kuni yaada nama sadarkaa kana irraa eegamu miti shanee malee omaa hin beeku jasbaa ,kan gola opdotti garjajjaaedha,waraana bilissummaa oromoo ammeessuun akkam salphataafii dhamaha kana,amma yoomiitti dhiiga oromootiin nyaata nyaata,tij...
Shane ma jedha caldhise Shanen oromodha yoom Akka kaninnini gara jabeyyi Tate Akka loonii dag cibsani Nama qalu bara ilmi abba gada ilmi oromo bulchu kessa iromon dhumara 😢😢😢😢
Yaddoonni isaa shanee malee dhimmaa namoota dhumaniti miti
Kitaabni bilxiqinnaa shanee bichaa dubbata.
"Hayluu Addunyaa , dhugaa ummataa kanat dhoksitee dhugaan ummata kana sif hin tolin
"
Kaan gafatamaa jiirruu dhiissee shanee sheenee😂😂😂😂
udduu haadha kee haa kannatan hayiluu Addunyaa!!!
Shanee shanee maaluma jechaa oola kun dhama,an maal waan gafaatame dhiisee OMN galaatoma wly❤❤❤❤❤❤
Amahar faano racist criminal organization must
ODAA kan gube, Faannoo mitii? Mootummaan Oromoorraa hidhannoo hiikee Faannoo itti gadhiisee yeroodha gara yerootti ,naannoo addaa addaatti Ummata Oromoo haala suukaneessaa ta'een ficcisiisaa jira.
kun waanuma beeku hin qabu mee dhiisaa! uummata dhumaa jiruuf fala barbaadaa hamma dandeechan.
OMN Bayyee galatooma
Wollhii pp kun diqaladha malii shane shanee jedha kunii
Kijibaa keessan OPDO hattuu 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Uumaan oromoo naga barbaada naga nuuf deebisa😢😢😢😢
Hattuu rabbi shan isin hinbulchin arrabni isaa shanee malee hinbeeku diinni oromoo bilxiginnaadha
Gadi galoo akka opd hin agarre abjuu jara shane shanee qofa bututtu tanniin hanga ofirraa kaasanitti nageenyi Oromoo jiru
Kuni shanee malee hin beekuyii😢😢😡😡😡😠
Dhiisaa namichi kun waan hingaaftne odeessaa gaafachuuf hin dhama'inaa !!
Shaan sibushiinni waaqxii
Bitamtuudha namatinni😮😮😮😮😮
Omn naagalatoomaa
Hailu adunya, shemlse, abiye Dina Oromo dha Oromo ka’e tokko ta’e rooron qeekete dhufte
Shaan Siin bulchiin jedhiin Maal shan shane jechaa Oola😎
Innii Anģo Isaa Male Dhumatii Oromoo Irraa Ka.añe Innii Kunu Amahara Afaan Bare Dursa Nagenya Oromootu Nagaha Isaa Eguu Hiin Dànda.u Qabsà.a Oromoofii Qabsau Hiin Barbadu Isaniitu Fsnnoo Jare Waan Tahefii
Nami kun dhugaa dhoksee jira maal jechuudha mootummaan amma gibiraaf jecha bar kan nageenya nageenya jedhu😢😢
Gaafii gaafatamee dhiisee maaf shanties kaata moo faano sodaateeti
Dayuusaahu kuni
Shannee oromo gutuu ❤❤❤
Kun ummanni dharraa waan keessa jiran hin beeku waan ta'eef yoo gaafachuu baattanillee gaariidha maaliif yoo jettan wanni lafarra jiru garuu kanaa miti humnoonni mootummaa finxaaleyyuu wajjin ummata fixaa jirti malee ummati mootummaa tokko
Abiy, Shimallis fi Adaanech faa Finfinneeti daandii halluu dibu, Oromoon manaa fi lafa isaa irratti mormaan qalama. Oromoo dhiigni kee akkanumatti dhangala'aa hin hafu. WBOn ni deebisa gumaa ilmaan kee.
shanee barreessanii itti kennanmoo innoo shaneema dubbisawoo
Dhugumatti ABO tu ummata wanta kanaaf saaxile.
Well come omn ❤❤❤
Namittiin kun hinalbaati. Hinamaniinaa!!
Namichi gowwaan kun shanee Al 100 dubbata garuu faannoo 2 qofaa waameeraa
Cubbuu fi haqni Oromoo isin ha qabu warra PP! lafti Oromoo isin hin baatiin!!!
