Anii bayyeen is in hordafa mudanoni Kiya Anna fi umma tiya Kara dene oso tenye tifi ega jiru ummani hindii dasi tabchuti jirani nura ejati jetin jalla fige😂😂😂😂😂🎉🎉😂😢😢😢😢😢😢😢
As wr wb jajabadha hedduu namatii toltan ani mo mudannoo tiya gaffa jollee ani gizee namni Wal fudhe aruza godhatta ni ajaiba ture akamiti dhallaa fi dhirra Wal fudhaa ja.ee qanyii na fakachu ture 😂😂😂😂😂😂😂
Ani kan na dhibu birraa subscribe , like kuma 10000 100000 yoo ta e maal argatta eenyurraa birraa waa,ee kanarratti sagantaa nuuf hojjadhu hadaraa .hadaraa rabbiin si qabe akkuma agarteen galatoomi
Kkk ani amoo gize ijoluma koti aba kiyan ridiyona kesa na kay jechan ture abandoned kiya hayee jetuma na jala calis namani kesa jiruu sunu nama nara gurgudat jani turee❤❤
walyi an Duran tilfizon gada olaa kenyatu qaba beyitaa an achi dhaqetin dubanin sena jetin ganda sani wajin wali lolaa olaa walyi oson hin kijibon 😂😂😂😂😂😂
Ani guyyaa tokko ayyaari brig na busii jedhe jela figa ole gafaa inii demee faga tu iyyee lafaraa gangalaadhe boye mal Tate jedhani yeroo gadi baan xayyaara tu biri na dhorkate jedhe 😂😂😂
Obolesii kiyya toko imo yer naman isa bira jiruu salata hidhatee nii bolya mal tate yoo jeten anii kopa tiyan taha sin jedha anii sibira hin jiruu yoo jeten atii salatuf demtamisin jedha
Nanno ani jiradhuti foqii mukaa ijarani namichi woyii ijaree anii foqii sani osoo lalaa demuu lukkaa haree jalati kufee bekaa debee imoo namaa gudaa hin dhufuu see ijolemaa qofaa see turee ❤😂😂ijolumaa anani fi dammaa ❤❤
Jabdha Masha allha Ani imo mudano tiya gafan Jole warbesan sodadha yaro in yuse hafura Kiya ifiti qabetin if ukamse Bula haga in usu takati
Ani gaafan ijolle namni yo hidhaame ja,an waan harka lamaan huddu bodatti hidhaniin saha ture❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah Jabadhaa
Isiinin Jaladhaa bayen isiin hordofaa biraa gara tik tokinis barumsaa kee san hin dabinii kotu nu barsisii wahee jirenyaa
Masha allaa tabarakallaa ❤❤❤❤
😂😂😂😂 mashala mashala tabaraki rabini jajabadha ani momudano kiyaa masawuti yero awalatifi laladhetini kesati ofi arigu akamiti kesaseni jedheni guya gutu yadatini olee 😂😂❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashallaa ijara hafaa jabadhaa waan gaariidhaa
Qopiin teessan bareedduudha waan hedduus nu yaadachiiftaniirtu galatoomaa jechaati,ijoolummaan nama hedduu biratti yeroo taphaan dabarsan tahuus anaaf garuu ijoolummaan koo yeroo dabtaraafi qalama wajjiin osoo taphadhuu dabarseedha.
Muudannoon ijoolummaa akkuma jirutti tahee,garuu sammuu ijoollee qulqulluu yeroo taate sanitti sammuu ijoollee barnootaaf qopheessuun bu'aa maatii bira darbee biyyaafis bu'aa guddaadha.
Saniifuu ijoollee keenya bilbila irrattii sammuu isaanii banuu osoo hin taane,barnoota irratti haa bannuufin jedha.
Taphni guddina ijoollee keessatti bu'aas qaba,miidhaas qaba sun akkaataa guddisa maatii irratti hundaa'eeti. So ijoollee keenyaaf m/barnootaa gaarii haa taanuuf,subscribe fi tapha,tap, barsiisuu irra A,B,C...ti hiikuu qabu.
