hadha ijoollee kee qabadhu herumtee dhabun ishee kabajadha silaa bektee hiree adda base malee adabadhuu itti de.bi.ii 🥺
Hadhuu daimaa kee siif wayaa
Dhugumaa dubarti sheexana jedhan sana
Gamchun duniyyaa kun wan xiqoo dhaa hadhaa manaa kee duranii sii wayyaa yoo hadhaa futee hadhaa dutee mal jetaa rabbiin
baga.naagan.dhuftee.gammee.keenyaa.yaa.obbolleessakoo.haadha.da.ima.kee.wajjin.jiradhuu.boru.gabiitti.hin.jirati.cubbuu.sitti.ta.a..malif.jenan.isheen.akka.ati.haadha.mana.qabduu.osoo.beektuu.jireenya.kee.keessa.kan.seentee.qabeenya.kee.ilaltetii.boru.teesse.bo.u.irraa.hardhuma.murteessitee.haadha.da.ima.kee.fana.bu.uu.sif.wayya.tun.safuu.hin.beektuu.ishees.waqayoo.kan.iree.ishi.hin.dhowwatuu.jireenyi.hadunyaa.kana.buburedhaa.hin.gowomin.adaraakee.da.ima.kef.oromoon.yoo.makmakuu.haadha.dhabu.irra.haadha.dhabdu.waya.jedhaa..ayiiiiiii.yaa.bara.keenyaa.bara.durbii.safuu.dagatee.wayyo.osoon.umamu.badhee.na.jechisisee💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭.ayiiiiii
Dhuga a jetee
yaa obolesaa koo hin goyomini dubartini gaaltaa guyaa tokoo jetee durbumaa ofiitni naamaa kadhatuu hin jirtuu galataa guyaa 1 dhisitii naamaa nalatufuu hin kenituu gaelan duratii akaa hardg.. hardhaa sif durbumaa hoodhu jetee bor kabiratil hoodhuu jetii maal jetee jiidhi hadhaa manaa tee walin jiradhuu il ijolee jechayuu rkooqbeetif dhifamaa coment isaa jalqbqti
Mal ati hadha manaa ke dhistee maliif dubara yoo taate ijoolee keet calti mo hadha manaa ke dhifama gafadhuu ishii wajiin jiraadhu ijoolee kef jeedhii kan 2ffaa ofiif tola sif keenite ati jartii ke biya ormaa keessati wan meeqa wajiin tahanii wajiin jiradhu warooni dhiraa me dubartii irrati cubbuu hojeechuu dhisaa rabiif jeedhatii jalalli bara kana qumara tahe
Waayyii durbumaa gudidhaa🤔🤔🤔 durbaa ishii sanaa irraa arganaanii hadhaa ijoolleekee dhistaa safuu🤔🤔 durboochee jabbeessaa qabadhaa dingilii keessaa waarrii koment jalaa jirataa kunii🤣🤣
Maatii naaf tahi mee qashxii
An haa dhufu gammiyye
Yaa oboleesa koo hin dongoriin hadha ijoolee keetii debii dubruman ilmaan kee hin caltuu 😭
Baga itti cabsite durbummaa Ega fudhatte haadha ilmmaan😩 kes ishee ammas fuudhi😘😍👈
Waan halkan takkaf jecha hadha ijoollee keeti ishee woggaa kudhan si wojjiin dadhabde dhista?
Mila lama qabatanif mukaa lama hin yabban😭😭😭😭😭😭
Xawalwalee wayyii
Oduu dhisii hadaa manaa kee duraa wojin jiradhii dhifama gafuun
Maatii naaf tahi mee qashxii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Durbumaa💪💪💪🤣🤣🤣🥰🥰💪💪
🤣🤣🤣
😁😁😁 Maa sobda Aboo ani siraa hinfudhannee bardarbee🙈🙈🙈
Mudano mitii itii yaadeti gotee bar garuu haadha mana keeti deebii
😢😢😢
Demii hadhaa mana kee ararfadhuu ishen kun jalate sii biraa dhuftee
Dhuga ketii tarii enyuma isa barte jaltee ishii duradhisuu qabu ishen akkuma isa brbadee dhira biras fidii dhuga rajjii
Welcome gamme maalo gamme ergaa ko naaf dubbisi yero baayye si'eegachan jiraa. lakkofsa Saudi Arabia dhumnni isaa 25 Karaa telegram sif ergame adaraa abdii guutadhan si'iigachan jiraa 😍😍😍😍😍
🌺🌺🌺🌺🌺2
Saree
yaa jiruu
Us us jeedhii haadha mana kee ishee duraa waalin jiraadhuu dhiifama gaafadhutii dhugaa derbite hin argituu elaa gammachuu duraa🤔🤔🤔
Dubartii kabajaa Eshee siif latee filadhuu
akkaa waddaa gantee waqayoo sa ganu
isimaa ganamaa sii wojaa rakinaa Bayee sii wojini dabarsitee debitee hadhaa mucaa ketitii isitii Yoo cubuu hojatee bidenii sii hini bayuu hadhaa sitii fakataa malee durbumanii jabaa mitii sitii fakatee malee
Maatii naaf tahi mee qashxii
