Rabbi sii hagargaru malee dubbi kun jabaadha. Ani kan si gorsuu lachuu dhisi. Gara matiiket gafa debitu wanta hojechu dandessu mijefadhu! Nama cal jatte hin amanin! Rabbi sii waliin hata'uu obboleti kiya!
Sennaa bayyee garaa namaa nyatudhaa ani akka kiyyati oboleetii tenaa hiriyyaa ke isumaa ok abajaa ke fudhatee san walin jiradhuu jedhaa inii bayyee wan si jalatuf jirenyaa ke sif barechuu dandaa jedhee 6adaa atti hangaa jarii sunin fudhanitti biyyaa abba ketitti hin galuu jechun ke dongoraa eshii yo jarii hin fudhin atti biyyaa kettiti hin debituu jechudhaa😢
Isan lachuu sifin hin ta'anu Rabbii kan siif qode harka qaba obsii dukkaana boda Ifatu jira ati nama wa bay'ee qorame keessaa darbe ammas hin darbita wantii siif dhamu malaqaa kee ittin hin ergin iniinu yeroo malaqaa dhabe ofiin siin barbadu jedha silas xiqif sii fudhe male sii jaldhate miti wan ta'e kan duran kabaja kee dirqin siira fudhate moo wojiin jirachu miti maqaa isa hin wamin sila sii jaldhate jallaala dhugaa wan akkasii sirratti hin dalagu ture
Kuni jirenyaf hin ta,uu ati hin argituu hunduma kaan caluu jalala shamarani imoo kan ofi jalataniti herumuura kan ifan jalatuti yoo heruman garidhaa isaa kabajakee fudhatetuu abba mana kee isaa dhugadhaa gara isati debii
kunii siif hin ta'u dhisii arga isaa lamanu siif hin ta'ani dhisii jirenyaa Gara birraa egalii qarshii kee waliti qabadhu hadhaa keratii egadhu. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Abshiri midhamani gargarsa Rabbii qabba Lachu dhisi jirenya dhunfaa ketti jabadhu Hadha tee hunda oliti kunufadhu 💪❤️💓💔😭😘
Jabadhu jabadhu DHA itii dhisii sifii hin Tahu lachu hojadhuu calisi birrii kee waliti qabadhu 🤲 duyii hadhaa kee fudhu 🤲☝️
Kani Naman yadee osoo in Tanee Rabbiin Akkaa Fedhee ojaraa Abshiir Rabbumaa jiraa Atii isaan Lamanuu Walii jirachuu Dirqamaa in qabduu Nikayaa ufiraa busii Kanaa Saree Naman Akan Butii Namafii in Tayuu Atii obsii Watii martuu in Darbaa Garuu malaqa kee itii in Ergiin kanan bodaa
Azosh jirenyii hiree rabitii
issaan Lachuu ofiraa dhisii siif hin tahaan waqqayoo kadhadhuu kankee rabbiin siif haa kenuu
Rabbi sii hagargaru malee dubbi kun jabaadha. Ani kan si gorsuu lachuu dhisi. Gara matiiket gafa debitu wanta hojechu dandessu mijefadhu! Nama cal jatte hin amanin! Rabbi sii waliin hata'uu obboleti kiya!
Lubbuuyyee too lamanuu dhissii sif hin ta,anu sababaa sii harkatii ta,anii jirenyaa biraa jiradhuu hadhaa tee siritii qabadhuu argaa sanitii lachuu abishiri jirenyaa garii kessaa akkaa jiratuu immoo abdii qabaa homaa mitii hin darbaa obisii biraa darbii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbi si haa Eebbisuu jabaachuu qabda kan jaalatan osoo hintaane kan nama jaalateti yoo heeruman gaariidha isuma jalqabaa sanitti heerumi jireenyi addunyaa fedhi ofii ofirraahu hin argan waan taheef kasiif jecha dhukkubsate san yaadachuu qabdaa str
Filanoo bareeda filatee atii jabadhuu
Uuuuuuufi, Abshiirii sister too 😥😥😥😥hhhhhhh dhiiraa zabanaa kana akkaamiit jaalanaa🙄😏🙋♀️
Dhuugaamaa
Harmee kee gargaruu kee gaariidhaa!❤🙏 garuu namaa siif hin tannee ykn jireenyaa keef hin tanneeti qarshii kee hin ergiin qarshii kee walitti qabadhu ! Gafaa galatuu jireenyaa foyyaa'a jirachuu qabaa qabdutii addaraa!🙏
