Galatoomaa dhugumatti ijoollee baay'ee fayadaniirtu kan sababa garagaraatiin barnoota gahaa hin argatin garuu carraa university seenuu argatanii kan afaan wallaaluudhan baay'ee cinqamaa jirantu jira kana akkasitti bira dhaabbattanii gargaartanii sababa saniin warroota afaan lachuu dhagahu kan aAm fi En danda'u waliin qixa deebisaa jiru wanni dandeettii duraan qaban osoo hin taane kan class attendansiif dhufan malee waa hubatanii hin galle yerooc class bahan video kana qofa caqasuun kanqabxii bareeda hojjachaa jirantu jira isn galoommaa baay'ee galatoomma ammas akkusuma nu bira dhaabbadhaa isiniin jenna
Bayee galtomaa dhugaa waaqayyoo sii haa ebbisuu barsisaa ibsa gaffilee adda addaa nu hojedha kan freshman maloo❤
NEW carriculum nuuf gadhiisi teacher❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Galatoomi Barsiisaa Ibsaa. Gudoo Si jaallana nuuf jiraadhaa.
Barsiisaa ibsa baayee galattomii Nuf jabadhuu akka garittii jirtaa
Than you barsisaa keenya baayy'ee nuf galatoomii!!!!!!!!
❤❤❤❤❤ baay,ee Galatoomii qaalii keenya!!
Baay'ee baay'ee GALATOOMAA ❤
tnk brother siidubbaa jiraa
Nuuf jiraadhu b/sa Keena ❤ baay'ee si jaallanna
Jabaadhu Obboleysako kana hafes haluma kanaan itt.........
Gudda Galatomi barsiisa, jabadhii. Kitaba harawa kutaa 11 itti nuf fufii bayye bayye barnoota keessan Jalaanna.
❤ jabaadhu bro ❤❤❤
Jabaadhu barsisi kee natti toleera
wow!!! baayyee namatti tola, nuuf jiraadha qaaliiwwan koo
Abshiraa bro
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Thank you
Thanks
❤❤❤❤
Galatoomi
Barsiisaa osoon ODF isaa argadhee gammachuun kiyya.......
❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi barsiisaa hedduu si jaalanna
sabject kaawwaanis osoo akkaannati nuuf hojjatamee ni barbaannaa
Ka kudhaa lama irratti nuf hojhadhu
Dhiifama!!
History kutaa 11 nuuf hojjechuu ni dandeessaa?
Eyeen isiinif hojaanna yoo media Murti Guto kessan kana nama heddu biran gahu dandessan!!
Akka Subscribe gudda Argatuuf
Bareeda haaluma kanaan ittii Nuu fufii
Guddaa galatoomi qaali
galatomi baayyee namaatti tolaa dhugaa sin jecha ppt kee kana link isaa nuf laadhu buufaannee itti fayyadamna baareedadha baayyee
Hedduu nufayyaddanii jajjabaadhaa
Nuuf jiraadhu barsiisaa Kenya qaalii.
History kana kutaa itti aanu dafii nuuf hojjedhu!!
Yahhee galatoomi yaada ketiif part itti anuus guyyaa tokko kessaatin isiin biraan gaha
Hiriiyyoota kessanif qoodu/share gochu hin dagatin namni kenya haa fayyadamu
History kutaa 11irrati nuf hojjadhuu
wow baayee galatooma nu qaqqabdaniittu handout isaa maaloo nuuf maxxansaa dafaatii!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Murti Guto baayye isin galteeffanna nuuf jiraadha jajjabaadha...
garuu isin komachuun barbaada barnoota nuuf kennu keessaniis gudda gudda isin galateeffanna garuu yoo danda,ameef barnoota qulqullina qabu kennuuf utuu sagale irra fagaattani bilbila harkaa qabdanis silent irra gootani kanarra qulqullina argata jedheen yaada.
Abshiraa brokoo yaada nuf lateef Galatoomi ni siraata ok brokoo
Waaliin Jira fedhii rabbiittin
Garu hiriiyyoota kessanif telegram dareeratti SHARE waaliif godha namni kenya haa fayyadamanu
GAARIIDHA
Galatoomaa dhugumatti ijoollee baay'ee fayadaniirtu kan sababa garagaraatiin barnoota gahaa hin argatin garuu carraa university seenuu argatanii kan afaan wallaaluudhan baay'ee cinqamaa jirantu jira kana akkasitti bira dhaabbattanii gargaartanii sababa saniin warroota afaan lachuu dhagahu kan aAm fi En danda'u waliin qixa deebisaa jiru wanni dandeettii duraan qaban osoo hin taane kan class attendansiif dhufan malee waa hubatanii hin galle yerooc class bahan video kana qofa caqasuun kanqabxii bareeda hojjachaa jirantu jira isn galoommaa baay'ee galatoomma ammas akkusuma nu bira dhaabbadhaa isiniin jenna
OK Bro kiyya Waaliif SHARE godha namni kenya haa fayyadamu
Humna gutuun isiin birra jira ok bro
💟💟💟💟✅️✅️✅️💟💟💟💟
Galatom obb kena siegana
Ijoolleen kenya haa fayyadamani waaliif hima (share) waaliif godha
B.B.GALATOOMII
Maaloo kutaa itti annuus nu hojjasha
Oromoon seenaa hin qabuu Amaara maler
በአማረኛ ይሠራልን
Be Amharic siralun
❤❤❤❤❤❤
Thank you