next chapter pleas dafaa........................ ppt kana yoo telegrami qabaatte irra nuuf kaai yoodhabdemoo akkamitti akka argannu nuuf haala nuuf mijeessi i love so much
Thank you my dear teacher kaniin ani jechuu barbadee barsiisootaa keenyaa Kan haramayaa university warraa knowledgeable tanan Kan barnootaa engineering Kan akkaa java ,c++ , web programming FAA nuf hojjedhaa
thank YOU Murti GUTO
Thank you teacher ibsa nuuf jiradhu
Baay'ee *3 Natti toleera❤❤❤❤
Gaaffii baasuudhaanis nuuf hojjedhaa masloo
Please final chap 4,5,6,7 yeroo gabaaba keysattii nuuf hojjedhu barattooni oromoo bayyeen si eega jirra Please teacher
Abshir Isiin biraanin gaaha guyyooota muraasa kessatii
garuu telegram dareerrati waaliif SHARE gochu hin dagaatina namni kenya haa fayyaadamu
Imalli keessan gara duraatti yaa taa'u barsiisa!
Thanks very much you my teachers
Murti guuto please siin wal arguun barbaada eysaaniin si dubbisuu dandaha teacher final qophaawa jirra Ani barata universityti
Abshiraa brokoo waal garraa
Guddaa galatomaa garuu daqiqa gababsaa
bayye eega wan jirruf
yoo danda'ame chapter 4,5 torbe tokkot 6,7 s torbe tokkot yaala
gama keenanis comment ✉️✍️, share ,like ,gochun isin jajabesina
Abshir Isiin biraanin gaaha guyyooota muraasa kessatii
garuu telegram dareerrati waaliif SHARE gochu hin dagaatina namni kenya haa fayyaadamu
insha Allah
Maaliif jabaa keenya Ethio-Eretrea federeeshinii nuuf hojjedhu!!!!!!!
ok Bro kiyya guyyaa muraasa kessaatti isiin birraan genyaa ISIIN WAALIIF SHARE GODHA
Fayyaa ta'i. Buli siin jenna. Gaafii siif dhiyeessuun barbaadeyyu
Gafaadhu waan feete
Dhugaa rabbii Guddaa takkaa galatomii reefu tana history nattii tolte ❤❤❤❤
We are support you my bro jabàadhu
ok bro ko
Hedduu takkaa galatomii!!!!!❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤ thank you my oroko itti fufii me senna biyaa ko
Murtiin Guutuu
Murtii guutudhaan nuuf ka'e❤
Thank you for support to us
Thank for support use
Thunk you teacher baay'ee SI jaallanna
Channel murto guto Hora bulaa issin jena
Mid xumurera waan taef final Qophee jira
Ch 4,5,6 nuf dhaqasi Jaalatama B/sa Keena
❤ continue by afaan oromo
Baayyee Gammadeera kana booda irra deebi,e qayyabachuun waan na barbaachisu natti hin fakkaatu
Galatoomii hedduu natti tole . Ppt isa karaa telegram nuuf ergime link isaa immoo nuuf himi
Continue
fantastic information!
💪
next chapter pleas dafaa........................
ppt kana yoo telegrami qabaatte irra nuuf kaai yoodhabdemoo akkamitti akka argannu nuuf haala nuuf mijeessi i love so much
Abshiraa bro
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
Thank you so much 🥰
Tole bro namni keenya akka fayyadamuuf waaliif SHARE godha, dabalataan subscribe and like godha.
Finala guyya 12 hafee dafiiga jabaadhuu
ABSHIIRA WAALIIF SHARE GOCHU QOFA HIN DAGAATINA TELEGRAM DAREERATI NAMNI KENYA HAA FAYAADAMU
Murti gutu isin jaalan guddisine, haa ta'uu malee qormaata wixataa waan qabnuuf video unit 4 nuuf dalagaa dafaa! Kan darbee irra itti milkoofne jira!!
murtii gutoo bayee nutii toleta jabadhuu maloo courser economicsfi inclivenseef akka hisorty barechi nuu hojedhumee sifif bibila jenent silik dhaben qoromata kamisa qabana maollo murtii gutoo sii faan jiraa jabadhuu amboo haculuu campas irraa
Akkam jirtuu naga keessaani Baga nuf jirataan jabadhu itti nu fufaa
ok Bro Galaatomi Missensa haarawa gara Murti Guto Academy waamicha godhiif namni kenya irra ha fayyaadamu
waliif SHARE godha.
Baayyee sirnaan ibsite galatoomi
❤ thank you so mach
Galanni keessan guddaadha ammayyu B/Sonni keenya utuu dammaqanii sabasaniif utuu hojjetani afaan biraatiin gosa barbaadantu jira garuu afaan keenyaan ammayyuu baay'ee hafa ijoolleen keenya University keessaa baay'ee rakkatu field gurguddaa warreen akkam fayyaafa iratti utuu nu hojjetani baay'ee natti tola nuuf jiraadha
Remedial waada Nuu seente dhifte
murtii guuutttttttttttooooooooooooooo baayyeen isin jaalla baayyee galatoomaa baayyee
Abshiraa bro
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
Thank you so much!!!