MashAlll
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaallaa ❤❤❤
🎉🎉🎉
Mashaa allah jabdhaa❤
Yaa jolummaa jolummaa mimiyootu akka dammaa essaa arkaamta ammaa👨💻👩💻
Anii bayyeen is in hordafa mudanoni Kiya Anna fi umma tiya Kara dene oso tenye tifi ega jiru ummani hindii dasi tabchuti jirani nura ejati jetin jalla fige😂😂😂😂😂🎉🎉😂😢😢😢😢😢😢😢
Jabadhaa❤❤❤
❤❤❤❤❤masha'allah
Dhugaa ani yeroo ijolluummaa KO tibi keessaa senaa jedhee tipii garaa dubaa senaa jedhee demee bekaa hihihih ijollummaa
WOW
Mudannoo kiyya yeroo joolle walin taphannu biyye walitti tulle heddummessine takka keessatti udaanne biyye tuulamte san kan dura haadhe fixu jenne harkaan udaan laaqa (walballessa)turre
𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡❤❤🎉🎉😂
As wr wb jajabadha hedduu namatii toltan ani mo mudannoo tiya gaffa jollee ani gizee namni Wal fudhe aruza godhatta ni ajaiba ture akamiti dhallaa fi dhirra Wal fudhaa ja.ee qanyii na fakachu ture 😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤🎉🎉🎉
Ani kan na dhibu birraa subscribe , like kuma 10000 100000 yoo ta e maal argatta eenyurraa birraa waa,ee kanarratti sagantaa nuuf hojjadhu hadaraa .hadaraa rabbiin si qabe akkuma agarteen galatoomi
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉myLove🎉🎉🎉
Bazilaana
❤❤❤❤❤❤❤
Kkk ani amoo gize ijoluma koti aba kiyan ridiyona kesa na kay jechan ture abandoned kiya hayee jetuma na jala calis namani kesa jiruu sunu nama nara gurgudat jani turee❤❤
Anii imo yon tuluratii baye samii nin dhaqaban sehe❤❤
Ani Gafaan ijjoollee Silkiin Warra Biyya Alaa Dubbisa Yeroo Jedhan Silkuma Wa'hiin Hidhan Tanuma Waan Waliitti Hidhani Hidhanii dheeresanii Ittiin Hasayan Seha
Congo 👍
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉dhugadhaa
Dhugaa dubbachuf qophiin kessan hunda nan hordofaa kun akka male nati tole jabadha jabadh dastun intal biyyaa kotitii akka naf bartan baayy'een issin jaldha
Qophiin keessan haalaan namatti tolaa jabaadhaa.
An ammoo garuu dur aduun gaafa dhiitu halkan dachii kana jala deemaa bulteeti ganama baati natti fakkaatti.
Waanuma hundaafuu arra gahuuf galanni kan Rabbiiti
Anii gafaa jollee jilbboon dhitaa turee 🤣🤣
wan jolumaa uh yadachisu kesanif galatomaa an garu mixii ajesun dilidhaa nan janan babakiyaa guyya mixi gataaolaa dilisanin lala ogaa isin nati dhuftee
Aannii immoo namnii salaataa salaatuu Nama hin arguun sahee Dhugaa Aanni firomsa Gobaze tii
Ammas Yeroo namnii Nii duuta Nan jedhe Nin booyyaa deemeetiin harmee tiyyaattii himadha wlh Aannii firomsa Gobaze jedhama
Joollummaa Mee dhisii wlh
Ani gaafaijoolle shekiin waanfincawu hinseu. Akaka koargeen. Gaaftokko raji natita'e
😂😂😂😂😂😂😂
🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Obaleyan koo nama 3 isinif gosisewly
Yaa Biraa Destu tana jalaltii ishii namarachiite Esumatiin Arge itti Himadha yabo dhawatuma vido ishii lalunini onnee tana kesa Nademu jirtii bira cometi tiya tana yero garte naf Gafadhuu mee jarsa Qabdii mo💔💔
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Annuu namattuu achii keessaa jiraa se'een rediyoo gagaragalchee barbadaan turee guyyaa meqaan rediyoo cabsee abaan koo naa tumanaa😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