biyyoo nyadhuu boo saree woyii
We come gamiyee
adda dibataa mo dubarumaa sanaa argaa kee
Way zandiroo🤤🤗
Dhugaa keeti jettee🤣🤣🤣
😁😒🙄😏
jireenyaa ishii baleesite sa balessuu waqayo
Wel come
🥰🥰🥰🥰
hamaluma dhiirotaati yeroo jaraaf darbe nama ganuun gaafa heerumuu isii dhageessu hin dhiiftuu isheen hamma icitii Ati hin beekne qabdi sitti bitamtee dhufte adda sin baasuuf male suuraa essa fidde haati manaa kee
Lachuu isani fuudhi sheriya ni geesisaa
eebadee🙆♀️ dhiiraa maatuu amaanaa😒😒
😁🤭🙄
Are ajaibaa Kunis Lamanu wolin jiradhuu walahi sena kun nama kofalchisee 🤣🤣🤣💃💃
Osoo dhirumaa qabatee hadhaa manaa kee ijolee irraa qabduu sanii yadaa jasabaa
Mee kotuu matii naaf ta'ii qalii nama
siritii hubatetaa garu durbumichaa qamnii dubartiis xiqaaf gudaaqaba wan tayefu garagaruma qabanu taa'auu mala male durbuma ta'auu dhisuu dandaa kanafu hadhaa Woraa ketii wolin jiradhu malif yo jetee rako bayee dubartin biyaa arabatii mudatu nibektaa hulfaa tate dalagaa dalagaa turtee deseeleen akkasuma dalaga turtee rako dabarsitee siritii yadadhuu
Kkkkk wayoo gudii dhaa kunii benuu abbboo oddu dhisii hadhaa ijolee keti keetii jabefadhuu mucatii ishee durbumaa sii kenitee yoo akkaa atii dubatuu ta'e sii gudedee maloo hadhaa ijolee keti jabefadhu
Araga dhiraa saree
Uuuuuuufffffffffffff yaa dhiraa bara kaan baayy'ee nama gadisisaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Hadha mana kee si wayaa dhifamaa gafadhuu
Hadhaa warraa kee wajjii jirradhuu
Raajiidha Yoo Waaqayyoon Urmi naaf dherreesee Gana guri koo Waanta bay'ee dhagaafi jiraa😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣
😁🙄🤐🤭 KKKKKK
😳😳😳😳🙄🙄🙄🙄sababaa jedhee jarsii haphee liqimse jedhaan 🤭🤭🤭🤭 abboo waan garii mitti waqaakoo naa bararii kaa
Maatii naaf tahi mee qashxii
@@burkaentertainment6929 ishii
Dogogora umamef hadhaa mana keti dhifama gafadhu male durbumaa daqiqatif hadha ilmo keeti dhabuu in qabduu
Yesii dhuga ketii
😂😂😂😂😂😂😂 maaluumaa garuu jechumaan durbumaa kunii 😳😳
@@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 sirtii qabi dhira jartii qabuu ira fudha qarshii yoo qabtee😁💞❤❤❤🤦♀️
@@arsiibiyyakoo7381 😁😁😁😁😁😁😁 please tell the truth
yo durbumaa ishee barbadee maaf amaa daimaa godhatuti wajjiin koo jirate ??? durbaa hin qabdu jettee maaf irraa hin dhussu turte kan akkaa ishii wajjiin jireenya ishii watii turtee haraa daimaa waliin hitee waqayo si yaa hidhuu
Hiin abariin namnii inumaa dogogoraa
Hadhaa mana ke sif wayya
Ani Kaa Sinni jedhu Atii durbumaa yoo fudhatee birqii Kamii ta.ee hardhaa ijolee Lamaa dhisete Durbumaa bichaa Wanii fudhatefii Jetee Ishee Laffaa filachuu Kee Sirrii Mit Ati Klb Wayyiti Wlhi Morama Siraa muruu Qabdi🤔🤔😂🙄
Balaagee dhaltuu sharmuxiitti hotelatti salteef bulti tantee woggaa dheera diiguuni qaniidha safuudha ati nama sammuuni hirdhuutti dhaltuun sii kadhate wojjiin ciiftef kabaja kennun wolaalumadha
Ani oso tatee suuta jedhee mallaqa guddaas tatu basee siifi isheellee rasaasa ykn marzii isiini obaasee isiini kuchiisaa achiini booda hidhaamus hidhaamuu badhuus garaakoo qabaneefadheera
Eeee balan buute intalla rabbi marache 🤔🤔
Anaa Issa mitii isii naa gubdee wolahii sheyxani tun maf bulti namaa didi lakii isii hadhaa ilmani tee woyaa garii atis hin kijibdaa isiin tarii kanaa muluu sii hin kadhe kan wolin bultanis tari guyaa lamafa wol wamtan bilbilan malee guyama san meshas bite ISIS manaa yalaa fidee woraa ISIS argitee wolin hasofte guyamaa takaan kanaa hundaa hin dalaydu usii hin kijibdaa
🤭🤭🤔🤔🤗🤗