Dhugaa rabbii waan ajaa'ibaati hojjachaa jirtan keessattuu birraa wallaay odoon qaamaan si argee natti tola maalif jannaan ani viidiyoo ati bara 2021 fi 2022 gad lakkisaa turte san muuxannoo hedduu takkaan irraa argadhe ammaas waan sun jiddu jidduun osoo nuu eegaltee wallaay waaniin ja'ee si himu hin beeku
yoo oromoo iyaa na baha birraa isaaq fi caltuu ani md keessan kana sababaa dastuu lala akka oromoo tokkooti garaa isiin hin nyadhu jalalii dastuu na iyisuuf dema maloo jarsaa taha dhiama koo na fixaa hadaraa jalala yaa caltuu birraa fi isaaq pls na gargaraa❤❤❤❤❤❤
An akkamitti yaada ni beytani namni guddan hin dhuufuttin beeka maalin jannaan ifiif dhuufaniiti bo maalif nu dhufta sin jan sanifu anis ee jolluma dhuufa male namni guddaan hin dhufuttin yaadee
Ani wori ega turee garu sa kena toko Rabbi sodadhu jedhe kadhadha yo naa haraka figu sani mana nama sene wa myata buna fa bestani woli fudhate nyata wori buna naa tumaa
Yeroo hedduu isin hordofa garuu comment isiniif barreessee hin beeku,hardha garuu wanti akka comment isiniif barreessu na taasise, obboleessa kiyya Birraa iddoo tahe tokkotti afaan jala wal-baanee turre,ani lafatti isa hin beeku, inniis akkasuma garuu dhimma dhuunfaa osoo hin taane waahuma media kanarratti comment irratti mufachiise, inniis na mufachiisee ture,dhimmi garuu anaas tahee si ilaallachuu dhabuu mala hundaafuu dhiifama akka naaf gootu kabajaan si gaafadha ani immoo gama kootiin dhiifama siif godheera❤
❤❤❤❤❤
Dhugaa rabbii waan ajaa'ibaati hojjachaa jirtan keessattuu birraa wallaay odoon qaamaan si argee natti tola maalif jannaan ani viidiyoo ati bara 2021 fi 2022 gad lakkisaa turte san muuxannoo hedduu takkaan irraa argadhe ammaas waan sun jiddu jidduun osoo nuu eegaltee wallaay waaniin ja'ee si himu hin beeku
Hedduu takka galatoomaa hundi keessanuu nubooharsitani❤❤❤❤❤
ANI YEROON IJOOLLEE TURE KOOLA BAASEEN SHAAYBEETII KEESSAA BUSKUUTA NYAADHEE BARARUUDHA
yoo oromoo iyaa na baha birraa isaaq fi caltuu ani md keessan kana sababaa dastuu lala akka oromoo tokkooti garaa isiin hin nyadhu jalalii dastuu na iyisuuf dema maloo jarsaa taha dhiama koo na fixaa hadaraa jalala yaa caltuu birraa fi isaaq pls na gargaraa❤❤❤❤❤❤
❤❤❤jabadhaa anu duraa ni sodadhaa dukanaa ufiti ficaye bekaa galagalaa bishani ufiti jise jedhe kijibee oboleyani kiyatii ❤ijolumani annani wly hedu jaladhaa❤❤❤
Hedduu bareedudhaa dhugaa bayyee isiin dinqisiifaadhaa bayyee gariidhaa garuu dhamsaa isiinii dhamaa jajjabaadhaa sagantaa gababasaa dhaloonii ammaan tanaa waan gababaduu jaalataa Amman sagantaan keessaan bayyee bareedudhaa 🎉🎉❤❤❤🎉🎉
Wow 😂😂😂Jollummaa hin irraafadhu❤❤🎉🎉
Anii gafan qalame egun yadadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Birraa sagantaan keessaan heeddu bareedadha galatoomaa
Garuu qophi oduu ,udaa qaroomina fii inspire hafuun sirrii mitii itti nuuf yaadaa
Ani issin jaladhaa❤❤❤ sirba kana naf bareessa maqaa abba base namnii beyta
❤❤❤❤❤❤❤ waan diinqii fiidaa jiirtaan jabadha suusii nutii taha jiirtaanii
Mudaano yeroo ijoluma wan biraan hasaaen wal fakkaata wly 😂😂😂❤❤❤
Ya jooluma me,oytu akka dayma ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ much love for you
jajabadha hundumit kesanu bayen isn dawadha 🎉 birraa wan baye sira egina
Anii namin gudan hin gufun sehe moo
Ani nama biyya bulchu hunda mallasittin beeka ture 😂😂😂
Anii Dhugaa hirriyyootaa koo waliin Bishaan dakee
Amaa Yoon arguu baayee
Tokoo salfadhaa Waraa dhiraa keessa dubaarti osoo tanee😂😂😂😂❤❤
Dastun akka duraani heddu mirqana hin qabdu ni ullfoytee moo? Yoo tahee M Allah! 🎉🎉❤
Wow heddu namati tolaa galatooma!