Jabadhuu dalagaa Kee itti fufii isaan lachuu dhisii waan rabbiin sii qodee hin dhabduu namaamumaa kee osoo hin tannee birr barbadaa waan tee,efi dhifamaa yoo dogogoree galatomii nuu qoduu keetiif♡♡
Uuuuuuuu ayizoshi ni darba jabduu koo goftaan jiraa obsii guyyaan ni dhufaa
Urjii Tub and oromia 24 thank
Sennaa bayyee garaa namaa nyatudhaa ani akka kiyyati oboleetii tenaa hiriyyaa ke isumaa ok abajaa ke fudhatee san walin jiradhuu jedhaa inii bayyee wan si jalatuf jirenyaa ke sif barechuu dandaa jedhee 6adaa atti hangaa jarii sunin fudhanitti biyyaa abba ketitti hin galuu jechun ke dongoraa eshii yo jarii hin fudhin atti biyyaa kettiti hin debituu jechudhaa😢
😢😢😢
Rabbi si haa jajjabeessu
Isan lachuu sifin hin ta'anu Rabbii kan siif qode harka qaba obsii dukkaana boda Ifatu jira ati nama wa bay'ee qorame keessaa darbe ammas hin darbita wantii siif dhamu malaqaa kee ittin hin ergin iniinu yeroo malaqaa dhabe ofiin siin barbadu jedha silas xiqif sii fudhe male sii jaldhate miti wan ta'e kan duran kabaja kee dirqin siira fudhate moo wojiin jirachu miti maqaa isa hin wamin sila sii jaldhate jallaala dhugaa wan akkasii sirratti hin dalagu ture
Hadhakettii galii sarekoo uuufffiiii
Harmmeen kee sifa jiratuu 💞💞💞💞💞💞
Jabadhu hadho kooo
Anadhufu gamee 😍😍
Yaa obboletikoo qarshii kee itti in ergiin harmee keetti ergii
Jaraa Kanaa Lachuu dhiis Kaa Jirenya Ketiifi Tuu Rabbii Siifi Haa Kenuu Abshiir❤
Gurbaa fokkataa maal inni😶😠
Obboleettii koo harmee kee qarqaarii. Jera lameenuu of irraa block godhii taa.i yoo hafuura kee dhabde jerrinuu intala ni fuutii achi booda ni galtaa
Waqaayon kan biraa siif ha yadu Waqaayoo Danddahadha
Bochee koo obsii jirenyaa mattaa ketii jiradhuu saree koouuuuuuuuuuffff😢😢😢😢😢
Hadho koo jabadhu
Uufffffff baay'ee nama gadisisaa obsii hiree kee waqqayyo kan siif olkahee hin dhabduu waqqayyo maati keti nagaan siiyaa galchuu dhugumaa gufuu sitti tahan
Rabbi si haa furru okti koo
Abshiir sanyii 😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Akka koti garu lachu dhisi hadha keti hafito qarshi kee waliti qabadhu kan bira kan waqayo sif yade hin dhabdu dhuga ayzosh😢😢
Abshiir qalii to😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔
Dhiisii koophaa kee jiradhuu 😢😢😢😢😢😢😢
Isaa kabbaja ke fudhatee ttii heerrumi isaa sof wayyaa dhiira ati jallaturaa dhiira si jalatuu si wayyaa 😢😢😢😢😢
Lachuu sif hin ta.aani kanaf irraa ofii qusaadhu. Waaqayyoo jireenya kan biraa sif qaba obsii egii birii kee olkeewaadhu. Enyuutu hin ergiin
Oke
Isuummaa duraadurbumaa kee fudhatte itti herumii shaamaran dhirraa humnaa olii jaalachuura dhirri humaana olii jaalachuutu garidhaa wan ta’eef isaa si jaalatuutii herummii obboolleeti koo
Akamii nagaa ketii jirtaa mee efii bii kee naf erguu dadesa
Lachuu ofiraa dhisii isaa sif jedhe rabbii sif hakenuu yaa obboleti tiyya kana boda yoo nama jalatuu tehee Qarshike itii hin ergin
Abshir lubu rabii jiraa 💪💪💪💪💋💋💋💋💯💯💯💯💯💯💯❤💚❤🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Homaa miti waqaayyoo sii haa gargaruu hundaa
abshir saanyii too jireenyi qormata obsuun furmata argaa isaa maal kuuni binensaa wayoo dhisii kan booda qarshii kee hin ergiini waqayoo kan ofii filatee siif yaa qooduu hin dhiphatini waqayoo harmee kee umuri siif yaadherasu😭😭🙏🙏🙏
Ayezash yene ehit geta melkami new
Anaa dhufuu game kenyaa ❤️❤️❤️❤️
Birii dhiratii ergun hin ta.atuu