ABSHIIRA WAALIIF SHARE GOCHU QOFA HIN DAGAATINA TELEGRAM DAREERATI NAMNI KENYA HAA FAYAADAMU
bayyee bayyee galatoomi . garuu vidiyoon isaa ni dheerate maaloo
Please chapter 5,6,7 dafaa nuuf gadhiisa. Galatooma
Thank you so mach
murtii keenya sanyii nama gaalatomi dhugaa nuuf jiradhuu
Galaatomi bro kiyyaa. Hiriiyaa keetif qoodu hin dagatin namni kenyaa haa fayyaadamu. Okay
Chapter 2 hin hojjenne
History kutaa 11 unit 1iraa nuf egali murtii
Jabadhuu itti fufii leencaa sanyii leencaa dabalataan graffiti gara gara kan qormaataf nuu qopheesuu nuuf hojjeedhuu
Tole waaliif SHARE gochuun youtube kessan kana Bira jiraadha
baayyaa galatoomi ajaa,iba ana nama hitory gonka hin jaallanne akkan jaalladhu goote respect
OK Bro kiyya galaatomi
Waaliif SHARE godha namni kenya haa fayyadamu
maloo economics fi porbalit sataics barchii nuuf hojedhuu mee siijala siiwajii jiraa jabadhuu qoromata isaa juma qaban
hedduu sii jaalannaa nuuf jiraadhu nam jabaa keenya
yeroo ammaa kana akkuma beekamu mid xumurree finaldhaaf qophaa jirra kanaafuu isinis daftanii chapteriwwan hafaniin akka nuf qaqqabdan isin gaafadha
galatooma
Abshiraa bro
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
Dafi ga finala dhiyaateee galatoomi
As w w Kuno dhufe atis kottuka
Baayye galatoma isinin jenna
Haluma kanana Cha 4,5,6,7 yero gababa kessat akka nuf hojetan isin gafanna
Abshiraa
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
thank you
You're welcome
Bayye nu gammachiise galanni keessan guddaadha
Barnoonni bayyeen amariiffan darbaa afaan oromotiin argachuun gammachu daangaa hin qabne
Kan Remediali Nuuf hojjadhu
Nuu jiradhaa murtii gutoo
Thank you teacher but it's continue tutorial?
Baayee baayee galatomi Teacher haaluma kanan itti nu fuufi
Abshiraa bro
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
hojii keessan hundaaf galatoomaa jechaa, Daqiiqaa gabaabaa keessatti nuuf xumuruuf yaalaa.
ok bro ko Komeenti Jajjabbeessa lateef galatoomi Akka atti jate ni foyeessina
Thanks so much
Thank you my dear teacher kaniin ani jechuu barbadee barsiisootaa keenyaa Kan haramayaa university warraa knowledgeable tanan Kan barnootaa engineering Kan akkaa java ,c++ , web programming FAA nuf hojjedhaa
Jabaadha
Itii nujabadhuu lencaa kooo
vedion yeroo dheeraa fudhatu nama nuffisisa kanaafuu vedio gababsaa hojeedha
Barsiisa kiyya galatoomi kitaaba Haaraya nuuf dalagi
Economics chapter 3 part 1 barbaada
❤❤❤❤❤❤❤❤
Bor galatomii ❤❤❤
❤❤❤❤
murti koo gudda galatoomi qalii sabaa
Dhugaa dubbachuuf baay'ee namatti tola , galatoomi
maloo murtii akkan hojetinin mallooo course economics fi probality satatic barachaa nuuf hojedhamee qoromata issa jimata qaban
Kuno dhufe atis galatoomi
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayee nama tola haluma kaan itti nuu fuufaa
❤
galatoomi murti itti fufi
ok bro ko
Thanks
Please in amharic
Ppt kan eessaa jala argannaa
Baay'ee galatomi
Be be amaregna ????😢😢😢😢
Chapter 3
Abshiira Waalif SHARE godha Telegram dareerrati
Namni kenya haa fayyaadamu
Mid exam bayyee hojjannee jirra
Abshiraa bro akkuma gocha jirtan
Hiriiyyoota kessanif qoodu ykn share telegram dareerrati gochu hin dagatina
Namni kenya haa fayyadamanu
Chap 3 mii kun
Abshiira Waalif SHARE godha Telegram dareerrati
Namni kenya haa fayyaadamu
Mojula remedial silaa nuuf ooftani gaari ture
Gudda isin galateeffannaa itti nuuf ja
baadhaa jajjaboo namaa
Galatomi