walyi an Duran tilfizon gada olaa kenyatu qaba beyitaa an achi dhaqetin dubanin sena jetin ganda sani wajin wali lolaa olaa walyi oson hin kijibon 😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
🎉jabadhaa kana caala❤❤❤
qopiin keessan bareeda ani garuu makinaatu nama dhaha yoo jedhan akkamitti ja'eetiin yaadaa ture
🎉jabadhaa kana caala
As wr wb jabaadhaa itti fufaa
😅😅😅😅😅dhugaa ajaibaa
❤😊😅
wayiii 😂😂😂😂
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Maashaalla alaa
Ani silaan isin bira jiraadhee hedduu gammada
Ani guyyaa tokko ayyaari brig na busii jedhe jela figa ole gafaa inii demee faga tu iyyee lafaraa gangalaadhe boye mal Tate jedhani yeroo gadi baan xayyaara tu biri na dhorkate jedhe 😂😂😂
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wan taphaa jollee hedduu fedhaa irra nu deebaa hayee
😂😂😂😂😂😅😅😅
Ani Ammo Abba kiyyan tiivi kan maalif hin cabsine ja'aan ture maalif seete nama gurracha akka kiyya tumu jira cabsi gaa Adi kanarra hin kafalaafi
An. Godinajimma. Aanamaanati. Gara gubbaa laleen achiti dhabbata jedha dacheen
Dhuga keti wawo hundi nama gazixesa tee
❤❤❤❤❤😂
Ani ammo namni guddan sagara godha hin sehu ture
Namni. Salatu ammayyuhindhagayyuu
Anaas na fidaa me isini wajiin takka koflaa
Ani namni guddaan hin iyyuufin taha
Kkkkkk
Muddano dastuu irraati Ani mana Aruza dhaqeen demii gad- bahi nan jenan aree karuma Adam harun demee tephii seenun sanan ta,ee dhagefadha jedheen Manan nanawa olee
Obolesii kiyya toko imo yer naman isa bira jiruu salata hidhatee nii bolya mal tate yoo jeten anii kopa tiyan taha sin jedha anii sibira hin jiruu yoo jeten atii salatuf demtamisin jedha
Isiin keessa gurban birra. Jedhanin Kun 1ffaa 2ffaan caltuu 3ffaa isaaq . 4. Baredduu jennee xummurree.
Hedduu isiin jaladha
Hikkkkkkkkkkkkkkkkkkk
wly numaan kofle birratti miccatti Adaada tiyyaa takkaatu biddeena nyaatte quufte haati salaatatti jirtii biddeena irra quufte siretti darbbite haati garte ma darbbita jennaanii sa atii ni gartaa jetteen😂😂😂😂
𝐰𝐚𝐰 𝐡𝐞𝐝𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐭𝐨𝐥𝐨𝐭𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐣𝐨𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐚𝐬𝐡𝐚 𝐚𝐧𝐢 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐨𝐫𝐫𝐨𝐝𝐨𝐟𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐰𝐥𝐲 𝐲𝐞𝐭𝐨 𝐠𝐚𝐝𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐰𝐚𝐜𝐞 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐮𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐬𝐚𝐦𝐮 𝐤𝐨 𝐭𝐚𝐬𝐚𝐠𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐰𝐥𝐲 𝐡𝐞𝐞𝐝𝐮 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮🙏🤞💔
𝘣𝘢𝘺𝘦𝘦 𝘯𝘢𝘮𝘢𝘵𝘪 𝘵𝘰𝘭𝘵𝘶𝘶 𝘫𝘢𝘣𝘢𝘥𝘩𝘢𝘢 𝘈𝘯𝘪 𝘺𝘦𝘳𝘰 𝘪𝘫𝘰𝘭𝘦 𝘬𝘰𝘵𝘪 𝘯𝘢𝘮𝘢 𝘣𝘪𝘳𝘢𝘵𝘪𝘪 𝘩𝘪𝘯 𝘦𝘳𝘶𝘮𝘶 𝘈𝘣𝘢𝘢 𝘬𝘰 𝘮𝘢𝘭𝘦𝘦 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢𝘢 𝘵𝘶𝘳𝘦𝘦 𝘩𝘢𝘮𝘢𝘢 𝘨𝘢𝘳𝘶𝘶 𝘈𝘣𝘢𝘢 𝘬𝘰 𝘯𝘢𝘢 𝘫𝘢𝘭𝘢𝘢 𝘈𝘬𝘪𝘳𝘢𝘢 𝘥𝘦𝘮𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘥𝘶𝘢𝘺𝘪𝘪 𝘯𝘢𝘧 𝘨𝘰𝘥𝘩𝘢𝘢𝘧 😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉
🎉jabadhaa kana caala❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅dhugaa ajaibaa
❤❤❤❤
😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