Shane jedha irra dedebi'e yoo haadha manaa faana rafanis Shane shanee jedhu fakkata diini guddanu isin warra garaa kana
kuni yaada nama sadarkaa kana irraa eegamu miti shanee malee omaa hin beeku jasbaa ,kan gola opdotti garjajjaaedha,waraana bilissummaa oromoo ammeessuun akkam salphataafii dhamaha kana,amma yoomiitti dhiiga oromootiin nyaata nyaata,tij...
Mataan kee qabirii haa seenu shaanee shanee jedha💪
Omn nuuf Jiraadhaa
Aja iba wly motumma oromoo jechuun ni ulfata
Shane ma jedha caldhise Shanen oromodha yoom Akka kaninnini gara jabeyyi Tate Akka loonii dag cibsani Nama qalu bara ilmi abba gada ilmi oromo bulchu kessa iromon dhumara 😢😢😢😢
Teessoo tahuun Ummata bulchuudha moo obbo hayluu???
Kominikeshinii naannichaa hayyamamoo tahunsa mataansa guddina kan agarsisudha. Ulfadhu sirajis tahe haayiluu kenya
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Yoo shanee hin jedhin galgala gaggeeffama.
Ahiyyaan ferto dullaawun ayi osoo Gallaan eredewu jedhumo? Sitti haaraaramu obbolesso waqni isa ajjeese calaa isa haqa owwale gatiisaa kaffalan.
Qamni bira yeroo yakka hawasarrati rawwatu shane jadhani malif cina qabu
Isaani pptu Diramaan fannoo fakkeesitee ummata qalaa jirti jecha isarra beesisa shane shane ja .a yeroo dhibba
Hin kijibadi
Shanee jechuun hagam siyaasa pp jijjiiruu danda'a?
Atuu Diina Oromoo ti aboo
Deebiin Haraamuu Kana Fakkaata.
Dhiigni Oromoo isinhaa nyaatu
Namticha kana dhisa huma hin beekuu
Yaada Shane qofa malee kan fannoo hin beeku namich
Omn gltoma
😢😢😢😢😢😢😢waa yoo Oromo koo 😢😢😢
😂😂😂😂😂😂debiin Shane shanee tutu tutu
This guy OX
Faannoon balleessaa tokko hinqabdu! Kan 100% itti gaafatamu ilmaan haraamuu warra biiyya bulchina jedhan (OPDO/PP) fi warra biyyaa bilisoomsina jedhan (WBO/OLA) qofa. Oromon hamma ilmaa haraamuu of keessaa duguugee hinballleessinetti ilmaan isaas innis akkanumatti guyyaa saafaa qalamu. Warri kana arguu jibbitan waan qabattan fudhaatii ilmaan haraamuutti duulaa!
Namni utuu demuu du,aa olaa motummaa kunis motummaa jedhe ittin ofi jajaa bilstiginaa utu hin tane bilginaa hojjeta jirti uummata irratti
አቶ፡ኃይሉ፡ማለት፡አንዱ፡የነፊጠኛ፡አል፡በመሆኑ፡ከእንደዝ፡አይነቱ፡የወረደ፡አስተሳስብ፡የኦሮሞ፡ህዝብ፡ቁምነገር፡መጠበቅ፡አይገባም፡የለበትም፡የነፊጠኛ፡አሽከርና፡አገልጋይ፡ስለሆነግዝጋ።
😢😢
Kijibdu pp
Odeesee bulaa mootummaa kanaa
OMN galatomaa nu kan nu midhaa jirran hidhatota 3 sadenuuii soba dhisii jedhiin
Isaa iyyuu hin qanna uu natu bulcha jirra jedha koosi abba garaa dharraa badiya mitti magalooni oromiyaa irratti iyyu ngenyaa hin jiru duraa garaa kee bulchadhu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Shane maliigodhee fanodha kani umata oromo fixa jiruu
Shan rabin sii hin bulchi kiyaa gowaa
Hawni oromo amaara jedhe doofan kun😂
Oromoo😢😢😢😢😢
Waqayon umatakanaf hadirmatu
Waan diina dhiise shanee jedha ayii oromoo silaas waal malee mal dandeessi shaan sin bulchii saree
😂😂😂😂😂😂😂wayyo oromooto
Ittii cabsii
😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏
😢😢😢😢
Oromo kai!! OPDO laffa irraa duguugaa!
Koko😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Pp sila😢
haulu aduja rebnee nealte esa serte habsu
😂
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