Ani ijjoluma kiyya kessati seena qaba! Senan kiyyas yero namonii faranjii ja'an nama nyaate dhuguu natti hin fakkatu turee san males umata adii kana kan rabbin janataf uumee natii fakkatee turee !!!!
MSHAlla
Wow ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤wawaw😢😢😢😢😢😢qalii namaa Mashala 💖 ♥️ ❤️ 😍
ahiii essaa dhuftii wonti akka ijjollummaa 😢❤❤❤❤
Mashaa allah ❤❤
Galattommaa Dubbatti na debistan ❤
An akkamitti yaada ni beytani namni guddan hin dhuufuttin beeka maalin jannaan ifiif dhuufaniiti bo maalif nu dhufta sin jan sanifu anis ee jolluma dhuufa male namni guddaan hin dhufuttin yaadee
Wa'ee jalalaraa nuu qophesaa buru ❤❤❤🌹👍👍👍🌹💖💖❤❤👍👍
Das jettuu mashaa Allah ❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Hujitesan nyadhaa 😅😅😅😅
Ani gafa joluummaa san namni guddaan udan hin haguun sehee😆😅
🎉😢 anis ifaan dhigaa nama xuxee wan ugur gessu sehaa turee
Ani sa wani Rabbi sodatu se Rabbi jedhi kadhadha ani sena ijoluma hedu qaba kesatu hadha dhabu wani naa mudatee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Ann. namni gudan hin nyatufin taa😂😂😂keysafu namni ilman qabu
isin Akka Ammaatti yaaddan garuu Ani bakka joollummaa sanitti bakka tapannutti waan namni guddaan godhu guutuu nigoona walfuunaasi
hedduu takka das jadha isin garuu walitti himuu qaanfachaa jirtan
Maalii faa gootuu fkny tokoo nufii himii mee😂😂
Dhugaa kessani wani jolumaa gahuu hin jiru
Dasatu malo baye namite hadara daba ke ❤❤ 👌👉💯👍
Wa heduu nutii kaftan dhugaa😂😂
Afunama harargee kana naman galuu 😩😩😩
Aboo ta'i kha looqodumaa harargeetu namaf galaa 😊
Maashaa Allah jollee qaali nama Ani durii irraa hordoofa keessaan turee comment isinif takka hin bareesine gaarùu dhifama
as wr wb nagaha fayyadha
Heduu nuu boharasitii galatomaa
Kkkkkkkkk anii moo namani umrii gudaa wanii hamama fayaadamuu natii hin fakaatuu tureeyuu 😅😅😅😅
Anii Amoo Dubruma kesa Dhabaee Ogaa Jedhan Kishaa Kayatee Jalaa Bute Sehee Gl😅😅😅😅😅😅
❤❤❤❤❤❤wowowo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Duguma wanuma jirhuuu😂😂😂😂
Animo dur yero namni abalo suudirra darbatame jedhu waan namni lafatti darbate se'ha wollahi😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Love Oromoo🙏
Maali koflaan nufixxanii
Ani wori ega turee garu sa kena toko Rabbi sodadhu jedhe kadhadha yo naa haraka figu sani mana nama sene wa myata buna fa bestani woli fudhate nyata wori buna naa tumaa
Niti tiyya san❤😢
As wr wb Isinin Jaaladha Qoppeysitota Qoppi For X Hunda Kessanuu Kanin Ja'u Assuu Maalif Nurra Fagessitan Nuuu Afera Kaa Isii Akka Kessumma Titille Tatu Kanaf Hawwin Isn Ega Torbana Kana Kessa Akkaisin Afertan Abdiin Qaba ❤❤❤❤❤🎉🎉
Ani isaaq laluu dadhabee walhii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️🖐️
Ani hordofaa keesani hedduun isin dinqisiifadha keessumattuu seenaa gaafa joollummaa irratti