Isnii lamanu dhisii kani rabini lafa sii kayee sii hin dhorgatuu garuu birri kee qabdhuu hadhaa kee gargarii rabii umrii sii haa dheresuu ishalaa
Baga nagan dhufte gamme
Lamaani isaanituu siif diina waan ta.eef kha bira barbaaddadhu uktii koo
Jireenyaa haaraa jiraadhu kun kan har'a utuu ati biyya ormaa keessa teesse gargaarttuu siin hin jaalanne gaafa ati dhufttee harka isatti galttu immo akkam ta'a kanaafuu lachuu isaaniiyyuu dhiisii jireenyaa mataa keetii jiraadhu
Rabbin kadhuu Inni Sifaa Qajelachuu
Eyyeen mallaqaa kee itti hin ergiin jabaadhu
Bagaa nagaanii dhuftee gamee♥️
Well come
Bagaa nagaadhan dhuftee gamiyyee😍😍❤💗💕
Welcome gamee 😍❤
Matii naf sanyi
@@baleerobeechannal6509 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
Way cubbuu dhiiraa
💓💓💓💓💓💓💓💓
Well gamme
Jaraa lachuu dhisii ka biraa kan onee qulquluun si jalatuu rabii sif hakenuu
Kanaa bodaa qarshii itti hin ergiin
Jaratiin amma nufitee mataan qari'ani fudhuu itti dhisii
Harmee kee gargarii ofii keetifis harmeef obbolewaan kee wajjin wantaa galtee itii boqatuu akkaa sif qophessan tasisii
Ati jirenyi Mata keti jalaqabi Jara lachu dhisi obboleti tiyya
Malqaa kee qabadhuu fan sii fayaduu isaa jaraa lachuu dhisii jiruu kee jiradhuu
❤❤❤❤❤❤❤Aazzzzz😢😢😢😢😢😢
Malo shamaran kenya of bara me ama yom goyomtan gan qarshi ke iti hni ergin hadha ke irati ergadhu malo oboleti ko 🥺🥺🥺
Hin galinka ergi laman jara jibbite rabbin hire gari sif ha busu
Malaqa kee hin ergin oboletii koo😢😢😢
Wel come Gamee
Qoyi dubarri Kenya qarshii dhiiraa ergitan malee sin dhukkuba moo maali silaa nama akkanatti akkamitti birrii itti ergita dubaruma zirikrikii akkanaa jibba
Kuni jirenyaf hin ta,uu ati hin argituu hunduma kaan caluu jalala shamarani imoo kan ofi jalataniti herumuura kan ifan jalatuti yoo heruman garidhaa isaa kabajakee fudhatetuu abba mana kee isaa dhugadhaa gara isati debii
Wel came game 🤝💓 waayii dhirochii inumaa maaratee garuu keessafu dhirii tokkoo tokkoo 😏 rabbii isin yaa qajeelchuu kaa yaa waraa jireenyaa namati dukkanesitani🙏😭
😭😭😭💕💕💕❤❤❤
🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭
ẞham Arsii you tube channel kiyyaa 🙏 maatii naaf tayyaa 🙏
Abishiriii
welcome gamee
Well comee Gammee
Well come gamme
Abshir
😭😭😭😭😭💔
Dargagesa kabaja Kee fudhateti erumii kaanua
Welcome game🥰
Wel Come Gammee 🥰
Kodee birii kee laman isanitiyyun hin ergin ati garu cara kee kaan waqayyoo siif ka'ee hin dhabduu hojji keti jajabadhuu kodee koo
Ayiiiiiìiiiiì😭😭😭😭😥😥
Gamee Nagaa dhufte
Obbolleetii koo birrii kee iitti erguun kee dogogora keeti Duraa waan Sii hin gargaaref Lamaaffa immoo Jaalala Hin qabdu erga ta'ee birri kee maalif ergitefi
Matii naf
😢😢😢😢😢😢😢
isan lachanuti hin debi, iin inni lamafa moo malqa qofaffa sii barbada malqaa dhirati hin ergina lamiikoo jabadhu tasfa hin kutin risqin rabii harkadha nama harka miti
Akakooti mucaa isaa si jalaatuu walin osoo jiratee nati tolaa
Ani sadafadhaa 👌
Matii naf tahii
Hardhaa 5 annaa
Abshir goboz
Well Come
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
Welcome bagaa nagaan dhuftee gaamee 🙏🙏❤
Welcome Gammee 😍
Kaa duraa san walin jiradhuu kesaa keee amasisii
Kophaa kee jiradhuu
Dhisi.ifira.lachu.jirenya.kee.irii.fufuii..sistsr
Malaqa kee hin ergin oboleti koo
Achumatii dhissii jirrenya harreyya jalqabii
Ani lamanu dhisin jedha !!!