ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Uuufffeee baay'ee garaa nama nyataa jabaadhu
😭😭😭😭muca biyya koo
Uuffffff yaa waaqaayyoo maali Bari akanaa kana booda jabadhuu hojedhu oma miti qarshiin hin dhufaa ni dhumaas jabadhuu hin gaddiinKana booda irraa baradhuu
Jabaadhu haadhokoo ergaa Guddaadha kun 😍
Jaabadhu obooletitoo abddi kee ofi duraa tiraati jabaadhu isaa oli taaufi yaali
Huma miti rabbin ni kafalaf attii abdii hin kutatin waan hundara karabbiitu caala wan ta ef obsii obbolettii to
Hadhoo koo undumtu kan facase in hammata gafaa guyaan gahee hardhii bor mitii jabadhuu atii jalala dhugaa jalatee dhabdee boruu namaa qarshii kee in barbane nama sii jalatu nama sii kabaju sif kenaa waqayoo kan dafqaa kee nyatee garuu idoo demuu undatii in qoramaa jalala dhugaa in argatu jirenyisa in boraa, a atii kanara in gadin biyaa ormaa tesee jabadhuu lubee koo waqayoo sii haa gargaruu
Uuuuuffff 😭😭😭garaa nama nyaatta
Ameeeeen ebbifamii mati naa ta'i
Abshir lubbee koo waaqayyo sif jira
Uuuuffi namin hadhafi Abba ofi hin dhagene kana dhumiti
Bareduu koo abshir funduraa keetuu garidhaa abdii hin kutin xiqii godhuu hojadhuu kan darabee barumasaa siif taa.aa garuu yoo inii sitii debii.ee bilokii godhii faayyida mata ofotif maalee siifi motii jabadhu jalala isaa of keessaa buqisii gazabaa motii osoo lubuu kee taa.ee maal gotaa gazabaa situu fidaa lubu kee imoo malatuu siif fidaa kanafuu atii nama hundaara yuu cimitudhaa xiqumaa hin gadin zim jedhii gamadii rabii kadhadhuu gara quluqulun kaara rabii hojii ketiin mataa kee qofaa abshir naa amanii wagaa lama keessatii naman aka kee cimaan hin jiruu lubu algaa dhisii matiin ofituu garii mootii wan matii keetii gotuu harkaa kee qofaan bichadhaa bareduu micaayoo biyaa kiyaa maal qaba lataa osoo aka kiyaa tatani wanii hundinuu siini gaalee kanan bodaa nama tokotii of hin gatiin mata kee qofaa osoo dutee naman sifan duu hin jiruu kanfuu.cimii hojadhuu manan kamiyuu waaee mata isaa yadaa maalee kan kee omotuu hin yaduu ofofi jiradhuu rabiin humunaa isaa siif yaa keenuu naaf jiradhuu lubu ijoolee shawa gotaa okee👌👌👌👌👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👌👌💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋🥀🥀🥀
😭😭😭😭😭😭😭
Jabdhu
Internet naa didee 😭☹
Kota mati nata
Mati naf taii
Uuufffeee baay'ee garaa nama nyataa jabaadhu
😭😭😭😭muca biyya koo
Uuffffff yaa waaqaayyoo maali Bari akanaa kana booda jabadhuu hojedhu oma miti qarshiin hin dhufaa ni dhumaas jabadhuu hin gaddiin
Kana booda irraa baradhuu