😂😂😂😂😂😂😂
Hayii ijolumaa
🙏Asantu Eesa galte nuu debisa
Birra ❤❤❤
😂😂😂😂😂 koolfaan dhumnee
Maasha Allah ❤❤❤❤❤❤
😢 subahanalaa maltuu mashallaa alla sii jechisee
@@sortii-t6t na tolee
Biyee dakuu turee😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
1Anii gafaan jollee Radio 📻 nama keessa tahe hawaasa see
2 xaayara nama hadhaa dhifama wajiin maare godhee ofaa janii dhagee
3 namnii ogaa tuujaaree laafa osoo taane kaara tolfaatee saamii gubaa deemaan see
4 ogaan xaayara arkee dawitii ogaa itii ibsaan nii buhaa janitin dawitii itii ibsa bakkaa aduun jiirtuu dhaqee amaas xaayara ogaan arkee xaayarii kophee nama gadii darrbaa jaaniitin xaayara kophee takkaa naa busii jeen kadhaadhaa yaaii jolumaa moo by 😁
Kkkkkkkk 😂
Wel come
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Garuu dhifamaa waliin isaqoo malaxaan Kee Kun akkaa malee ifaa bar diqomalee rifensaa hin qabduu moo situu hadee balesaa gafiii natii tahee
🎉
Anilee yeroo shamaraan herumtuu ufaataa heduu san laal waan bira irraa bekkuu 😂😂😂😂
Abet namni hundi teesso irra rafame kaa 😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Sheekiin hin fuudhu natti fakkaachaa ture 😂😂😂😂😂
Waybada joollummaa
Ani abbaan ko mana keenya ta'a se'a ture
Hedduu galtomm garuu filannoo sirbba isaqis gaffadha
Ee wly anu ana kuta 3 fii 4 baradhu kufte gize jahan foqii ira kufee jahen gana hin dhaqu jahen bahee😂😂😂😂ture😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂❤😂😂❤❤❤❤
Chanella koo ilaalaa plz galatoma
Dhugaa biraa anillee barata toko kufee jenan haman namicha sani ijan arguti hin amanun ture 😂😂😂
Ani yeroon xiqqoo naman guddaan dhuufuu hin dhuufun se'a😂
😂😂😂
😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Obboleessi koo Daabboo fi sukkaarri hin biqila jennaan daabboo lafa keessa dhaabee sukkaara facaafadhee 😂
Dallaa itti ijaareen eega ture maatii Lakki hinbiqilu obboleessi kee si gowwmsaara jennan otuu hin biqillee eessaa dhufa jedheen harkatti dide😂 kkk yeroo daggalli wohii biqilte obboleessa koo waameen agarsiisa isaa jedhee lakkii isaa miti inni ganaa biqila naan jennaan baatii heddu Eegaa ture😂kkk ganama otuun fuula hin dhiqatinin dhaqee ilaala😅
Dhuga kolifiana nu fixani😂😂😂😂😂😂😂
As.wr.wb biiraa masriin dhuufuu feedhaa akaamiitiin dhuufaa mee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😃😃😃
❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Birra uuda qaroomina maalif nuuf fiduu dhiifta
😢😢😢😢
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
❤😂
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Ilmaan Qaalli Oromoo Baay'ee Bareeddu. Nu cimaa, nu jabaadhaa isin jechaa; akka dhunfaatii hedduu isin jaaladhaa.
Wan isin mudate hundaa anale mudate dhugaa kolfan duhee😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢😢